Bakki Yesuus kiristoos itti afaan isaatiin "Ani Waaqa/Uumaa dha" jedhe Macaafa qulqulluu keessaa eessa jira? Gaaffii kana gabbisuu hedduun fedha ture. Yoon katabe dubbistoonni na nuffu jedheen yaade. Kanaafan gabaabsa. Elaamee iftoominaan wal hubachiisuuf gara fuula youtube dhufuun keessan gaarii dha. Haata'u, ani amantaa kamiyyuu hin jibbu ykn hin mormu. Garuu, hamma har'aatti Yesuus waaqa ykn uumaa dha jedheen amana. Tarii Macaafa qulqulluu keessaa eessatti Yesuus "Ani Waaqa" ofiin jedhee jechi jedhu baay'ee salphaa dha. Deebiin isaa jechi Yesuus ani waaqa jedhu macaafa qulqulluu keessaa gaafa ilaallu, isa Yesuus Wangeela Yohaannis 8:58 keessatti "Ani Abrahaam durayyuu nan ture..." jedhu caalaa ulfaataa? Yesuus Ani Abrahaam durayyuu nan ture kan jedhe Yesuus matumasaatiim bar. Akkamittiin nama osoo ta'ee akkas jedha? Itti dabalees, W/Yohaannis 10:30 irratti immoo Yesuus "Anii fi abbaan tokko" jedhe. Jecha kanas phaawuloos ykn Yohaannistu Yesuusiin ibse miti. Jecha Yesuus jedhe barbaaddan taanaan, "abbaa" jecha inni jedhe kana immoo akka waaqaatti ni fudhanna taanaan, akkamittiin Yesuusiif Waaqayyoon gargar baasnee ilaalla? Maal taatanii? Lammiikoo Har'a kana beekumsaa fi ragaa Qur'aanaa ykn Macaafa qulqulluu irraa walitti funaannee ittiin wal mormuuf ykn wal injifachuuf carraaqna moo dhuguma dhugaa dheebonnee jirra? Dhugaatti Yesuus waaqa ta'uu fi ta'uu dhabuu beekuu kan nama dandeessisu dhoksaan Hafuura Qulqulluu nuuf galee jilbeeffannee Rabbiin ykn Allah mataasaa yoo kadhanne (duwaay) goone nuuf ibsa. Erga Yesuus ani Abrahaam duran ture jedhee namaa fi waaqa ta'uusaa ibsa malee nama qofaa ta'uusaa miti. Anii fi abbaan tokko jedhee erga afaansaan dubbatees namummaa foonii waan uffateef ''nama'' isaan jennullee hafuuraan garuu Waaqa ta'uusaa nuuf ibsa. Of haa eeggannu! haa kadhannu. Rabbi karaa fedhe nuuf ibsuu ni danda'a. Itti fufaa Sagantaan keessan gaarii dha.
@RamadanKab19 күн бұрын
Yaanni kee gaariidha. Garuu waan siif hin galintu jira Walitti deebinaa mee Obboleetti Yaada keetiif galatoomi👍
@Negeso-e9o2 ай бұрын
Dubbin Gara waqayyoo kof ,kara abba ko,jechuun kun qofti nama guurra qabuuf siila ni galaafii kunnin dhugaa hin bettuu jarrii jallatuudhaa,Rabbin uma waan hundaa, umama hin fakkatu,amma nama amma waqaa ta'uu hin danda'u Rabbiin ,kanaarra qulqulla'ee Rabbiin☝️🤲