Hanqina Qubee Khullee Oromoo 1. Qubeen hunduu sarara gad dhaabate tokko waan qabuuf barreeffamni isaa hin bareedu. Yokiin hin mijatu. (All or many of them have a single vertical draw lines, the writing has no art.) 2. Qubeen heedduun amala fakii waan qabuuf harka tokkoon hin dhumu. (Many of the symbols can not complete with a single touch.) 3. Qubeen heedduun waan wal fakkaatuuf dogoggorsa baayyata. (Many of them are similar, so it is misleading)
@ethio_fair10 ай бұрын
Jalqaba afaan hunduu hanqina mataasaa ni qaba. fakkeenyaaf Amaariffi አበበ መጣሁ አለ fi አበበ ቤት ውስጥ አለ kan jehu contextual dubbifama. Afaan Ingilizii keessatti resume (ረዚዩም) kan jedhuu fi resume (ረዙሜ) kan jedhu hiika adda addaa ni qaba. contextual tahee dubbifama. Hodhe in Afaan Oromoo is not a big deal. Yoo barbaachisees Harma Hodhe fi Uffata Hoddhe jechuun ni dandahama. Latin alphabet is the best for Afaan Oromo language. Do not confuse the generation. Even the Khullee letters are so confusing for kids. I know them struggling to differentiate p and q in English alphabet. It would be better to focus how to make Afaan Oromo a federal language than wasting time to invent a new Alphabet!

@cushticethiopia313310 ай бұрын
I oppose this unique (odd or weird) alphabet because:- 1. It destroys generation 2. It paves the way for adversaries attack 3. Better if you rather try to improve the backward geez language 4. You could have worked towards improving the Qubee shortcomings first, if any, instead of trying developing new alphabet from scratch. NB: the unintended consequences weigh more than your intention & being unique like Habesha is backwards. It’s rather odd or weird.
@buchucha10 ай бұрын
Don't mislead him.
@cushticethiopia313310 ай бұрын
@@buchucha The guy seems honest. But his unintended consequences are dangerous!