Пікірлер
@silashalemu
@silashalemu 9 ай бұрын
Baay'ee haala mijeessa
@ebsabelay671
@ebsabelay671 Жыл бұрын
@ramefannaan4328
@ramefannaan4328 Жыл бұрын
Dagim youtube kanati fayadami waan haraa nuuf gaad lakkisi malee
@AmanuGebru
@AmanuGebru Жыл бұрын
Akami jirta jaalatama fi Kabajama Abbaako !! Kan Ani Sijaaladhu fi Si Kabaju Akasumasi Sidniqiisfadhu !! Artist fi Hayuu Akasuma Maraartee fi qaroo Oromoo Daaggim Mookonnen fi Baka jirtu Nagaan ko kan jaalalla fi Kabaja Si haga'u !! Akasummale Nagaan Waaqayoo Sif hata'u !! Kaba jamako jaalallan Sif qabu Akami godheen Sif ibsi Danda'a !! Abbaako !! Kannan Abbaako Sinjeedhefis Sababba qaba insi yeroon dhaladhee Ofi baru tokko jedhee yeroo jalqabadhaf Teepii isa Durii irati Sirbbaa keen dhaga'a Gudadhee !! Kanafu Aka Abbaakotan Sijaaladha !! Akasuma Abbaan kolee Bayee Sijaalata.Ani yeroo ama Dargageessa Wagga 28 dha Garu tora Midyaan itti Sin barbaane Hinqabu Garu Si Argachu hindandeenyee !! Bara jireenyaa koti Keessati Naman Hawufi Waaln Hassa'u barbadu Nami jaalqaba si'idha Kanafu Adara Abbaako !! yoo Eergan Ko Kun Siqaqqabee Adaraa Oromuummaan Siqabee !! Lakkofsa Bilbilaa Kana irati 0942796713 irati Nafi Bilbilii !! Bayeen Sijaaladha !!! Ani ilmii kee Bayee Sijaalatu fi Sikabaju Dargaggo Biiftuun,Niiggatuu dha Finfinnee ira !!
@AmaluAmalu-yd6sr
@AmaluAmalu-yd6sr Жыл бұрын
Daagiim.koo umrii dheertuu naaf jiraadhuu sirba kana yoon dhageefadhu ijoolummaa koon yadaadhaa woyi ijolummaa koo deebitee si Argaa ree nagaatii gaa
@getahunnegeri9237
@getahunnegeri9237 Жыл бұрын
Daagimaa Mokonnon uummata oromoo biratti baayyee jalatamtaa
@abdelamohammed9823
@abdelamohammed9823 Жыл бұрын
😍👍
@lemesamarye3643
@lemesamarye3643 Жыл бұрын
Gillo anni bayee jaladhuu.
@gaadisajaalalaa1117
@gaadisajaalalaa1117 2 жыл бұрын
Bagaa nagaa dhufte qalii nama bareduu koo ani dhufa yadaa baredaa fi kana nama barumsaa nama kenuudha qabate dhufte jabbadhu bayyee nama tola itti fufu kotu matii naaf taee ani matii sif taee jira ati kotu mana koo matii naaf taee😘
@tesfayemelesemelese7298
@tesfayemelesemelese7298 2 жыл бұрын
Wow
@eskiastafesse1232
@eskiastafesse1232 2 жыл бұрын
I like you
@tesfayesentayehu6498
@tesfayesentayehu6498 2 жыл бұрын
Daagim koo baay`een si jaalladha, garuu maaloo isa tottolchee bareechee si uume, hanga har`aatti akka jiraattu godhe, ``sagalee kee kiloolee kanaan osoo Uumaa kee farfaatte isa biraa badhaasa bara baraa qabdda!! hanga ammaa biyya lafaa kanaaf sirbitee jirtta, kana booda garuu isa sagalee kiilolee akkas bareedu siif kenne Uumaa kee osoo ittiin farfaattee gammachuun koo daangaa hinqabu.
@gurraachamormor8167
@gurraachamormor8167 2 жыл бұрын
waaqni nama kana saba isaa faana umurii nuuf haa dheeressu.baay'ee si jaalanna jabaa keenya.
@desalegnayele7099
@desalegnayele7099 2 жыл бұрын
Maloo gotaako bagaa najiraatee kesumayuu sirbotakee durii keesaa isaa jalqabaa bakka tokot qiidesitii gadii nudhisii .bayye siikabajaa amamaa esaa jirrataa .yoo sidanadamee bilbilake tekstii naagodhii
@ranaahmed8155
@ranaahmed8155 4 жыл бұрын
Addara haromsa muziqa kee babareeda
@gadisawendo7464
@gadisawendo7464 4 жыл бұрын
Daagim,, Ijoolummaa koo fi barataa yuuniversiitii ta'een baayyeen dhageeffaachaan ture.Kanaafuu baayyeen si jaaladha. Garuu gaaffiin qaba. 1ffaa maalif konsartii qophaa'u irratti hin dhihaatu? 2ffaa Sirba kee durii akkasii maalif dabaltee akka duriitti hin baaftuu? Ammayeessuun gaariidha garuu bifa duriin qopheessuun isaa yeroo ammaa uummani isa barbaada isa ammayyaa itti makaa deemta.Dhumma irratti ittuun si argee suuraa si waliin ka'e natti tola.Mucaa kee Moosisaa waliiin waliinan baradhe suuraas waliin qabna.
@mariamsalem5065
@mariamsalem5065 5 жыл бұрын
💔💔😢😢😢
@wondemamoe5189
@wondemamoe5189 5 жыл бұрын
yeroo ijoollummaa kootii na yaadachiise Sagalee isaa baayyee bareeda( akka kootti hutuu ittiin faarfatee isa malee hin dhaggeeffadhu)
@yamiraalgamal5034
@yamiraalgamal5034 6 жыл бұрын
ijolumaa ko nayadachisaa
@tesfayedugassa4089
@tesfayedugassa4089 4 жыл бұрын
Osoo sirboota kee durii irra deebitee hojjettee baayyee namatti tola
@munaayyeshaggejimma3667
@munaayyeshaggejimma3667 6 жыл бұрын
Ayii sabiyyummakon yaadadha sirba kanan
@hitiriyamuhamedmuhamed2381
@hitiriyamuhamedmuhamed2381 7 жыл бұрын
hirafanee woyo jareemagalanii
@jaafarhasan3375
@jaafarhasan3375 8 жыл бұрын
haaaa baayee namatii tolaa jabadhuu jaren magalani
@jaafarhasan3375
@jaafarhasan3375 8 жыл бұрын
haaaa baayee namatii tolaa jabadhuu jaren magalani
@galatahirko2433
@galatahirko2433 9 жыл бұрын
BAAY'EE BAREEDA,BAAY'EES NATTI TOLE! JABAADHU!!!!!!!!!!!!!
@kabbadaaraggaasaa7612
@kabbadaaraggaasaa7612 10 жыл бұрын
baayyee namatti tola
@kabbadaaraggaasaa7612
@kabbadaaraggaasaa7612 10 жыл бұрын
haa dhaggeefatamu
@fayeraolani5342
@fayeraolani5342 10 жыл бұрын
galatooma
@Gindosibu
@Gindosibu 11 жыл бұрын
Sagalee bayye baredu. Ejolumma koo nayadachiisa
@tilahunrabuma
@tilahunrabuma 12 жыл бұрын
Sirba kana bayyeen jalladha,Galatoomi Dagim!
@1Ogrl
@1Ogrl 12 жыл бұрын
yaa rabbi... he has a beautiful voice.... love Dagim kenna
@suntri893
@suntri893 12 жыл бұрын
Sirba baay'een jaalladhu keessaa isa tokko. So sweety. Dagim Baay'ee si jaallanna. dhugumattuu kiilolee. Whenever and wherever ur music is alive. Its taste is like wine.
@mtmobjls9136
@mtmobjls9136 7 жыл бұрын
Sun Tri