Sirba Aadaa Oromoo Godina Horro Guduruu Wallaggaa ti Geerarsa fi weelluu yeroo ammaa kana irraanfatamaa jirudha maaloo Aadaan keenya baduu hin qabu jabeessaa.Jireenyaa Jabaadhu❤
@tolamariamdaba31255 ай бұрын
Jireenyaa Ayyaanaa miti Dasaleti kun
@sinbonee57015 ай бұрын
Kun jireenyaa dasaleeti malee jireenyaa ayana mitti