Пікірлер
@AbdubaWariyo
@AbdubaWariyo 8 сағат бұрын
Balaageen akka shaboo oromoo keessa hin jiru.
@BarisoBalla
@BarisoBalla 8 сағат бұрын
What is the solution of this kind old channel lied to me that means really bad condition is not a good thing for generation?!.
@oriaadiga4011
@oriaadiga4011 9 сағат бұрын
This regime is worse than the one before we ne
@AfeAfandi
@AfeAfandi 10 сағат бұрын
😂 waraabeysiii guyaahundiii waalgaahee😮😮 maaljechaajiraan aniii naaatingaa yamuuu somaaliyanuu araaramtee
@AdunyaUmar-j6w
@AdunyaUmar-j6w 10 сағат бұрын
Akk babbab ja.u lalme🤢
@AndualemGosa-r4m
@AndualemGosa-r4m 12 сағат бұрын
Diyibaa
@MuhamadAliyi
@MuhamadAliyi 14 сағат бұрын
Jowaar qabsoo isaa egaluu malee oromoon hin bilisoomuuu
@YesifieHassen
@YesifieHassen 15 сағат бұрын
Qalibi namacabsuu ibabadina
@Habiibaa-d9w
@Habiibaa-d9w 17 сағат бұрын
👍👍👍👍👍👍👍
@Habiibaa-d9w
@Habiibaa-d9w 17 сағат бұрын
😂😂😂😂😂😂😂😅😅😅
@JamilaKamal-b3j
@JamilaKamal-b3j 21 сағат бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@JamilaKamal-b3j
@JamilaKamal-b3j 21 сағат бұрын
111
@ABDIIAhmadii-s9n
@ABDIIAhmadii-s9n Күн бұрын
❤❤❤❤❤❤
@ObsaAbubaker
@ObsaAbubaker Күн бұрын
An kan na dhibe garuu Oromoo nageenya Oromiyaa fi Itiyoophiyaa fi Ollaa biyya keenya kan hin barbaanne kanaatu na dhibe. Mee GAAMMEEN maaliif akkanatti xibaara?? Moo yoo OROMOON gaaraa galte waan DOOLAARAAN saammatu hin qabu jechuudha. Amma naaf galtee jirtii. Atiis afuufii waan bargar dalagadhu. Media akka kana cufamuuf WBON galuu qofa eeggata.
@MuraadJamaal-df6hg
@MuraadJamaal-df6hg Күн бұрын
Dhugaa kheeti 🎉🎉🎉🎉🎉
@melkamudibesa1645
@melkamudibesa1645 Күн бұрын
Txs Shabo
@HasanKhadir
@HasanKhadir Күн бұрын
Dhugaa dubbatan ofitti ragaa bahan oromoo ajjeesaa turre jedhe hubadhaa yaa jamaa shanee uummata jeeqaa ture warra kana
@gaaddisaatafarii716
@gaaddisaatafarii716 Күн бұрын
@BosonaCillimoo
@BosonaCillimoo Күн бұрын
Eenyuufadha kan ajjeesan Nuf himikaa aboo gurra nutti hin duchiniitii ragaa fidii
@AlyaAlhamdoulilah
@AlyaAlhamdoulilah Күн бұрын
Kkkkkkkkkkkkk
@alemhagere7023
@alemhagere7023 Күн бұрын
Marroon kee Faannoof kutaa waraanaa wallaggatti ijaaree jira.Kanaaf ijoollen keenya baga hattuu ummata keenya darartu dhiiftee galte.Wanti garuu shabboon afuufu KZbin isaarra malee sammuu fi dachee Oromiyaa keessa hin jirtu.Oromoon bilisoomee jira.
@tesfayebekele3467
@tesfayebekele3467 Күн бұрын
Warri WBO diigu irratti bobba'eefi ammaas itti jiru keeysaa tokko sii mitii. Kunoo kaa Faannoon waraana cimaafii hizaaba hinqabne Wallagga keessatti ijaarratte isin warri abbaa garaa bu'aan keessan guddaan kana
@AhmedIbraahin-y4g
@AhmedIbraahin-y4g Күн бұрын
Itifufi
@jigsadiina2099
@jigsadiina2099 Күн бұрын
Jarii kun duruu Oromoota mitt qomoo biratu maqa Odomootiin daldallachaaf samitiif Oromooti duledhaa saroota
@AshaTemam-ih4gk
@AshaTemam-ih4gk Күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤
@oriaadiga4011
@oriaadiga4011 Күн бұрын
Welcome back
@MilitaryMahammadUssoo-d7m
@MilitaryMahammadUssoo-d7m Күн бұрын
Attii Maala qubaa qabda, Namaa Guddaadha, Nuttii Oromodha, Sobaa dhissiiiiiiiiii
@sarrgodanaguyo3892
@sarrgodanaguyo3892 Күн бұрын
Hattummaaf Ganttummaa Moottummaan Itoophia Bobaafatee Akka Looni'tii Akka Fedhuttii Halaa Galfateedha Male WBO Nittii
@sarrgodanaguyo3892
@sarrgodanaguyo3892 Күн бұрын
Gowwaan Ammayyuu Billisoomnee Jedha Gagabdhuun Lubbuu uffiittu Hegachuu Imbeene Hatichi.
@sarrgodanaguyo3892
@sarrgodanaguyo3892 Күн бұрын
Yooyyaa Abera Gammee Galgallo Shabo Median Sagale Ummattaa Anaa Dufu Ittii mudhi Ittii fufi Galatomi Ulfaadhu Gazexeessaa Chima Nuuf Jiraadhu Jiru🙏
@salahhoussein-vb9pf
@salahhoussein-vb9pf Күн бұрын
❤❤❤shabboo wan akkanaa hijedhin
@chalaAhmedAhmed
@chalaAhmedAhmed Күн бұрын
9:37 🎉good 😅😅🎉🎉
@chalaAhmedAhmed
@chalaAhmedAhmed Күн бұрын
9:37
@chalaAhmedAhmed
@chalaAhmedAhmed Күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤dhugaa keeti
@BiyyaGaro
@BiyyaGaro Күн бұрын
shabbo qabson oromo dinagde amara lagachuf gubani barbdesu amara oromiya kessa ajesu barbada kanarati nu ijara
@BiyyaGaro
@BiyyaGaro Күн бұрын
Sahabbo nagan sif hat'u qbson oromo bifa addatin ademu barbada
@mohammednasirabagero5668
@mohammednasirabagero5668 Күн бұрын
Garee qooddee itti hin duliinaa Bakka dhugaan itti. Cabdee barbaadutu gaariidha Namnii guddaan akka keetii arraba dheerachu itu hin taanee dhuhaa dubbachu qaba
@BestOf-o6w
@BestOf-o6w Күн бұрын
Dhugaa raabbii gamee wari bilisoomnee jetu shannee shimaliisi
@LebesiEgeta
@LebesiEgeta Күн бұрын
Kuni duruu hannaa fi saammichaaf itti gale. Garaa malee sammuu hin qabu.
@husengemechu4575
@husengemechu4575 Күн бұрын
ATI qaroodhaa ? harree dhiiga oromootin hudduu salamaa jiruu ooffayu
@AbdubaWariyo
@AbdubaWariyo Күн бұрын
Atuu olola dhaabii yo dhiira taate bosonaatti galii Ani WBO jechuudhaan ummata oromoo qawween fixuuf saamuu irratti bobba,hii malee WBO yaamicha ummata oromoo kabajaan fudhatee nagaan gale abaaruu dhiisi.
@tesfayebekele3467
@tesfayebekele3467 Күн бұрын
Ati ergama BILTSIGINNaa garaaf jecha kan sammuun kee gabroomeedha.. feesbookiifi yuutiyuubi adda addaa irrtti maqa balleessiifi diigama WBO haasawaa oolta, ati raayyaa BILTSIGInnaa miidiyaa irratti bobba'ee ololuudha-garaaf jeette qabsoo ummata oromoo diiguu irratti kan bobba'ateedha
@Ahmedmussa-x2k
@Ahmedmussa-x2k Күн бұрын
Jari dureenuu mootumaatu sagantaaf ergate leenjiftee Abiyi afaan isaatiinuu himeeti jira akka wbo keesaa miseensa qaban Kuni waan haarayaa miti tooftaadha
@AbdubaWariyo
@AbdubaWariyo Күн бұрын
Ammaan booda namii maqaa ani WBO jedhuun bosona keessatti hafu nama qawwee malee qalbii hin qabne qofa ta,a.
@tesfayebekele3467
@tesfayebekele3467 Күн бұрын
Ergama PP ta'uu keetiif ragaan inni tokko miidiyuma kana irrattillee si'a lamaa ol WBO irratti ololaa jirta, yaa garaachaaf jecha sammuun gabrome
@bogaleoda6331
@bogaleoda6331 Күн бұрын
አንተ በፈረንጅ ሀገር ተቀምጠህ ሰው ትሳደባለህ ሰላም ለሀገር መመኘት ምንድን ነው ችግሩ ? እንኳን በሰላም ተመለሱ 🎉
@kedirdire-ub6fh
@kedirdire-ub6fh Күн бұрын
Ololi motuma birahijiru beki baka hololijiru hibetami game a
@kedirdire-ub6fh
@kedirdire-ub6fh Күн бұрын
Game naga hifetu adaa atile
@dheeranejash6400
@dheeranejash6400 Күн бұрын
Ajaiba tuni
@afafalmarbae1463
@afafalmarbae1463 Күн бұрын
Holootaa wahii
@AfeAfandi
@AfeAfandi Күн бұрын
Kijibduu😮
@AbdullahiYusuf-jv1ov
@AbdullahiYusuf-jv1ov Күн бұрын
Jechuu khiyya jechaan oolin Gaammee Style haasawaa jijjiiri