Tartiiba irreechaa
2:00
2 ай бұрын
Irreecha Biyyoota adda addaa
0:46
Argaa Dhageettii
1:22
3 ай бұрын
Irreecha bara 2022 (2015)-1
11:35
2 жыл бұрын
Fireplace - relaxing
6:06
3 жыл бұрын
Sunrise
2:10
3 жыл бұрын
Dabbasaa Guyyoo - Barumsa Gadaa
28:58
Snow fall
3:28
4 жыл бұрын
Sow fall
1:01
4 жыл бұрын
Oromo music - stars of tomorrow
1:30
Stars of tomorrow -1
8:01
11 жыл бұрын
Пікірлер
@TsehayKetema-n6b
@TsehayKetema-n6b 9 күн бұрын
Hojii gaariirra jirtan waanta'eef haaluma kanaan jabaadhaa ittifuufaa!
@LoveMercy-uq1su
@LoveMercy-uq1su 18 күн бұрын
LEEEELLLLLLLLL . . .
@LoveMercy-uq1su
@LoveMercy-uq1su Ай бұрын
bagaa ofakltan ofkalay otto wala'argnee debiietaan yattauu malee wan barreda kakastaniiruu ciimsittan ittiifufaa nuttis ga'ee kenyaa niibaanaa
@Midiyaargaadhageettii
@Midiyaargaadhageettii Ай бұрын
@@LoveMercy-uq1su ulfaadhu
@LoveMercy-uq1su
@LoveMercy-uq1su 2 ай бұрын
waan atii(issin)dalagdhuu dhuugaa UMAA BAKAA BEBIISUUF falaa'ra chaluu falaa'dha dhugaa UMAA OROMO issin hagargaruu barumsaa jechuu akka kessan ammas DIINQAA TAA'II
@LoveMercy-uq1su
@LoveMercy-uq1su 2 ай бұрын
baga geenyee leel leel leel. . .
@LoveMercy-uq1su
@LoveMercy-uq1su 2 ай бұрын
naa'ofalchaa what a great pro wan atii jalqabdee homa jachuu indanda'amuu it must be guudaduu amaa institi'ution made
@NamoMoha
@NamoMoha 2 ай бұрын
Baayyee gaariidha. Jabaadhu!
@Midiyaargaadhageettii
@Midiyaargaadhageettii 2 ай бұрын
@@NamoMoha ulfaadhu!
@Adamum1
@Adamum1 2 ай бұрын
❤❤❤🎉🎉🎉
@sentokella8527
@sentokella8527 2 ай бұрын
Obbo Asnaaqaa nama guddaa, ummatasaaf waan guddaa yaadu, carraaquufi dhama'u, baay'een si dinqisiifadhaa, jabaadhu ammalleen. kana caalaa waan guddaa akka hojjattu abdii guddaan sirraa qabnaa, namni yoo umriinis bilchaatu yoo akkanatti waan dhalootaaf tau hojjachaa deeme gaarii ta'a.
@Midiyaargaadhageettii
@Midiyaargaadhageettii 2 ай бұрын
@@sentokella8527 atilee galata qabda! Dhaloonni dhaamsa waliif dabarsee akka irraa baratu abdii qabna!
@LoveMercy-uq1su
@LoveMercy-uq1su 2 ай бұрын
በኢትዮጲያ ትልቁ ጠንቋይ እጁን ሰጠ እና የቢሾፍቱ ጠንቋይ ምስክርነት በGMM TV ላይ መመልከት ይቻላል
@LoveMercy-uq1su
@LoveMercy-uq1su 2 ай бұрын
የዚህን ሰውዬ ታሪክ በKZbin ላይ መመልከት ይቻላል
@LoveMercy-uq1su
@LoveMercy-uq1su 2 ай бұрын
naganyaa badhadhaa hauu kenyaa wan attii kasstee hunduu dhugadaa nuulee matii bekkaa'lee kan ittiidhabniilee'dhaa ;wan atii jalqabdee wan itii jabatee itiifufuu jiratuudhaa WAQAA JABAA siiyagargaruu ayanii abaa fii hadha kee sii'ya'eguu
@LoveMercy-uq1su
@LoveMercy-uq1su 2 ай бұрын
LEEEEELLLLLLLLL ! ! ! ! ! ! ! !
@lenchomideksa6414
@lenchomideksa6414 3 ай бұрын
Irreessi jaataniiwwaan amantii waaqeffannaa keessaa isa tokko. Irreessi akka waan yeroo birraa fi Afraasa qofatti irreeffatamuutti laalu. Irreessa galmaa Irreessa afa-saaq/daaraa Irreessa Abdaarii Yeroo cidhaa warri misirroo gaafa deebisaaf gara warra intalaa gaafa deemaan irreessaan harka fuudhu.bara kana maalaqaatti jijjiiramuus ammaas ni jira.irreessi waa hunda guuta jedha oromoon. Namni gaafa irreessaaf malkaas ta'ee Tulluu deemu Qulqullummaan deemuu qaba.irreessi ayyaana amantii waaqeffannaa keessaa isa tokko.bakki irreessi keessa hin jirre hin jiru.dhimma irreessaa tokkoon tokkoon babalisaanii ilaaluu barbaachisa.oromoon malkaa ykn murqaa gogaatti hin irreeffatamu.kuniis wanti gogaan ayyaana waan hin qabneef.irreessa finfinnee irratti atamiin gandaa harka namaan hojjatame irraa gara burqaa kaleessaatti akka deebisuun danda'aamu irratti marii gochuu qabna.
@Midiyaargaadhageettii
@Midiyaargaadhageettii 3 ай бұрын
Yaada kaafte kana tokko tokko tuttuquu yaallerra. Yaanni isin kaaftaniif, gaafin dhiyeessitan marii keenya itti aanu keessatti irratti mari'anna. Kanaaf yaada keessan nuuf ergaa. Kuni marii jalqabaati, marii hedduu namoota hedduu waliin taasisuuf jenna. Galatoomi.
@LataGedafa-w3x
@LataGedafa-w3x 3 ай бұрын
Guddaa galatoomi obbo Asnaaqaa; waan keenya akka barannuu fi hubannoo argannuu. Mee namoota akka obbo Dirribii Damisee fi abbootii Gadaa Booraanaa faa osoo akkatti gaaffii deebiin gara kanatti fiddu jiraatee baayee gaarii dha.
@Midiyaargaadhageettii
@Midiyaargaadhageettii 3 ай бұрын
Yaada bareeda. Nuti itti jabaannaa, isinis share gochuudhan dhaqqabsuu jabaadhaa
@LoveMercy-uq1su
@LoveMercy-uq1su 3 ай бұрын
AMIN
@LoveMercy-uq1su
@LoveMercy-uq1su 3 ай бұрын
Dhifamaa nuufgoodaatii bara darbee wajiraa addafii turizimii fiiabotii gada wajiin wan umameef itiilaalamuu qaba
@LoveMercy-uq1su
@LoveMercy-uq1su 3 ай бұрын
naa'ofkalaa Oboo Asnaqaa kaan yeroo madaluu qabattanii dhiiyatuu keessan galataa qabdan GALAATOMAA
@Midiyaargaadhageettii
@Midiyaargaadhageettii 3 ай бұрын
Atillee ulfaadhu nu jajjabeessuu keetif
@abdibadada4051
@abdibadada4051 3 ай бұрын
Heedduu Galatoomaa
@azuuleetube
@azuuleetube 2 жыл бұрын
Gorsa dhuka qabu. Mootummaan dogongorarraa baruuf fedhii hin qabu. Ummata womtii dhaabsisuu hin danda'u. Adhaaf itti haa fakkaatuu malee. Isin Galatoomaa.
@theconfusedoromo5361
@theconfusedoromo5361 4 жыл бұрын
Jabaadhaa.
@gorjegeleta5276
@gorjegeleta5276 4 жыл бұрын
😭🙏😭🙏😭🙏😭📔✔️📔✔️📔✔️📔✔️📔✔️📔✔️📔✔️📔✔️📔✔️📔✔️📔✔️📔✔️📔✔️🙏✔️💪📔💪📔💪📔💪🙏💪📔💪📔💪📔💪📔✔️👆⚖️👆⏳✔️📔💪💪👆📔⛳👆
@gorjegeleta5276
@gorjegeleta5276 4 жыл бұрын
MAALLI 🥞🥞🥞❓❓👆👆😭🙏😭🙏😭🙏😭🙏😭🙏📔🙏📔🙏📔🙏📔✔️⏳🌿👆⚖️🙏✍️🍃🕎✍️🍃📔✔️
@Midiyaargaadhageettii
@Midiyaargaadhageettii 4 жыл бұрын
Gumiin Waaqeffannaa Addunyaa Xalayaa Muummicha Ministeera Tophiyaatif erge
@itallawalisoooromiiyaabiya4492
@itallawalisoooromiiyaabiya4492 7 жыл бұрын
Jabadhaa Lamiikoo
@Ayyuusa
@Ayyuusa 7 жыл бұрын
Walaloo shaggaa Ob. Asnaaqee Erkoo yaadatnoo dhumaatii namoota 700 ol irreecha irratti Tigireen fixxef walaleesse. Warra gumaa baasu nu haa godhu!!!
@Midiyaargaadhageettii
@Midiyaargaadhageettii 7 жыл бұрын
Kan barreessee dubbise obbo Amaan Kadiir. Ani nan maxxanse
@الرميساءالابيه
@الرميساءالابيه 8 жыл бұрын
maloo yaa ummata Oromo Hori wal hin Qalatina YKN Dematoo iddo dinni jiru dhaqa lola Namota Nagan bahe galu hin xuqina Rabbii sodadha D.T Saudi Arabia irra