Motummaan nannoo amaraa kessaa fannoo qulqullesaa hin jiru ni soba fanon yero gara katama dhufte qofa itti tukisu
@bilisumatahiro989525 минут бұрын
Galattomi dhuga atti nama ajjaibatti ittii fufi ❤❤❤❤❤
@MaxamedNaasir-d6y2 сағат бұрын
Jaabadhu siwooliin jiirra
@JamsukaaIbrahim4 сағат бұрын
Culullee welcome
@ArabuuSaid2 сағат бұрын
Maashaa aalha
@LeliseD-x1x20 минут бұрын
nutile garbuma jala bane dacha dacha gone bina Abba Kenya jawari Kan olitu malafi ture Mali gona Bala gantu abbiyi fi hin darba homa miti ati jabadhu Kan yon sin jedhu bayen gadda jira dhuga jabadhu tole
@awolababiyaa46522 сағат бұрын
Aboo. Ati nama sabboonaa tahu kee. Dhihenya kana sibeeke. Garuu daayilamaa jechuu beekta laata? gara tokko qofarratti jallatte oduu osoo himuu baatte? Hundaafu injifannoo argame jettelle nutuu dhageenye jirra oduu madaalawaa dabarsuuf yaali me ! Jabaadhu
@FaizHamad-q1u2 сағат бұрын
Dhuguma cululle ati jabadhu
@AliyyiiAbdala-d4c4 сағат бұрын
Darasi jechaa jedhuu hin fayadamin Afan oromo miti Oke