3rd Haacaaluu Hundeessaa Award

  Рет қаралды 15,030

Hachalu Hundessa

Hachalu Hundessa

Күн бұрын

Sirna Badhaasa Hacaaluu Hundeessaa marsaa 3ffaa fi Yaadannoo Wareegamuu Hacaaluu Hundeessaa waggaa 4ffaa

Пікірлер: 137
@MekiyaLemecha
@MekiyaLemecha 3 ай бұрын
Warrii isaa ajjestan..manni kessan yeroo hundaa gaddan haa gutamu.... nagaa hin argatina... Nageeny isiin irraa haa fagatuu.. Abaarama.... Gammachun isiin irraa fagaatuu... Barrii jireenyaa kessani bo'ichaa isinif haa ta'u!
@Gelila67
@Gelila67 3 ай бұрын
የምትገርም ሴት እውነት በጣም ጠንካራ ጎበዝ የምለው ቃል አንቺን አይገልፅሽም ጀግና ሴት የዘመኔ ጀግና ብዬሻለሁ የሀጩ ሚስት የጀግና ሚስት ጀግንት ንግስት 🙏🙏🙏
@pincode2821
@pincode2821 3 ай бұрын
Warrii haccee ajjeestanis warrii ajesistaniin lafarrattis waqqarattis gubbadhaa akkaa nuu gubdaan😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@fikrujaleta4082
@fikrujaleta4082 3 ай бұрын
dhugaan nii qallatti malee hincittu,warri yakka kan hojtee immimaana jaalallee issaa fi kan keenya dhangalaftan rabbi isin nigaaffata
@HamidMamee
@HamidMamee 3 ай бұрын
Warra ilmaan Acee hiyyoomse ilmaan keessan rabbiin haa hiyyoomsu yeruma takkallee nagaya hin argatinaa
@FiraaolAhmed5
@FiraaolAhmed5 3 ай бұрын
Haacaaluu nyaatani Nitti of faarsu. Nutis Beeknes haa ta'uu Osoo hin beekin Motummaa kana faarsina.
@GGU900
@GGU900 3 ай бұрын
Gubaa garaa kooti eenyuutu naaf arga waanan godhuus waanan jedhuus ergan dhadhabee waggaan 4 darbe😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔
@messtube9065
@messtube9065 3 ай бұрын
Wayyoo haccee ko gubadhee malummaa nuufi wayyaa garaa nuu gubbatee qaali kenyaa essummanii sii arginaa laata wayyooo💔😭
@melaalaaAddunyaa
@melaalaaAddunyaa 3 ай бұрын
Imimmanaa Umata kunii ibidaa ta'e isni haa guduu Akka nu gudaaniti gudadhaa warra Hacee Ajeeseta Abiy dabalatee bara keessan gadaan haa gutamuu 🥹🥹😭 Erga hacee wareegamee jireenyaa jibbee Akka qoorreetti nu madeessitee bar haceekoo😭😭😭
@BekiiBarakat
@BekiiBarakat 3 ай бұрын
llubbuun kee nagaa guddadhaan haa nuff boqattuu haacee qixxee kuma❤❤❤❤❤❤❤
@BekiiBarakat
@BekiiBarakat 3 ай бұрын
Garuu warrii issa ajjeessee bakka jirtanittii halkanii guyyaa gubaadhaa gubaa dhuma hin qabnee
@nuraarsiiboqojjii3693
@nuraarsiiboqojjii3693 3 ай бұрын
Qaroo jamtee haftee Dhugaa baddee Hacee koo💔😢
@AlfinishHey-fm3xw
@AlfinishHey-fm3xw 3 ай бұрын
Hacceekoo 😢😢😢😢😢😢❤❤❤
@kemeriakela9761
@kemeriakela9761 3 ай бұрын
Haccee koo gaafa xiiqii keessi keenyaa yomiyyuu si'iif gubataadha gubaneeeee💔💔💔💔💔💔😭😭😭😭
@HusniyaaAbdulkadir-se4pn
@HusniyaaAbdulkadir-se4pn 3 ай бұрын
Haccee jirenya jiruu hin tane nuti dhifte demte an ke😭😭😭😭
@JohnWTube-tp2ls
@JohnWTube-tp2ls 3 ай бұрын
hacee lubbu keef jannata haa qananisuu .dhugaa kee rabbi haa baasu
@kebederegassa4399
@kebederegassa4399 3 ай бұрын
😢😢😢😢😢😢 Haceekoo,ossoo imimmaan roobu du'aa nama kaasa ta'e situ ka'a ture.Jabadhu Hadha Wabii,jabadhaa Oromooti gantuu fi yartummaa of keessa hin qabne oromummaaf Quqamtan marti
@gobenakumela7848
@gobenakumela7848 3 ай бұрын
haace love you!!!
@qalloowarratuulamaashaggar1477
@qalloowarratuulamaashaggar1477 3 ай бұрын
Oromoo koo keessi isaani gubate hacee koo maaluma tanu laata😭😭😭😭Gootitti loo baguma kan hacees hintala oromoo taatee beektu koo ati jabduudha❤❤❤
@nuraarsiiboqojjii3693
@nuraarsiiboqojjii3693 3 ай бұрын
Hadhaa Wabii Giiftii duree worqii Hacee hundaa dadeessuu koo jabduu akkaa Siibilaa dubratii akka kee garree anii.💪
@thameemadxb1136
@thameemadxb1136 3 ай бұрын
Hachee 💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@aldaam8678
@aldaam8678 3 ай бұрын
Warrii hacee ajeftaan boqanaa hin argatiina 🖤💔😭😭
@tolinaOfficial
@tolinaOfficial 3 ай бұрын
Gumaan Hacee har'aas Hin baane Oromoo dammaqii
@nuraarsiiboqojjii3693
@nuraarsiiboqojjii3693 3 ай бұрын
Hacuu koo😢😢😢😢😢😭😭😭
@eyozethio7930
@eyozethio7930 3 ай бұрын
for there ilaalcha siyaasaa isaan mootii tokkicha ajjeesu am really sad ever time i sow his music garuu maal iyyuu yoo ta'e dhiiga keenya keessa jira 😢😢😢😢😢
@Isak_Tube7
@Isak_Tube7 3 ай бұрын
Warri Hacee ajjeestan fi dhugaa isaa dhoksitan akkuma nu gubdan gubadhaa
@Gelila67
@Gelila67 3 ай бұрын
ሀጩ እንደ ቀልድ 4 ዓመት ሞላ 🥺🥺🥺😭😭
@embetigermaa524
@embetigermaa524 3 ай бұрын
😭😭😭😭😭💔
@hawinetzewdu
@hawinetzewdu 3 ай бұрын
Rip
@GonfaAbdi
@GonfaAbdi 3 ай бұрын
Haaceekoo 😭😭😭💔💔💔
@FiraolGetachew-zd6lm
@FiraolGetachew-zd6lm 3 ай бұрын
💔💔💔💔dhalotni yomu si hin iranfatu
@nebiyatabasanbi8513
@nebiyatabasanbi8513 3 ай бұрын
Gubaa barraa jirrenya kotii😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@zediines7732
@zediines7732 3 ай бұрын
hacee koo 😭😭😭❤❤❤
@shumituchaka9090
@shumituchaka9090 3 ай бұрын
Uuuuuuuffffff hacee gotaa gafaa xiqii essaa si finaa maloo gubanee uuuuuuuffffff waqayyoo lubbuu kee haa maruu gumaa kees waqayyoo haa barbaduu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@shhs6678
@shhs6678 3 ай бұрын
Hacee koo 😭😭😭😭😭
@davidatsu1254
@davidatsu1254 3 ай бұрын
Gubadhe 😭💔
@gduduhig7988
@gduduhig7988 3 ай бұрын
Haccee koo😭😭😭
@SurprisedBlockGame-gr9vk
@SurprisedBlockGame-gr9vk 3 ай бұрын
💕💕💕💕💕💕
@Gaddise
@Gaddise 3 ай бұрын
Hacee 💔 mataa dhirra 💪🥺
@AAa-sv1gz
@AAa-sv1gz 3 ай бұрын
Hacee koo 😢😢😢😢😢
@jaffanigussie2248
@jaffanigussie2248 3 ай бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 Hacekoo lubbuun kee nagaan haa boqqottuu
@maqdsakalu21
@maqdsakalu21 3 ай бұрын
Haacee😭😭😭😭💔💔💔
@urjiioromia5833
@urjiioromia5833 3 ай бұрын
Guyya dhaggeeytiif hin tollee
@derarajote9645
@derarajote9645 3 ай бұрын
OROOMOON NAMAA HACCEE NYATAA TOLCHETII BEKAA
@f2world-ne7xb4wq1e
@f2world-ne7xb4wq1e 3 ай бұрын
❤❤❤❤
@etalemmedia1502
@etalemmedia1502 3 ай бұрын
😭😭😭😭😭😭💔😭😭😭😭😭💔
@milkesawako6478
@milkesawako6478 3 ай бұрын
Moote jiraatta bara baran haceekoo onnee dhaloota keessa😭😭😭
@GadisGadis-ru2vr
@GadisGadis-ru2vr 3 ай бұрын
😢😢😢😢😢 uuuuuuuuf hacee.koo
@esayasetana1806
@esayasetana1806 3 ай бұрын
Hacee mataa Dhiraa 😢😢😢😢 jirtaa onnee keenya kessa
@RaadiyaMuhammad
@RaadiyaMuhammad 3 ай бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭🥰❤️
@firdosebrahim9936
@firdosebrahim9936 3 ай бұрын
Forever In our heart
@Cotucotu377
@Cotucotu377 3 ай бұрын
😭😭😭😭😭hacked koo💔💔💔💔😭😭😭😭😭
@demebos1
@demebos1 3 ай бұрын
😭😭😭😭😭 Har'as Dhugaan keen baane Hacee😭😭😭💔💔💔💔😭
@ComCell-e3v
@ComCell-e3v 3 ай бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@burqaaentertainmenttube989
@burqaaentertainmenttube989 3 ай бұрын
😭😭😭😭😭
@giftibitima3775
@giftibitima3775 3 ай бұрын
Hacheeekooo we misds
@etalemmedia1502
@etalemmedia1502 3 ай бұрын
Uuuufff gubane yaa haacee koo😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@KalilSaad-s9d
@KalilSaad-s9d 3 ай бұрын
Uuuuuii😢😢😢😢😢😢😢
@kiyyaakoo2375
@kiyyaakoo2375 3 ай бұрын
𝐃𝐡𝐮𝐠𝐚𝐚𝐤𝐨𝐨 𝐡𝐚𝐜𝐞𝐞 𝐡𝐚𝐭𝐢 𝐝𝐡𝐮𝐠𝐚𝐝𝐡𝐚 𝐝𝐡𝐮𝐠𝐚𝐧 𝐦𝐚𝐪𝐚 𝐛𝐢𝐫𝐚 𝐡𝐢𝐧 𝐪𝐚𝐛𝐮 😭😭😭😭😭
@biqiltuutaddasa4869
@biqiltuutaddasa4869 3 ай бұрын
Uuuuuuufffff 😭😭😭😭😭
@qenanigonfa6497
@qenanigonfa6497 3 ай бұрын
😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔
@Segy-l1q
@Segy-l1q 3 ай бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@Haniyelomileji
@Haniyelomileji 3 ай бұрын
😢😢❤❤❤❤❤
@Samiramahamed-v7o
@Samiramahamed-v7o 3 ай бұрын
Uuuuuuuuuuuufff hace koo
@NaaturiiBogalasaboka
@NaaturiiBogalasaboka 3 ай бұрын
💔💔💔💔💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭
@quluceiluu5780
@quluceiluu5780 3 ай бұрын
Hachee 😢😢😢
@JawaarSaafanoo430
@JawaarSaafanoo430 3 ай бұрын
Dhugaa Hcee Rabbi haa Baasu😢😭😭😭😿😿
@HodanAli-d9i
@HodanAli-d9i 3 ай бұрын
😭😭😭😭💔🕊️
@francies7859
@francies7859 3 ай бұрын
💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔
@amikowesam2669
@amikowesam2669 3 ай бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭
@jshe6836
@jshe6836 3 ай бұрын
Uuuuffffff yaa haacee koo😢😢😢
@zeyinabihussen3087
@zeyinabihussen3087 3 ай бұрын
😭😭😭😭😭☝️☝️☝️💔💔💔
@bekanreshid1405
@bekanreshid1405 3 ай бұрын
Hacceen koo anaaf kophaa isaa biyya😂😂😂😂😂
@BirtukanTamirat
@BirtukanTamirat 3 ай бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔
@nuraarsiiboqojjii3693
@nuraarsiiboqojjii3693 3 ай бұрын
Gubannee😭😭😭😭
@samuser4173
@samuser4173 3 ай бұрын
💔💔💔💔💔💔💔🖤🖤🖤🖤🖤😢😢😢😢
@mulukensamuel8874
@mulukensamuel8874 3 ай бұрын
RIP Hachee Koo😢😢😢😢😢😢
@senchdev
@senchdev 3 ай бұрын
LIFE TIME PAIN
@Eyerus-bw5cj
@Eyerus-bw5cj 3 ай бұрын
Like 1000 view 10000
@KololeeNanoo
@KololeeNanoo 3 ай бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@MimiDisy
@MimiDisy 3 ай бұрын
Hacee ko 😢😢😢
@nimomesi6592
@nimomesi6592 3 ай бұрын
😭
@gutagirma7976
@gutagirma7976 3 ай бұрын
💔😢
@davidatsu1254
@davidatsu1254 3 ай бұрын
Fly high young man
@dametube3226
@dametube3226 3 ай бұрын
,😭😭😭😭😭💔
@isaqwage
@isaqwage 3 ай бұрын
Gootaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤Gootaa❤❤❤❤❤❤Oli❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@AbdiMohammed-yh6mu
@AbdiMohammed-yh6mu 3 ай бұрын
Hacce koo😭😭😭😭😭😭😭😭💔🕊
@ephrembedhaso7741
@ephrembedhaso7741 3 ай бұрын
😢😢😢 hacce Koo
@AmanuelAmante-r4d
@AmanuelAmante-r4d 3 ай бұрын
Where is HACAALUU family
@derarajote9645
@derarajote9645 3 ай бұрын
Haacceen jiraa bara hangaa baratii galmee seenaa oroomoo hacceen nii warreegaamee kan haccee ajjeesee garuu nii du,ee bara hangaa baratii liqiissii
@KenuuKoooi
@KenuuKoooi 3 ай бұрын
😓😥😥😥😥😥
@waltejitola3337
@waltejitola3337 3 ай бұрын
Haceekoo
@gelayeeticha-wv9ed
@gelayeeticha-wv9ed 3 ай бұрын
Hacee
@user-lo9oc3oj3c
@user-lo9oc3oj3c 3 ай бұрын
Uuufff uuufff hacee😭😭😭😭
@kennaawaaqayyoo4852
@kennaawaaqayyoo4852 3 ай бұрын
Oromoon kuni "Subscribe fi like" hin beekuyyuu. Nuti meeqa?, Kan namaa hoo'isuuf 1ffaa, haha ha, k k k k, me waan dubbi jabduu qabdu kanallee like fi subscribe.
@Seifui
@Seifui 3 ай бұрын
😂😂😂
@genetfami2197
@genetfami2197 3 ай бұрын
Hacee koo 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@asfs8592
@asfs8592 3 ай бұрын
😢😢😢😢😢🤲☝
@YohannisKefala
@YohannisKefala 3 ай бұрын
😢😢😢😢😢😮
@kiyyaakoo2375
@kiyyaakoo2375 3 ай бұрын
𝐔𝐮𝐮𝐮𝐮𝐮𝐮𝐮𝐮𝐮𝐮𝐮𝐮𝐮𝐮𝐮𝐟😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
3rd Hachalu Hundessa Award Highlight
1:53
Hachalu Hundessa
Рет қаралды 9 М.
3rd Haacaaluu Hundeessaa Award
1:54:47
Hachalu Hundessa
Рет қаралды 53 М.
Players vs Corner Flags 🤯
00:28
LE FOOT EN VIDÉO
Рет қаралды 91 МЛН
Will A Guitar Boat Hold My Weight?
00:20
MrBeast
Рет қаралды 276 МЛН
Haacaaluu waliin firummaa qabduu?  Faar. Solomoon Alamuu
28:58
Qaanqee Show
Рет қаралды 143 М.
Leul Sisay - ሙሉ አልበም _ All Tracks (Official Audio)
1:04:53