Aartiistii Oromoo Jajjabeessuun hin barbaachisu. Aartiisti Gadaa Hamdaa

  Рет қаралды 18,055

Qaanqee Show

Qaanqee Show

Күн бұрын

Пікірлер: 78
@faamishaatube
@faamishaatube 2 ай бұрын
Dhugaa dubbachuuf haasawni gadaa hedduu minawa osoon hin quufin najalaa dhume mee warri akka kiyyaa isinitti tolee like
@foziyaakedirkana8433
@foziyaakedirkana8433 Ай бұрын
Haa,sofnni Artist Gadaa Hamadaa hedduu nama tola nuuf jiraadhu .rabbi Fayyaaf Umrii dheertuu siif haa kennu amms akka waan bareeda tokkoon saba keetti asbaatu abdii sirraa qabinnaa jabaadhu jabaa keenna.❤ Qaanqee show ykn J/Habtaamu atis dedduu Galatoomi 👌🙏❤️
@bonsatibeso528
@bonsatibeso528 2 ай бұрын
Gadaa ❤ Jabaa akkuma maqaa isaa🎉
@KhalidMifta
@KhalidMifta 2 ай бұрын
Dhugaa dubbachuuf ijoolleen shaashee aartii qofa miti waanuma hundaan qaxaleedha.Gadaa hamdaa jabaa namaa jabaadhu.
@NesirJems
@NesirJems 2 ай бұрын
Gadaa Hamdaa sin jalanaa qalamnii kee qalamni kee hin gu'in ;;
@gemechuabu1337
@gemechuabu1337 2 ай бұрын
Gadaa, aartistii baay'ee cimaa dha. Tifoozoo waan hin qabneef malee, he is the best👌
@KaasiiSii
@KaasiiSii Ай бұрын
Mucaa Kun jabadhaa dhugama Dubin inni dubatuu bro
@Daabee942
@Daabee942 2 ай бұрын
Gadaa Hamdaa yaada bilchataa kennite i'm proud of you umrii dheeradhu.
@UrjiiSoboka
@UrjiiSoboka 2 ай бұрын
Dhugaa waan Bareedaa qophiin kee Habatee jabaadhu❤
@SeenaEshetu
@SeenaEshetu 2 ай бұрын
Art Gadaa hojjii Baay'ee bareeda hojjachaa jirta jabadhuu kanumaan ittii fufii
@qayootube4677
@qayootube4677 2 ай бұрын
Gada dhugumaani bilchatadha atii❤
@Seko_Nadhii
@Seko_Nadhii 2 ай бұрын
Gaddaa Koo lencaa sanyii lencaa ❤️
@madinahhirphoo5547
@madinahhirphoo5547 2 ай бұрын
Gadaayee nuf jabadhuu muca shashee❤🎉
@MahammadAbdishe
@MahammadAbdishe 2 ай бұрын
Yaada Gadaan Hamdaa ja'een(kaaseen) 100% waliifiin Gala Sababni isaa Dhaaba Oromoo kamiinuu olitti Arttiin Oromoo Qabsoo sabaa hanga ammaa misaa'ilaa taatee oofaa jirti.
@orotiktokshow7872
@orotiktokshow7872 2 ай бұрын
Legend guest ❤❤😊❤😊
@fatihamuhammad3430
@fatihamuhammad3430 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤jaba nama jabadhu🎉🎉❤
@abdurahmankalif3172
@abdurahmankalif3172 2 ай бұрын
Habtee ustaaz bakka jatte san maalif sirri hin goone sirreessi
@aishaseid4972
@aishaseid4972 2 ай бұрын
Gada Hamdaa, tasgabaayya. Nuuf jiraadhu. Thank you dhugaa dubbatu keetiif.
@BIRUBEKELE-o9v
@BIRUBEKELE-o9v 2 ай бұрын
Jabaa keenyaa nuuf jiraadhuu
@jomama151
@jomama151 2 ай бұрын
Sagantaa bareedadha Gada galtoomi ilaalcha gaarii sirraa baradhe ❤❤❤😂😂😂
@alexina6405
@alexina6405 2 ай бұрын
Gadaan sirriidha. Habtaamuun waa’ee gosaa qoradhu.
@Ijoolleemaqii
@Ijoolleemaqii 2 ай бұрын
Wow gadaa hin dandessa
@YassinAman-k2v
@YassinAman-k2v 2 ай бұрын
Gadaa hamdaa nama guddaan biyyaa kooti❤❤❤
@AishaBeshir
@AishaBeshir 2 ай бұрын
Gadaa Dhugaa atti hayuudha jecha ittiin sii ibsu hin qabu
@Sadem_motivation
@Sadem_motivation 2 ай бұрын
Habte win atis anis 🏆
@kenenisaabebe1_21
@kenenisaabebe1_21 2 ай бұрын
Haftee ofii ketiif interview kana ira debiyii ilalii gargaruma kesan wow gadaa
@abera-bp6rr
@abera-bp6rr 2 ай бұрын
I ,really, liked the interview Gadaa had. I learnt and others also should learn is that how education shape our thinking and thought. I appreciate him much. Besides ,He is my favorite singer.Dear Gadaa ''Heeduu Galatomii!''
@gulaledaches4647
@gulaledaches4647 2 ай бұрын
Yooyaa jenee Habtish Akkam ati
@NuredinHaji-l4w
@NuredinHaji-l4w 2 ай бұрын
Love it
@abdulsemadmeribo9043
@abdulsemadmeribo9043 2 ай бұрын
Gadaa nama cimaa
@fateahmed3049
@fateahmed3049 2 ай бұрын
Waww galetomi Abtis Geda nufi hafaru ketif
@fateahmed3049
@fateahmed3049 2 ай бұрын
Hamda❤❤❤ 1fadha
@odaakeenya
@odaakeenya 2 ай бұрын
gurbaa cimaa!
@tamirathaile777
@tamirathaile777 2 ай бұрын
Habtish nagaan siif maatii ke waliin!! Introduction music sagantaa kana 'Tokkumaa tokkummaa!' ufff... Uummata koo ammas itti yaada😢!!
@UkashaAbdo
@UkashaAbdo 2 ай бұрын
Wow wow dhugaa gadaa kana hedduu jaalladha
@muradisa5818
@muradisa5818 2 ай бұрын
Ramadan chimdessa nuu fidi Habtish
@orotiktokshow7872
@orotiktokshow7872 2 ай бұрын
The best guest 😊
@lemijemal960
@lemijemal960 2 ай бұрын
Artistii keenyaa haa jabeefanu
@AbdullahIbsa-l9u
@AbdullahIbsa-l9u 2 ай бұрын
Raayyaa abbaa maccaa nuu fidii please haftee
@abdulkadirbekere5636
@abdulkadirbekere5636 2 ай бұрын
NIce Gadaa Ati dhiiraa!!
@gezahegngudisa6456
@gezahegngudisa6456 2 ай бұрын
Gadaa gurbaa qaxalee 🎉 Ilma H/Hamdaa Bariisoo (Nama guddaa). Akkuma JU irraa eebbifameen sirba RVU faarsu sagantaa eebba Kampaasii Asallaatti gaaf sirbe yoomu hin dagadhu
@Abdiitakala
@Abdiitakala 2 ай бұрын
Dhugaa dubachuuf haasa keessan baayyeema jaalladhe osso hin qufuufini na jalaa dhumee mee warri akka kiyya haasa isaani hin qufnee like godha❤
@HakimTola
@HakimTola 2 ай бұрын
Ramadan cimeessaa Nuuf dhiyeessaa
@kuushioromo5548
@kuushioromo5548 2 ай бұрын
"keenna Dubbiin oluma,jibbitu jaalatullee,Leeca Sareen maal gooti baay'atulle !?👌
@Hayatt-y8v
@Hayatt-y8v 2 ай бұрын
Wwww yaadaa Gaaridhaa
@MOHAMMEDCONSTRUCTION
@MOHAMMEDCONSTRUCTION 2 ай бұрын
Akkamjirta Habtaamu lamu bilbili keen barbaade ture akamiti argachu danda'a
@AdnanJohar-e5h
@AdnanJohar-e5h 2 ай бұрын
Good boy
@KadijaHassen-pj6vv
@KadijaHassen-pj6vv 2 ай бұрын
♥️🙏♥️
@yadanoasefa
@yadanoasefa 2 ай бұрын
wow cimaadha ati
@sitotawberhanu4279
@sitotawberhanu4279 2 ай бұрын
❤❤❤
@SafitiBilu
@SafitiBilu 2 ай бұрын
Dhiiraa nama!!
@Khadiza-xp8rl
@Khadiza-xp8rl 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤😊👍
@mohammedkedier-fq2lq
@mohammedkedier-fq2lq 2 ай бұрын
👍
@badriadam696
@badriadam696 2 ай бұрын
Oromoon barumsa abaabiileen uumanii ittiin bulaa as gahan irraa safuu fi namooma beeka. Ati yaroo mara gaafa oromoon waan gaarii hojjatu, safuu oromummaa agartu sirnoota Arabaa fi Isaa,ilootatti harkifta. Maaloo waan akkanaa kana irraa if qusadhu.Meediya kee kanaas Amantii nyaaphaa dhaadhessuu dhiisi. Oromummaa qofa irratti xiyyeeffadhu
@ddj9516
@ddj9516 2 ай бұрын
Deebii aja'ibatti!!
@ChalaWar
@ChalaWar 2 ай бұрын
jabaa gurbaa jibaadhu gadaa keenna
@daawaafiidawaa8451
@daawaafiidawaa8451 Ай бұрын
Maalo obboo maraataafi rarataa hunda ustaaza jettaan ?Ustaaz jechuun ,! Barsiisaa amantiiti malee .wallisaan hin malu,
@Meiry756
@Meiry756 2 ай бұрын
Be’mimeta Gize Be’OROMO ‘’’ MERET ‘’’ Be’mulu Ye’OROMO’miya ‘’’ BANDERA ‘’’ Bicha MELEBLEB Alebet !!! Ye’Menelik BANDERA Be’OROMO MERET Bota Yelewim !!!
@AhmadHussenalii
@AhmadHussenalii 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤ ❤ ❤ ❤
@buttadulodefi6700
@buttadulodefi6700 2 ай бұрын
General keessummichi kee har'aa mana barnootaa si galche. hhhh. Ammas yaada isaa ka hubatte hin fakkaatuu. Ka gurbichi siif himaa jiru, mata duree ati marii kanaaf keette osoo hin taane, akka itti dhaadheffatnu beekuu qabna jedhe😢
@HussinAr
@HussinAr 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
@DursaYakin
@DursaYakin 2 ай бұрын
Iskayyaas muzamir nuf fidii
@yadanoasefa
@yadanoasefa 2 ай бұрын
mucaa kana wama ta,e ammallee dabalii nu hsofsiisi
@NesirJems
@NesirJems 2 ай бұрын
wan ati natti tolte kessaa tokko dubbii passward qabuu dubbatee
@mbd-mfma
@mbd-mfma 2 ай бұрын
Ppppp gurbaan dhugamaanuu pyschologistiidha. Beekkumsa guddaa dabarsa. Bara doofaaaan media toowatetti namoonni akkanaa baayyee hin beekamin.
@NuradiinJamaal-n6s
@NuradiinJamaal-n6s 2 ай бұрын
Anii gaafiin is isara qabu matii qabaa ilman meeqa qaba amaf ho Esa jirata umata oromotiif maal hojachu barbaada
@gulaledaches4647
@gulaledaches4647 2 ай бұрын
Pirojaktii Asharaa gurachaa 80% Uwisuu keeysan maaf hin gabasnee ?
@Abdiitakala
@Abdiitakala 2 ай бұрын
Dhugaa dubachuuf haasa keessan baayyeema jaalladhe osso hin qufuufini na jalaa dhumee mee warri akka kiyya haasa isaani hin qufnee like godha❤
@hibakind123
@hibakind123 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@MusxafaaBunii
@MusxafaaBunii 2 ай бұрын
❤❤❤
@qamreaaa4383
@qamreaaa4383 2 ай бұрын
❤❤❤🎉🎉
@hannageletafeysa9542
@hannageletafeysa9542 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@RiyadGemachu
@RiyadGemachu 2 ай бұрын
❤❤❤🎉
@RdaKdr
@RdaKdr 2 ай бұрын
❤❤
@Mijuu_oro
@Mijuu_oro 2 ай бұрын
❤❤❤❤
@AdishuMehamed-yt1ex
@AdishuMehamed-yt1ex Ай бұрын
❤❤❤🎉🎉
@YassinAman-k2v
@YassinAman-k2v 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤
@GelaneAlemu-s6j
@GelaneAlemu-s6j 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤
Gingilchaa: Dr Abiy Jimmaa Guutummaan Guutuutti diige!
28:16
Qaanqee Show
Рет қаралды 3,9 М.
When you have a very capricious child 😂😘👍
00:16
Like Asiya
Рет қаралды 18 МЛН
The Best Band 😅 #toshleh #viralshort
00:11
Toshleh
Рет қаралды 22 МЛН
黑天使被操控了#short #angel #clown
00:40
Super Beauty team
Рет қаралды 61 МЛН
Guutuu Shifarraa || Live Worship || Beetel Jamoo
17:30
Bethel Jemo Official
Рет қаралды 50 М.
Mana Warrakoo Gubeera ELYAAS YIRDAW Gammadaa Show 2024
1:08:06
Risaa Media
Рет қаралды 9 М.
"Qabeenya Biyyaa" Aartisti Muktaar Adeeroo
35:09
Qaanqee Show
Рет қаралды 3,3 М.
Qarshii Miliyoona 19!!  Aartiisti Tafarii Salaalee
38:31
Qaanqee Show
Рет қаралды 26 М.
Жекпе-жек. Төртінші тур | Екінші топ | Jaidarman 2022
1:6:41
Хорошее время было!
1:00
Дмитрий Романов SHORTS
Рет қаралды 1,1 МЛН