Aartisti Adam Haaruun maaliif akkanatti Boo'an?

  Рет қаралды 43,895

Qaanqee Show

Qaanqee Show

Күн бұрын

Пікірлер: 157
@Ayyuu25th
@Ayyuu25th 5 ай бұрын
Leencawwaan keenya!! Adam Haruun!! namaan jaaladhu!! goota oromoo!! abbaa tokkuummaa OROMOO!!❤💚❤ umurii dheeraa rabbi siif haa laatuu!!
@RobaAbdela-o8q
@RobaAbdela-o8q 5 ай бұрын
😊à😊à😊a
@KedijaHusen1
@KedijaHusen1 5 ай бұрын
Astofurilahaa nabiyaa❓
@Ayyuu25th
@Ayyuu25th 5 ай бұрын
@@KedijaHusen1 sheexana maali ifatta! moo kanaan jedhe soba? jinni wayii😁😁
@Malkaa9
@Malkaa9 5 ай бұрын
Somehow Adero Adams heart seems broken💔, I think he need someone to listen to him without interruption. I hope someone will offer him a listening ear. Sometimes we all need such person who may say "Lean on me when you're not strong" We love you Adam Harun❤
@tadeleelsaipaulos4598
@tadeleelsaipaulos4598 5 ай бұрын
I am happy to see our heroes ! We Love You! Long Life!!
@MoataGudeta
@MoataGudeta 5 ай бұрын
Adam Haruun nama qabsoo beeku akkatti qabsaa'uu fi yeroo qabsaa'u beeku umriin kee nuuf haa dheeratu gootummaa nu dhaalchiftaniif galatooma
@m-jginnir8627
@m-jginnir8627 5 ай бұрын
Artistota kenyaa isnii jalaana nuuf jiradha umrii nuuf dheradha..
@EYOBa-q8n
@EYOBa-q8n 5 ай бұрын
Abbaa keenya Adam Haruun gorsaa fi Qabsaa'a yeroo beeku jabaa keenya nuuf jiraadhu❤❤❤
@mohamedabrahim4946
@mohamedabrahim4946 5 ай бұрын
Jarsomee jira akam adem harun
@nuranmohammed4014
@nuranmohammed4014 5 ай бұрын
Galatoomaa Leencota keenya! Garuu Adeeroo keenya Nabiyyiin xumuraa Nabi Mohammed(SAW).
@Hasanjuneydi-c2o
@Hasanjuneydi-c2o 5 ай бұрын
Mashallh namatti toltan ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@hamzasalih2376
@hamzasalih2376 5 ай бұрын
Please iraa debbisii interview godhii Adam harun hayyu akka isaa waa iraa barachuu barbanaa
@etinish
@etinish 5 ай бұрын
Hadam Husen sanyii motii❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@MalkaMilkiOfficial
@MalkaMilkiOfficial 5 ай бұрын
Habtamu osoo sorritti saansur tahe gaari ture Adeeron Adam Haarun xiqqo khalkhalumaan akka waan itti dhufteeti jecha sirrii hin tahinitti fayyadame Abalu Nabiyyi faa jechuun sun namaaf ibsa daran osoo hin gingilchin dabarsuu dhabuun sirriimiti
@Kro-z4p
@Kro-z4p 5 ай бұрын
Jarsii dullomee maf irraa laltaa atii😂
@MohammedBaaxude
@MohammedBaaxude 5 ай бұрын
Yaadhiiroo Yaa ilmaan oromoo Aadam haarun kana nuuf quba-qabaadha ani waan biraallee hinju'u rabbiin nuuf quba haaqabaatu.
@alimuda3525
@alimuda3525 5 ай бұрын
Dhuga dubachudhaf habtamu lamuu baay'ee galatommi adeeroo Adam harun anas naa bochise haa jiratan ilman oromo bakkaa jiratan hundati fayyaafi nagadhan 🎉🎉🎉❤❤❤❤
@Ahmadiinmusxafa
@Ahmadiinmusxafa 5 ай бұрын
Adaam gotaa koo abshiir siif jirraa dhaloonnii qubee❤🫰💔
@feyissalemessa5180
@feyissalemessa5180 5 ай бұрын
Adam Harun❤ Goota, the legend Oromoo artist
@UmarHasen-vf1di
@UmarHasen-vf1di 5 ай бұрын
dhifamaa naf godhatii dhabumaa ABO kan jedhamuu kana oso dhagayu dhabee ilmi nama bay'en maqa isaan dhumee
@Abiselom8
@Abiselom8 5 ай бұрын
ABO jirru bade Oromiyya kan jedhamtu hin jirtuu turre!
@dechasmussa3119
@dechasmussa3119 5 ай бұрын
Wly nama nii jechissiissaa
@Adamasrar-my7ns
@Adamasrar-my7ns 5 ай бұрын
Nuf jiraadha Adeero Adam fi mukhatar
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 5 ай бұрын
❤❤Hawaasaa Har'as Yaada Mo'ataan DrAbiyyii Ahmed Dubbisi Pro Garaan nu yaada wal barnootaa idaa eyesight ida'amuun BiranuuNagga agarsiiftuu Nageenyaa
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 5 ай бұрын
❤❤ Beekumsii Eegumsaa J/ Art Kabajaa Habtamuu lamummaa injifannoo Hawaasaa Yaadaafi Qaama waliin deemii ykn tigrai gaddaa b/c humna dhageeffatu Especialisty fayyaan DrNaf yaad Geetuu Garaan maaliif mooyamee ka'umsaa
@shagawallo8664
@shagawallo8664 5 ай бұрын
Malif adero adam harun malif garan hammata😢 rabbi umrri isin hadheressuu
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 5 ай бұрын
❤❤ Beekumsii Eegumsaa goototaa Dhamsa ija kootii art Faaxee Dhaamsa hedduun qabaa lubbuu Eegumsaa kanaf Garaan akkam state maalif kufee Ato mallaszenawii Qoraannoo jechoonni kee nuuf jiraadhuu Qophiidha gurriis Eegumsaatu dursaa
@NasrimahammedRashaad-ss6gm
@NasrimahammedRashaad-ss6gm 5 ай бұрын
ana nasri mahammed Rashaad dere dawa arstota agafota akanati nu dhihesi jabadhu🎉
@SifoMahammad
@SifoMahammad 4 ай бұрын
Bayye isiin jallan artist Adaam & Muktar❤❤❤❤❤❤❤
@PooUopp
@PooUopp 5 ай бұрын
A❤❤dam haaruun jechuun Saayinissistii sirbaati Leeca Sirbaati
@aminebro6968
@aminebro6968 5 ай бұрын
Who is Yaadataa please explain to us?
@IbsituAbdela
@IbsituAbdela 5 ай бұрын
Yaadata juneeydii abbaa qabeenya Brighton company
@IbsituAbdela
@IbsituAbdela 5 ай бұрын
kzbin.info/www/bejne/nWHKp6iorZyKq8U
@Seyfa432
@Seyfa432 5 ай бұрын
Abba qabeenyatti oromoo dha warra hararii
@user-vy3wo2zu3h
@user-vy3wo2zu3h 5 ай бұрын
Gooticha Adaam haruun umrii dheraadhu Aderoo wajiin ❤❤
@AhmadayyaanaaTolaa
@AhmadayyaanaaTolaa 5 ай бұрын
Akkaa warqee. Hibiidaan. Qorama. Ilmii nama qorama.. garuu raabbii. Waan . Hundaa kana. Siin argisiisee. Ha. Gaalatomu!!!!! ❤❤❤❤❤❤❤
@ridwandhaby1638
@ridwandhaby1638 5 ай бұрын
Baayyee gammde Adeeroo dhiyeessuu keetiif galatoomi ❤❤❤❤
@awelqasim9223
@awelqasim9223 5 ай бұрын
Habtamu kenya interview bareda kana fakkaatu goote nu biraan gahu keetiif heddu si galatefanna Garu moo Artist Aadam harun irra deebiin nu afeeru qabda nama seena qabso oromo heddu beekudha waan tahef hawwidhaan si eyna galatoomi ulfaadhu❤🙏❤
@PooUopp
@PooUopp 5 ай бұрын
Adam haaruun nuuf fiduu keetiif baayyee gammadeera 💯💯💯💯💯
@JAARRAAMEDIA-ol3sb
@JAARRAAMEDIA-ol3sb 5 ай бұрын
Habtee atis galatoome garuu Masham.alla jechun sun kan rabbi sii fedhe jechuudha qabadhu😂
@oromooromo-h2v
@oromooromo-h2v 5 ай бұрын
Aderoo adam harun malif boan dhiro😂😂😂
@iloveyouoromiya937
@iloveyouoromiya937 5 ай бұрын
Adeeroo aadam maal tahe ni dhukkube moo 😭😭 Bara 2 dura kanaa miti
@diribatesema4788
@diribatesema4788 5 ай бұрын
Anis niin rifaadhe
@MubeWakaso
@MubeWakaso 5 ай бұрын
Hapteen hoojjaa dhugaa ooee😂😂😂😂
@mustafeebarodashow
@mustafeebarodashow 5 ай бұрын
Qaanqee dhugumatti waan garitti jirtaa jabaadhuu
@HangatuumiqibasHangatuumiqibas
@HangatuumiqibasHangatuumiqibas 5 ай бұрын
Yerroo 3 dhagefadhee garana na badee Abaa kiyaa Adam umrii si ha dheresuu uuuuuffff 😢😢😢❤
@Raisaamd
@Raisaamd 5 ай бұрын
I love you artist Adem Harun,he is Goat.❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉❤
@ahmedabdi91
@ahmedabdi91 5 ай бұрын
Nuuf jiraadhaa qabsaawaan lamumaa kan qabsoo galmaan geyeefii kan irratti wareegame qofa
@tolia4k874
@tolia4k874 5 ай бұрын
pleas video khana khasa yaroo Adam Harun sirri hinjire maalif post gotan
@Xumugga.Barentu
@Xumugga.Barentu 5 ай бұрын
Akka ummanni jibu godhuufii bar
@kumamulessa6440
@kumamulessa6440 5 ай бұрын
Wow Just I remember the day Adam and accalu were come to gather host osfana closed ceremony at minneapolis Thanks for all of you
@Letigurmessa
@Letigurmessa 5 ай бұрын
Jaarsi Adam Haru kun hedduu namatti tola, umurii isaa haa dheeressu! Keessummota ajaaibooti Habtee!
@aduSport
@aduSport 5 ай бұрын
Adeeroo Adam Haruu fi Muktaar ❤❤❤❤
@SaidSaid-tz9jw
@SaidSaid-tz9jw 5 ай бұрын
KarKombolchasaan bagaanuratuyxee qanqeshow
@anuuyusufe3318
@anuuyusufe3318 5 ай бұрын
Abbaa Adam booche na boochiftee rabbii Fayyaa fi umrii fheertuu siif ha kannuu
@merwanabdullahi2434
@merwanabdullahi2434 5 ай бұрын
Habataamu gaafa Qophii dhangaa irraa egaleen beeka Nama jabadha.
@Kemaljourney
@Kemaljourney 5 ай бұрын
Kabajamoo Artisti Aadam Haaruun fayyaa fi Umrii dheeraa siif hawwina
@abdutola2354
@abdutola2354 5 ай бұрын
Adam Harun maal tahe? Ni dhukkuba moo ni dhuge dhiiro?
@MahammadamanAbdalla
@MahammadamanAbdalla 5 ай бұрын
oromoon tun maal taate jechoota eegadhu
@HamzaOroKuush
@HamzaOroKuush 5 ай бұрын
Adam what is wrong with faces so not sure if they no normal 😂😂😂
@diroman2641
@diroman2641 4 ай бұрын
Dhiisi mee ati leenca dulloome daaraa itti haru jedhanii waan isa boochise wanta ati umrii kee guutuu argitees dhageessees hin beeknedha dura ofii kee of beeki mee ati
@dheeranejash6400
@dheeranejash6400 5 ай бұрын
Galatoma Artist Adam Harun ❤❤❤❤❤❤❤❤
@dheeranejash6400
@dheeranejash6400 5 ай бұрын
Dhuga jeete ❤
@Oromiyaaentertainment
@Oromiyaaentertainment 5 ай бұрын
Biyyi kun nama dulloomsa wly! Artist Adem Haarun
@FhUt-tl4ec
@FhUt-tl4ec 5 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤
@IbrahimmohamudHashi-w3d
@IbrahimmohamudHashi-w3d 5 ай бұрын
ADAM haruun maaloo kutuuf jedhakaa😢😢😢😢
@yadanoasefa
@yadanoasefa 5 ай бұрын
wayyoo bayyee naman jalladhu adam
@MurtgutooTekkaa
@MurtgutooTekkaa 5 ай бұрын
Jeneeral Adaraa Adeeroo Qamar Yusuuf nuuf dhihee sii
@MurtgutooTekkaa
@MurtgutooTekkaa 5 ай бұрын
Jeneral Adaraa mee Adeeroo qamar yusuuf nuuf dhihesii
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 5 ай бұрын
❤❤❤ yaadii argii Beekumsii ilmaaniin ittii fufee Eegumsaa Bokkuu Multi media Ardaa mariif injection ida'amuun injifannoo Pro Garaa hiyyummaa Karaan araaraa Yaada mo'ataan HarkiisTokkummaa&Qalbiinis haqaAbbaa/haadhatii Adam Haruun baga Mooyamtee deebitee Ijaaruuf Dhorkaadha Garaan nu yaadaa dhagahi Adanech Adanech Cabee minilikiin garattis mariin ifaa gurruma
@NasraYusuf-ex2ue
@NasraYusuf-ex2ue 5 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤Adeeroo kiyyaa hedduun sii jalaadha
@faturabdi8584
@faturabdi8584 5 ай бұрын
I really hope Our Legend Adam Harun Is okay 🙏
@JamaalHussen
@JamaalHussen 5 ай бұрын
Wel come qaanqee show❤
@HangatuumiqibasHangatuumiqibas
@HangatuumiqibasHangatuumiqibas 5 ай бұрын
Abiyee kiyaa magistii ❤❤❤❤❤❤❤❤
@AhmedyasinIbrahim-gq4jx
@AhmedyasinIbrahim-gq4jx 5 ай бұрын
Adam harun maal tahe garuu
@SaidSaid-tz9jw
@SaidSaid-tz9jw 5 ай бұрын
31:07
@UmarHasen-vf1di
@UmarHasen-vf1di 5 ай бұрын
namin aduree ajesee harkii ni holata habtamu ?
@nazifjabal2912
@nazifjabal2912 5 ай бұрын
Adam Haruun jalatama ormo ti
@GedoOro
@GedoOro 5 ай бұрын
Adam Harun Kophatti Debbiste Hasoowsisuu Qabda Jeneral
@ferhanbekerkasim4436
@ferhanbekerkasim4436 5 ай бұрын
Adam harun rabbi umri nuu haa dheeressu
@muktarhasen-vd5xr
@muktarhasen-vd5xr 5 ай бұрын
❤❤❤❤ naqabiso goota oromo
@DiroDtube
@DiroDtube 5 ай бұрын
Habtish Adeeroo Adam Haruun dhuguma nama qabsoo Oromoo keessatti gatii guddaa kaffaleedha. Please Yeroo itti aanu Raayyaa Abbaa Maccaa nuuf dhiyeessi
@robaoddaa2362
@robaoddaa2362 3 ай бұрын
Please jaraana adam harun he needs extra care even the way he talk hamillee issa jaabeesaa
@haddaartube4405
@haddaartube4405 5 ай бұрын
Aadam Haarun maal tahe?
@BrNasruofficial
@BrNasruofficial 5 ай бұрын
Maali kun aadam haaruni moo?
@RashidUmar-ch6fv
@RashidUmar-ch6fv 5 ай бұрын
Naa ibsuu dandeessanii wanti adeeroon boo'eef naan gallee
@abdellatahir9736
@abdellatahir9736 5 ай бұрын
Adam Haarun log life
@oromiawiirrtuhayyoota
@oromiawiirrtuhayyoota 5 ай бұрын
Adaam Haruun Nama Jabaaf Jalatama Namaatii Garu ?! Ijaa Tiyya Mo Niqallatte Natti Nidhukubsate Dhiiro Adaam Harun Hoguma Dubatuuhuu Akkattin Dubatu nidhukkubsate Malee😢👈
@abbaagoolee4496
@abbaagoolee4496 5 ай бұрын
Isin argaa jirra . Wal arguuf jirra Finfinnee keessatti . Bifa kamiin iyyuu haa tahuu .
@barentodawide7404
@barentodawide7404 5 ай бұрын
Adem maltu akana si godhe
@sooressaaguree2384
@sooressaaguree2384 5 ай бұрын
Adam Haruun jirta onnee keenya keessa
@abuuhuzeefamahammad1719
@abuuhuzeefamahammad1719 5 ай бұрын
namni nabiyyi kenyaa Mohammed boda nabiyyi bira dhufa jedhee ykn nabiyyummaa nama biraattif kenee nii kafara ykn amaantii keesaa baha Adam harun towbadhuu gama rabbii deebii
@mohamedabdulkarim5764
@mohamedabdulkarim5764 5 ай бұрын
Muziqadhisatii ibadagodha ganaaisin
@TajudinMohammed-xh2xe
@TajudinMohammed-xh2xe 5 ай бұрын
Aadam haaruun baay'ee si jaalanna!!
@Horteekush-g6v
@Horteekush-g6v 5 ай бұрын
Ayyyyiiiiiiiii Abba kiyyaa garaa na nyaatee dhugaa habtee guddaa galatoomii
@nasimabakri6195
@nasimabakri6195 5 ай бұрын
Next time please napkina (sooftii)fuul dura kee khaayi or fuul dura keessummaa khaayi akka itti fayyadamaniif. Thanks
@deebisaagadaa02
@deebisaagadaa02 5 ай бұрын
Totorra'aa fi dhamahaa walitti qabattee achirraa iyyisiisuun maal gatii qaba silaa ?
@MoataGudeta
@MoataGudeta 5 ай бұрын
ATI seenaa hin beektu malee kana hin jettu
@abdigobe2996
@abdigobe2996 5 ай бұрын
Nama faarsun waanuma jiru nama arganiin nabiyyi jechuun nama kafrsiisa towbadhu adeero
@HawiMohammed-ey6tp
@HawiMohammed-ey6tp 5 ай бұрын
Hayyuu oromoo
@MHDTUBE55
@MHDTUBE55 5 ай бұрын
Uuf waan nama jibbisiisu keessa abiyyi nabiyyi jechuu isaati adeero maal taate hin dhuuyde akkam akkana jetta ati nama guddaami nabiyyiin 2 hinjiru sirreessi haasawa 😅
@AbdullahiYusuf-jv1ov
@AbdullahiYusuf-jv1ov 5 ай бұрын
Wal hin gabroomfanne jechuutu sirrii dha malee wal hin garboomfanne jechuun dogongora
@DGGWaacilleMataWayaamaTube
@DGGWaacilleMataWayaamaTube 5 ай бұрын
Adeeroon xiqqoo ni dhukkubee Aadam jajjabaa turee
@afrahnasraddiin9591
@afrahnasraddiin9591 5 ай бұрын
Garuu yoo sitti toles Abiyyi nabiyyii hin jedhamu Waan Rabbiin namaaf hin kennin kennuun dhoorka
@ansaryakub6474
@ansaryakub6474 5 ай бұрын
Adeeron manguddumma ittii dhufee moo akkamii?
@AbduselamJibril-pg9wh
@AbduselamJibril-pg9wh 5 ай бұрын
Art Qamar yuusuf dubbisi yeroo dubbifte moziqaa akkaa irraa eynu ittii himi mahadii xiqqaas dubbisii habtaamuu hadaraa sii jaalanaa qamariin akkaa jettuun badiin afran qalloo maliratti arkamtii isiin warrii dhageytii qabu maliif dagatan
@seifuabubaker2450
@seifuabubaker2450 5 ай бұрын
Aadam Harun dullomuusaati,garuu seenaa hindulloomne qaba.Muktaaris ammas hujii jabaatu irraa eegama.Lamaaniifuu umriidheera hawwina.
@immaanaagebragiorgis6989
@immaanaagebragiorgis6989 5 ай бұрын
Artistic angafa Adaam Harun yemmoon siyaadadu sirbakee Michuu Baay'een Qabaa Lixa Biiftuu Irraa jedhu yaadadha. Yeroon sirbicha yaadadhu immoo imimmaantu nahudha. Sirba kee sirba michuu seenaa Oromoo Lammiikoo Dhiraa Dhalaanii , Ashamaa akkam jirtuu Waliigalanii... jedhu sirba otoo hintahiin miira Oromummaat.
@HangatuumiqibasHangatuumiqibas
@HangatuumiqibasHangatuumiqibas 5 ай бұрын
Yaboo garaa kiyaa na badee walyii 😢😢😢😢
@quluceiluu5780
@quluceiluu5780 5 ай бұрын
❤❤❤❤
@ferhanbekerkasim4436
@ferhanbekerkasim4436 5 ай бұрын
Haa jajjabeesu Habtamu lamu jejjabachu qaba
@IbrahimmohamudHashi-w3d
@IbrahimmohamudHashi-w3d 5 ай бұрын
HABTE Anoo Yoom interview na goota
@AsludeenJamaal
@AsludeenJamaal 5 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤
@GedoOro
@GedoOro 5 ай бұрын
ADAM HARUN MAAL TA'EE??? AKKAM JIRAA? AKKAM KEESSAA JIRAA? HAALI JIREENYA ISAA AKKAM KEESSAA JIRAA? HABTEE NI DHUKKUBA?
Nama Jalqabaa, Elikoopterii Shimalaan dha'ee nama  kuffiise!!
24:12
Qaanqee Show
Рет қаралды 37 М.
Muudannoo Ajaa'ibaa- Adam Haruun
13:42
Melko
Рет қаралды 229 М.
From Small To Giant 0%🍫 VS 100%🍫 #katebrush #shorts #gummy
00:19
Do you love Blackpink?🖤🩷
00:23
Karina
Рет қаралды 22 МЛН
А я думаю что за звук такой знакомый? 😂😂😂
00:15
Денис Кукояка
Рет қаралды 5 МЛН
Artist Aadam Haarun - "Harargeen gadaameessa qabsoo Oromooti" - Kutaa 1ffaa
29:01
Gingilchaa 4ffaa: Biyyi Abbaan bareeddi!
32:49
Qaanqee Show
Рет қаралды 31 М.
Maatiin koo  ''isa moo nuun  filatta jennaan isan filadhan jedhe- Keessummaa Yeroo Jaalalaa
25:44
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 222 М.
Sagantaa guyyaa ayyaana fi af-gaaffii Maatii Faarfataa Solomoon Alemuu waliin
1:22:28
Yeroo jaalalaa-Artist Adem Harun jaalala himate
11:20
Melko
Рет қаралды 222 М.
From Small To Giant 0%🍫 VS 100%🍫 #katebrush #shorts #gummy
00:19