''Abbaan koo sogidda na arraabsisa ture"/Ergamaa Garboolee Hirphaa - Keessummaa Mo'aa

  Рет қаралды 37,531

MO'AA TV

MO'AA TV

Күн бұрын

#SUBSCRIBE #MOAATV #COMMENT #LIKE #SHARE
SAGANTAA KEENYA YEROO HUNDA ARGACHUUF FUULAA FACEBOOK KEYNAA LAYIIK GODHAA. 👇👇👇
/ moaatv
CHAANALLII KEYNAA YUUTUBII SAABISKIRAYIB GOCHUUN SAGANTAALLEE KEYNAA YERROO HUNDAA BAKKAA HUNDAATTII HORDOFUU DANDEETAAN. 👇👇👇
/ @moaatv479
Copyright ©2020: Mo'aa TV
Note: unauthorized use, distribution and re-upload of this content is strictly prohibited

Пікірлер: 149
@LukaBrasi1929
@LukaBrasi1929 24 күн бұрын
እውነተኛ የእግዚአብሔር ባርያ ፤ የእግዚአብሔር አገልጋይ ። በዚህ ዘመን ባለው ምስቅልቅል የአገልጋዮች ሁኔታ እንደ ወንድማችን ገርቦሌ ያሉ እውነተኛ አገልጋዮች ማግኘት ምንኛ መታደል ነው!
@jiregnalamesa428
@jiregnalamesa428 6 ай бұрын
Waaqayyoo isiin haa eebbisuu ija arguuf bayyee hawwa turee
@Rebunimedia7
@Rebunimedia7 6 ай бұрын
Nama Jireenya dhugaa fi fakkeenyuma gaarii qaban. Ergamaa Garbooleef Waaqayyo amma iyyuu umurii dheera haa kennuf. 😍😍
@lijiyasu3
@lijiyasu3 3 ай бұрын
የገርቦሌን ታሪክ በመፅሐፉ አንብቤ በጣም በጣም ተባርኪያለሁ እምነትም ሆኖልኛል ጌታ ኢየሱስ ዘመንህን ይባርከው።❤❤❤❤
@lelisaumeta7449
@lelisaumeta7449 28 күн бұрын
Tikikil enemi abibalewu betam yigerimali
@tolawaktaye904
@tolawaktaye904 6 ай бұрын
Yaa namoota waaqayyoo baroota keessatti namaa qaba jechuun isa kana dha. Ani irraa deddebi'ee dhageeffadher quufuun dadhabee dinqii waaqayyoo namaa isaan hojjete. Efireem faanis isiniis akkumaa kanatti namoota waaqayyoo baroota keessatti dhugaa isa ittiin hojjeechaa turee kannen akka raajii Garboole sirritti soqaatii kiristaanoota ittiin jajjabeessa. Eebbifamaa namaa waaqayyoo
@lelisaetefa4886
@lelisaetefa4886 2 ай бұрын
Waaqayyo bara isaanii haa eebbisu isinis warri mo'aa Dachaa mo'uun isiniif haa ta'u
@tasf9513
@tasf9513 Ай бұрын
Namni waaqni duukaa jiru, rakkoo arga ; garuu rakkoo sana kan caalu dinqii hedduu arga. Waaqni umurii keessaan haa dheeressu
@edjigayehuayana1001
@edjigayehuayana1001 6 ай бұрын
Eebbaaf ta’aa amma ille baraa keessan guutu ❤❤❤
@YomiyuBoressa
@YomiyuBoressa 6 ай бұрын
dhugaadhumatti waan yesuusiin ijaan arganiif raajiin Garbooleen ergamaa ta'uu danda'aniiru
@WekjiraGonfa
@WekjiraGonfa 6 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤ Wangeelli afaan Waaqaati!
@TilayeTakilu
@TilayeTakilu 6 ай бұрын
Nama waaqayyoo umrii dheeraa naaf jiraadha baay'een isin jaaladha Ufeee
@MucaIYESUS
@MucaIYESUS 6 ай бұрын
Uffeeeee jireenyaa keessan kessati wantaa gudda hojeetanituu kanan caalatii isiin haa ebbiisuu ebbifama ebbifama dachaa dachaan dhugaa keessan waqqayyo ni baasa warii sobdun ni baadii
@dessalegnsheleme2246
@dessalegnsheleme2246 6 ай бұрын
Wow Naman Bara Daa'imummaa Koo Gaazexaa irratti dubbisaa tureyyu.Osoon Bilbila Isaanii Argadhee Dubbisee Baayeen Gammadayyu
@NatinaelDereje
@NatinaelDereje 4 ай бұрын
Ijoollumma kooti kaasseen nama ani Dhaggefacha guddaadhe ❤❤❤❤ Nama waaqayyo isaa sirrii❤
@yesusejirata4025
@yesusejirata4025 6 ай бұрын
Waqqayyoo bara jireenyaa keessaan haa siinf ebbisuu nama gooftaa🙇🙇🙇🙏🙏🙏
@bantitakale6397
@bantitakale6397 6 ай бұрын
waaqayyoo isin haa ebbisu gaatiin isin kaaffaltani nuuti as geenye gaalatoma ergama
@denbelikeno3628
@denbelikeno3628 6 ай бұрын
Waaqayyo bara keessan haa eebbisu!!! Efireem atis eebbifami!!
@desalegnhunduma1968
@desalegnhunduma1968 6 ай бұрын
Naman baay'ee jaalladhu gooftaan isaan haa eebbisu.Utuun qaamaan argee wajjin dubbadhee akkaman gammada.
@SagaleeJireenyaa-sf6nv
@SagaleeJireenyaa-sf6nv 6 ай бұрын
Anillee wal jaalachuu obbolotaa ilaaleen amane malee namni gooftaa fudhu naan jedhee miti. Har'a garuu jaalalli hoo'aan sun hin jiru. Warruma maqaa gooftaa waamaa olantu nama balleessaa jira.
@QarooArguu
@QarooArguu 6 ай бұрын
Efireem!dhugaa waan guddaan irraa baradhe. keessuma Amantootni durii yeroo nagaa walgaafatan boo'aa waldubbisuu Jedhan Ergamaa Garbooleen
@zed6190
@zed6190 6 ай бұрын
Milishaan si nyaachuurra goondaan si nyaachuu wayya❤
@diribehordofa4444
@diribehordofa4444 6 ай бұрын
Nama dhugaa maloo kotaa bayee isin yadineraa
@irreessooderessaa3621
@irreessooderessaa3621 6 ай бұрын
Rajjii Grboolee nama waqayyoo nuuf dhiyeessuu keessaniif eebifamaa.
@ChaltuAsege
@ChaltuAsege 5 күн бұрын
Wallagga bahaa aanaa giddaa ayyaanaa jalaam biyya xixiqqoo inni dubbatu sun
@HkmaHabib
@HkmaHabib 3 ай бұрын
Abbaa kooo garaboolee nuu jiradha❤❤❤❤❤❤❤
@ObseDawit
@ObseDawit 3 ай бұрын
Ani ijoollumaa kotii kaaseen dhaga'aa guddadhe ,Ayyaanni waaqayyo isiinii wajjin haata'u
@milkiasudo6074
@milkiasudo6074 5 ай бұрын
Waqayyoo isin haa ebbisu nama gudda waqayyoo dhalootaf kaase dha Ergamaa Garbooleen ❤
@koketTomas
@koketTomas 6 ай бұрын
Namaa ani bay'ee jaalladhu akkataa isaan gooftaa wajjiin jiraatanis dhugaa ba'uumsa isaan xinno ta'e dhaga'ee akkataa ittii gaa'ila argatanis (wa'ee haatatu fudha) umurii dheera nuuf jiraadha❤❤
@ilmaanoromiyaabaloo4239
@ilmaanoromiyaabaloo4239 5 ай бұрын
Nama Waaqayyoo ani hedduu jaaladhu nuuf dhiyeessitan guddaa Eebbifama😍😍😍
@35484
@35484 5 ай бұрын
Bagumaan ijaan isin argge bayyen yaadan ture isin argguu nuf jiraadha umuurii dheeraa!
@GadisaKenea-pr3tq
@GadisaKenea-pr3tq 6 ай бұрын
Nama harki waaqayyoo wajjiin jiru. Waaqayyoo bara dheeraa siniif haa kennu raajii.
@AbdiHailu-m4x
@AbdiHailu-m4x 5 ай бұрын
Ergamaa Garboolee Nama Guddaa WAAQAYYOO isaan-haa Eebbisuu 🤚😍😍😍
@MengistuWakjira
@MengistuWakjira 3 ай бұрын
Waaqayyoo isin haa er bisu
@ILMAJIRATA
@ILMAJIRATA 4 ай бұрын
Ayyaanni siin irraa jiru dachaan naa argatu.abbaa keessan baraa keessan hafee siinif haa eebbisu
@DachasaDeraje
@DachasaDeraje 6 ай бұрын
Nama Waaqayyo nuf kaasee kana barasa nuf haa ebbisuu waaqayyo
@SisaayiiSisaayii
@SisaayiiSisaayii 6 ай бұрын
Wwwowwo ebifaamaa dachaa umurii dheeraa nufjiraadhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@bontumitiku9101
@bontumitiku9101 6 ай бұрын
dhugaadha Nama kana yoomin Arga jechaanture Efrem Waaqayyoo sihaa eebisuu
@sarahhatagag4857
@sarahhatagag4857 3 ай бұрын
Umurii dheradhaa ❤❤❤❤❤❤ waggaa 1000 nafu jiradhas
@LelisaHayilu-tb6bo
@LelisaHayilu-tb6bo 6 ай бұрын
Waaqayyoo bara fi jireenya keessaan haa Eebbisuu ♥️♥️♥️
@wakogemeda
@wakogemeda 6 ай бұрын
Namni kun dhuguma Ergamadha! Ajaabi’a rabbii ti.
@dariyoskabeta2893
@dariyoskabeta2893 6 ай бұрын
Maaloo kitaaba raajii Garboolee Essaa arganna eeruu nuf Kenna warri Mo'aTv
@MeseretEjerso
@MeseretEjerso 4 ай бұрын
Ijaan isin arguu kootiif galanni gooftaaf haa ta'u nagaa naaf ta'a
@burtukanasefa6069
@burtukanasefa6069 6 ай бұрын
Hojiin Waaqayyo Dinqiidha Uumurii Dheera Nuf Jiradha❤
@Danielchala1st
@Danielchala1st 6 ай бұрын
Eebbifamaa nuuf jiraadhaa
@SoromeolanaSoreee
@SoromeolanaSoreee 6 ай бұрын
Ebbifaama umurii dheeraa jiraadha
@LenchoGarbicha
@LenchoGarbicha 5 ай бұрын
Baay'ee Itti boqodhee namaa waaqayyoo ergamaa garboolee waggaan Kee siif haa dheeraatuu.
@mooyataawtganamoo8963
@mooyataawtganamoo8963 6 ай бұрын
nama waaqayyo dibe raajii garboolee eebbifamaa ammallee
@TakiluJetu-xe8me
@TakiluJetu-xe8me 6 ай бұрын
Waaqayyoo bara keessan haa eebbisuu
@abyya2271
@abyya2271 5 ай бұрын
Barii keessaan haffee maqaa yeesuusiin haa ebbifamu nama waqqayyoo ebbifama
@beekkani8947
@beekkani8947 6 ай бұрын
ebbifama ❤❤❤❤ nama waaqayyoo R.G ❤
@AbdiwakNemera
@AbdiwakNemera 6 ай бұрын
Namaa jalqaba kitaabasani guyyaa tokkoo dubbisee fixxe baay'ee namatti tola gooftaa isaan ha eebbisuu❤❤❤❤❤
@GamadeDesale
@GamadeDesale 6 ай бұрын
Wow Goftaa ammaa iyyuu umurii isaanii nuuf Haa dheeressu ❤❤❤ Efoo atii immoo galatoomii ❤❤❤
@mitikuemana
@mitikuemana 6 ай бұрын
Uuuuuuufff Ammayyuu waaqayyoo bara keessaan haa Eebbisu
@RetaMosisa
@RetaMosisa 5 ай бұрын
Ergamaa Jaallattamoo Nama Waaqayyoo, isa isaan yaadan waaqayyo haa qaqqabsiisu!
@Ramey-cx2ji
@Ramey-cx2ji 6 ай бұрын
Waaqayyoo umurii dheeraa isinif haa keenu
@IyaasuuIrkisaa
@IyaasuuIrkisaa 6 ай бұрын
Uuff dhugaa nama baay'ee jaallanu eessa jiruu yeroo amma kana maaloo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@MeseretEjerso
@MeseretEjerso 4 ай бұрын
Gooftaan iyesus kiristos dabale isaan haa eebbisu
@alialali197
@alialali197 6 ай бұрын
Bari keessani bara Eebbaa haa ta,uu Eebbiiffaamma
@kindebuli3098
@kindebuli3098 5 ай бұрын
Pastor Tasfayee jaarsaa waldaa guttuu wangelaa Naqamtee lakkoofsa 1ffaa Amma nannoo Sabataa jiratu nuf aferaa
@EliyasHirphaa
@EliyasHirphaa 5 ай бұрын
Waaqayyo bara kessan haa ebbisuu nama waaqayyo
@zelalemjira4599
@zelalemjira4599 5 ай бұрын
Miracle .......
@thegreatgospelworldwideyoutube
@thegreatgospelworldwideyoutube 6 ай бұрын
baayee galatooma jabadhu hojii gari hojata jirtuu
@BekeleDame
@BekeleDame 4 ай бұрын
Ebbifama Abba keenya
@gutamafayera1380
@gutamafayera1380 6 ай бұрын
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉 Eebiifaama....
@Merii-j5x
@Merii-j5x 6 ай бұрын
Ebifammaa umurii dheeraa nuuf jiraadha❤❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰
@TeshomeKefena
@TeshomeKefena 5 ай бұрын
Ergaa jabduudha eebbifami efuye
@bilisumakebena2461
@bilisumakebena2461 Ай бұрын
stay blessing
@megersasekata9695
@megersasekata9695 6 ай бұрын
Warra mo'aa guddaa Eebbifamaa!
@GazuuUrgaa
@GazuuUrgaa 4 ай бұрын
Ebbifamaa Abba keenyaa❤❤❤❤
@misganulegesse
@misganulegesse 6 ай бұрын
💘💝💖💗💓💞💕❤Eebbifamaa Nama Waaqayyoo!
@dhugichatube
@dhugichatube 6 ай бұрын
Waaqayyo isin yaa eebbisu!🥰
@Abakosii6325
@Abakosii6325 6 ай бұрын
Wow ebbifama❤
@alemugaroma-mu8sq
@alemugaroma-mu8sq 6 ай бұрын
Baay'ee gaariidha nuuf jiradhaa❤❤❤❤
@dawitwaqtole2825
@dawitwaqtole2825 6 ай бұрын
Our legend man of God nuuf jiaadha ❤❤❤❤
@AbdiA-zo6jn
@AbdiA-zo6jn 3 ай бұрын
Gerbole ewunetegna ye EGZIABHER barya nw!
@prophetsenbeto
@prophetsenbeto 6 ай бұрын
Thank you
@mucawaqayoo8337
@mucawaqayoo8337 5 ай бұрын
Waqayoo isin haa ebbisuu ebbifamaa 🥰😢
@haramayauniversity3889
@haramayauniversity3889 5 ай бұрын
Eebbifamaa
@Megersateferi
@Megersateferi 5 ай бұрын
Woooow
@Megersateferi
@Megersateferi 5 ай бұрын
Magee
@BiratuLemi
@BiratuLemi 6 ай бұрын
Ajaayiba!
@ChalaEdae-ru4xd
@ChalaEdae-ru4xd 6 ай бұрын
waaqayyoo bara keessan haa ebisu
@ewunetufeyisa3111
@ewunetufeyisa3111 6 ай бұрын
Nama eebbiffama !!!!🎉❤❤❤
@megersamengesha1636
@megersamengesha1636 6 ай бұрын
Yeroon gabaaba yoo ta'e illee Gazexxessaan waan namin irraa baratuu waan amanta nama hareessuu gafachuu hin dandeenyee garau kabajaa isaniif lateef garrammummaa keef waaqayyoo sii illee Raajjii illee haa eebsuu. Kan isanin waqayyoo hoojjetee baay'ee bal'a dhaa ati garu maal akka gafattuu illee sirritti hin qophofnee w3aan ta'eef sirreessi yoo kan irra deebi'a gafadha
@OIBTuludimtu
@OIBTuludimtu 6 ай бұрын
Kutaan 2ffaa itti fufaa obsii
@kasayediriba7892
@kasayediriba7892 6 ай бұрын
Namni waaqayyoo ergamaan Garboolee Hirphaa waaqayyoo isaa wali akka hojjata ture afaan isaanirraa dhaga'e baay'een itti gammadee .yaa tahu malee taaskii egaatan deemu kan osoo namni hangaa danda''u walitti buuse konkolaataan biitameef.gaafa du'an walii boo'urraa gaafa jiru osoo wal gargarree gaarii nati fakkata dhiifama waliin
@ilmaanoromiyaabaloo4239
@ilmaanoromiyaabaloo4239 5 ай бұрын
Sin jaaladhaa dhaqi hoolotakoo naaf deebisii fi Yesuus ati dhiira kan jedhu santu na ajaa'ibaa ture Kitaaba seenaa Raajii Garboolee keessatti kan barreeffame keessaa. Ergama Sirrii dhugumaan kan baay'ee nama raajudha. Nama fooniiti jechuun baay'ee namatti ulfaata.
@Rizzyohioedits23
@Rizzyohioedits23 5 ай бұрын
Blessed
@tesfayegemechu2092
@tesfayegemechu2092 5 ай бұрын
Nama baayee jaalatamaa irraa baratamuudha dhugaatti
@dhaabeeligaabaa5964
@dhaabeeligaabaa5964 5 ай бұрын
Anii Dambidollo tti Irraa tajajilameraa
@YomiyuBoressa
@YomiyuBoressa 6 ай бұрын
raajii Garboolee nama akkasii miti Warri gocha akkasii gootan dhiifama gaafachuu qabu
@ZelalemAlemuRoro
@ZelalemAlemuRoro 17 күн бұрын
Nama guddaa waaqayyo biyya keenyaafi addunyaaf kenne kana nuu dhi'eessuu keessaniif baay'ee galatooma. Nama ani baay'ee jaalladhudha.
@Eferemasfew
@Eferemasfew Ай бұрын
Yaa warra mo'aa maaliif keessummaa mo'aa keessan keessaa nama waaqayyoo Raajii Garboolee buufachuun hin danda'amu ?
@alexokelb2254
@alexokelb2254 6 ай бұрын
❤❤❤❤.....Ephuuu galatoomaa
@yadanoasefa
@yadanoasefa 6 ай бұрын
waw umurii dheeraadhaa
@habtamukibebu7234
@habtamukibebu7234 5 ай бұрын
Eebbifamaa!
@gadisah262
@gadisah262 6 ай бұрын
Waaqayyo guddaadha
@RrEr-oj3jr
@RrEr-oj3jr 4 ай бұрын
Maloo adara wa'ee seena taajajilaa keenya obbo Garboolee kan bareeffamee eessa argadha naattii hima adaara
@TamasgenTilaye
@TamasgenTilaye 5 ай бұрын
Waaqayyo bara keessa haa eebbisu
@MotiTamana
@MotiTamana 5 ай бұрын
Eebbifaama
@KelbesaKenasa
@KelbesaKenasa 6 ай бұрын
Umri keesan haa dheeesu waaqayyoo
@KelbesaKenasa
@KelbesaKenasa 6 ай бұрын
Umri keesan waaqayyoo dheresu
@megersasekata9695
@megersasekata9695 6 ай бұрын
Seenaan nama kanaa Kan hin beekaminituu caalaa Ani Nan yaadachiisa
ERGAA BAAY'EE NAMA SODAACHISU KARAA RAAJII GARBOOLEE
24:34
GOSPEL TUBE
Рет қаралды 22 М.
РОДИТЕЛИ НА ШКОЛЬНОМ ПРАЗДНИКЕ
01:00
SIDELNIKOVVV
Рет қаралды 3,9 МЛН
Ozoda - Lada ( Official Music Video 2024 )
06:07
Ozoda
Рет қаралды 30 МЛН
Ethiopia: Erasmus Mundus Scholarship for Engineering graduates
1:41:30
Hakim Podcast
Рет қаралды 3,4 М.
MENYA NEZA UHO UBUTUNZI , N'UBUKIRE BWAWE BUHISHWE IGICE CYA 2
1:05:20
Hebron Global Transformation Initiative (HGTI)
Рет қаралды 279
OMN: "Dubbii Cirodhumte" kutaa xumuraa.
1:07:30
OMN
Рет қаралды 57 М.
Qophii Qorqortii siyaasaa ONM-ABO
1:01:02
Odessa Media
Рет қаралды 52
RAAJII GARBOOLEE HIRPHAA
3:40:06
Ebenezer Oromo Evangelical Church
Рет қаралды 18 М.