Jawar dandeettii Abiyi himee ummata kofalchiisuu fi Taayyeen kitaab Hingaabbu $doolara 1000 bitu

  Рет қаралды 38,455

abdu mobilapp

abdu mobilapp

Күн бұрын

Пікірлер: 91
@Hassen-en6px
@Hassen-en6px 12 күн бұрын
Amantanuu amanuu baattanuu warri amma jawaar qeequufi arrabsuus booddeen isaanii miila jawwee jalatti kufuuf taa'an,namni hanga taayyee jawaar arrebse xiqqeesse hin jiru ,harra kitaaba isaa $ 1000 bitee kunoo,kalee dhugaa jawaar dubbatu jibbee soba pp faarsaa ture jawween Kun tarkaanfii isaa hin jijjiiru ,waan hin taane dubbatee hin beeku ,dhugumaan hayyuudha.
@RahemaRahema-v4r
@RahemaRahema-v4r 12 күн бұрын
Jawweeeee ❤❤❤❤❤❤
@uaess9428
@uaess9428 12 күн бұрын
Wallahi jawaar keessa kiyyaa kiyyaa dubbate sababa inni himu kanaan kuma dhibba sadeeti ol mana arabaa akka sareetiti ilaalama hojadhee misooma hojadhen bilzila nu dhowwata gaafa kaan karaa nutti cufani nu dirqamsisani osoon ciqamu humna koo lafti nyaatte naanno maqii jawaar jedhe kana 😭 gubataadha mur'umaan koo garuu alahaamdulillahi fayyaa naa kenne / taayye baga si qajeelche rabbi
@تننن-ق3ف
@تننن-ق3ف 12 күн бұрын
Tayee rabii haa eguu namichii binesaa dadaa koo jiradhuu waaggaa kuumaa ❤❤❤❤❤❤❤❤
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 11 күн бұрын
Maasha'Allah Maatii Firaanboonii Salale baguma Haatii Mootiif Gaaddisaa garuu Mootummaan Biyyaaf Gaaddisaa kanaaf Mootummaa sababa komadheef Ragaa Barnootaa Ustaz Raayyaa ASWRWB Eegumsa barreesaa ykn ittisaa
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 11 күн бұрын
Maasha'Allah Congratulations Eebba kitaaba Johar hin Gaabbuu. Guyyaa Gaarii qabaadhaa Dhageenyee Komii kan agurraa kan beekuu tayaa =gaafa yaadaa Kan beekurraa kan eeguu Hawaasni Hubadhuu Mrga guutuu Guutuu yaadanii wal tikafaadhaan dhaabbannee
@fatiyaaarsii4765
@fatiyaaarsii4765 12 күн бұрын
Rabbiin haasaya kee ka hojira nu ha oolchu jawaar ❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢
@SaaraaYouTube
@SaaraaYouTube 12 күн бұрын
Bagaa nagaan dhufte abdu jabadhuu yadaa babareedaa nufi qabtee dhufta
@محمد-ط8ت2ك
@محمد-ط8ت2ك 11 күн бұрын
Taayyee onneen sibiila waa hin sodaatu waan taheef kitaaba kana bineensa keessa Taahee bite kanaafuu taayyee Akka Açhii baaftan osoo inni lubbuun jiru
@HxZnsk-j4r
@HxZnsk-j4r 11 күн бұрын
Isanaa.tarataruu.rabiinii❤❤❤❤❤tayee.tayee.saree
@SoberSober-m9d
@SoberSober-m9d 12 күн бұрын
Waal dhaagayyuu dhabbu keenyaatu nuu tuffaachisse yaa hayyoota keenyaa isiin 1 ❤❤❤❤❤❤❤ abduu amaala qabeessa nama
@fatiaabdullah1107
@fatiaabdullah1107 12 күн бұрын
Lubbuuu umataa dhaqabuun waan barbaachisuu godhaa😢
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 11 күн бұрын
Komii alhamdulillahi baguma Himna Federalaa taatee Maasha'Allah amiiiiiiiiiiin
@LifeisTest
@LifeisTest 7 күн бұрын
DHUGAADHA DIIGOMSI YEROO AMMAA MAQAA KOORIDDORIITIIN DEEMA JIRU MAGAALOTA KANNEEN YOOM AKKA DEEBI'ANII IJAARAMAN RABBI QOFT HAA BEEKU. MAGAALAAN KEENYA GAMO 16-20 QABDI DAANDII IRRAA HUNDUMTUU NI DIIGGAMU. WARAANA KARAA HIN BEEKNEEN NURRATTI LABSAME
@FatemaGgg
@FatemaGgg 12 күн бұрын
Sawrwb akkami jirta hordoftota jawar
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 11 күн бұрын
Hawaasni Eegumsatu Ulfinaa komii Furnaata Ratio Mootummaan Beekumsarraa komii Eegumsa fudhataa Walumaan inshaa'Allah
@Sarah-t1f6t
@Sarah-t1f6t 12 күн бұрын
Yaa taayyee keenya waaqumti si haa eegu kaa 😢😢
@anajikediro5286
@anajikediro5286 12 күн бұрын
As wo Abdu namatti tola Taayyeen yookaan Mul'ataa nama dhiba maraafuu baga qabsoo keennatti isa dabale!wanni hin jijjiiramne Rabbiin qofa hayi Taayyee koo You say as girrisaa time is changed at all amazing change thanks God for or Allah the one who is the Lord of the world
@SamsungDuos-dl1qn
@SamsungDuos-dl1qn 12 күн бұрын
Dublin issatuu osso hin nyatin qufaanii jawee koo mashaalla Allah mashaalla Allah ⚘️ 🙏🏽 ♥️
@FoziyaTube-x1h
@FoziyaTube-x1h 12 күн бұрын
Maatii naa tahaa❤kadhattanii rabbirraa hin dhabinaa❤
@AtHassanAman
@AtHassanAman 11 күн бұрын
Fare🎉
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 12 күн бұрын
Wle come Abdii 🎉🎉💙💚💙
@NaimaaAmaan
@NaimaaAmaan 12 күн бұрын
Habtamu lamuu irraa eegaa namtichi sun abiyyitu ergee amma waan gaarii jawaar dubbatee booda waan biraa akka hin kenne
@SamsungDuos-dl1qn
@SamsungDuos-dl1qn 12 күн бұрын
Welcome Abduu ♥️ 😂😂nujiraadhu qallii koo rabii umari sihaa dheressuu ❤😢😢
@kadijaTub-t6h
@kadijaTub-t6h 12 күн бұрын
Waaaaa Tayee🎉🎉🎉
@MusxafaaShRoobaa
@MusxafaaShRoobaa 12 күн бұрын
Akkas obboo taayyee. atis leenca oromoon qabdu keessaa isa tokko .nuuf jiraadhu. gaafa xiiqii gaafa roorroo leenci leenca irraa hin hafuu akkasitti beeynaa kaa
@tamirudamise3453
@tamirudamise3453 11 күн бұрын
Gooticha sanyii Leencaa,umuriiiiiiiii dheeradhu!!!!!!! Hayyuu guddaa saba Oromoo!!!!!!!!
@hhi4562
@hhi4562 12 күн бұрын
Abduuu galtomiii lubuu ❤❤❤❤
@gadisademe3187
@gadisademe3187 11 күн бұрын
Amannu mitti Taye ammayyuu ergama siyaasa qabachuu danda'a
@DiriehHassan
@DiriehHassan 12 күн бұрын
Wallahi dhugaadha Ani ofJibbeetin Dalaga koo cufee D jabuutin jira kunoo Jiraataa Anaa Gubbii bordoddeeti
@MuheeAbdii-o5k
@MuheeAbdii-o5k 12 күн бұрын
Ee wlh murtii tan rabbiiti❤❤❤
@hawietufa8889
@hawietufa8889 12 күн бұрын
👏👏👏
@robera2563
@robera2563 12 күн бұрын
Obboo Tayyee baga gara haqa dhufan
@HundaolAlemu-d2e
@HundaolAlemu-d2e 12 күн бұрын
Jiraadhu,namni hin beekne soba ,siyaasaf itti fayyadama jettuu miti sobni takka itti hin dabalamne !!
@anajikediro5286
@anajikediro5286 12 күн бұрын
☝️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@aqilabdalla33
@aqilabdalla33 11 күн бұрын
Akka biyyatti hin gallee deebihi goda keetitti misottatti sii hime an
@MimiDisy
@MimiDisy 12 күн бұрын
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@furnemiresa1
@furnemiresa1 12 күн бұрын
Jawiiyee🎉❤
@AleeA-l8s
@AleeA-l8s 12 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@phfyft538
@phfyft538 12 күн бұрын
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰👍👍👍
@HawaBashir-b7z
@HawaBashir-b7z 12 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉😢
@masterQuiz-j3c
@masterQuiz-j3c 12 күн бұрын
namni akka namicha kanaa rakkoo uummataa hubate jiraa laata? waa'een gibiraa,waa'een qamadii, waa'een jallisii qamadii malee waan biraa qotuu hin dandeessu hundisaa sirriidha. ani hiriyaan kiyyaa Qullubbii diimaafii Timaatima qotee maalif qottee jedhamee hidhamee torbee 2 booda mana hidhaatii bahe waan inni hojjete hundi jalaa bade . waan hamaatu deemaa jira Oromiyaa keessatti jara keenyaa
@BaleRobe-bu1wj
@BaleRobe-bu1wj 12 күн бұрын
😂 Obbo Taayyee kaleessa girissaa nuun jechaa turtee😅 sillee baga rabbi gara girisatti si deebise😅
@تننن-ق3ف
@تننن-ق3ف 12 күн бұрын
Kkkkkk hhhh😂😂😂😂
@masterQuiz-j3c
@masterQuiz-j3c 12 күн бұрын
mootummaan maqaa garaa garaa baasee maqaa gibiraatiin waan saamicha gaggeessaa jira
@SoraaJalaala
@SoraaJalaala 12 күн бұрын
Yes tayyee king🎉😂
@ghssjshhdbdndj2506
@ghssjshhdbdndj2506 11 күн бұрын
❤️❤️💚💚💝💝🥰🥰😍😍🐅
@AbdurhamanAliyyiAbdurhamanAliy
@AbdurhamanAliyyiAbdurhamanAliy 11 күн бұрын
Taye Dendea is Hero
@AbdulsalamGobaze-b7p
@AbdulsalamGobaze-b7p 12 күн бұрын
taayyee😢😊❤
@samerasamera5607
@samerasamera5607 11 күн бұрын
Tayyeen amma biyyaa jiraa moo biyyaa alaa Jira nati hima?
@AbdiiTaju-q6o
@AbdiiTaju-q6o 12 күн бұрын
Mallaqa Hanna biyyaa baste kitaaba namititin bite wan haara miti duranuu lafa jelaan gargara turte
@Nuumaanibraahim-123
@Nuumaanibraahim-123 11 күн бұрын
Ta infinnat paawarii nuuhimi
@FfghGhui-z3w
@FfghGhui-z3w 11 күн бұрын
❤😂😂😂😂
@reklcall4513
@reklcall4513 12 күн бұрын
Kan harree hin qabnee farda namatin ushee jedha jedhani
@ZamZam-p2h
@ZamZam-p2h 12 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@ararsogudeta
@ararsogudeta 11 күн бұрын
hjawar gootakoo qaalii
@abdalaahmadabdala-f7s
@abdalaahmadabdala-f7s 12 күн бұрын
👍👍👍👍👍👍❤
@mariyqmmariyqmmari2498
@mariyqmmariyqmmari2498 12 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@BinuAmiinShow
@BinuAmiinShow 12 күн бұрын
❤🎉🎉🎉 welcome Abduu MobilApp jiraadhuu nuuf
@MisraTamam-d7z
@MisraTamam-d7z 12 күн бұрын
Essa Jira inni biyya jira tayyeen
@تننن-ق3ف
@تننن-ق3ف 12 күн бұрын
Eyenii
@MuheeAbdii-o5k
@MuheeAbdii-o5k 12 күн бұрын
Jabinni isaa waa diguu😅😅
@shatooshatoo8107
@shatooshatoo8107 12 күн бұрын
😂😂😂😂😊😊😊😊
@HajiSara-v2q
@HajiSara-v2q 12 күн бұрын
Dhuugadhaa
@Gio90Id90
@Gio90Id90 12 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤
@FatemaGgg
@FatemaGgg 12 күн бұрын
Fakkenya mana murti godina arsii anaa sudee Keessaatti nama mallaqaa guda qabu qofatu murte argata
@AtHassanAman
@AtHassanAman 11 күн бұрын
😅
@MasiiChala-c2i
@MasiiChala-c2i 12 күн бұрын
Dhuga ketii waaqa
@GuyoKite
@GuyoKite 12 күн бұрын
Baga Nagayaan dhufte
@IsllaammuummaanJiruutiyya
@IsllaammuummaanJiruutiyya 12 күн бұрын
Johar is king of king
@Muldhisaa-t4y
@Muldhisaa-t4y 12 күн бұрын
Taayee danddayaa Dhugumaan Koomii Abiyuu jala taa'ee Kitaaba Jawar bitaa? kun naaf hin liqimffamu.
@Zamzammohammed278
@Zamzammohammed278 12 күн бұрын
😂😂😂😂😂❤
@FatemaGgg
@FatemaGgg 12 күн бұрын
Jawar waaye mana murti quba qaba?rakkoo guda jiru
@AhmedBale-v5r
@AhmedBale-v5r 12 күн бұрын
Tayee danda'aa goobaz
@oromianation
@oromianation 10 күн бұрын
👎👎👎👎 Waan nama dhibu hammeenya kana hunda sababa Jawaariin argaa jirra. Duraan dursee Jawaar maqaa ABO ykn WBOn daldaluuf mirga hin qabu. Kanaan duras ABO fi WBO balaaleffatee qabsaa'ota isatti amananii gara mooraa diinaatti akka deebi'an jajjabeeffaman hunduu summii itti naqanii dhabamsiifaman irratti gantummaa guutuu qaba. Jawaar kanaaf of qaana'uu qaba. Jeequmsa biyyattiin yeroo ammaa keessa jirtu hundaaf itti gaafatamummaa guutuu qaba. Waanuma fedheefuu wanti amma argaa jirru akka tasaa miti. Gochoonni hammeenyaa kun sababoota gurguddoo sadiif ifa ta’aa jiru: Tokko "Shanee" (WBO) kan jedhaman akka waan raawwachaa jiran fakkeessuudha. Inni lammataa WBOn kakaasuu fi tarkaanfii of eeggannoo malee akka fudhatu gochuu yoo ta’u, inni sadaffaan hamilee ummata Oromoo cabsee abdii kutachiisudha. Sana booda, dhaamsa daba callisaa Jawaar Oromoof dabarseedha, " yookaan waanan jedhu raawwatta yookaan bu'aa isaa ni rakkattu".. Kun shira Jawaar Ummanni Oromoo mootummaa Habashaa jalatti bulee harka kennatee koloneeffamee hafuu malee filannoo biraa akka hin qabne dhaamsa dabarsuudha. 👎👎👎👎👎
@AdamEjigu
@AdamEjigu 12 күн бұрын
Jaawar mammed jeequmsaa kaasuu malee dandeettii adda oromiyaa Fi oromoof Buu,a buustee tokkollee hin qabuu waan hedduu arginerraa sababni Isaa raakkoo ulfaata jireenyaa ilmaa namaa irraattii taphaa siyaasaa ammayyaa irraa garaa qabsoo dullommaa fayyidaa mataa isaaf qabeenyaa walitti qabachuuf malee oromoof waan godhee hin qabuu kitaaba hin gabbuu jedhuu Kunis jireenyaa dhuunfaa isaaf malee ummaata oromoof oromiyaaf waan godhuus hin qabuu dhiigaa Fi lubbuu ummaata oromoof oromiyaaf keessummaa lixaa oromiyaattii lubbuu dhumeef ittii gaafatamta fuula raabbii durattii kanafuu amma waa,een Kee nuu lixaa oromiyaattii gatiin Kee raakaasadhaa namnis laftiis keessaa Isaattii baasee isii gattee jiraa iyyii Fi waacaa Kee soba Kee waliin dhaa,uu Kee nuu jibbisiserraa qufinerraa namaa harree hin qabinettuu gangee Namaa tufaata abiyyii mitii maddalliin Kee hangaa kaabbinne Ganda tokko bulchuu hin maddalluu kanafuu imaala jijjirramaa keessaattii middiyaan Kee fuudhatama dhabberraa iyyaan malee ilmoo hin taa,u jette hoolaan ree,en Kan Kee iyyaa qofaa Mee Amma immoo garaa arsii kana yaalii yoo sii dhaga,aniif Kan biroo dhiisii jaawar mammed oromoof oromiyaa biyyaa goototaa misooman badhaatee dirree hiyyummaa Fi dirree dhiigaa gootee gaafa raakkatuu badee biyyaa baatee qabsa,aa dhugaa yoo taatee biyyaa keessaa taa,e qabsa,ii nuttii qeerroon atii ittiin ibidaa bobeessaa turtee har,as ammasumaa jiraa atii fakkeessituudhaa biyyaa alaa teesee nuttii iyyuu dhabbii ijoollee Kee mana barumsaa filaate barsiistaa ilman hiyyeessaan taphaata namni isii irraattii barrerraa yeroo gababaa keessaattii taphaa alaa taatee jirtaa caalisuun jireenyaa dhuunfaa Kee gegeeffadhuu hin dhageenyuu hin dhageenyuu hin dhageenyuu hin dhageenyuu hin dhageenyuu hin dhageenyuu hin dhageenyuu hin dhageenyuu hin dhageenyuu hin dhageenyuu hin dhageenyuu hin dhageenyuu hin dhageenyuu hin dhageenyuu hin dhageenyuu hin dhageenyuu hin dhageenyuu hin dhageenyuu
@تننن-ق3ف
@تننن-ق3ف 12 күн бұрын
Shamaa huduu udaantiin yaaduu forsee buullaa enuu wayaanee jallaa sii basee gubaa hadhaa tenaa rabiin obeltii teething sii haa debsuu ykn obellesaa ketiin dhigaa kee alltiin ha dhuyudhuu inshaallaa budaa ilmaa minilkii😂😂😂😂
@AbdiiIbra-c3j
@AbdiiIbra-c3j 12 күн бұрын
Mottommaan hadhaafi abbaa fuulduraatti ilmaa nama rashaanaa jiruun hoo maal jeetta
@AdamEjigu
@AdamEjigu 12 күн бұрын
Duraa jechaa barreessuu shakkallii
@KonjuKonju-ro2wu
@KonjuKonju-ro2wu 12 күн бұрын
Jawwar boriis hadhaas biyyaa bulchuu hin dandettuu namni biyyaa bulchuf demu arrabsoo otu hin tanee sammudhani dofaa hullaa sobaa bufaa
@MahammadAliyii-u8i
@MahammadAliyii-u8i 12 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉 100000
@LencoObsa
@LencoObsa 11 күн бұрын
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@JawaraDagaga
@JawaraDagaga 12 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤
@fatumahashim7141
@fatumahashim7141 12 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤
@ZabuurAhamad-j5p
@ZabuurAhamad-j5p 12 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@SabootuuArsiiSabootuuArsii
@SabootuuArsiiSabootuuArsii 11 күн бұрын
❤❤❤❤❤
@Lia-b2l6c
@Lia-b2l6c 8 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤
Air Sigma Girl #sigma
0:32
Jin and Hattie
Рет қаралды 45 МЛН
24 Часа в БОУЛИНГЕ !
27:03
A4
Рет қаралды 7 МЛН
«Жат бауыр» телехикаясы І 26-бөлім
52:18
Qazaqstan TV / Қазақстан Ұлттық Арнасы
Рет қаралды 434 М.
Haasaa Dr Tsaggaayee Araarsaa fi Hooggantoota Hawaasaa Edmonton
1:48:39
Marii Jawaar Mohammad Waliin: Kutaa 3ffaa
42:40
Kadiro Elemo
Рет қаралды 81 М.
Air Sigma Girl #sigma
0:32
Jin and Hattie
Рет қаралды 45 МЛН