Afaan Oromoo dubbachuu hin beeku, garuu qubaan ni haasa'a!

  Рет қаралды 26,321

Qaanqee Show

Qaanqee Show

Күн бұрын

Пікірлер: 78
@DechasDaily
@DechasDaily 4 ай бұрын
❤❤❤❤ Abbuu Studio Haa Gargaarruu Oromoo Koo 🙏♥️💚♥️ ❤❤❤ Qaanqee Show Hedduu Galatoomi Jabaadhu Qaalii keenya. ❤❤❤❤🎉🎉🎉
@zomisintu
@zomisintu 4 ай бұрын
Thank you for giving him a recognition for all he contributed for Oromo music. He is naturally talented and gifted musician with great personality. Supporting him is supporting ourselves. We should support him. He deserves a bigger and well equipped studio. Congratulations 🎉ABUZ STUDIO.
@nabekyadi4709
@nabekyadi4709 4 ай бұрын
Lets support him not only his skill but the discipline he have, also dedicated all his life for the growth of our art. Thank you brother🙏🙏 Lets start fund raising now . Waal deggarre wal jijiru qabna Hangaa mana barumsa meeshaa muziqa banatutti bira dhabachuu akka qabnun amanaa.🙏💪💪
@rajustarofficial8428
@rajustarofficial8428 4 ай бұрын
Wow amazing kibordist abuuuuuuuuzzzzz
@JafarAbdulla-w3p
@JafarAbdulla-w3p 2 ай бұрын
❤❤❤
@Makiypido
@Makiypido 4 ай бұрын
Wow❤ ebbifama nus kara tiktok fi kara facebook irratii hojjene haa gargarun jedhaa
@NegasaTolesaNT
@NegasaTolesaNT 4 ай бұрын
Nama cimaa kana utubuun studio bareedaa ijaarratee hojii aartii Oromoof shoora olaanaa akka taphatu godhamuu qaba.
@Kamilaliofficial-43
@Kamilaliofficial-43 4 ай бұрын
Abuyee obaleysa kenyaa nuf jiradhu qaallii nama ❤
@dammeeyoutube9513
@dammeeyoutube9513 4 ай бұрын
WOW! baay'ee namati tola nama cimadha Qaanqee Show hojii gaarriidha jabadha
@abdimohammed2693
@abdimohammed2693 4 ай бұрын
Maqaan isaa antanaa tafaraa odaatii
@AliMohamed-gi1tt
@AliMohamed-gi1tt 4 ай бұрын
Must be supported!!!
@kedirsinano902
@kedirsinano902 4 ай бұрын
amazing
@abdimohammed2693
@abdimohammed2693 4 ай бұрын
Antana tefera odaa is his actual name
@shaashomedia
@shaashomedia 2 ай бұрын
Ulfaadhu, Muuziqeessaa Dandeettii Ajaayibaa Qabudha, Jajjabeeffamuu Qaba!!
@AbdurahmaanNibraas
@AbdurahmaanNibraas Ай бұрын
Jabaadhaa wal jabeeysaa
@tejitugutema1394
@tejitugutema1394 4 ай бұрын
Wow qoomoo koo ni guddataa Galatoom Habte💎⭐️♦️
@fibor
@fibor 4 ай бұрын
Woow translation
@Malkaa9
@Malkaa9 4 ай бұрын
Thanks Mr. Anteenee. Qamar album hojjataaraa jarana 🤔 I'm really excited to hear it
@matiyaszemedemati8170
@matiyaszemedemati8170 4 ай бұрын
Adu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Habtee gudaa galatoomi🙏🙏🙏
@JamalAbdala-gq6fe
@JamalAbdala-gq6fe 4 ай бұрын
Qindeessa musiqa Mohamed Said nuf afeeri
@waliifbirab3259
@waliifbirab3259 4 ай бұрын
Ni deegara..❤❤❤❤
@bayanoro-1
@bayanoro-1 4 ай бұрын
Meerree lakkoofsiti kanaan jette??😅😅😅
@alisanlove-zw8vu
@alisanlove-zw8vu 4 ай бұрын
Hapte jabaadhuu yeroo hundaa sii waliin jirraa
@waliifbirab3259
@waliifbirab3259 4 ай бұрын
Habtaamuu galatoomi atis🙏
@fayetade5281
@fayetade5281 4 ай бұрын
Qaxxaalluuma ergaa dhiistee turteetta😂
@makiama9561
@makiama9561 4 ай бұрын
Kaa gaafi nati ta'ee nama birratu haasa'aa isa afaan Oromooti hikaa jiraa moo? isumatu afaan dubbata
@DiroDtube
@DiroDtube 4 ай бұрын
Abuz artistii Oromoo heedduu duuba ni jira
@derartuusmail5708
@derartuusmail5708 4 ай бұрын
Abiyifi Adanecha farsuu irra huji akkana yoo dabarsite irra wayya
@Cristiano-u2u
@Cristiano-u2u 4 ай бұрын
Habtee koo❤❤
@DiroDtube
@DiroDtube 4 ай бұрын
Habtish har'as waan ajaayibaa hojjette, Abuz nama gargaaramuu qabuudha
@Naafiyad_Naafi
@Naafiyad_Naafi 4 ай бұрын
Dhugaadha habtaamu Iddo akkana deemte nuuf hojachuudhaaf galatoomi dhaqeen argees jira studiyoon isaan kan oromoof madaalu Miti jechuun manichii kessa jiraatu dhiphaaddha anteneh jechuun akkuma ibsamee nama.amala qabessa tokko nama gaariidha maaloo oromoo ko aartii oromoo jabessu qabna anteneh jabessu qabna please saba bala
@JemalChacho
@JemalChacho 4 ай бұрын
Yaadan isiin cinaa jiraa. Jabaadhaa jajjabeessa. Asumaaniis Habtamuu galatoomfachuu barbaada.
@KiyaYomiyu
@KiyaYomiyu 4 ай бұрын
Habttee galatoomii garuu
@KiyaYomiyu
@KiyaYomiyu 4 ай бұрын
Nama xiqqaa guddiisuu Guddaa mul'iisuu Kan dhabeef kennuu Kan beelaa'ee beeluu baasuu Kan dheebootee dheebuu baasuu Kan dhibame wal'aanee fayyiisuu Kan bade barbbaadee galchu Kan wall dhabe wall arggisiisuu Kan wall irraa fagaate walitti dhiyyeessuu Nama qalbbii miskkiinaa ciibssee Mar'ummaan miskkiinaa goge jiisuu rabbi guddaan umuurii dheerttuu waliin siif haa kennu. Ulffaadhu garuu gaaffii hedduun qaba yoo na tuffatte malee
@IguufDyuff
@IguufDyuff 4 ай бұрын
Gurbaan Oro amaaraadhakaa. Jajjabeeffamuu qaba.
@AbdureMukhtar
@AbdureMukhtar 4 ай бұрын
Baye jaalenna
@AbdurahmaanNibraas
@AbdurahmaanNibraas Ай бұрын
Dhugaa dhugaa garaaraa oromoo jabaa ofii abbaatu jabeeyfata
@KsaKsa-px6yc
@KsaKsa-px6yc 4 ай бұрын
Egaa Turee muccaa kanaa welcome to
@derartuusmail5708
@derartuusmail5708 4 ай бұрын
Ustidion kee nidukkanaa itiopiati
@WXY7007
@WXY7007 4 ай бұрын
GOOTAA AKAA ABUU AFEERTEE WAL NUBARSSISU KEETTIN GALATTOMII !!!
@WXY7007
@WXY7007 4 ай бұрын
😮HAGALAATOOMU OLGUDATOOTA OFJALLATTI HANUBARSISUU AKATTA ITTI DEEGARUU NUFIBSAA?
@oromiyatube9647
@oromiyatube9647 4 ай бұрын
guyaa. tokoo yadaattaa juneydii. nufiidii
@bekanamuleta664
@bekanamuleta664 4 ай бұрын
Warri tiktok irratti followers guddaa qaban sagantaa qarshii sassaabuu akka hojjetaniif itti himamuu qaba
@quluceiluu5780
@quluceiluu5780 4 ай бұрын
Wow❤❤❤
@dheeranejash6400
@dheeranejash6400 4 ай бұрын
Ni gargara ishalaha ❤
@aberabulo7758
@aberabulo7758 4 ай бұрын
Kaleessa daandii irra miila isaan osoo socho'uun arge. Kanaafuu makiinaa.....
@Urjiilee-Samiidhaa
@Urjiilee-Samiidhaa 4 ай бұрын
Dhuguma Rabbiiti Obboleesi keenya kuni gargaatamuu qabaa!!! Bashannana Oromo keysatti inni Furtuudha. Kuni Long overdue case jaeetiin yaada. Kootaa haa gargaaruu!🙏
@fuadkadir9531
@fuadkadir9531 4 ай бұрын
Afaan oromo gonkumaa dubbachuu hin danda'umoo?Habtaamuu osoo dubbatee akkam bareeda!!!
@birhaneejeta
@birhaneejeta 4 ай бұрын
Omg he is my family❤❤❤abu koo abasa
@Damebale765
@Damebale765 4 ай бұрын
Yeroo itti aanu Amansiisa ifaa nuu fiduu qabda
@chalaboru-wc2eh
@chalaboru-wc2eh 4 ай бұрын
Gantuu
@abditube-1
@abditube-1 4 ай бұрын
Wow dawit tadasee inaffaa tokko male sagalee taateef galatoomi
@SOLANTUBE46
@SOLANTUBE46 4 ай бұрын
Dhifaamma male hiika isa nati hin tole
@laggasaagulummaa295
@laggasaagulummaa295 4 ай бұрын
በጣም አማሰግናለው ሀብታሙ።አቡ ቤት የለውም።ለኦሮሞ ህዝብ እየሰራ ነው።ኦሮሚየ ግን ማሬት አለት። ለአቡ ከውጭም ካውስጥም ልንረዳ ይገበነል። ሌለ አብረህም ሰይድ የሚበል አይና ስውር ሆኖ ቤት ቸከረይታው ለኦሮሞ አርት እየሰረ ነው ።እሱም እነደ አቡ ቤት ተካረይታው እየሰረ ነው ፕልስ አነግረው።ከማንደር ለገሰ እበለለውየፖሊስ ዘፈን የዘፈንኩ።አቡ ነው የሰረልኝ።አብረህም ሰይድም ሰርቶልኛል።ሀብቱ በርታልን waaqayyoon umuri dheertu siif haa latu.jabadhu sabboona keenya dur gingilchaan sii beekna.ama qaanqee
@gxt1425
@gxt1425 4 ай бұрын
👌🙏
@AbdiHasen-oz3ef
@AbdiHasen-oz3ef 4 ай бұрын
Yom gadhiftan
@Feysal35
@Feysal35 4 ай бұрын
Anis Amariffa baradheen dhufa habte
@MULISTUBE
@MULISTUBE 4 ай бұрын
Dhugaa dubbachuuf hojii isaa irratti kennaa fi dandeettii akka qabu ragaa biraa barbaaduun hin barbaachisu. Ani wallee tokko dalaguuf waanin arge dubbachuu hin dandahu. hin qindeessame jedhees hin dubbadhu. kanaaf namni akkas of kennee aartii keenya miidhagsu. jabeessamuun aartii keenya jabeessuu waan taheef deeggarsa isaaf barbaachisu artistoonni keenya ofii jalqabaatii abbootii qabeenyaas sponsor gaafadhaafii...
@حسنعلي-ق2ي
@حسنعلي-ق2ي 4 ай бұрын
Namati.tolabayee
@dheeranejash6400
@dheeranejash6400 4 ай бұрын
Dhuga isati
@berhanuetichaofficial2464
@berhanuetichaofficial2464 4 ай бұрын
Sirbitoonni kunneen qarshii 50,000 ETB yoo walitti fidan kan inni hojjetee argatu wajjin ni gahaaf jedheen yaada.
@Nagesaterasa
@Nagesaterasa 4 ай бұрын
🥰🥰🥰🥰🥰👌👍
@WXY7007
@WXY7007 4 ай бұрын
HABTAMU GALATOOMII SEENA KENYAAA IRRA CALAAA BABAALISAA JIRTAA JABADHUU !!!
@CalaaAhmadgindo
@CalaaAhmadgindo 4 ай бұрын
Namichii Oromo amaraa silaa
@otuber_x
@otuber_x 4 ай бұрын
Us oromoo dha cala
@gammacahuOfficialTube
@gammacahuOfficialTube 4 ай бұрын
Malii sabbonumaan haganaa gahuu habtish
@otuber_x
@otuber_x 4 ай бұрын
Abuz studio 🎙 ❤
@laggasaagulummaa295
@laggasaagulummaa295 4 ай бұрын
ሀብተሙ ተበረክ። አቡ ማለት ለሰው የሚየስብ የኦሮሞ ቀህል እንድ የድግ የሚለፈ ሰው ነው።የበት ክረይ ውስጥ። ለኔም የፖልስ ዘፈን ሰርቶልኛል።ስሜ ኮማንደር ለገሰ ጉሉማ እቀለለው።አቡን (አንቴናን ከውጭም ከውስጥም)ልንረዳው ይገበል።የሱ አይናት አድስ አበበ ቤት ተከረይታው አይና ሱውር ሆኖ የምሰረ ለኦሮሞ ልጆች አለ። አብረህም ሰይድ ይበለል ቀነት ሀብቱ ገብው መንግስት ልረዳቻው ዪገበል።ሁለቱም አንድ አይነት ነቻው።አብረህም የሀራርጌ ወለጅ ነው
@AbdurahmaanNibraas
@AbdurahmaanNibraas Ай бұрын
Artati keenya ni gargaarra
@QuubsaaAbdallaa
@QuubsaaAbdallaa 4 ай бұрын
Akkanumatti itti ciimi
@QuubsaaAbdallaa
@QuubsaaAbdallaa 4 ай бұрын
❤❤❤
@QuubsaaAbdallaa
@QuubsaaAbdallaa 4 ай бұрын
❤❤❤
@FayisaaDDibaabaa430
@FayisaaDDibaabaa430 4 ай бұрын
Jeneraalticha moo shaalaqaa turee maqaan kee sun
@Leelisee
@Leelisee 4 ай бұрын
❤❤❤❤❤
@dheeranejash6400
@dheeranejash6400 4 ай бұрын
❤❤
@Leelisee
@Leelisee 4 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤
@soresaobsa5211
@soresaobsa5211 4 ай бұрын
❤❤❤❤
@etinish
@etinish 4 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Hojii Aartii irraa gara Faaddaalummaatti!!  Buzee
48:10
Qaanqee Show
Рет қаралды 81 М.
Ijjigaayyoo Fiqaaduu waliin
28:45
Qaanqee Show
Рет қаралды 32 М.
My Height vs MrBeast Crew 🙈📏
00:22
Celine Dept
Рет қаралды 107 МЛН
😜 #aminkavitaminka #aminokka #аминкавитаминка
00:14
Аминка Витаминка
Рет қаралды 2,7 МЛН
СОБАКА ВЕРНУЛА ТАБАЛАПКИ😱#shorts
00:25
INNA SERG
Рет қаралды 1,8 МЛН
Anaaf Du'a Gidduutti taaakkuun tokko hafen du'a oole!
46:30
Qaanqee Show
Рет қаралды 25 М.
OROMTICHA KOO !
22:42
Bulchiinsa Magaalaa Qobboo
Рет қаралды 800
Jaalalleekoo ijoollummaa waliin bultii dhaabbannus na dhiistee miila fageeffatte.
22:30
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 144 М.
Amerikaan keessaa Hin qabdu-Buzee fi Takkee new 2022
11:24
BUZEX BOHARSA
Рет қаралды 456 М.
My Height vs MrBeast Crew 🙈📏
00:22
Celine Dept
Рет қаралды 107 МЛН