Tap to unmute

prank Aja'ibaa said makiina tiyyaa na jaala haate!!!

  Рет қаралды 19,537

YAYA hope

YAYA hope

Күн бұрын

Пікірлер: 263
@soreettiwarrailluu7022
@soreettiwarrailluu7022 3 жыл бұрын
Like utu hin godhinif komenti gotumo aninlike tokkoffaan godheckomente dhi 13ffa😳😳godhafii abdii kafaladhu afur bitii isa hafelle hin atu jedhe sayido qaqali waanko.heddu sin jalladha🥰🥰sayido pirankif jecha kana hunda dhadahabda😥
@beletudebele5964
@beletudebele5964 3 жыл бұрын
Kkkkk
@foziorotube
@foziorotube 3 жыл бұрын
Kkkkkk said dhugaa atiif abdiin bayyee nati toltu namaf yaadu jabadha
@Kuush-5-Show-Studio
@Kuush-5-Show-Studio 3 жыл бұрын
Waan jabaatee
@hawwiiarasiii8781
@hawwiiarasiii8781 3 жыл бұрын
🤣🤣🤣🤣🤣😁😁
@saab9056
@saab9056 3 жыл бұрын
MAASHAALLAH Abdii Obsaa qabeessa namaatii ati. Akkasumatti rabbiin Iimaana siif haa kennuu.
@ummufuaadjamiilaaarsiiboqo1784
@ummufuaadjamiilaaarsiiboqo1784 3 жыл бұрын
Rabbiin gaarummaa kana sirra haa tursiisu Abdii Maashaa allaah tabaarakarrahmaan
@danatezeta2379
@danatezeta2379 3 жыл бұрын
Wow jabadha bayye issin jalana itti nuf fufaa👍👏👏❤❤❤❤❤
@tmaniacell7446
@tmaniacell7446 3 жыл бұрын
Wowwww baayyee namattii toltuu lamman keessanu😍
@ayanoorotube3890
@ayanoorotube3890 3 жыл бұрын
mati na ta'ii qalii please
@waqaayoogaridha4901
@waqaayoogaridha4901 3 жыл бұрын
Uuuuffff abdiyee hayuu keenyaa obsaa sif latee mal qaba nafiis latteeraa ta.ee malumafuu artee jirtaa imskinako yaa hojiikee saidoo😃😅😃😍😍😍
@saadaabe9444
@saadaabe9444 3 жыл бұрын
Woow Woow mashaallaah tabark abdiyee obsii kee hedduu nama aja'ibaa wolahii umrii nuuf dheradhaa
@kidanegaromageleta8044
@kidanegaromageleta8044 3 жыл бұрын
Abdi Atti dhuga nama obsa qabudha uttu namota birra Ta'eti in iyaa❤❤❤❤
@darrabbatube9096
@darrabbatube9096 3 жыл бұрын
Maashaa Allaah akka itti isiin lamaan jaaladhu Saidoo fi Abdiiiiii😘
@ormotube919
@ormotube919 3 жыл бұрын
Wowwww Mashaalaa bayee obsaa qabaa wly abdinii
@ummufuaadjamiilaaarsiiboqo1784
@ummufuaadjamiilaaarsiiboqo1784 3 жыл бұрын
Wollaahi Abdiin dhugaa nama Gaariidha.
@karimaabintiihuseen4181
@karimaabintiihuseen4181 3 жыл бұрын
Sa'idoo hojii kee moo 🤣🤣🤣 Abdii obsaa qaba🥰🥰🥰🤣🤣
@rozahuseenarsii9808
@rozahuseenarsii9808 3 жыл бұрын
Uuufffff jalaltii tesaan heduu namatii tolaa walaahii ❤️🌹❤️🌹❤️
@mamanuhusen4051
@mamanuhusen4051 3 жыл бұрын
Ok 👍
@adamkayo3280
@adamkayo3280 3 жыл бұрын
kkkkk Best vedio wollahi saidon Nama Adaati Abdiin obsaa bayeaa qabaa mashaa Allah Garuu makina nama biraati kenee jenan mufatee malee Rabbiin hiriiyoota waalin turuu isiin hadhodhuu
@siifanarsii6955
@siifanarsii6955 3 жыл бұрын
Kkkkkk abdin nama garii waalhii 😍♥️♥️
@AsAs-zp8yj
@AsAs-zp8yj 3 жыл бұрын
Hujii kee nyadhuu abdiin namaa garii ♡♡♡♡
@tolashigooftaa1276
@tolashigooftaa1276 8 ай бұрын
Abdii miskinaa dhugaa yaada nama irraa adda atti 🥰🥰🥰
@takiitiiarsiitube4543
@takiitiiarsiitube4543 3 жыл бұрын
Masshaa allh Abdin namaa obsaa qabuu
@orotube44
@orotube44 3 жыл бұрын
Well come ijolee oromoo jirtuu maaloo asumani maatii nafi ta'a lammii waani kooo 💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚
@shayyaatube6289
@shayyaatube6289 3 жыл бұрын
Wly heedduu namatti toltaan jabadha said fi Abdinis bayyee isin jaaladha walumatti hin aariina waan feetan yoo walirratti hojatan ofiis fayaadani nuus buhaarsa jirtaan 🙏
@hananm3708
@hananm3708 3 жыл бұрын
Mashaa allaa Mashaa allaa dhugaa wal jalatuu heduu waliin umrii dheradhaa
@alidory2036
@alidory2036 3 жыл бұрын
Kkkkk garuu obsii kesani bayee garidha wali barsiftani ienai waliti mufatani garuu
@ashuadam8844
@ashuadam8844 3 жыл бұрын
Abdii siilan jarsaa akka keetii kanaa argadhee ammalii kee hundii bayee namatii toola ❤️🌹
@sabotuuoromoo1304
@sabotuuoromoo1304 3 жыл бұрын
❤❤❤❤Adii bayee garii namatii 💋❤
@boontuutakkitiarsii8622
@boontuutakkitiarsii8622 3 жыл бұрын
Wwwwwww maashaa Allah abdii amala qabeesa wolhii sayidoo hujii kee nyadhu wolhii 😂😂😂😂🤣🤣🤣
@urgokebe7331
@urgokebe7331 3 жыл бұрын
Abdii prank kunii barumsaa sif ta.aa ati lamataa makina kee namatii hin keninii yoo namnii bakaa ittii deman barbadan ati gesii👍👍👍👍👍
@aishaaa1904
@aishaaa1904 Ай бұрын
Maall mee amaa ifajeen hagana gayuu😂😂
@jofiiyeetaresaawaqayoabdii3953
@jofiiyeetaresaawaqayoabdii3953 3 жыл бұрын
Wayoooo bobii dhoftee dhugaa abdiinii bayee namaa gariidhaa dhugaa🙏🙏🙏🙏🙏
@rtdg9708
@rtdg9708 3 жыл бұрын
Kkkkk Abdiin miskinaa sa'ido hojii kee nyaadhuu
@foziyaaarsiifoziyaaarsii1092
@foziyaaarsiifoziyaaarsii1092 3 жыл бұрын
Masha allhaa Abidin obsa qaba dhuga
@maariilove1549
@maariilove1549 3 жыл бұрын
Kkkkk hojii kee Nyadhuu yaa Sa.aidoo garaa koo kkkkk
@zahrazahra281
@zahrazahra281 3 жыл бұрын
Welcome abdii and sayido🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@sanyiiijawar9143
@sanyiiijawar9143 3 жыл бұрын
S and A nafii jiradhaa qalii wanii kooo uphaaaaaaaaa ♥️🥰♥️🥰♥️ maasha hlaa tabarak Aalla 🙏🤩🤩😍🥰🥰
@fahedalad2435
@fahedalad2435 3 жыл бұрын
Kkkkkkk kolfaan dhumnee bayanaa prakin
@alihawweihawwei2023
@alihawweihawwei2023 3 жыл бұрын
Hojii kee nyadhu saidoo Abdii miskinaa waalahi jajaabadha heduu namati toltani qaaliwan koo
@ketegesuthulumyalifal4546
@ketegesuthulumyalifal4546 3 жыл бұрын
Waali gaalteen keessaan bay.ee namaati toltu haamtuun jiduu keessaan hin senini 🥰
@abdurazakesmoare7921
@abdurazakesmoare7921 3 жыл бұрын
Wolyii abdii rabinii akanumatii umrii sii haa dheresuu pirakinii akanaa barusaa bayee qabaa
@hawwiiyyeesabootusabaa3105
@hawwiiyyeesabootusabaa3105 3 жыл бұрын
Yaa Saido hojii kee Moo jabadhaa qashxiwwaani koo Ilove you 😂😂😂😂😂Abdii minkinaa obsaa qabada ❤️❤️😂😂😂😂
@ayanoorotube3890
@ayanoorotube3890 3 жыл бұрын
mati na ta'ii sanyii please
@hawwiiyyeesabootusabaa3105
@hawwiiyyeesabootusabaa3105 3 жыл бұрын
@@ayanoorotube3890 ok
@Hussennuroo
@Hussennuroo Жыл бұрын
😂😂hattuni achiile hin jiraa namatii toltani garuu hajii irrafagadhaa
@samsungm7449
@samsungm7449 3 жыл бұрын
Hojii kee sayid kkkkkkkkkkkk abdiin bayyee areeee
@halimahajii5831
@halimahajii5831 3 жыл бұрын
Sadii hojii ke nyadhuu wly ❤❤❤
@kadamatudiniislamma1366
@kadamatudiniislamma1366 3 жыл бұрын
Maashaaallaahuu obosi wolaka imanata Abdi rabbi obsa kana sira ha turasisuu Amiiiiiiiiiiiiiiiin jedhii👌
@yasriamiinyasriamiin8160
@yasriamiinyasriamiin8160 3 жыл бұрын
Pirk ajiibatii like fi comatin jajabesaa Abdiif sayidoo www maasha Allaah
@metioromiyyaa6415
@metioromiyyaa6415 3 жыл бұрын
Mashallaa 💝 bayye namati toltuuuuuu
@habibatube5966
@habibatube5966 3 жыл бұрын
Abdi Nama garidha Masha Allah 💕
@abdikoosumayaahadhakoo5455
@abdikoosumayaahadhakoo5455 3 жыл бұрын
Prank gomma hiknuu jalqabee 😁😁😁😁😁
@fathemafathema4233
@fathemafathema4233 3 жыл бұрын
Abdii Obsa qabada mashaallah
@saab9056
@saab9056 3 жыл бұрын
Edaa Ebjodhee dhalaan sadi si marsanii argee abdii 😆😆😆🙆 Takkitti darbitee kuffistee 2 immoo anatuu humnaan qabee sirraa deemeen. Lamaan suni dodola himattii. Isin hunxee jedhee gaafadhee jennaan hunxee miti naan jedhani. Kkkkk kkkk wollaah dhugamaan Ebjodhee 😆😆😆😆😆😆
@oromokookoo8286
@oromokookoo8286 3 жыл бұрын
mashaallah yaa ijjoollee yemani baay'ee nanati tolltani
@Brani-o1l
@Brani-o1l 8 ай бұрын
Amaa maaltuu si rakkissee gommaa bassuu
@Samsung-kg5bt
@Samsung-kg5bt 8 ай бұрын
Abdin itu nama bira ta'e Bala buusa wly😂😂🥰
@yasmeenmasarat9952
@yasmeenmasarat9952 3 жыл бұрын
Abdii baayyee opisiitaa👍👍❤❤
@madinabifto8205
@madinabifto8205 3 жыл бұрын
Mashaallaa Abdiiyee wowowo mashaallaa
@sennaa9236
@sennaa9236 3 жыл бұрын
Eee bada sayid hojji kee😂😂😅😅
@nibraasmohammad8823
@nibraasmohammad8823 3 жыл бұрын
Walahi abdii atti bayee namaa garidhaa
@beshadobeyana928
@beshadobeyana928 3 жыл бұрын
Mashalaa Bayee namatii toltuu
@مريماليافعي-ه6ذ
@مريماليافعي-ه6ذ 3 жыл бұрын
Masha Allah Rabbiin walin isin hakayu oboleyan tiya baye isin kabaja ❤❤❤❤❤wan nama bashanasisu dalaydan
@ayanoorotube3890
@ayanoorotube3890 3 жыл бұрын
mati na ta'ii sanyii
@makiitube5184
@makiitube5184 3 жыл бұрын
Kkkkkkkkk sayido hujii kee nyadhu kkkkkkkkk
@SaraAli-im6ny
@SaraAli-im6ny 3 жыл бұрын
Kkkkk afur biti yoo debite sadinu ni fudhatanii
@mesifiqir5519
@mesifiqir5519 3 жыл бұрын
Kkkkkk prank jecha makin hikta wayyi iffaje kee abdi har.a si dhumate qata prank nama marachita
@safiyaarsiitube878
@safiyaarsiitube878 3 жыл бұрын
Abdii ya obsa kee💯
@ramatewallagaa5839
@ramatewallagaa5839 3 жыл бұрын
Wly abdii kun obsaa qabaa yeroo hundaa mashaa allah
@ayanoorotube3890
@ayanoorotube3890 3 жыл бұрын
mati na ta'ii qalii please
@bashatube2045
@bashatube2045 3 жыл бұрын
Kkkkkkkk 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣yaa saido hojii kee nyadhuu abboo
@asiyaaamadi7270
@asiyaaamadi7270 3 жыл бұрын
Hujii kee nyadhuu saidoo
@yehehh2266
@yehehh2266 3 жыл бұрын
Abbidin obisaa qabaa dhugaa rabbi🥰🥰🥰🥰🥰💔💔💔💔💔
@husnihusni2041
@husnihusni2041 3 жыл бұрын
Mashaa.Allaah.Nama.gaarii.waan.jabadhaa.sobrii.keesani.baa.yee.dasii.Nama.jeedhaa
@faximaabintaliyyitube3940
@faximaabintaliyyitube3940 3 жыл бұрын
Bagaa nagaa dhuftaan Oromoo mee maatti naaf ta.aa ummaata koo qaalii 🌹🌷❤️🌹❤️
@فاطمةغنه
@فاطمةغنه 3 жыл бұрын
Hy
@taaddutube3200
@taaddutube3200 3 жыл бұрын
Wayoo Abdiin misikinaa maaloo🤪🤪😳😳😳😳😳😳
@sumyyaatube4817
@sumyyaatube4817 3 жыл бұрын
Abdii miskinaa dhuga sabrii qabaa silaa nama gari tatee qata iyyaa
@misiramohamad4256
@misiramohamad4256 3 жыл бұрын
Dhiraa ati Abdii walii obosaa qabada
@nafisasayiijawaradssd3968
@nafisasayiijawaradssd3968 3 жыл бұрын
Kkkkkkkkkkkkkkkkk Abdinii misikinaa sahdi hochii kee yadhuu
@mdamina1960
@mdamina1960 3 жыл бұрын
Kkkkkkkkkk kkkkkkkkkkkk yaa Sa'ido hojii kee nyaadhu
@lomylomy2039
@lomylomy2039 3 жыл бұрын
Heduu natii toltanii isinii jaladhaa ❤❤❤❤❤
@bababuze1107
@bababuze1107 3 жыл бұрын
Heduu namati toltanii Isinii jalaadhaa abdii obsa qaba
@kadijaabdii5616
@kadijaabdii5616 3 жыл бұрын
Mashallahaa S and A rabbi walfi isan hadhisuu heduu nati olatan, I love sou mche
@Wolhaabarru
@Wolhaabarru 3 жыл бұрын
Kadija maatii tahhii kzbin.info/www/bejne/govdmHt8d7B6oas
@chaltukedir9979
@chaltukedir9979 3 жыл бұрын
Dhugaa Rabbi abdii miskina wly😭 💔💔💔💔💔❤❤❤❤❤❤💔💔💔💔❤
@yabatatube5313
@yabatatube5313 3 жыл бұрын
Hhhh Abdin rifattu firratti fincanne jirra hhhhhhh
@najatiitube7440
@najatiitube7440 3 жыл бұрын
Mashahlla mashahlla sadii bayee
@waabbee.tube..5673
@waabbee.tube..5673 3 жыл бұрын
Jkj
@milkiitubee9910
@milkiitubee9910 3 жыл бұрын
Bekkaa dhiratii mashallahaa abdiin
@susishawaajawarisanyiiorom8850
@susishawaajawarisanyiiorom8850 3 жыл бұрын
Abdii Miskin💕
@ayanoorotube3890
@ayanoorotube3890 3 жыл бұрын
mati na ta'ii sanyii please
@urgokebe7331
@urgokebe7331 3 жыл бұрын
Sayidii ati hojin kee kkkkkkk kkkkkkkkkk
@mdkhalid508
@mdkhalid508 3 жыл бұрын
Abdi masha allaha 🥰🥰🥰🥰👍👍👍👍👍
@muredaadam4288
@muredaadam4288 3 жыл бұрын
Wallahi abdiin obsaa qaba ammas jabadhu abdii
@Wolhaabarru
@Wolhaabarru 3 жыл бұрын
Mureda maatii tahhii kzbin.info/www/bejne/govdmHt8d7B6oas
@maadiinarsiirobee6742
@maadiinarsiirobee6742 3 жыл бұрын
Kkkkkkk yaa sayido hojji kee nyadhuu 🤣🤣🤣
@thstsg7142
@thstsg7142 3 жыл бұрын
Abdi obsaa namaa🥰🥰
@sifaangadaa1098
@sifaangadaa1098 3 жыл бұрын
Wolli jaalali keessaan bayyee nama qaanasisa
@badiriyaabadiriyaa2471
@badiriyaabadiriyaa2471 3 жыл бұрын
Yaa ummataa pirakki fii jechaa,Amaaa marattan godhii🙄😁😁😁
@ayanoorotube3890
@ayanoorotube3890 3 жыл бұрын
mati na ta'ii qalii please
@yesuusgooftaa266
@yesuusgooftaa266 3 жыл бұрын
Wohii abdii miskiina koo
@bulbuahmad5999
@bulbuahmad5999 3 жыл бұрын
umata jalalafi kabajan birati margite jechun isni wallhahi gaf tokkoo yo rabbii jedhe dirama isni wajin dalagu hawwi qaba hinshallaha yo rabbii jedhe hedu taka isn jalaladha oromo tiyya KZbin barotaa yaman hunda yu 🥰❤❤💋💋
@bareduuoromiyaa3750
@bareduuoromiyaa3750 3 жыл бұрын
Said irra dalagde pirank aji'iba abdii irraa kkkk
@ummufuaadjamiilaaarsiiboqo1784
@ummufuaadjamiilaaarsiiboqo1784 3 жыл бұрын
Kkkkk Kkkkk Sa'idoo hojii kee nyaadhu waaqa
@merakhan6147
@merakhan6147 3 жыл бұрын
Abdii piliss mee kesan naa dubbis siti hajamesaa 😭😭💔💔💔💔
@sayidrashid6264
@sayidrashid6264 3 жыл бұрын
Yarabii uuuuuu
@soreettiwarrailluu7022
@soreettiwarrailluu7022 3 жыл бұрын
Uusssi mali itti himufi baddu shamaran bara kana sin jalladhacjechufimo🙈
@ayanoorotube3890
@ayanoorotube3890 3 жыл бұрын
qalii mati na ta'ii qalii please
@ayanoorotube3890
@ayanoorotube3890 3 жыл бұрын
@@soreettiwarrailluu7022 mati na ta'ii please
@ayanoorotube3890
@ayanoorotube3890 3 жыл бұрын
@@sayidrashid6264 mati na ta'ii qalii please
@ebrahimhassen8914
@ebrahimhassen8914 3 жыл бұрын
Saidoo gomaa hatuu jamartee kiyumaa tokoo situu bafatee lataa kkkkkkkkkkkkkkkkk
@karimaabintiihuseen4181
@karimaabintiihuseen4181 3 жыл бұрын
Kkkkkkkkkkkkkkk kkkkkkkkkkkkkkk kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk Abdii mikinaa hojii keee nyaadhuu sa'idoo kolfaa du'ee 🤣🤣🤣🤣🤣
@orotube44
@orotube44 3 жыл бұрын
Maatii nafi ta'i tiruu koo 🥰
@radiyeeorotube8178
@radiyeeorotube8178 2 жыл бұрын
Mashaa allaah tabarkaallh
@madinatarboosh1120
@madinatarboosh1120 3 жыл бұрын
Mashallaha abdii kuni namaa saboonadha obasa qaba
@hananbintiislamaa2104
@hananbintiislamaa2104 3 жыл бұрын
Adiii mashhaaaaaa yaa obsaa keee
@hananbintiislamaa2104
@hananbintiislamaa2104 3 жыл бұрын
Adii qashiti mashlaaaaaaa waan badaa takaa hin dunanee
@hananbintiislamaa2104
@hananbintiislamaa2104 3 жыл бұрын
Sidoo atilee mashlhaaa
@seifuabubaker2450
@seifuabubaker2450 3 жыл бұрын
mucaan Abdii jedhamu akkati tasgabaawutu natti tole
@ebrahimhassen8914
@ebrahimhassen8914 3 жыл бұрын
Mashaallaa Abdii obsaa qabaa
@ayanoorotube3890
@ayanoorotube3890 3 жыл бұрын
mati na ta'ii sanyii
@sadaamuhammed6477
@sadaamuhammed6477 3 жыл бұрын
Abdii koo 🥰🥰🥰🥰🥰👌👌👌👌👌👌👌👌👌
Jaidarman TOP / Жоғары лига-2023 / Жекпе-жек 1-ТУР / 1-топ
1:30:54
The Lost World: Living Room Edition
0:46
Daniel LaBelle
Рет қаралды 27 МЛН
kanus Qura'ana fiixee Arra Kanus Kiyyaa Surprise Ajja'ibaa Goodhee
17:20
Magalaa Qobbo firoo waliin dhufnee mudannoo Ajaaiba
14:12
Famiko Tube
Рет қаралды 4,7 М.
Jannan yeroo duraatif gahla keenyan duraa mana kiyya dhuftee .
15:36
Jaidarman TOP / Жоғары лига-2023 / Жекпе-жек 1-ТУР / 1-топ
1:30:54