Akka Hin Taanetti Keessa Seene

  Рет қаралды 10,310

Gemmechis Teshome

Gemmechis Teshome

Күн бұрын

Пікірлер: 84
@MakiyaOromo-tf9cf
@MakiyaOromo-tf9cf Ай бұрын
Oboleeti tiyya dhamsii anii sifi qabuu yoo jiratee atii erggaa isaa wolti makamtee hiree rabii ganamaa si lalabee amantaa kannasi qabachuu adunyaa fi akiraati lee janataa rabii ittii milkoftaa atii woti gochuu dadetuu ijolee tee amantaa musilmaa irraa jabbefadhuu akkaa qarahani tasisi akkaa salttani gorsii namni rabii tokkichaa amanee homaa hin tahuu durumaa namaa balgee herumtee malee amantaa isilmaa kanna isaa hin ajajajuu isaa yo rabii isaa baleessufi tahuu kanna isaa darbee kuna rabii mokkora jiraa yoo dadete karaa amataa issati debiyuu tasisi 😢😢 atii saltaa kee fi qurrana kee qarahadhuu rabii hamtuu sirra haa qabuu isasai rabii sifi haa qajelchu 😢🤲 dhimaa nyataa irraa ti fonii wanii hin tanee addati yoo woli irraa nyatani rakkoo hin qabuu barii❤
@efsrdsssrdss2151
@efsrdsssrdss2151 Ай бұрын
Amatani isa muslima miti😮
@lelamokadam8451
@lelamokadam8451 Ай бұрын
Subanalhaa yarabi nusatarii isilamuma male amantan bira hinjiruu almdulaha
@rahaoro7140
@rahaoro7140 Ай бұрын
Malf nurraa turtee nagaya jirtaa sanyi koo gammee ❤🎉🎉
@obseobse563
@obseobse563 Ай бұрын
Shamarraan keenyaa biyyaa arabattii dhiiraaf jettee shahada qabachaa ooltuuf barumsaa guddaadha!!!!!! 😢😢
@mohanat3104
@mohanat3104 Ай бұрын
Dura deemi baradhu Amantin islaamumma maal akka ta'ee jarrii Kun kan jarri fudhatan lachuun jaraayyuu isuma yeesus irraa gara yesuusitti jijjiraani ituu amantaa islaamumma fudhatani guyyaa tokko mataanu hin dhukubu
@HhjskjKckxjxnxn
@HhjskjKckxjxnxn Ай бұрын
Wqyo sihaa eebbisu❤
@KennaaGalaanaa
@KennaaGalaanaa Ай бұрын
Maatii naaf tahii mee
@KennaaGalaanaa
@KennaaGalaanaa Ай бұрын
​@@HhjskjKckxjxnxnmaatii naaf tahi mee
@obseobse563
@obseobse563 Ай бұрын
@@mohanat3104 saah kalamak👏🤣🤣🤣🤣🤣
@Bakalu-ui3yh
@Bakalu-ui3yh Ай бұрын
Dhugaa Namni Saamuun isaa Bana Ta'e Seenaa Kaanara Waan Bay'ee Barata Keessaatu Yero Amma Keessaa Jiruu Kanati
@hhi4562
@hhi4562 27 күн бұрын
Mashlaaah Mashlaaah Mashlaaah tarklaaaah Aluhuu Akubaruuu Aluhuu Akubaruuu inatalaa jabaduu akanaa ataa jabaduu abanii kelee jabaa umriih dharadhuu jabadhuu❤❤❤❤❤❤
@JojAhahah
@JojAhahah Ай бұрын
Dhugaa rabbii akkan seennaa kaa natii tollee hin jiirruu❤❤❤❤❤
@BetheliumAsefa
@BetheliumAsefa 9 күн бұрын
Baayyee galatoomaa barnoota guddaadha👍👍👍👏👏
@obseobse563
@obseobse563 Ай бұрын
Baga nagan nuuf dhuftee Gammee keenyaa maaf baddee akkattii sii yaannaam🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@AminaAmina-ot4sf
@AminaAmina-ot4sf Ай бұрын
Bagaa nagaan dhuftee obbolessaa kenyaa qaalii nuraa baadee bar nagumaafii ❤❤❤
@BiliseGangul
@BiliseGangul Ай бұрын
Welcome Gamme kenya ❤Dhuga bay'ee si yaanne 😢❤
@DdG-bs6wu
@DdG-bs6wu 20 күн бұрын
Gamee lakofssa keennuf maqxansii mee
@Alam-cf7ku
@Alam-cf7ku Ай бұрын
Silumaa waaqa wantii namatti caalu hin jiru namnii foonni garuu dadhabadha waaqayyoo mana isaa keessatti nuu haa eegu ati immoo Ammas taanan Amantaa sirriidha jedhe keesii kee Amanen jiraadhu malee sababaa Addaa Addaa Addunya kanaaf jechaa wantaa itti hin Amane hin jiraatiin guyyyaa Addunya kana irraa darbitu hin beektu lubbuu keef yaadii foonif dhiisi warri kees wantaa barbaadan haa jedhanii lubbuu kee Ibiddaa bara baraatti galuu hin caalu jechi nama
@KennaaGalaanaa
@KennaaGalaanaa Ай бұрын
Maatii naaf tahi mee eebbifamii
@Demitu-en7bg
@Demitu-en7bg Ай бұрын
Ani seenaa kanan.ciqamee dhugaa kanan jaaladhee jiruu amata birattii ani moo amata koo bayeen jaaladhaa mal naf wayyaa muucaa bayeen jaaladhaa amata koos nan jaaladhaa 😢😢😢😢😢😢
@زينبامانو
@زينبامانو Ай бұрын
baga nagandhufte gammeekoo hagana turuu ketti akkarakon taee simudatte nishakka .❤❤❤❤❤❤❤❤
@lelamokadam8451
@lelamokadam8451 Ай бұрын
Amantan hinjiniramu subanalhaa isilamuma qabdhu
@neyimaawel4249
@neyimaawel4249 Ай бұрын
Welcome gammee 🎉🎉 gosa amanticha ifa oso nuf gote
@bashobasho4636
@bashobasho4636 Ай бұрын
Gamee bagaa nagaa dhuftee maa nuu jalaa baduu qabdee anii vidiyaa kee dhagefchanii mana madamii hojadhaa damozaa madamii sabaa ketii wanii naa kafaltuu natii fakataa dhugaa waqayoo akamitii yoo jetanii anii odumanii tutukii laluu satii natii dhiiaa dafii dafii nuu gadhisii dhifamaa wojini🙏🏼🙏🏼🙏🏼
@MmAa-f9u
@MmAa-f9u Ай бұрын
Hi. Boo. 😂😢
@husudika3637
@husudika3637 Ай бұрын
Maf badee gamee koo❤
@zeinabmuusaa5223
@zeinabmuusaa5223 Ай бұрын
Bismilah malini mantichimo kan waa dhugani Ammanata jijiratan
@ObseeAdaree
@ObseeAdaree Ай бұрын
Bagaa nagan dhuftee ❤❤
@torfatorfa9395
@torfatorfa9395 Ай бұрын
❤❤❤❤❤Gamme
@xajjeetube4778
@xajjeetube4778 Ай бұрын
Bagaa nagaa dhuftee gamee ❤❤❤❤
@MmMmm-kj4ld
@MmMmm-kj4ld Ай бұрын
Bagaa nagan dhuftee gamee❤❤
@siifanoroo6558
@siifanoroo6558 Ай бұрын
Wel came gammee baga nagayan dhufte🥰🥰🥰🥰 Anattu dura like godhe like naf godha oromoo koo❤🥰🥰😍😍😍😍
@KennaaGalaanaa
@KennaaGalaanaa Ай бұрын
Maatii naaf tahiimee
@Salma-kf3vb
@Salma-kf3vb Ай бұрын
Gallatommii gammee senaa ajibbaattii😢😢😢😢😢
@SenaMideksa
@SenaMideksa Ай бұрын
Hiriyaanko peenxedha ani orthodox dha walin fuune😢😢😢
@Hababaye
@Hababaye Ай бұрын
Waaqayyoo furmata suf ha kenu hadho ko
@mesii270
@mesii270 Ай бұрын
❤❤❤❤❤😢😢😢😢
@zaraahimed5105
@zaraahimed5105 Ай бұрын
Baga nagandhufte gammee❤🎉
@makiama9561
@makiama9561 Ай бұрын
😢😢😢 seenaa ajaa'ibaati dhugumatti
@Milkiiu
@Milkiiu Ай бұрын
ajibss😢😢😢😢😢sena baay,ee nama gadiisiduu
@SimonsDaibbai
@SimonsDaibbai Ай бұрын
Welcome gammee 🎉🎉❤❤❤
@MeseKerem-h3y
@MeseKerem-h3y Ай бұрын
Uuuuufff galataa obbolleessaa koo sena bassisaa nufii fidee😢😢😢😢
@KennaaGalaanaa
@KennaaGalaanaa Ай бұрын
Maatii naaf tahi mee😊
@Oroomoo11
@Oroomoo11 Ай бұрын
Malii Amantaan akanaa shexanaa gabara lataa
@محمدنور-ص9ب3ك
@محمدنور-ص9ب3ك Ай бұрын
bagaa nagan dhuftee gamee
@KiaDior-c5l
@KiaDior-c5l Ай бұрын
Maf baddee gammee
@furnemiresa1
@furnemiresa1 Ай бұрын
Maf badee gamee😮
@abrahabrahss1457
@abrahabrahss1457 Ай бұрын
Bagaa nagaa debitee😊
@KennaaBiranu
@KennaaBiranu Ай бұрын
Welcome 🎉🎉🎉
@AbdiiJaamal-yf8mk
@AbdiiJaamal-yf8mk 20 күн бұрын
😢😢😢😢😢😢
@ZainabHamdan-rp8ln
@ZainabHamdan-rp8ln Ай бұрын
baga nagani dufute game❤❤❤
@ayantujunedi345
@ayantujunedi345 Ай бұрын
Eee akkasi yoon haati fi Abban murteesadha
@hahahwjjsjs
@hahahwjjsjs Ай бұрын
Weel come gamee maa badee ruuraa
@sarraayesuusarraayesuu2081
@sarraayesuusarraayesuu2081 Ай бұрын
😢😢😢😢😢💔💔💔💔💔💔💔
@urgoo4321
@urgoo4321 Ай бұрын
❤️❤️❤️❤️❤️🥰🥰🥰🥰🥰
@faaxeefaaxee100
@faaxeefaaxee100 Ай бұрын
Eessati bade gamee😢
@bekeleaga3208
@bekeleaga3208 Ай бұрын
Kiristoos bilisaa Isiin baasa amaanaa
@MariamAbu-dj9uw
@MariamAbu-dj9uw Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@HanaDerba
@HanaDerba Ай бұрын
Galatoomi dhugaa ergaa bayye garii tae dha ❤❤❤❤
@haawiifiqr8954
@haawiifiqr8954 Ай бұрын
Wel come ❤️
@KananieGirma-jg7gk
@KananieGirma-jg7gk Ай бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢
@Charto-n1l
@Charto-n1l Ай бұрын
❤❤
@MetiMamo-z5v
@MetiMamo-z5v Ай бұрын
😢😢😢
@samiramuhammad4187
@samiramuhammad4187 Ай бұрын
Maa badee game 😢
@Taddaluudajannee
@Taddaluudajannee Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤
@AyantuGidi
@AyantuGidi 8 күн бұрын
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@sarraayesuusarraayesuu2081
@sarraayesuusarraayesuu2081 Ай бұрын
𝒅𝒉𝒖𝒈𝒂𝒂 𝒌𝒆𝒆𝒕𝒊𝒅𝒉𝒂
@Hababaye
@Hababaye Ай бұрын
Game wan baduf lafa nu ka'i 😢
@zxczxc3083
@zxczxc3083 27 күн бұрын
Jirenyii yesusin of keesaa hin qabnee jirenyaa miti 😢
@anumatuuanaayaajamaa7931
@anumatuuanaayaajamaa7931 Ай бұрын
well come
@Demitu-en7bg
@Demitu-en7bg Ай бұрын
Ergaan kuun anaf baqa mal akkan irraa baradhee anuu bekkaa galtommii gammee
@FaisalHusien-ie7ym
@FaisalHusien-ie7ym Ай бұрын
𝙼𝚒𝚒𝚛𝚊 𝚔𝚎𝚎𝚜𝚜𝚊 𝚜𝚎𝚎𝚗𝚞𝚗 𝚗𝚞 𝚓𝚊𝚕𝚊𝚊 𝚑𝚊𝚏𝚎𝚎 𝚓𝚒𝚛𝚊 𝚠𝚊𝚊𝚗 𝚑𝚊𝚛𝚊𝚊𝚠𝚊 𝚚𝚊𝚋𝚊𝚍𝚑𝚞 𝚔𝚘𝚘𝚝𝚝𝚞
@makiama9561
@makiama9561 Ай бұрын
maal jechudha ?🙄😑😒😒
@FroFro-e1w
@FroFro-e1w Ай бұрын
Mali jechu barbade garu
@Booniimetiku
@Booniimetiku 4 күн бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢
@hayathahamed8975
@hayathahamed8975 Ай бұрын
❤❤❤
@Arganee1-y4o
@Arganee1-y4o Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤
@kiyaaTasfayee-z1u
@kiyaaTasfayee-z1u Ай бұрын
❤❤❤
ፉፉ ፍቅርን አጋለጣት 🥹 ውሸቱ ታወቀ 🙆‍♀️
33:12
99.9% IMPOSSIBLE
00:24
STORROR
Рет қаралды 27 МЛН
小丑教训坏蛋 #小丑 #天使 #shorts
00:49
好人小丑
Рет қаралды 29 МЛН
Don’t Choose The Wrong Box 😱
00:41
Topper Guild
Рет қаралды 54 МЛН
Чистка воды совком от денег
00:32
FD Vasya
Рет қаралды 6 МЛН
Hamma Kansaa Kan Guddatu Eessayyuu Hin Jiru
24:25
Gemmechis Teshome
Рет қаралды 12 М.
Halkan Tokkoof Obsuun Dadhabe
26:35
Gemmechis Teshome
Рет қаралды 7 М.
Awwalee Ciroo || Bururuqee || New Ethiopian Oromo Music 2024 Cover
8:28
Michu Entertainment
Рет қаралды 703 М.
Uffata Baasnaan Amanuun Dadhabe
22:31
Gemmechis Teshome
Рет қаралды 18 М.
😭Ayii caraa shamaran keenyaa qarshii irraa nyatee gatee😭😭
11:18
Taatee Ajaa'ibaa namoota 4 galaafate
8:38
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 249 М.
RNH 899, November 18, 2024 Soora Qalbii
21:11
Nuuralhudaa
Рет қаралды 19 М.
99.9% IMPOSSIBLE
00:24
STORROR
Рет қаралды 27 МЛН