Akkata Bilbiila Memory Guute Isin Rakkise itti Qulquleesan

  Рет қаралды 61,485

Abdul App

Abdul App

Күн бұрын

Пікірлер: 147
@AmiinaShow
@AmiinaShow Жыл бұрын
We wr wb Abduu Wolhi hedduu Galatomi Abboo Bekumsaa siifi haa dabaluu Rabbiin Ammasii Dachaa godhee Wolhi bilbilaa harayaa bitee App tokkoo irraa hin hanbifnee wamaa isaa keessa haaquu wolalee ykn dhabee ufii Gb 128 ufii duwwadha garuu gutee jedhe imaman bohee gahee boree suqii demee bilbilaa biraa bitatuufi Wolhi kanaa wotuu Zibalaa gatii gatii naa godhee birriin isaa bitee hedduu naa gubdee garuu ammaa Yeroo video kee ilalee yaaluu duwwaa naa debiisee yaa gammachuu koo 🤩👍✅️galatomi ittii fufii hujii gaari yomuu Dhugaa mashallaa mashallaa mashallaa Allahu Akubar harkaa Fayyaa argadhuu
@AbdulApp
@AbdulApp Жыл бұрын
Amiin Galatomi Amina Show ✔
@abduoro1
@abduoro1 Жыл бұрын
Maati na ta ii anileen siifan dhufa
@FuraSubi
@FuraSubi 9 ай бұрын
As wr wb akkam qonjo siiargee oneen tiiyya siif nanaate naaf deebis
@MohdMohd-g8k
@MohdMohd-g8k Ай бұрын
Mashaa alaa wly heduu gamadee milkahii qalii🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤
@mohammedrorastube
@mohammedrorastube Жыл бұрын
AKKAATA KZbin irraa Video if mogaa keese Video warabdu Naaf himii please 🙏
@nabiileshow
@nabiileshow Жыл бұрын
Mohammed Roras tube sahiba matii naf tahii wal ha jajjabeessiinu
@AbdulApp
@AbdulApp Жыл бұрын
Barsiiseen Jira barnoota video editing jala seeni
@jafergudina7301
@jafergudina7301 Жыл бұрын
Baga Nagayaan Dhufte Abdeeto
@nabiileshow
@nabiileshow Жыл бұрын
Jafer matii naf tahii wal ha jajjabeessiinu
@SADUUSHOW
@SADUUSHOW Жыл бұрын
Ws wr wb bagaa nagaa dhuftee Abduu shukraan Tiyyaa takkaa mattaa na nyatee shukraan barmusaa keettif ittii nufif bekkaa kenyaa
@AlRaad-pz9pd
@AlRaad-pz9pd Жыл бұрын
As wr wb admin nahima
@Ethiopiafrst
@Ethiopiafrst 2 ай бұрын
Galatoomi waan baayye Sirraa baradhe wollaahi🙏
@sisaywwow8757
@sisaywwow8757 Жыл бұрын
Abdu keenya galatomi dhugaa. Barumsaa guddaadha yeroo hunda dhugaa irratti hojeechun boqonaa samutti barumsaa dhugaa waan nu keenitef galatomi rabbii siya ebisu
@UsmaanAbuna
@UsmaanAbuna Жыл бұрын
Masha allh jagaana jaabadhu
@ibsashowgrace
@ibsashowgrace Жыл бұрын
Welcome 🎉🎉❤
@Waganetube
@Waganetube Жыл бұрын
waw guddaa galatoomi abdul app
@SaadorTube-ln2uf
@SaadorTube-ln2uf Жыл бұрын
Ati Nama Cimadhaa ❤
@dinefoad3669
@dinefoad3669 Жыл бұрын
Dhugaa baye dabali nuf jiradhu rabbin urmii si dheresu
@OroOro-w3n
@OroOro-w3n Жыл бұрын
Tnk ❤❤❤❤❤🙏🙏🙏👌
@Najmachannel
@Najmachannel Жыл бұрын
Ws wr wb nagaya fayyadha jirra Abdul keenya
@FetiyaAmana-ex1ui
@FetiyaAmana-ex1ui 6 ай бұрын
Naa galee bilbili kiyaa siiti gutamee jiraa❤❤
@Jaabirorotube
@Jaabirorotube Жыл бұрын
Bagaa nagayan dhuftee
@Oborracenter
@Oborracenter Жыл бұрын
jabaadhu qaali ko
@aburakatube6364
@aburakatube6364 Жыл бұрын
Maashallaahuu jabadhu abdu
@abduoro1
@abduoro1 Жыл бұрын
As wr wb baga nagaan dhuftan jabadhu itti....
@kadigatube9988
@kadigatube9988 Жыл бұрын
matinaftahi me
@abduoro1
@abduoro1 Жыл бұрын
@@kadigatube9988 sii ta een jira sanyii jabadhu
@sabboontuuwallaggaalixaa
@sabboontuuwallaggaalixaa Жыл бұрын
Maasha allaa 🥰 ♥️
@roorroofalmaata
@roorroofalmaata 2 сағат бұрын
Welcome❤
@dammeeyoutube9513
@dammeeyoutube9513 Жыл бұрын
Wowwoow ebbifamii
@susiyeezenuutube
@susiyeezenuutube Жыл бұрын
Masha Allah galatomi Wan yaro bayyee naciqaa turee kun Nuuf jiradhuu barsisaa kenyaa
@ituumucaajalalaa6641
@ituumucaajalalaa6641 Жыл бұрын
Wowow guddaa galtomii sanyiikoo maloo asumaanimoo akkati saa.itti guttaani nuuffi himii mee
@margitudejene3910
@margitudejene3910 Жыл бұрын
Baga nagan dhuftee ana dhufu nagan mana kanaf haabayatuu wow galatomii
@FahmiiAhmadOfficial
@FahmiiAhmadOfficial Жыл бұрын
Waleykum salaam warahmatulahi wabarakatuh Nagayaa fayadhaa Alhamdulillaah
@meseretgizaw123
@meseretgizaw123 Жыл бұрын
We we akkami jirtaa wowowow jabadhu 🎉🎉
@sumayafiqiri
@sumayafiqiri Жыл бұрын
Mashaa alaha
@sumayafiqiri
@sumayafiqiri Жыл бұрын
Mashaa alaha ❣️
@HanbesoMusa
@HanbesoMusa 6 ай бұрын
bilbila hogan nama wajin hassa,uuti jiru yoo gubban bilbilaan hin mulisuu
@oromoferesti
@oromoferesti Жыл бұрын
Maal wantihundi najelaa gabata❤
@Dffd-gh7uy
@Dffd-gh7uy Жыл бұрын
Wl As Wr Wb Mee Oblesaa ko walyii mobile ko Apii gadii Naa hin busuu hagaah kan kesaa haqaquu. ofii gutuu hin qabuu Naa. Rakisee😢😢😢😢😢
@sorakana1268
@sorakana1268 Жыл бұрын
Waan dansaa jabaadhu! Silkiin tiyya hojjaa Ani FB fayyadamu yeroo hedduu " your account is restricted for 24 hours " naan jetti furmaatii ni jiraa?
@RashaadTube
@RashaadTube Жыл бұрын
Wl wr wb barsisa Abdul App Mashaa Allah Mashaa Allah
@Orocomedy5
@Orocomedy5 Жыл бұрын
Ws wr wb galatoomi abduu kenyaa
@Nagaansifaahaa
@Nagaansifaahaa 2 ай бұрын
Ebifamii qaxalee dhugaa
@SaladinOro-y1t
@SaladinOro-y1t 7 ай бұрын
Sitting Kiya appii nafidudidee esa aragadhaa nahimii pilas
@Ggg-s9u3h
@Ggg-s9u3h Жыл бұрын
Maahaallqq❤
@AmayasinAbdukarimbay.eenfadha
@AmayasinAbdukarimbay.eenfadha 3 ай бұрын
Sitinginfirraadhahurakoomaali?
@kooketi7326
@kooketi7326 11 ай бұрын
Dhugaa bayyee galatomi sinyikoo❤❤❤❤❤
@MuhawizMusxafa
@MuhawizMusxafa 5 ай бұрын
As wr wb akkamiin mallatoo xiyyaa silkii keenyarati fayyadamna plees❤
@NanatiAbadane-ts9lm
@NanatiAbadane-ts9lm Жыл бұрын
Akami Naga jirta akamiti bilbila adi wolirati hidhatani
@sinhawealemu
@sinhawealemu Ай бұрын
Baayee gaalatommi, gaaruu midhaa isaa fi akkata clear cage kana itti debifnus nuf himmi jechuun midhaa fi fayidaa issa walfana nuf hojedhu.
@shushutube5077
@shushutube5077 Жыл бұрын
jabadha bro
@kalookelil
@kalookelil 3 ай бұрын
Aswrwb akkamitti sagalee waamicha ofirraa hiikuu dandeenya abdul keenya???
@murataasabaa2641
@murataasabaa2641 Жыл бұрын
Galatoomi jabaa keenya jabaadhu.❤
@aminorotube9453
@aminorotube9453 Жыл бұрын
Welcome
@biqilaajirmaa
@biqilaajirmaa Жыл бұрын
Masha Allaah jabadhu hayyuu koo
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Жыл бұрын
Kotuu matii nafa thii qalii ❤💞❤
@biqilaajirmaa
@biqilaajirmaa Жыл бұрын
Tole ayee yaa qaaliif gaarii nama❣️❤️❤️
@rysrt707
@rysrt707 Жыл бұрын
Ws wr wb kani koo wama toko hin qabu garu fuli jedhaa data fi waif narati cufaa
@UsmanAbdi-b4s
@UsmanAbdi-b4s 20 күн бұрын
As wr wb Debi gafi kiyya akkamiittin argadh barsisa
@aaneyusuf8075
@aaneyusuf8075 Жыл бұрын
Hy bro kiyya video kee kun xiqqo hin mullatuu irra nuuf deebi'ii kan sirritti mullattu nuuf godhi wanni ati godhaa jirtu bayyee gaariidhe
@Obsineet653
@Obsineet653 Жыл бұрын
Suraa Hundumaa Dalatee Garuu Naaf Qulqula'uu Hin Dandenyee Gutee Naa Jedhaa
@AbdulApp
@AbdulApp Жыл бұрын
Maaltuu suuraa baleesi sin jedhee?
@ethiostudent
@ethiostudent Жыл бұрын
Thanks dhugaa baayyee na fayyade video n kee
@nabiileshow
@nabiileshow Жыл бұрын
Ethio student matii naf tahii wal ha jajjabeessiinu
@WaqayyoonAbdiikotti
@WaqayyoonAbdiikotti 11 ай бұрын
Galaatoomii obbolleessaa Keenyaa
@afaanoromoo3484
@afaanoromoo3484 Жыл бұрын
Waan Bareda nuuf himte
@naajiinuuruu4753
@naajiinuuruu4753 Жыл бұрын
Wel come
@dubaisatwa2015
@dubaisatwa2015 Жыл бұрын
Wwwooo jabadhuu🙏🙏🙏🙏🙏
@nasraamammad
@nasraamammad Ай бұрын
as wr wb akkam jirta biro mee adraa bilbilii ko gallery vidiyo naaf hojjachu didee naa debisii adraa
@AtseduGudisa
@AtseduGudisa Жыл бұрын
Gaalatomii biro
@laliilalii-v6q
@laliilalii-v6q Жыл бұрын
❤❤❤
@waelhamede-nc3dj
@waelhamede-nc3dj Жыл бұрын
Wow
@hsndbgsjbgt7870
@hsndbgsjbgt7870 Жыл бұрын
Kaa Vido hoo Akamitii iraa irisan koyaa Vido 1oo Ol qabaa
@rozaasabotuu6359
@rozaasabotuu6359 Жыл бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤
@dadarwood75
@dadarwood75 Жыл бұрын
Anaa dhufuu barsiisaa koo
@bontuushawa3601
@bontuushawa3601 Жыл бұрын
Bilbilaa haraa yoo bitee hakka miin banuu ? Naaf imii
@SadaaAhmed-k6m
@SadaaAhmed-k6m Жыл бұрын
❤❤❤❤❤❤ Galt
@sulxaantube7260
@sulxaantube7260 Жыл бұрын
🥰🥰🥰💞💞
@kadigatube9988
@kadigatube9988 Жыл бұрын
matinaftahime
@AhmadNJ1
@AhmadNJ1 Жыл бұрын
Jabadhu Habiibii
@nabiileshow
@nabiileshow Жыл бұрын
Ahmed matii naf tahii wal ha jajjabeessiinu
@UsmanAbdi-b4s
@UsmanAbdi-b4s 20 күн бұрын
As wr wb gafin sii gafadha akkata bilbila Samsung charge itti irraa cufan akka naf ibsitun barbada bilbili kiyyas 32g a04
@shamsiadeko
@shamsiadeko Жыл бұрын
👍👍
@birkenegesse8452
@birkenegesse8452 Жыл бұрын
🥰🥰🥰
@GgHh-p9s
@GgHh-p9s Жыл бұрын
Galatomii jenee wayyii❤❤❤❤❤
@hsndbgsjbgt7870
@hsndbgsjbgt7870 Жыл бұрын
Pls bro Silikin koo Daqiqaa 5 5Na jala dhamatii akamitii sirefadhaa Rabbii jedhii naf himii😭😢
@musaahmed7233
@musaahmed7233 Жыл бұрын
Hayha
@sulxaangodaanaa603
@sulxaangodaanaa603 Жыл бұрын
Dhugaa bakaa kana qofaa kan storage gutee qulqulesuu baye galtomi brother
@afandiili64
@afandiili64 Жыл бұрын
Bro kiyya galatoomi dhifama waliin akamiti gifti gise nama kanan gise hidhatan silkin tiyya baka simi sun hin fidu akamiti tolfatan?
@HarooSafay
@HarooSafay 4 ай бұрын
Kan image hoo Akkamiin Clear cache Goona GB Isaa
@jemsAhmed-g2w
@jemsAhmed-g2w 11 ай бұрын
Hedduu galatomi sirefadhera barumsa bareeda barsiissa jirta jabaadhu sin jechuun barbaada ( Baayyee,Galatomi)
@mucaawaqayyoo9894
@mucaawaqayyoo9894 9 ай бұрын
Bayee galatomii barumsa baredadha
@Umarbadiya..
@Umarbadiya.. Жыл бұрын
Jabadhuu
@ukashukash1679
@ukashukash1679 5 ай бұрын
galatomi habibo
@AliyaMuhamd
@AliyaMuhamd 6 ай бұрын
Markaza kessa sene yo nashida iti banu nashidan hundi naa dhufu malif.pels naf debisa
@chaliasefa4812
@chaliasefa4812 7 ай бұрын
@MekiyaTenteno
@MekiyaTenteno 3 ай бұрын
As Wr Wb akkam nagaadha barumsaa ati kennartu bayyee irraa baraadhe galaatomii dhifama wojjin mee wontooni file manager kessaa jiruu hundinuu gutee osoma surraa tokkoo delete goodha jiru hundinuu na jala file delete ta'e me akkamitti debbifadha maloo me naf himi
@GalaxySamsungGalaxysamsung-b7o
@GalaxySamsungGalaxysamsung-b7o Жыл бұрын
Akkamit akka silki kansali godhan nat himi 😢malo
@SegniTekelign
@SegniTekelign Жыл бұрын
Barnoota gaaridha kuni garuu gaafin koo yeroon daataa fayyadamu silkin kiyya biizii ta'a akkamiti siresu danda'a vidio naaf hojadhu dhifama waliin
@astechtube
@astechtube Жыл бұрын
Akkana Lall Lenca Kiyya
@Salaahuddiin
@Salaahuddiin Ай бұрын
Hoggaan verify godhuu codii naafiduu dide
@adinaanabraahim5273
@adinaanabraahim5273 Жыл бұрын
1, akkaataa maallaqa/data itti qusannu nu barsiisaa
@makkiyyamakkiyya2740
@makkiyyamakkiyya2740 Жыл бұрын
Baay'ee galatoom ❤❤❤❤❤❤
@MilkiiOromoo1
@MilkiiOromoo1 Жыл бұрын
Ws wr wb barsiisaa bilbili koo hardhaa furmaata argatee nuuf jiradhu galatomi qalii nama ✅✅✅
@arabiarabi330
@arabiarabi330 Жыл бұрын
Sanyi kiyaa nadufududee
@bontuushawa3601
@bontuushawa3601 Жыл бұрын
Gaalatomii
@jabadhawaaqayyoo
@jabadhawaaqayyoo Жыл бұрын
Commentin Akka namni naf hin baresinee hoo akkamitan baanadha
@ayeetuushow
@ayeetuushow Жыл бұрын
Galaatomi abdul qalii kenyaa
@nabiileshow
@nabiileshow Жыл бұрын
Barsisaa keenya mobile kan koo Analaysis kessaa other file kan jadhuu gutee na duraa akkamittin ofiraa haqaa
@ShurrubeShantam
@ShurrubeShantam 8 күн бұрын
Samsung A02s ho
@NaajjashZaakir
@NaajjashZaakir 7 ай бұрын
🎉
@Ibrishatube-j8d
@Ibrishatube-j8d Жыл бұрын
Akkamit footo gmail kes naqatan❤
@arefatbest1645
@arefatbest1645 Жыл бұрын
Yo vidiyofi awdiyo imag taheho
@iskandarabdalla7419
@iskandarabdalla7419 Жыл бұрын
❤️❤️❤️🌳🌳🌳❤️❤️𝐁𝐚𝐫𝐚𝐬𝐢𝐬𝐚 𝐤𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚
@kadigatube9988
@kadigatube9988 Жыл бұрын
matinaftahi me🥰
Akkata Bilbiila Charjii Dafee Fixu itti Sirreessan
8:07
Abdul App
Рет қаралды 70 М.
Mom Hack for Cooking Solo with a Little One! 🍳👶
00:15
5-Minute Crafts HOUSE
Рет қаралды 23 МЛН
Don’t Choose The Wrong Box 😱
00:41
Topper Guild
Рет қаралды 62 МЛН
Tuna 🍣 ​⁠@patrickzeinali ​⁠@ChefRush
00:48
albert_cancook
Рет қаралды 148 МЛН
Akkata Bilbiila itti Xalafan |Daqiiqa Lama Keessatti
8:31
Abdul App
Рет қаралды 50 М.
Akkata Imo Nama itti Xalafan |Akkata Imo Nama itti Hidhatan
7:32
Akkata Bilbiila Itti Qulquleessan
8:45
Abdul App
Рет қаралды 9 М.
Imo Keessan irraa Waan Dirqama Beekuu Qabdan 5
7:51
Abdul App
Рет қаралды 40 М.