Akkata Warning TikTok Itti Sirreessan |How to Fix TikTok Account Warning

  Рет қаралды 9,703

Abdul App

Abdul App

Күн бұрын

Пікірлер
@bonishastudio
@bonishastudio 2 жыл бұрын
Jabadhu Abdul app Galatomii 🥰🥰👍✅
@bonishastudio
@bonishastudio 2 жыл бұрын
Galatomii Abdul App abba carra na godhu ketif 🥰🥰🥰
@RahaoroShow79
@RahaoroShow79 2 жыл бұрын
@@bonishastudio mati nati site jira jabdhu atisi nati
@OptimisticHelmet-vo5tb
@OptimisticHelmet-vo5tb Жыл бұрын
​@@bonishastudio❤❤❤naa sirofnee
@FiraaolBaayisaa
@FiraaolBaayisaa 11 күн бұрын
Galatomi qaaliko jabadhu jaba keenya❤❤
@genetadugnaa1714
@genetadugnaa1714 2 жыл бұрын
Baga nagaa dhuftee jabadhu obbollessaa keeenyaa Kine mester app naaf ergii mee Kan playstore naa hojjachuu didee iditaar
@Najmachannel
@Najmachannel 2 жыл бұрын
Jabaadhu obboleessa keenya nama akka keetii kana qabaachuun keenya badhaasaa
@fatiyatube7352
@fatiyatube7352 Жыл бұрын
Galtomii jabadhuu barnonii kee bayyee namaf galaa 👍👍👍👍👍
@Ibsaan_Ifera
@Ibsaan_Ifera 2 жыл бұрын
jabadhuu Abdul barnoonni Kee bareedadha
@ethiotube01
@ethiotube01 2 жыл бұрын
Bagaa nagaan dhufte barsisaa keenyaa
@GolaSeenaArife
@GolaSeenaArife 2 жыл бұрын
Baga nagaan dhufte Abduu keenya
@ethiotube01
@ethiotube01 2 жыл бұрын
Abduu app maati sif ta'en jiraa jabadhuu lafaa yaade gahi
@WATAR_WOOD
@WATAR_WOOD 2 жыл бұрын
Baga ngy dhuftee Abdul heddu si yaade hbb kiyya nu jiradhuuu sanyiii ofiii nutumaatu wal jajjabessa
@ethiotube01
@ethiotube01 2 жыл бұрын
Kotuu maati naf ta'i bro video kiyyaa dawwadhuti
@saraeshebir8806
@saraeshebir8806 2 жыл бұрын
waaw jabaadhu Abdul App koo waaw
@Wankooshow
@Wankooshow 2 жыл бұрын
Dansaadha. Continue more language..... Jajjabaadhu.
@islsmictube
@islsmictube 2 жыл бұрын
As wr wb abdu baga nagan dhufte jabadhu bro kiyya mashaallah barumsa bayye barbachisadha kaan ati nuf dabarsa jirtu haluma kanan itti fufi
@BonaaHasan
@BonaaHasan 2 жыл бұрын
Well Come Jabaa Sabaa Jabadhuu Barnoni Kee Heduu Nuti Toleera
@WATAR_WOOD
@WATAR_WOOD 2 жыл бұрын
Maati na tayi sanyiii ofiii pls nutumaatu wal jajjabessa pls qaali ko ormoo fi oromiya
@obsinantube6914
@obsinantube6914 2 жыл бұрын
Aslamalekum Woramatulah Wobarakatu Annaa Dhufuu bagaa nagaan dhuftee jabadhuu jajabee koo wowo barnotaa Gaarii fiddee dhuftee😍galatomii
@Robsitube
@Robsitube 2 жыл бұрын
Jabadhu snyi ofi
@obsaatube12
@obsaatube12 2 жыл бұрын
Welcome bagaa nagan dhufitee abdul app
@RahaoroShow79
@RahaoroShow79 2 жыл бұрын
Obasa mati nati site jira jabdhu atisi nati
@abduoro1
@abduoro1 2 жыл бұрын
Barnota gaari jabadhu
@fathers12
@fathers12 2 жыл бұрын
Wel come baganagayaan dhufte oromticha koo
@AbdiiGoofta
@AbdiiGoofta 2 жыл бұрын
Barnoota baayee namatti toluudha
@Rijaltube
@Rijaltube 2 жыл бұрын
barumssa umanni tiktok hundi iyya jiru wan taef viw yoo xiqqatekumadhibbatokko ol argachu qaba nasobere?
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 2 жыл бұрын
Kotuu matii nafa thii RIJAL qalii
@moadejene1302
@moadejene1302 2 жыл бұрын
Abdu gafii koo naa debisuu sii mijane
@Dabbalwood
@Dabbalwood 2 жыл бұрын
Ass wr wb akkam jirta ngy alhamdulillah. Gaaffii tokkoon qaba bro. Community guidelines waan cabsiteef Live seenuu hin dandeessu naan jedha tiktok kiyya akkamittiin sirreeffadha abdul? Mee video waan kanarratti nuuf hojjadhu. Galatoomi
@farsantube2328
@farsantube2328 2 жыл бұрын
Bayee galatomii bro sanyii to qaliii
@saadaaoromooqellem73
@saadaaoromooqellem73 Жыл бұрын
Ijolleen Amaraa grup uumtee account ijollee oromoo gubaa jirti akkamitti ofirraa dhabsisuu dandenya ykn grupicha kessa gallee gubuu dandenya irratti hojjedhu pls pls🙏
@LAMIYATUBE
@LAMIYATUBE Жыл бұрын
Mashaa Allah
@Sifanoroo70
@Sifanoroo70 2 жыл бұрын
As wr wb maashaallaa maashaallaa haaluma kanaan itti nuuf fufi
@RahaoroShow79
@RahaoroShow79 2 жыл бұрын
Wl wr wb sanyii mati nati site jira jabdhu atisi nati
@saadaaoromooqellem73
@saadaaoromooqellem73 Жыл бұрын
Bayee galatomi warra grup ummee account kenya gubu ho akkamitti ofirraa dhaabsisuu dandenya ykn grad isaanii ofirraa gubuu dandenya maaloo irratti nuuf hojjjedhu pls pls😭🙏🙏🙏
@abdootubejimmaa727
@abdootubejimmaa727 2 жыл бұрын
Heeddu Galatoomi Abdulapp
@adbljaml8834
@adbljaml8834 2 жыл бұрын
As wr wb yaroni lahivi toktoki seni fitarini naa hibasu fula jawla erati
@aliapp
@aliapp 2 жыл бұрын
Wel come
@dureoromiyaa
@dureoromiyaa 2 жыл бұрын
Jabadhuu
@AhmadNJ1
@AhmadNJ1 2 жыл бұрын
Welcome 👍 Ha wal guddifnuu Oromo ko matii naf tahii video Kiya yo xiiqate daqiqa 2lalii comment naf barresii aniis sifin taha
@WATAR_WOOD
@WATAR_WOOD 2 жыл бұрын
Maati na tayi sanyiii ofiii pls nutumaatu wal jajjabessa pls qaali Ahame
@GadaaFamily
@GadaaFamily 2 жыл бұрын
Barnoota bareedaadha nuuf jiraadhu
@dereadam71
@dereadam71 2 жыл бұрын
Galtomii saynii
@RiyoApp
@RiyoApp 2 жыл бұрын
Rabbiin niyyaa teeysan isinii haa guutu Me profaila kana gadi dhawaa Akkas godhaa
@ayeetuushow
@ayeetuushow 2 жыл бұрын
Galaatomi Abdul qalii qalii kenyaa nuu jiraadhuu🙏😍
@RahaoroShow79
@RahaoroShow79 2 жыл бұрын
Sanyii mati nati site jira jabdhu atisi nati
@76956
@76956 7 ай бұрын
Galatoommii gudaa on this video bayee nuu gargaree
@muheahimed
@muheahimed 10 ай бұрын
Limit yoo nati kene hoo
@MkHj-w4k
@MkHj-w4k 9 ай бұрын
As Wr Wb Abdul App Tiktokn koo Warning Qofaa Narra Kaayee Account warning osoo hin taanee warning Qofaa tuu nrra jiraa Akkam Godhaa Abdul Naaf himii
@BillisaaAhmed
@BillisaaAhmed 2 ай бұрын
Bakka suuraa hin qabu kiyya
@GolaSeenaArife
@GolaSeenaArife 2 жыл бұрын
Galatoomi Abduu Kiyya tik tokin dura warning qaba Amma Ammoo Naaf banamuu dideeyyu Garuu yoo search godhu ni jira yoo Ani Account kiyyaan banu nadide deebi'u
@buzeetube2
@buzeetube2 2 жыл бұрын
Nuf jiraadhu nama koo barnoota gaaridha
@bekobeko2669
@bekobeko2669 2 жыл бұрын
Tiki Tikon koo video naaf dalaguu didee maloo mee natii himmi
@WATAR_WOOD
@WATAR_WOOD 2 жыл бұрын
Maati na tayi sanyiii ofiii pls nutumaatu wal jajjabessa pls qaali beka
@MusaAdem-og2co
@MusaAdem-og2co 5 ай бұрын
Galtomi qali nafi jiijiru dide pls malidha
@WawiiyouTube
@WawiiyouTube Жыл бұрын
❤❤❤
@buzeeworrabuzeeworra4758
@buzeeworrabuzeeworra4758 2 жыл бұрын
Naaf banamuu didee
@WATAR_WOOD
@WATAR_WOOD 2 жыл бұрын
Maati na tayi sanyiii ofiii pls nutumaatu wal jajjabessa pls qaali Buzeeworra
@astechtube
@astechtube 2 жыл бұрын
kotta matti naf tahaa lammii tiyya
@dureoromiyaa
@dureoromiyaa 2 жыл бұрын
Maati naaf taa oromo koo
@mammeefiqiir
@mammeefiqiir 2 жыл бұрын
Jabaa
@jamaalmuhammadjamaal6180
@jamaalmuhammadjamaal6180 2 жыл бұрын
Galatoomii
@tigistgirma875
@tigistgirma875 2 жыл бұрын
Mee nanimo akamiti lakobisaa titoki itin banee irafadhe jiraa titoki suni imoo debise lakobisaa nagafatee
@abdojems6399
@abdojems6399 Жыл бұрын
@Aminatube23
@Aminatube23 2 жыл бұрын
Galatoomi
@nardostube4757
@nardostube4757 2 жыл бұрын
😍😍😍
@paulosamante5847
@paulosamante5847 2 жыл бұрын
Galtoomii jabbaa keenyaa Anis gaafii wayiin qabaa Account irra kiyyarratii Follow debisuu hin Dandahuu Follow back debisuu hin Dandahuu Akkas Nan jedha Some thing is worng please try again Nan jedha
@WATAR_WOOD
@WATAR_WOOD 2 жыл бұрын
Maati na tayi sanyiii
@saddammohammed1813
@saddammohammed1813 2 жыл бұрын
galatoomi
@WATAR_WOOD
@WATAR_WOOD 2 жыл бұрын
Maati na tayi sanyiii ofiii pls nutumaatu wal jajjabessa sadam
@faizarijalu
@faizarijalu Жыл бұрын
Tiktok message isaa nadidee
@shukriitube7886
@shukriitube7886 Жыл бұрын
❤❤❤
Akkata TikTok Guest Dalaguu Didee Itti Sirreesan
8:02
Abdul App
Рет қаралды 11 М.
“Don’t stop the chances.”
00:44
ISSEI / いっせい
Рет қаралды 62 МЛН
The Best Band 😅 #toshleh #viralshort
00:11
Toshleh
Рет қаралды 22 МЛН
UFC 310 : Рахмонов VS Мачадо Гэрри
05:00
Setanta Sports UFC
Рет қаралды 1,2 МЛН
小丑女COCO的审判。#天使 #小丑 #超人不会飞
00:53
超人不会飞
Рет қаралды 16 МЛН
Akkata Follow TikTok 100k Guyyaa Xiqqoo Keessatti Argatan
8:05
Akkata Bilbiila itti Xalafan |Daqiiqa Lama Keessatti
8:31
Abdul App
Рет қаралды 39 М.
Akkata TikTok Warning itti Sirreesan
8:21
Abdul App
Рет қаралды 6 М.
Akkata TikTok itti Banatan |How to Create TikTok Account
10:06
Akkata TikTok Irra Osoo like Hin Tuqiin Video Delete Godhan
7:05
“Don’t stop the chances.”
00:44
ISSEI / いっせい
Рет қаралды 62 МЛН