Andualem Gosa | Hiriyaa Lubbuu (New Oromo Music 2024)

  Рет қаралды 1,158,685

Andualem Gosa

Andualem Gosa

Күн бұрын

Andualem Gosa Hiriyaa Lubbuu: | Ayyaantuu (New Oromo Music Album 2024)
#Hiriyaa lubbuu:
#Ayyaantuu
Walaloo: Lalisaa Indiris Adam
Yeedaloo : Andualem Gosaa
Compos & Mixing: Efirem Birqineh Urgaa
Bass Guitar: Luam Mehari
Lead Guitar: Robel Mehari
Mastering: Abagaz Ishoyita
@ Andualem Gosa iriyaa Lubbuu (New Oromo Music 2024)
@Andualemgosaa

Пікірлер: 857
@AbdisaGirma-wy1yu
@AbdisaGirma-wy1yu 2 күн бұрын
Guyyaa guyyaaniin dhaggeeffadha. maali muuziqaan dhamdhama dammaa qabu!!! yaa mi'aayina sagalee !! Hiriyaa Lubbuu
@NehmiaNesredin-c7v
@NehmiaNesredin-c7v Күн бұрын
እንዴት እኮ እንደምወድህ አንዱዬ ትርጉሙ ባይገባኝም ስሰማው ያሳዝነኛል❤❤❤❤❤❤
@BegashawMamo
@BegashawMamo 4 ай бұрын
ገራሚው አንዷለም ጎሳ በእውነት 16 ቱም ሙዚቃዎችህ ይመቻሉ ❤ በርታልኝ ❤
@AbdiNuresa-yl5mn
@AbdiNuresa-yl5mn 12 күн бұрын
Wow sirboota albumi isaa kessaa marre fi sirbi kun bayyee natti toleeni andu gudda galatoomi nuuf jiraadhu
@habtamukassahun770
@habtamukassahun770 Ай бұрын
ኦሮሚኛ ሳላውቅ በጣም የወደድኩት ዘፈን የ አሊ ቢራ vibe alew
@hawiihawii-dw3cj
@hawiihawii-dw3cj Ай бұрын
❤❤
@BurtyDesta
@BurtyDesta Ай бұрын
ደስ ሲል እኔራሱ ትርጉሙ ሳይገባኝ ስወደው ❤
@HananMuhaba-p5v
@HananMuhaba-p5v 2 ай бұрын
ማነው እደኔ ትርጉሙን ሳያቅ የወደደው❤❤
@Nafkote-f6l
@Nafkote-f6l 2 ай бұрын
Enam menm salwkwe bxam nw mewdwe😊
@gray_apple541
@gray_apple541 2 ай бұрын
Eyulish turgumun bitawki biye temaghahulish🎉. Fikregha noroghi begabizat biye temaghehu!😊
@GadisaAbdella-v9s
@GadisaAbdella-v9s Ай бұрын
Jabaadhu
@belayabebe5783
@belayabebe5783 Ай бұрын
Hiriyaa Lubbuu== Yelib guadegna meaning
@SkycellSkycell-b4h
@SkycellSkycell-b4h Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
@Serwat-qp1wo
@Serwat-qp1wo 3 ай бұрын
በጣም ጥሩ ስራ ነው በርታ በአጫሊ ብናዝንም ልባችን 😢በአተ እንፅናናለን በርታ❤❤❤❤
@TaajuDini-r8e
@TaajuDini-r8e 7 күн бұрын
Andualameyye kiyyaafi kan oromoo maraati atii ❤ haalaanin sii dinqisiifadhaa 🎉 siin jaalledha❤ 😘🏆🏆🏆🏆
@abenezermohammed7324
@abenezermohammed7324 4 ай бұрын
አንዱ ትችላለህ አቦ ትርጉሙ እንኳን ሳይገባኝ ሙዚቃህ ግን ገዛኝ🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@emanyahya7409
@emanyahya7409 4 ай бұрын
በAfan oromo እስሎ የሆኑ ዘፈኖቾ መስማት ናፍቆኝ ነበር Galatomii አዱ❤
@getnetgirmay2127
@getnetgirmay2127 20 күн бұрын
Targum pls des new milew
@abdiumer7777
@abdiumer7777 3 ай бұрын
hojii ajaa'ibaati, guutummaan albama kana nama hedduun sirraa eegamuudha, qaxalee namaa jabaadhu.
@ahmedmustefa82
@ahmedmustefa82 4 ай бұрын
hoji boonsaa Artii Oromoo keessatti hojjacha jirta, Siif Namootaa si wojjiin Hoji kanaaf Aarsaa Kaffalanii Albama kana fakkaatuu Ummataa bal'aa biraan geessan Hedduu isin galateeffanna,,,Fayyaa Argadha,,,,,Ammas kana Caalaa jabattee hojjachuu qabda Ande🌺🌺🌺👍💓 maal Akka taane Addunyatti mul'isaa jirta,,,,Ammas ni mul'ifta,,,,, be strong Ande❤️ 🙏🙏🙏🙏🙏⚘️⚘️⚘️
@Abdallaa-dh4yc
@Abdallaa-dh4yc 4 ай бұрын
Ande jabadhuu Amasi
@AyentuTulu
@AyentuTulu 2 күн бұрын
Woowww qaxaalee ilmaa sabaa jabaadhuu hojii ajaibaatti 😮😮😮😍😍😍🥰🥰🥰🥰🥰😘❤❤❤Hirriyaa lubbuu
@gammeshifera
@gammeshifera 4 ай бұрын
Akkami akkani jalaadhe sirbaa maratadhaa maloo ❤❤❤ hiriyyaa lubbu
@astechtube
@astechtube Күн бұрын
Welcome Bro Good 👍 Job
@amanuelaklilu4637
@amanuelaklilu4637 4 ай бұрын
Ani maraadhekaa sirba kanaan 🎉🎉🎉🎉 Akkasilaa lubbuukoo
@senaandseyf
@senaandseyf 4 ай бұрын
Oso dinqisfatin biradribuni niuliftaa jabaa ofii abumatuu jabefata me namin jalala isa 1k like godhi comment kan ❤❤
@BirukKedir-pg5ju
@BirukKedir-pg5ju 4 ай бұрын
Anduu keenya ammas milkaa'ii! Ammas guddadhuu!
@Yasinbulaybt24_22
@Yasinbulaybt24_22 4 ай бұрын
Great challenge on art institute what an awesome effort ❤❤❤❤❤❤❤❤like godhaamee
@AmeAbdumalik
@AmeAbdumalik 4 ай бұрын
Raajjii argiinee abboo andu koo akkaana Artic oromoo sadarkaa addunyaatii. Garaa fulaa duraatii❤❤❤❤
@AhmedAli-p7w3e
@AhmedAli-p7w3e 4 ай бұрын
Shakkiin haga qaba Dagatamuurra shakkiit caala
@mohammedtola4036
@mohammedtola4036 4 ай бұрын
Naaf sirbee wow miraa koo Naaf ibsitee gltm Andualam ❤❤❤❤
@DewanoTeno
@DewanoTeno 4 ай бұрын
Dhugamaan sirba ajaa'ibaati! Anduu fi namoonni milkaa'inna Aalbama kanaa keessatti hirmaattanii hojjii bareedaa kana hojjatan ulfaadhaa! Anduu darbii nuu jiraadhu!
@DT_Oro_GISvideoshow
@DT_Oro_GISvideoshow 4 ай бұрын
❤❤❤❤❤Anduukooo😢😢😢 Nuuf jiraadhu Haftee Haceekoooo😢 Nu boonsiteettam bar
@DanMg.
@DanMg. 4 ай бұрын
hamtuun sinargin artist you are a real musician.
@mawzking5342
@mawzking5342 4 ай бұрын
በለለለለው በጣም ትችላለህ በጣም የወደድኩት አልበም ነው። thank you betam🎉🎉🎉
@BiraneNaol
@BiraneNaol 4 ай бұрын
Wow baay'ee namati tola bagaa miilkofte🎉🎉🎉
@Zakiyyaatamaam
@Zakiyyaatamaam 4 ай бұрын
Dagatamuurra Shakkamuu wayya 😢💔
@HayatHayat-t5f6o
@HayatHayat-t5f6o 15 күн бұрын
Anduko sirba bayye bareda tayedha qaali nuuf jiradhu ija hace nuuf taate❤❤❤❤❤
@MilkiiGalatii-z7m
@MilkiiGalatii-z7m 3 ай бұрын
Lalisaa heduun diqisifadhaa! Ittii ansuun atii adu.elem namaa anii jechaan ibsuu Danda.uu mitii yoo rabii jedhee qamaan sii argeen wan oneeko sitii dubadhaa walumaa galaa 💝💝💝💝👍
@jamelaA-z5p
@jamelaA-z5p 4 ай бұрын
Waww hoji baredaa baga milkoftee qallii namma❤❤❤❤❤❤hiriyaa lubbuu❤❤❤
@godawajjiitube
@godawajjiitube 4 ай бұрын
Sirba hedduu bareeduudha ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
@keefkootube6813
@keefkootube6813 4 ай бұрын
Sirboota keetiin artiistoota bara 90 kessaa jiran itttin yaadadhee 🫶
@KalkidanDagifachew
@KalkidanDagifachew Ай бұрын
Wow wow jenera jabaa kenaa❤❤
@mesaygallore1200
@mesaygallore1200 19 күн бұрын
The best on ever
@akkoomultimedia3250
@akkoomultimedia3250 4 ай бұрын
Dagatamuu iraa shakkamuut wayyaa 👏👏👏👏
@Nasibetube
@Nasibetube 4 ай бұрын
Leencà oromoo qaxalee gurbaadhaa hojii boonsaa fi ajaa'ibsiisaa kanan as bahuu keetiif hedduu takkan sitti gammade dhiira tiyya siifi warra hojii boonsaa kana irrattii yaadaa fi gochaan hirmaatan hundaaf galannii onneerraa maddee haa tahu..... itti fufi hojii boonsaa wajjiin gara fuunduraatti leenca kiyya, buli buli Mataa dhiiraa.❤
@GamaneHusen
@GamaneHusen Ай бұрын
Siif qali hin qabu hafte hacee nu jiraadhuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@gech6206
@gech6206 4 ай бұрын
Lalisa indiris Adem big respect 🥰
@bakkalchabake4995
@bakkalchabake4995 4 ай бұрын
Very beautiful voice... it is more eatern Oromian melody ... Ali Birra and Telahon Gassesse mixture 💙
@TagayeMitiku
@TagayeMitiku Ай бұрын
Hiriyaa Lubbu ትርጉሙን ሳላውቀው በጣም ወደ ድኩኝ ❤❤❤❤❤❤❤
@bekiagurmu3656
@bekiagurmu3656 4 ай бұрын
Jabaakoo ati Jabaadha Jabaa jalatti waan guddatteef
@GosaWerku-f9w
@GosaWerku-f9w 29 күн бұрын
King of oromo Music on this day You are wonderful MY bro I am appreciate you continu MY vilet
@Girmalelisa-c1e
@Girmalelisa-c1e 4 ай бұрын
Andu, Hojii midhagaa hojjatte guddaa galatoomi. Jabaadhu jajjabaadhu!!!!!
@SearsanBanata
@SearsanBanata 4 ай бұрын
Wolaloo fi yedaloon isaas baayyee bareedaadha!
@sabaift1051
@sabaift1051 4 ай бұрын
Andualem jechuunuu nama jabaa,hayyuu, hubataa fi qorataa natti fakkaata hikkaan isaatuu ana Kabajamoo Waanan si jaaladhuufan qabaa atimmoo hojiidhaan naaf mirkaneessite Horii Buli dhiira koo!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
@abdisatafa2468
@abdisatafa2468 4 ай бұрын
Woooow andu u nilled it king of music
@MenbereTafa
@MenbereTafa Ай бұрын
Andu koo our Best ❤❤❤ U killed it
@abdishaabdiisabaa
@abdishaabdiisabaa 4 ай бұрын
Xilahuun gasassee lamaffaa jaraa 21 kessaa orommoon qabuu anduu❤
@Fikenews-why
@Fikenews-why 4 ай бұрын
Wow sirba afaan oromoo slow ta'e ❤🎉
@AbdiPogba-k5l
@AbdiPogba-k5l 4 ай бұрын
We are proud of u ....keep it up .u are our hero
@misbahadam7896
@misbahadam7896 4 ай бұрын
Jabadhu amalee jabadhuu qalii ilmaa Abaa gaada
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 4 ай бұрын
Bayee Namaa tti tola jabaa dhuu💖💯
@abdisatafa2468
@abdisatafa2468 4 ай бұрын
U did it king just keep it up
@AfirahusenAfirah
@AfirahusenAfirah Ай бұрын
Wow I have a word just say wow ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤.......
@JabeGelo
@JabeGelo 2 ай бұрын
Aandu'aalem Albama kee guutuusaa dhaggeeffatanii quufuun ni ulfaata. Jabaadhu ammallee❤❤
@netsitube8346
@netsitube8346 3 ай бұрын
Oromigna albem ke hache ketlo mrtu yesemahut proud of you dear andualem
@LayyiinAadam
@LayyiinAadam 2 ай бұрын
Addalama goosa
@mandarinaadam902
@mandarinaadam902 4 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤ Akkanati sirbama gota waltaji gota Arti Oromo ❤❤❤❤
@TamireDubre
@TamireDubre 4 ай бұрын
Umuri dheera nuuf jiraadgu andukoo🎉🎉🎉🎉🎉 gota kenya💪💪💪💪💪💪
@tigiseteshetu7687
@tigiseteshetu7687 3 ай бұрын
Bayee namtii tolaa siribaa kee hundaa naa jaladhaa garamii namaa nujiradhuu andualem ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🙏
@MalJetan-j5k
@MalJetan-j5k 3 ай бұрын
Rakkon gudan sirbaa kanaa dhumuu qofaa maree tokkofaa dha🥰🥰🥰
@1allahisgad
@1allahisgad 18 күн бұрын
Jabaa koo nuf jiradhu das na jetta oromuma kettiin bonii❤❤❤
@GazzahanyShifarra-u9n
@GazzahanyShifarra-u9n 4 ай бұрын
Dhugaadha namni hundi yoo silaalu qalbiituu nadhabbata
@Arahimidris
@Arahimidris 2 ай бұрын
Wow 1gna🥰🥰🥰🥰
@oroboy9920
@oroboy9920 3 ай бұрын
Sirba kan dhagefdhe lee hin qufu!!! Andi great musician go ahead
@jabaduresa8985
@jabaduresa8985 4 ай бұрын
Hiriyyaa Lubbuu Iftuu dukkanaa... Nu jiraadhu Qaalii keenyaa.
@kallachabilisummaaoromoowa7020
@kallachabilisummaaoromoowa7020 4 ай бұрын
Akkaatti ergaan isaa keessoo nama seenu, Gurra qaawwa qabuuf,murtee dha martinuu. " Hiriyyaa lubbuu too ,iftuu gaaf dukkanaa, Gaaddisa jiruu koo,hirkoo gaaf rakkinaa, Na hin godhin cubbuu, situ anaaf,ANAA " Waan na hawwateef, jechoota tokko tokko keessa buufadheera. " 💚I love❤💚❤ it, 💚
@MesfineeMesfinee
@MesfineeMesfinee 4 ай бұрын
Atii nuuf jabaa kenyaa Ande
@Xayibaxayiba1
@Xayibaxayiba1 4 ай бұрын
Sirbaa kana dhagefadhee qufuu dadhabee nufii jiradhu Lencaa fakki namaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉😊
@GeletoGelgelu-y6b
@GeletoGelgelu-y6b 4 ай бұрын
Hiriyaa lubbuu iftuu dukkana ahh congratulations 🎉🎉🎉🎉🎉
@GemedaIbrahim-q6h
@GemedaIbrahim-q6h 4 ай бұрын
Andu koo ayyani oromoo sii faana haa jiratu foon hadhaa koo
@getinettafesetucho7999
@getinettafesetucho7999 4 ай бұрын
This is really one level higher above all music of the time, blended both in culture and modern basis.
@GemachuMohammed-f6s
@GemachuMohammed-f6s 3 ай бұрын
Nuuf jiraadhu hafte Aliifi Haaccee❤❤❤❤
@Zebiba-p4d
@Zebiba-p4d Ай бұрын
Anii wa'ee music hin bekuu garuu heduu toko natii tolee wow 👌 👏
@Katale-ns5
@Katale-ns5 4 ай бұрын
አንዲአለም ኑር ለዘላለም😊😊
@የሀሳብሰሌዳ
@የሀሳብሰሌዳ 4 ай бұрын
Best and magnificent collaboration of lalisaa and andualem woowwwwww🙏🙏🙏. What a melody 😍!!!! Lyrics uufff
@GemechuImana
@GemechuImana 4 ай бұрын
Wwwwwww anduukoo dhugaa bayyee bareedaan nuuf jiraadhuu❤❤❤❤❤
@Milkoo876
@Milkoo876 4 ай бұрын
Dagatamuu irraa shakamuu wayyaa isaa Jalalaa ×2 ❤
@Tomas-mg9pp
@Tomas-mg9pp 3 ай бұрын
I love from መተከል ወንበራ oromo
@melkamubogale4713
@melkamubogale4713 4 ай бұрын
Baga nagaan dhufte !!!!
@dagnushimelis
@dagnushimelis 3 ай бұрын
Great work i glad to see such like oromo artist b.c you make proud of my ....identity galatomii
@newmpmmedia6827
@newmpmmedia6827 4 ай бұрын
Ilmaa safuu saa eegatu!! urjii fakkii namaa❤.
@radietutadesse5760
@radietutadesse5760 Ай бұрын
waan gaari hojjette Galatoomi...ammayyuu kan kana caalu akka ati hojjetu shakki hin qabu!!Jabaadhu !!Waaqayyo si haeegu!!
@TA-jy5fn
@TA-jy5fn 2 ай бұрын
Mannnn ! can’t get tired of this album. anduuuuu nuffee Jiraduuuuu !!!
@AddisuHailu-no1mp
@AddisuHailu-no1mp 4 ай бұрын
Bay'ee namattii tola 🎉🎉🎉🎉
@AnwarOsman-m8b
@AnwarOsman-m8b 5 күн бұрын
Marri marri ❤❤❤❤
@Ifnazeneba
@Ifnazeneba 4 ай бұрын
Jaalatamaa keenya ❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@mohamedlolo-im8kt
@mohamedlolo-im8kt 4 ай бұрын
Andu koo jabadhu jaba nama Haace sitti obsine
@reshadhussen2432
@reshadhussen2432 3 ай бұрын
What a crazy music wow 👏
@SumeyaAAmin
@SumeyaAAmin 4 ай бұрын
Amazing Andu jabaadhuu jabaa namaa❤❤
@JaambooBattalee-x4i
@JaambooBattalee-x4i 4 ай бұрын
Umuri dheera nuuf jiraadhu andu
@SumeyaSume-u4b
@SumeyaSume-u4b Ай бұрын
Andu the power man
@MilkeessaaAsaffaa
@MilkeessaaAsaffaa 3 ай бұрын
Anadu koo sanyii Oro 🎉❤🎉❤🎉❤
@HaniBekerip
@HaniBekerip 3 ай бұрын
Wow bayen sijalldaa andu❤❤❤
@yilem1073
@yilem1073 Ай бұрын
ዋው የሚገርም ድምፅ ነው ትችላለህ ❤
@hikmasultan3016
@hikmasultan3016 Ай бұрын
Dear Andualem good job
@oftahitube837
@oftahitube837 Ай бұрын
Qaxalee keenya jabaadhu ❤❤❤
@meditationvideos1495
@meditationvideos1495 4 ай бұрын
This album 🔥🔥🔥
@mameasfaw2685
@mameasfaw2685 4 ай бұрын
Hiriyaa lubbu koo sin jaledhaa😘😘😘❤
@Ezadnmahmed
@Ezadnmahmed 5 күн бұрын
Waw firast
Andualem Gosa | Maarree (New Oromo Music 2024)
4:36
Andualem Gosa
Рет қаралды 1 МЛН
Hiriyaa Lubbuu
4:55
Andualem Gosa
Рет қаралды 18 М.
How Strong Is Tape?
00:24
Stokes Twins
Рет қаралды 96 МЛН
REAL or FAKE? #beatbox #tiktok
01:03
BeatboxJCOP
Рет қаралды 18 МЛН
How to treat Acne💉
00:31
ISSEI / いっせい
Рет қаралды 108 МЛН
Andualem Gosa | Makkoo Bilii (New Oromo Music Album 2024. Ayyaantuu )
5:06
Andualem Gosa | Abjuu (New Oromo Music 2024)
6:01
Andualem Gosa
Рет қаралды 338 М.
Kadir Martu - Lubbuu lubaa (Oromo Music)
6:37
Oromp3
Рет қаралды 2,2 МЛН
Andualem Gosa | Foote (New Oromo Music 2024)
6:43
Andualem Gosa
Рет қаралды 1,9 МЛН
Andualem Gosa | Yaannikee (New Oromo Music 2024)
5:48
Andualem Gosa
Рет қаралды 300 М.