Firo dhugaa an nazir kana nama tokko ka nama tuffatu jedheen yaaduu ture duraan Nama nagayaati mucaan Xiqqo jerjera qaba malee hundaafuu nagayaan naaf ruraa🙏🙏♥️
Namicha gowwaa somaan namaa Arrabsuu kana maal Gotaa studio 🎙 kee fiddee bro😢
@nuradinsahibo10558 ай бұрын
Biyya tokko namusa fi akka waal kabajaan kan tasisuu seera san amoo Motumatuu lafa qabsisa.kan jechuun biyya amerikas tayee awropa motuma isanituu seera lafa qabsisee akka Uumani waal kabajuu tasisee.kanafuu biyya teenalee hanqini jiruu motuma bira jira.biyya seeri lafa hin qabane namusini (waal kabajuun lafa hin qabatuu.
@najibojemal73848 ай бұрын
❤
@abdiiabdalla55678 ай бұрын
Kiyyaa Mata guuda kessaa duwa kana
@Kasimorosab8 ай бұрын
Hooleyyi biyyaa araba tikse re,ee nun jedha ture.
@adinaaneedagaa24148 ай бұрын
Haasahumallee hin beeku kun maal goota fidda adeeroo😮
@Buleeshow18 ай бұрын
Firo ijolleen biyya araba tiksee hoola innii jedhe nu arabsee? Amma asirattii isiniin jaladha jadhee Garuu walittii qabe nu arabsu hin qabu ture warrii wan akkasii hojjatan ijollee biyya araba jedhe walittii qabe nu arabsu hin qabu ture warrii wan akkasii hojjatan ammallee nii jiran je'een yada warra sanifii ijollee biyya araba gutu walittii fidu hin qabu addattii xuqu qaba je'een yada Ijollee biyya araba tanayyuu qabate wajiin mariyate tarkanfiin akka irrattii fudhatamu godhu qaba jedhen yada habibii Atiis bakka san sila akkas gote post godhu qabda jechunii qabda Hundafu innii waltii qabe nu arrabsun isa keessa ajanda akka godhanufii nattii fakkata hayyee jabadhu habibii❤🥰🙏
@NaManPodcast8 ай бұрын
Obboleessa kiyya yaada kee bilchaataa kanaaf ulfaadhu.Garuu dhugaan tokko ni jira.Nazir ilmaan oromoo nu hunda caalaa jaalata.Walitti qabee arrabsuu kan jette san yaada sirriidha.Insha allah inniis ni arga jedheen yaada.🙏
@Buleeshow18 ай бұрын
@@NaManPodcast tolee habibii ❤🥰
@kaamettiioromookuush45628 ай бұрын
Namni biyya keennaa Karaa fincaaya ufii ala nyaachuu akka qaanfitti ilaalu gaaffii nama maraafuu hin dhufin😂
@SmilingBird-sy1kl8 ай бұрын
Awoo firoo iskaa arra essatti nurra badde, bro video guyyaa lama 2matti nuf gadhiisii video kee hin qufamuu
@NaManPodcast8 ай бұрын
Insha allah bro kiyya 🙏💯
@aanaamohamed30678 ай бұрын
Kiyyan Nazir janin khun yeroo tokko tokko na arsa😂