KZ
bin
Негізгі бет
Қазірдің өзінде танымал
Тікелей эфир
Ұнаған бейнелер
Қайтадан қараңыз
Жазылымдар
Кіру
Тіркелу
Ең жақсы KZbin
Фильм және анимация
Автокөліктер мен көлік құралдары
Музыка
Үй жануарлары мен аңдар
Спорт
Ойындар
Комедия
Ойын-сауық
Тәжірибелік нұсқаулар және стиль
Ғылым және технология
Jireenya Gabii Qabaachuu | Barsiisa Wangeelaa Raajii Masarat Taayyee | ARARA TV WORLDWIDE
52:08
Karaa Eebbaa | | Kutaa 4ᶠᶠᵃᵃ | Barsiisa Wangeelaa | Raajii Masarat Taayyee |ARARA TV
45:16
Cheerleader Transformation That Left Everyone Speechless! #shorts
00:27
Why no RONALDO?! 🤔⚽️
00:28
Он ждал ДВА ГОДА, чтобы преподать наглецу УРОК СКРОМНОСТИ #shorts
01:00
Cat mode and a glass of water #family #humor #fun
00:22
Laphee Ittiin Gara Waaqayyootti Dhiyaatan | Barsiisa Wangeelaa Raajii Masarat Taayyee
Рет қаралды 57,325
Facebook
Twitter
Жүктеу
1
Жазылу 234 М.
ARARA TV WORLD WIDE
Күн бұрын
Пікірлер: 380
@araratvworldwide
3 жыл бұрын
⛪️ Laphee Ittiin Gara Waaqayyootti Dhiyaatan⛪️ 📖 Luq. 18 ¯¯¯¯¯¯⁹ Yesus namoota warra ofii qajeelummaatti jiraanna jedhanii, amanatanii, warra kaan hundumaa immoo tuffatanitti, fakkeenya kana dubbate. ¹⁰ “Jarreen lama kadhachuudhaaf mana qulqullummaatti ol galan; isaan fariisicha tokkoo fi amicha qaraxa fuudhu tokko turan. ¹¹ Fariisichi fuula dura dhaabatee garaa isaa keessatti, ‘Yaa Waaqayyo, akka namoota warra kaanii, warra saamtuu, jal’oota, ejjitoota yookiis akka qaraxxuu kanaa iyyuu waanan hin ta’iniif sin galateefadha. ¹² Torban keessaa guyyaa lama nan sooma; waanan argadhu hundumaa keessaas kudhan keessaa tokko nan baasa’ jedhee kadhate. ¹³ Inni qaraxa fuudhu sun garuu; achi fagaatee dhaabatee, ija isaan illee gara waaqaatti ol hin ilaalle; qoma isaa rukutachaa, ‘Yaa Waaqayyo, ana nama cubbamaatti araarami! in jedhee ture malee. ¹⁴ Egaa isa Farisicha sana irra namichi qaraxa fuudhu kun Waaqayyo duratti qajeelaa ta’ee, gara mana isaatti akka deebi’e, isinittan hima; kan ol of qabu hundinuu gad in deebifama, kan gad of deebisu immoo ol in qabama” jedhe. 🎚 Kutaa kana keessatti namoota lamatu kadhachudhaaf mana sagadaatti ol galani. Isaanis: 1. Farisicha 2. Nama qaraxa fuudhu 1. Farischi Akka nama kaanii: 👉🏽 saamtuu 👉🏽 warra jalloota 👉🏽 warra eejjitoota 👉🏽 akka qaraxxuu kanaa iyyuu waanan hinta’iniif sin galateefadha. 👉🏽 torban keessaa guyyaa lama nan sooma; 👉🏽 kudhan keessaa tokko nan baasa’ jedhee kadhate. 2. Inni qaraxa fuudhu ✋🏽 Qoma isaa rukutachaa, ‘Yaa Waaqayyo, ana nama cubbamaatti araarami! in jedha ture malee kan biraa waan dubbate hinqbu. ✋🏽 Waaqayyo arraba ittiin kadhattu utuu hintaane; garaa ittiin kadhattu ilaala. 🦶🏼 Miilla ittiin dhufte utuu hinta’iin; garaa ittiin dhufte ilaala. 📖 Far. 66¯¯¯¯¹⁸ Ani hamaa gochuu garaa kootti utuun yaadeera ta’ee, gooftichi matumaa ana hin dhaggeeffatu ture. ¹⁹ Waaqayyo garuu dhuguma ana dhaga’eera, sagalee kadhata kootiis yaadaan anaaf qabeera. ²⁰ Kadhata koo waan of irraa hin deebisiniif, gaarummaa isaas ana irraa waan hin fudhatiniif, maqaan Waaqayyoo haa eebbifamu! ✍️ Jireenya Namootaa Kanarraa Maal Baranna? Jireenya Namicha Farisichaa 1. Yaada qajeelaa hinqabu Namni yaada garaa qajeelaa hunqabne; of tuulummaadhaan kan guutamedha. 📖 An. 2:4 “Kunoo, namni afuufamu nama yaada qajeelaa miti, namni qajeelaan garuu amantii isaatiin injiraata.” Namni yaada qajeelaa hinqabne garaa qullaa’aa hinqabu. Kadhata keenyaaf wanti murteessaan garaa qullaa’aa qabaachuudha. Amantiin yaada garaa qullaa’aa keessaa dhufa. 📖 1Xim. 1:19 “Kanaafis amantii, yaada garaa qullaa’aas qabaadhu! Namoonni tokko yaada garaa isaanii tuffachuu isaaniitiin amantii isaanii akka caccabaa markabaatti hurreessaniiru.” 2. Of tuulaadha 🎚 Nama Waaqayyotti hirkatu miti; hojiisaatti hirkata. 🎚 Torbanitti guyyaa lama akka soomu, kudhan keessaa tokko akka baasu fuula Waaqayyootti dubbata. 🎚 Hojii gaarii nuyi himannu, tolaa nuyi himannu yoo jiraate; moofaa abaarsaati. Namichi kun garuu fuula Waaqayyoo dhaabatee of hima. 🎚 Namoonni fuula Waaqayyoo dhaabachuu danda’an; warra yaada qajeelaa qaban qofaadha. 📖 Far. 140:13 “Egaa warri qajeelonni maqaa keef galata in galchu, warri yaada qajeelaa qabanis fuula kee dura in jiraatu.” Jireenya namicha isa qaraxa fuudhurraa maal baranna? 1. Garaa gad deebi’aa qaba 🎚 Karaan gara Waaqayyoottii ittiin dhiyaatan keessaa inni tokko garaa gad deebi’aa yookaan garaa cabaa qabaachuudha. 🎚 Waaqayyo yaada cabaa hintuffatu, yaada cabaan aarsaa caalaatti Waaqayyo duratti fudhatamaadha. 📖 Far. 51:17 “hafuurri yaada cabaa aarsaa Waaqayyo biratti fudhatamuudha, yaa Waaqayyo, ati garaa cabaadhaafi bullaa’aa hin tuffattu!” 🎚 Waaqayyo garaa gad deebi’aa inilaala. 📖 Far. 138:6 “Waaqayyo akkas ol ka’ee utuma jiruu, warra gad deebi’an in ilaala; warra of gurguddisan garuu inni fagootti in beeka.” 📖 Isa. 57:15 “Ani inni ol jedhaan, guddaan, bara baraan kanan jiraadhu, maqaan koo qulqulluu kan ta’e, iddoo ol ka’aa fi iddoo qulqullaa’aa nan jiraadha; warra garaan isaanii cabee fi warra gad deebi’anii wajjinis nan ta’a; hafuura warra garaan isaanii cabee fi warra gad deebi’anii nan haaressa.” 2. Nama araara kadhatudha 🧎🏾♂️ Kadhanni fuula Waaqayyootti fudhatama qabu; araara gaafaachuudha. Gaafa araara kadhannu 🧎🏾♂️Dadhabaa ta’uu keenya cubbamaa ta’uu keenya 🧎🏾♂️Gargaarsa kan nu barbaachisu ta’uu mul’isa. 🎚 Waaqayyommoo nama akkasii inilaala. 📖 Far. 9:12 “Inni dhiiga dhangala’eef gumaa baasu, warra gadadamoo in yaadata, wawwaannaa isaaniis hin irraanfatu.” 💔 Lapheen Waaqayyotti dhiyaatu; laphee araara qabudha. 💔 Garaa akkasii Waaqayyo inilaala.
@chaltugadisa8020
3 жыл бұрын
Ameeeen Ameeee waqayooo gooftaa koo isaa haa eebbisuu eebbifamaa
@boneejiradhawaaqayyoonaawa3735
3 жыл бұрын
AMMEEEN AMMMEEEN AMMMEEEN
@birkekassa6997
3 жыл бұрын
Ammmmee ammmmee ammmmee 🤲🤲🤲 yaa waqayoo ati arkii kee fagenyii hin dagesuu ati dhibee koo naraa kassii 🤲 na biraa hin darbini
@masarettesuwara1451
3 жыл бұрын
Ameen ameen Ameen ebbiifam dachaa 💕💕
@nafiteshoma4242
3 жыл бұрын
Ameeeeeen
@kumeeaddunyaa9695
Жыл бұрын
Ameeeeeeen Guyyaa Har, aa Guyyaa kottiii Ebbifamaa dachaa maqaa yesuusiini
@biree4802
3 жыл бұрын
Ameeeeen Ameeeeen uuuufeee Waqayyoo nuu,hagargaruu Anaa ishee Cubamtuutii Araramii Yaa, waqayyoo koo Lapee,itiin Garaa kee tii debi,uu naf ladhuu Yaa,Abaakoo
@geteangasu3681
3 жыл бұрын
Amen Amen eebbifamaa dachaa uuuufff yesuuse koo 🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🤲🤲🤲🤲🤲💗💗💗💗💗😭😭😭😭😭😭😭😭🙏🙏
@DarooSitina
Ай бұрын
Ameen ameen ameen waqayyoo garaa gad debi'ee isaf bitamuu nu haa godhu❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢
@tigisttakeletakele108
3 жыл бұрын
Uuuuuuuuuufeeeeeee waqayyoo barafii jireenyaa kee haa ebisuu namaa waqayyoo ayyanichii haamaa dhumaa barbaratii siratii haa hafuuu ameeni ameeni ameeni 🙌🙌🙌🙌🙌🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏🙇♀️🙇♀️🙇♀️📖📖📖📖📖📚📚📚📚
@dinkineshkajela6728
3 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen Waaqayyoo koo Laphee araaraa naaf kennii natti araarami
@gelanebiru905
10 ай бұрын
Amen 🙌 amen amen 🙌🙌 hallelujah hallelujah hallelujah praise God
@obseshobe1773
2 жыл бұрын
May God Bless U Prophet!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!! Umurii dheeraa isiniif hawwina!!
@warqiicaalaa9411
3 жыл бұрын
Haleeluyaa Haleeluyaa uuuffff ililililililili siif haa ta'u galanni ulfinni Waaqayyoo gooftaa maccaa😭😭🙌🙌🙌🙌🙇♀️
@shumeadam8662
3 жыл бұрын
Amen amen guyyan hara kan kooti todays my day
@Abonesh835
3 жыл бұрын
Ameeeeeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeen Eebbifam namaa waqayyoo
@Yesuskaraadhadhugaadhas
3 жыл бұрын
Ameeeeeeeenn Ameeeeeeeenn Waaqayyoo isin haa eebbisuu eeebbifamaa eeebbifamaa dachaa dachaan
@lensarwarqu5670
3 жыл бұрын
Amen amen 🙏 ebbifammaa dachaa
@MelkeLemu-is3iw
7 ай бұрын
Ameen ameen ameen ameen haleluya ebbifama
@birhaneebashu5915
3 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen
@ZertooApo
5 ай бұрын
Amen amen amen amen amen amen amen ❤❤❤❤❤
@tiringotiri4859
3 жыл бұрын
Ameen ameen ameen eebifamaa eebifamaa eebifamaa dachaa Maqaa iyesuusiin
@sinbookoo3378
Жыл бұрын
AMEEN AMEEN AMEEN 🙏God.bless.you
@gadisashibiru4872
Жыл бұрын
Amen amen 🤲 🤲 🥰 🥰
@AyatuuAyatu
Жыл бұрын
Ameeeennnni Ameeeennnni Ameeeennnni Ameeeennnni Ameeeennnni Ameeeennnni waqayo isin haebisu ebifama ❤❤❤
@botin6076
6 ай бұрын
Amennnnnn amennnnnn yene getaaa amasaginalew abate yesusi kirstos🙏🙏♥️♥️
@LomiAmanoo
8 ай бұрын
Amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen ebifama ebifama
@mimichala9485
3 жыл бұрын
Guuyyan haraa kaan kooti Amen Amen Amen Amen Amen Amen
@genetdamisse2043
3 жыл бұрын
Ameeeeen Ameeeeen Eebbifama Nama Waaqayyo Ayyaanni Waaqayyo siif haa Bayatuu🙌🙌🙌
@farfatuseenamucaaambosanyi566
3 жыл бұрын
Amen Amen Amen Amen elelelel ebifama dachani nama waqayo guyani ara kani koti
@botin6076
11 ай бұрын
Amennnnnn amennnnnn ebifama obolesako Waqayo Ayanasa isinif haa bayyisuuuu ❤
@bijigdubeline8840
Жыл бұрын
UUFFFEEE EEEE waaqajirataa dinqii:kana:hundumaa hojjettuuu:ulfaadhu:furtuu:hundumaa inni:taate:nama:ammalee:dabalee:daddabalee:humnasaa:dachaa dachaan isiniif haa baayya'atuu ❤❤AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN
@cherakiya9630
3 жыл бұрын
Amen amen amen ulfadhaa Eebifamaa Rajiiko 🙏❤
@masarettesuwara1451
3 жыл бұрын
Ameen ameen Ameen ebbiifam dachaa 💕💕💕💕💕💕💕 guyyaa arraa kana kootii ameen Ameen ebbiifam dachaa
@joinjesus1814
Жыл бұрын
Eebbifama nama waaqayyoo keep to up learning good teach
@emabit3582
9 ай бұрын
Ameeen Ameeen Ameen Ebbifamii waqayyoo sii haa Ebbisuu ebbifamii ❤❤❤🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻
@burteezalalamii9664
2 жыл бұрын
ameeeeen ameeeeen ameeeeen ameeeeen ameeeeen ameeeeen ameeeeen ameeeeen uuuuuuuuuuuuuuuufffffffffffff 💞💞💞💞💞💔💔💔💔 waqqayyoo ana cubbamtuuti Yaa hararamuu garaa gulla,aa naaf keenii Abban koo
@الينخليل-ت4ن
3 жыл бұрын
Ameeeeeen ameeeeeen ameeeeeen ameeeeeen ameeeeeen ameeeeeen ameeeeeen ameeeeeen ameeeeeen ameeeeeen ebifama Nama waqayyo
@karaadhugaa7160
3 жыл бұрын
Ameeeeeeen ameeeeeen ebbiifamaa araraa tv bayeen isin jalaadha 📖❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@elsaasweet2904
3 жыл бұрын
Ameeeeeeeeeeen ameeeeeeeeeeen 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲 ebifamaa saba waaqayyo Akkasumas nama waqayoo 🙏🙏🙏
@LaliseDaba-mq3rn
7 ай бұрын
God bless you.Thank you God for this person!
@lidiyaafufaa4098
3 жыл бұрын
Amen amen.amen amen.amen.amen..ebbiifamaa.🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤
@lensedappp9010
9 ай бұрын
Ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen
@sorrybejga9112
Жыл бұрын
Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen 🤲🤲🤲🙏🙏🙏 jedhe fudhadheraa maqaa iyesusini naf tau ebifama ebifama ebifama ebifama ebifama namaa waqayoo
@masealaska105
2 жыл бұрын
Ammen ammen ammen ammen ammen ammen ebbifama waqqayoo kanumaa callatii ayyaanf ogummaa siinif haa dabalamu
@megpanlican3056
3 жыл бұрын
Ameeen Ameeen Ameeen Ameeeni na bira hin luufii maqaa yesuusitin 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
@ayontaali7125
3 жыл бұрын
Ameeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeen Ameeeen ebiifamaa namaa giftaa
@Siifjira1000
3 жыл бұрын
Ameeen eebbifamaa guddaa kabajamoo saba gooftaa
@jesusisawayoflife9168
3 жыл бұрын
Amen Amen Amen 🙏 God bless you!
@itouch710
3 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen
@MARAMEGELETA
2 ай бұрын
Waqayyoo isin ebbiseera hammayyu dabalee isin ha ebbisuu baraa jireenya kessan hunduma maqaa waqayyo lalaba guyya isaati immoo motumaa isa gala.
@adanechakawak3868
3 жыл бұрын
Amen 🙏 ebbifama baayee
@bontuufalama2754
3 жыл бұрын
Ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ebifaamaa
@alamitube1875
3 жыл бұрын
Amen Amen Amen Amen ebifamaa dachaa
@sameerasameera3225
Жыл бұрын
Ameeeeee ameeeeee amen ameeeeee ameeeeee amen ameeeeee
@Amaru-f5x
8 ай бұрын
Ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen naafi ta,eera maqaa dhiiga hoolichan
@alamicaalaa2290
3 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ebifama Ebifama dacha dacha❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@hessaalmansoori4254
Жыл бұрын
Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen waqayoo gooftaa macaa Bara fi jirenyaa keessaa haa Ebbisuu Ebifamaaa 📖📖📖🙍♂️🙍♂️🙍♂️🙍♂️🙍♂️🙍♂️🍇🤲🍇🤲🍇🤲🍇🤲🍇
@BooniiLataa
2 жыл бұрын
Uuuufffeeeeeee ameen ameen ameen ameen waaqayyoo gooftaan baraf jireenyaa keessaan haa eebbisuu eebbifamaa W,,,D,,A,,R 🙏🙏🙏🙏🙏🙏💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖nuf jiraadhaa umurii dheraa R,M💕💕💕💕
@yoowaqayyoojedhe........2477
3 жыл бұрын
Ameeeèen Ameeeèen Ameeeèen Ebifamaa waqayoo isin haa Ebbiissuu 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
@SingerbariiTure
Ай бұрын
Ameeeeeeeeeeen
@negasabasha
Жыл бұрын
Waaqayyoo guddaa isin haa eebbisu Ameen ameen
@destatolera4963
3 жыл бұрын
Amen amen Good bless
@yadinyadin3493
Жыл бұрын
Ameeeeeeen ameeeen ebifama nama waqayoo 🙏👏👏❤❤❤❤
@TrueGoal-z7w
Жыл бұрын
Ameen YAA WAAQAYYO ADARAA ULFINA KEE NA AGARSIISI!
@gemechubenti7150
Жыл бұрын
❤❤❤,hedduun ittii gammaddee utuun hamaa garaa kottii yaada kadhadhee ta'ee...
@yadhugaasumaa2442
Жыл бұрын
Ameeeeeeeeen Ameeeeeeeeen ililili lililili ililili lililili ililili lililili ililili lililili ililili lililili Ebbifaamaa Rajii koooooooooo
@almainmo6743
2 жыл бұрын
AMEENAMEEN AMEENAMEEN AMEENAMEEN AMEENAMEEN AMEENAMEEN AMEENAMEEN Ebifaamaa Ebifaamaa Ebifaamaa Ebifaamaa Ebifaamaa Ebifaamaa Ebifaamaa Ebifaamaa Ebifaamaa Ebifaamaa 🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
@bibiajman9813
3 жыл бұрын
Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen ebifama nama waqayyoo
@DiroMan-kq3jc
8 ай бұрын
Ameeeeeeeeen yaa waqayyo anii cubbamaa dha anatii araramiii garaa qulla'aa naf kenni naqullessii waqa araraa
@KebebuGirma
4 ай бұрын
Ameen ameen ameen nama waqqayyoo naf kadha ❤❤❤❤❤
@dinqtuuasaffa5605
3 жыл бұрын
Ameeeeen ameeeeen ebiifamaa dachaa
@senaaguyaasaa1510
3 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen
@hindibnegerba6782
2 жыл бұрын
Ameen eebbifamaa 🙏🙏❤️❤️
@SirajmohamedIbrahim
3 ай бұрын
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ♥️ 🙏 ❤️
@Chalto-uc8nw
Жыл бұрын
Ameeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeen, ebbiifamaa, nama waaqqayo, waaqqayo, sin,ha ebbisu
@jofiiyeetaresaawaqayoabdii3953
3 жыл бұрын
Ameeeeeeen Ameeeeéeen🛐🛐🛐🛐🛐🙏🙏🙏🙏
@diboramucaiyesuswallaggaa7630
3 жыл бұрын
Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen waaqayyoo nuhaa gargaruuu😭😭😭😥😥
@sameerasameera3225
Жыл бұрын
Ameeeeee ameeeeee amen ameeeeee ebbifammaa ebbiifamaa ebbifammaa ebbiifamaa ebbifammaa ebbiifamaa ebbifammaa
@shittoodandanaa2727
3 жыл бұрын
Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ebbifaama Ebbifaama waqayyoo baraaf jirenyaa Kessaan haa Ebbissuu Ebbifaama 🙏🙏🙏👏👏👏🙋♀️🙋♀️🙇♀️🙇♀️🤲🤲🤲👏👏🙇♀️🙌🙌🥰❤
@ketty14325
3 жыл бұрын
Amennnnnn guyyaan harraa guyyaa koti maqa yeesusin luqasi18:9📖🙋🌹🌷🌹🌷🌹🌷🇪🇹🇪🇹👂🏃
@martagemeda3284
3 жыл бұрын
Ammmneeni eebifamii guddaa ❤❤❤❤❤❤❤
@bethelemoromititti1517
3 жыл бұрын
Ameen Ameen Eebbifamaa Raajii koo ❤️🙏
@taytukebede6961
3 жыл бұрын
Ameeen Ameeen ebiifaama nama waaqayyoo ♥️💯🙏💔
@Hawa-bp5vq
8 ай бұрын
Waaqayyoo baraa keee eguu masii❤❤❤❤❤❤❤❤
@bontu3226
2 ай бұрын
Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Eebbifama dacha ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@SaraA-wx7zn
3 жыл бұрын
Amen Amen Amen Amen Amen
@ayaneararsa2563
3 жыл бұрын
Ameeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ebbifaamaa Ebbifaamaa
@biftuumucaakakuu6474
3 жыл бұрын
Amen Amen ebifamaa🙏📖📖🙏🙏
@SanyiiOromoo
Жыл бұрын
❤❤Ameen ameeeeen Ameeeeen god bless you jeses
@galaadhalootatube7604
3 жыл бұрын
Ameeeeeeeeeen ameeeeeeeeeen eebbifamaaaaaaaaa🙇♀️🙇♀️🙏🙏❤🎤
@abinetiabdisa
5 ай бұрын
Ameeni ameen ameeni ❤❤❤
@masiibayisaa9240
3 жыл бұрын
Ameeen guyaan araa kan kotii
@kiyyaaloveekenaajesus4721
3 жыл бұрын
Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen uuuuuuuuuuufffeee Ebbifama ebbifama dachaan dachaan 🥰🥰🥰🥰🥰
@Ayantoo
3 жыл бұрын
Ameen ameen ameen elelelele elelelelelelelelelele elelelele elelelelelelelelelele haleeluyaa
@wandimutamiru5000
3 жыл бұрын
Ameeeeeeen Ameeeeeeen eebbifamaa
@seenaakeebekii7820
3 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen 🥰🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@naniethiopia5447
3 жыл бұрын
Guyyaan haar'a Kani Kooti 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@feenettaddasa2791
3 жыл бұрын
Ameen ebbifama nama waaqayo🙏🙏🙏🙏👈
@FayeDiriba-h5c
3 ай бұрын
Ammen❤❤❤❤ ebifaamaa
@mesertbulcha8144
2 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ebbifama 💔💔😭😭
@TegestTulo
Жыл бұрын
Ameeeeeeen Ameeeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeeen🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🙏❤❤❤❤❤❤❤❤
@habibahabiba8773
9 ай бұрын
🤲🤲🤲👏👏👏🙌🙌አሜን አሜን አሜን
@hababauser9166
3 жыл бұрын
Ameeeeeee ameeeeeee ebbifaamaa ebbifaamaa
@ayyeeorocell9778
3 жыл бұрын
Ameeeeeeeeen ebifama
52:08
Jireenya Gabii Qabaachuu | Barsiisa Wangeelaa Raajii Masarat Taayyee | ARARA TV WORLDWIDE
ARARA TV WORLD WIDE
Рет қаралды 50 М.
45:16
Karaa Eebbaa | | Kutaa 4ᶠᶠᵃᵃ | Barsiisa Wangeelaa | Raajii Masarat Taayyee |ARARA TV
ARARA TV WORLD WIDE
Рет қаралды 22 М.
00:27
Cheerleader Transformation That Left Everyone Speechless! #shorts
Fabiosa Best Lifehacks
Рет қаралды 14 МЛН
00:28
Why no RONALDO?! 🤔⚽️
Celine Dept
Рет қаралды 116 МЛН
01:00
Он ждал ДВА ГОДА, чтобы преподать наглецу УРОК СКРОМНОСТИ #shorts
BalcevMMA_BOXING
Рет қаралды 7 МЛН
00:22
Cat mode and a glass of water #family #humor #fun
Kotiki_Z
Рет қаралды 11 МЛН
1:18:02
STOP WORRYING AND START TRUSTING GOD - APOSTLE JOSHUA SELMAN
CHRISTOCENTRIC MESSAGE
Рет қаралды 1,1 М.
46:31
Ammayyuu ni geessa #TV_Humna_Wangeelaa
TV Humna Wangeelaa
Рет қаралды 15 М.
58:39
Fayyina Ajaa'ibsiisaa || Raajii Masarat Taayyee || @araratvworldwide
ARARA TV WORLD WIDE
Рет қаралды 1,8 М.
15:32
F. Solomon Adunyaa yeroo waaqeffannaa aja'ibaa ture Afuurri waaqayyoo nu giddu ture ittiin eebifama
Mill'uu Tube
Рет қаралды 1,7 М.
1:04:42
Yeero Waaqayyoo Beekuu | Raajii Masarat Taayyee | ARARA TV
ARARA TV WORLD WIDE
Рет қаралды 48 М.
1:17:42
Faarfannaa Adda Addaa
Winners Way
Рет қаралды 491 М.
50:18
Lola Cabsanii Ba'uu || Yeroo Lallabaa | Raajii Masarat Taayyee || ARARA TV WORLD WIDE
ARARA TV WORLD WIDE
Рет қаралды 90 М.
43:56
Worship Moment With Pastor Miriam Warugaba at Mutundwe Christian Fellowship
Pastor Miriam Warugaba Ministries
Рет қаралды 222 М.
1:14:42
Bara Dargaggummaakee Keessaa Attamittiin Jiraachuu Qabda? Barsiisa Wangeelaa Raajii Masarat Taayyee
ARARA TV WORLD WIDE
Рет қаралды 33 М.
58:44
Jireenya Nuyiif Waaqayyo Waliin Qabnu - Luba Tamasgeen Giimee
Waldaa Amantoota Oromoo Finfinnee
Рет қаралды 9 М.
00:27
Cheerleader Transformation That Left Everyone Speechless! #shorts
Fabiosa Best Lifehacks
Рет қаралды 14 МЛН