Waan kun Filmii tahuu isaa na shakisiisaa jira😅❤ Garuu Ayyuun tun nan Samuu akkamitiin yaadi ka na dhibu Ka na fuutu male jetee Affaan banaa turte hanqatee ammas guyyaa sargitiin Akkas gootee badi Jazbaan Hundaafu Rabbi isii ha laafisu Amantiin isii kun amma Shihaada qabate mo hin qabanne😅 Saidoo Rabbumati Azaba kanati si naqe wly Fuulla dura ke na sodaachisee😂😢😢❤❤❤ Abshir wabii atis hin dhiphatin❤❤❤❤