Ayana Jawar Mohammed Qeqee Abiyi Ahmed Dhageeffadhaa Mee👂Police jawwaar naaf ima jedhe gaafate deebi

  Рет қаралды 19,625

አብዱል  አፕ

አብዱል አፕ

Күн бұрын

Пікірлер: 25
@ShuferGebi
@ShuferGebi 5 күн бұрын
Ayyaanaan sirrii jette , jowaariin nijaalanna garuu gochi Amma jowaari gochaa jiru waan faana nu oofuu miti.
@MotiSefera
@MotiSefera 4 күн бұрын
Mootummaa kana kallattii sirriitti deebisuun yoomiyyuu hin yaadamu. Maaliif yoo jettan nuti biyya keessa teenyee dararaa guddaa keessa jirra. Dararaan kun maali yoo jette mootummaan nama nagaa ajjeesee baga ajjeefte jedhii harka naaf dhahi yoo didde immoo kees dabareen fagoo miti siin jedha. Jaalattee osoo hin taane du'a sodaattee deeggarta. Kallattii sirriitti kan deebiftu yoo yaada kee ibsatteedha. Gaaffii gaafachuu hin dandeessu yoo gaafatte immoo adabbiin kee hidhaa miti ajjeechaadha. Kan nuti itti jirru waaqa tokkicha malee kan nuuf hubate hin jiru.
@ShaloKetemaKebede
@ShaloKetemaKebede 3 күн бұрын
Isiin waraa garadhani buluu ayyana ittii fufii attii waan umataa hin bektaan
@عايشه-د2ج
@عايشه-د2ج 6 күн бұрын
Galatoomaa kan dogogorelee gorsaa jirtuu isinii fudhachuu baatulee❤❤❤❤❤❤
@tesftesh
@tesftesh 6 күн бұрын
❤ I love you jawar
@ShaloKetemaKebede
@ShaloKetemaKebede 3 күн бұрын
Hin wacinaa ayyaan sirrii jiraa
@YohannesTade-d3j
@YohannesTade-d3j 5 күн бұрын
ayyaanan dhugaa haayyuudhaam
@ephrembedhaso7741
@ephrembedhaso7741 6 күн бұрын
wow burqaa hedduu galatoomi
@faysahussein9956
@faysahussein9956 6 күн бұрын
Gaafii Ayyaanaa naaf gaafadhaa Abiy jalqaba OPDO diige Fonqolcha mootummaa Oromiyaa irratti raawwate Team Lammaa diige Berhanu Neggaa fiIliitii Amaaraa woliitti qabee Bilxiginnaa uume Kun eenyummaa oromoo dhabamsiosuuf yaalii godhamaa jiruudha Ayyaanaan kana akkamiitti ilaalaa?
@Kokeetjamel
@Kokeetjamel 5 күн бұрын
Ayyaanna maf ummatta domaa kanaa wajjiin dubbattayyu
@IbrimAhmed-k4j
@IbrimAhmed-k4j 4 күн бұрын
😅😮😢
@تننن-ق3ف
@تننن-ق3ف 6 күн бұрын
Burqaa heduu galtoomii qaalii fii garii namaa dhugaa sii jalaa baddiin yoomiiyuu
@GosaaGosa
@GosaaGosa 3 күн бұрын
Jawarii yommii illee leenca oromoo ttii
@ShuferGebi
@ShuferGebi 5 күн бұрын
Oromoon Akka yeroo Ammaattuu kabajameesi hn beeku, sodaatames hn beeku. Gabaabumatti sirni Ammaa kuni oromoofi jalqabbii gaariidha.
@ShuferGebi
@ShuferGebi 5 күн бұрын
Oromoon kani namni dhuunfaa qabeeti Adunyarraan naannayuu miti . Oromoon fedhii siyaasaa mataa isaa kani qabuudha. Malee dhimma nama dhuunfaa hn qabu dhiiroo hn dogongorina.
@تننن-ق3ف
@تننن-ق3ف 6 күн бұрын
Maliifii amarifaa hasyuu
@rongping-k9l
@rongping-k9l 4 күн бұрын
Ayaanaanis kutannoo hin qabu argaa jirra.
@TeferiGob
@TeferiGob 6 күн бұрын
Moottumaa hin beennumoo argine wagga 6 guutu argame mitimoo isakam qoratuu
@YohannesTeshome-hd9gk
@YohannesTeshome-hd9gk 6 күн бұрын
በቃ ዝም ብላችው ነው አይደል የምትቀደዱት ውሽታሞች ናችው በእውነት ብትጨፈለቆ የአብቹን ግማሽ አታክሉም
@تننن-ق3ف
@تننن-ق3ف 6 күн бұрын
Dhugaa keetii motuumaa hidhchisee waallooraa ka.ee dangaa hundaa kesaa demtee baxabaxee waalii getee fanoonii dhugumaa tasuumaa wayee jalalaa oromoo qabuu tasuumaa rabii nuu haa birmatuu
@Suleyman-q5x
@Suleyman-q5x 6 күн бұрын
Burqaa goota attii
@SultAliy
@SultAliy 5 күн бұрын
ayyana koo bekuumsa kee hunda garaa biratii debii'i
@rongping-k9l
@rongping-k9l 4 күн бұрын
Oromoo abaaramtuu walii hin galle. Dhugaa nama akka jawaar kana amata 1000tti hin argattu
@TesfayeFufa-q8b
@TesfayeFufa-q8b 6 күн бұрын
Rakoo ama nuraa ga'aa jiru keesaa qodda hin qabu tokkoo? Iti aansee gaaffiin ka'uu qabu maddi rakkicha sirnamo nama? Kana addaan baassu. Sirnaaf ijjaarsa sirnichaa (ideology and its structures) irrati falmiin hin luchaanne rakko Oromoo akka hin furre karaan kana dura addemne ibseerra. Falmiin ammas nu dhiyaataa jirru kanuma ganoota ja.a gageeffamaa tureetti waan nu geessu ta'a. kanaafu yaa lammii koo quba namati qabunu dhisnee mee offiti haa qabnu. Hora bula
🎈🎈🎈😲 #tiktok #shorts
0:28
Byungari 병아리언니
Рет қаралды 4,5 МЛН
Ful Video ☝🏻☝🏻☝🏻
1:01
Arkeolog
Рет қаралды 14 МЛН
የደሃ ቤት አታፍርሱ !! ፓርላማውን የበጠበጠችው ደፋር ሴት !!
8:08
ጠበቃ ዩሱፍ // Lawyer Yusuf
Рет қаралды 142 М.
ODUU Ammee Birhanu jula shimales waxaluu kuno | Moha Oromo
13:25
Moha Oromo
Рет қаралды 35 М.