Galatomi cala garu afaan oromon dabarsa ijolle kenya bayye afaan kana bekanu
@gebeyamedia Жыл бұрын
Nuuti Afaan Oromootiin osoo hojjaannee nutti tola, garuu namni ilaalu hin jiru,kanaan dura yaallee argineerra, nuuti yeroo viidiyoo tokko waraabnu baasii baayyee itti baafna,geejibni jiraa kan ogeessaa jiraa kan kaameeraafi meeshaalee garagara baasii guddaadha,baasii kana immoo kan nuuf deebisuu qabu youtube dha , youtube n immoo kan sirritti kafalu yoo namni baayeen viidiyoo sana ilaale qofaadha,namoonni keenna immoo ana dabalatee waan ifii guddisuu hin jaalannu, chanalii afaan Oromoo bannee yaallee dadhabne
@alemteshome2423 Жыл бұрын
Namnii keenya waan fayyeeda hin qabanne laalu malee kan fayyaadu hin ilaalu
@alemteshome2423 Жыл бұрын
Caalaa ani kan jiraadhu biyya ormaan jira mee gorsaa naf laadhu hojii kama yoon hojjadhen tiriffaama kan ta'uu biyya galuun yaada garuu hojji kamattu akka na basuu beeku hin dandeenye
@اللهمصلِوسلِموباركعلینبينامُحم Жыл бұрын
ይሂንአይነትስራ እፈልጋለሁ
@qananiigirma2042 Жыл бұрын
❤❤❤🎉🎉🎉
@TesfakirosASillassie11 ай бұрын
jgna
@nahomgaremu75058 ай бұрын
Caalaa akkam jirtaa? Mee nama kana karaa kamiin qunnamu danda'a Odaa Garment akka gorsaatti fayyadamu barbaade adaraa. Mee wal na qunnamsiisi.