Dhuga rabbi heddun gamade kafee kenya ani nama amantii muslima hordofu garu namni an akka kiyyatti ittin bonu fi dinaa oromottis cabse ja'e dhadadhun kessa atti anaf nama tokko dhuga rabbi heddun gade ture garu onne tiyyaran akka male gamade amma yeron hasaha ke dhagahu abdiin qaba rabbi fi sabnii atti irra dhalates akka dhifama sif godhu atti sabaa kanaf nama tokko qofaa mitti dhuga nama million bakka butaa nuf jiradhu amale onnera akka nama tokkotti dhifama sif godhe rabbilen dhifama sif ha godhu umrii dhertun sif hawa akkasumas si cinas jira yomile obbollessa kenya si jalaana ❤ we really proud of you 👏 Kafee kenya akkasumas rajii kenya nuf galatomi attis
@mimitiko24572 ай бұрын
Wwwwwwwwwwww ebifama
@urgessasoressa2 ай бұрын
Hanga dhumaatti akka inni jabaatee dhaabatee Gooftaa tajaajiluuf ammas kallattii barbaachisu hundaan isa bira dhaabachuu qabna. ❤❤❤❤❤