BAKKATTAN DEEBISA

  Рет қаралды 205,395

Firanol Mosisa ሊቀ መዘምራን

Firanol Mosisa ሊቀ መዘምራን

2 жыл бұрын

BAKKATTAN DEEBISA
Faaruu Ortodoksii Afaan Oromoo 2022
ፍራኖል ሞሲሳ

Пікірлер: 926
@user-zi5lm3xt4t
@user-zi5lm3xt4t 2 жыл бұрын
ፍራኖል ሞሲሳ በጣም የምወድህ አንተ ትለያለህ መዝሙሮችህን ስሰማ እንባየ የሚመጣው ነገር ድምጽህን በመስማት ብቻ ኦረምኛ ብሰማ ብየ ተመኘሁ እግዚአብሔር በቤቱ ያጽናህ ።⛪⛪⛪አሜን አሜን አሜን
@user-vp9hd3lj6c
@user-vp9hd3lj6c 2 жыл бұрын
ቋንቋውን አልችልም ግን በጣም ነው የምወደው መዝሙሮችን ዝማሬ መላእክት ያሰማልን
@Sarontube
@Sarontube 2 жыл бұрын
↪️💔Akka tasaa miti,yaadasaa keessattiduraan galmaa’eeraa Adduyaa utuu hin uumin ilma isaa Kiristoosiin anaan filateera Toorri fayyina koo baaramaa ta’ee an eebba ta’uu dha Du’a mo’ee ka’ee ofkeessa nakaa’e mirgasaa taa’uu dha An amma haaradha hin beeku kaleessaa Hawwii koo fannisee seeneera isa keessaa Balbala koo cufee sichi qofaa hin taa’uu Haaraan siif kataba kan duraa hin lakkaa’uu Hiddi handhuura koo, sirraa wanna citeef sitti lakkaa’ataa Dhahannaan onnee koof guutummaan ribuu koo siin balbaloomfataa Silgi Sagalee kee kan fannoo irraa madde soorri koo ganamaa Ittiin bulmaata koo dhugeeffanna dhugaa gaarammaa keen himaa Amma tasgabbaa’e ala hin dhageeffadhu Balbala koo cufee keessa koon dhagahaa Fayyeera Afuurri koo Lubbuu koo baraare Foon koo isaaf qulleesseen Ormaaf ifa ta’aa Jaalalli kee dhugaa kan dhageettiin olii kan arge agartuun koo Maddiin dhiitee bahe sadeessoof hin laannee olnaaf keesse hinkoo koo Aangoof teessoon yeroo, Siboof ayyaana koo naduraa hin ukkaamsuu ✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️ ↪️Waaqayyoo baraf jireenya kee dachaa haa ebbisuu ebbifamii ammayuu waaqayyoo ayyanaa isaa kana caaluu siif haa kenuu inni hundumaa danda'uu firaol jalatamaa namaa simboo ayyanii isaa sirraa faggattin ebbifamaa Koo❤️❤️✍️
@fayaa2
@fayaa2 2 жыл бұрын
❤❤❤❤
@branibru3180
@branibru3180 2 жыл бұрын
🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@Abbeetube
@Abbeetube 2 жыл бұрын
Saruukoo atis waqayyoo sagalee jireenyaa isin haa dhageesisuu koodeekoo 🙏🙏🙏🙏
@yohannistade3665
@yohannistade3665 2 жыл бұрын
Sarooniyee atis ebifaami 🤲
@samueldereje4039
@samueldereje4039 2 жыл бұрын
Maatii nuuf ta'aa mee
@ayinebogale5679
@ayinebogale5679 2 жыл бұрын
Hin dhaamsuum ifa koo Abidda nakeessaa Kennaa koo hin awwalu bakkattan deebisaa Qartee sagalee koo akka gurraaf toluu Sifaarsuuf uumamee waan biraaf hin oolu((2)) Akka tasaa miti,yaadasaa keessattiduraan galmaa’eeraa Adduyaa utuu hin uumin ilma isaa Kiristoosiin anaan filateera Toorri fayyina koo baaramaa ta’ee an eebba ta’uu dha Du’a mo’ee ka’ee ofkeessa nakaa’e mirgasaa taa’uu dha An amma haaradha hin beeku kaleessaa Hawwii koo fannisee seeneera isa keessaa Balbala koo cufee sichi qofaa hin taa’uu Haaraan siif kataba kan duraa hin lakkaa’uu \\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\ Hiddi handhuura koo, sirraa wanna citeef sitti lakkaa’ataa Dhahannaan onnee koof guutummaan ribuu koo siin balbaloomfataa Silgi Sagalee kee kan fannoo irraa madde soorri koo ganamaa Ittiin bulmaata koo dhugeeffanna dhugaa gaarammaa keen himaa Amma tasgabbaa’e ala hin dhageeffadhu Balbala koo cufee keessa koon dhagahaa Fayyeera Afuurri koo Lubbuu koo baraare Foon koo isaaf qulleesseen Ormaaf ifa ta’aa \\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\ Jaalalli kee dhugaa kan dhageettiin olii kan arge agartuun koo Maddiin dhiitee bahe sadeessoof hin laannee olnaaf keesse hinkoo koo Aangoof teessoon yeroo, Siboof ayyaana koo naduraa hin ukkaamsuu Jireenya koo har’aa, galgala koo borii kennaa kee hin xiqqeessuu Galma warra dhugaa Maqaa hin moggaafamnee Keessaan si’amaneen guutuun sitti of kennee Wargama Onnee koo kan dheebuu koo kuttee Ilma kee nagootee baga Abbaa koo taate \\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\\ Gaarummaan Isaa Narratti Baay'ate{{2)) Araarri Isaa Narratti Baay'ate((2)) Farsaa ergamoota si haa dhageesisuu
@gftf7645
@gftf7645 2 жыл бұрын
👍
@mohameddarwish304
@mohameddarwish304 Жыл бұрын
👏👏👏
@mastukatema9340
@mastukatema9340 2 жыл бұрын
Wowowow! Baga nagaan dhufte Firoo keenya! Waaqayyo gooftaan abbaan Jaalala faaruu eergaamoota kan miraa kakkaasu,kan diinaa keenya dabiloos gubee barbaadeessu kan waaqayyoon gammachisuu si haa dhaggeessisu. Kanumaa caalaatti obdii mana isaa keessaatti si haa quusatu. Kennaa irraatti kennaa isaa dachaan dabalee siif haa kennu. Ebbiif jaalalli waaqayyo,kadhanaaf aaraarsummaan haadha waaqayyo nuuf haadha qulqulleetti qulqulloota obboleetti eergamoota haadha saba hunduma qulqulleetti dubaro maariyaam, kadhanaan qulqulloota,gargaarsi eergamoota;barakaatifi sugni waareegamtootta raajoota duuka bu'oota waaqayyo dachaa diribaa ta'ee siif haa baay'atu;sirraa oole haa bulu umurii taajajillaa kee siif haa dheereessuu mana isaa keessatti si haa jiraachisu. umurii Mataasulaa siif haa kennu Ameen. Maatii waaqayyo faarfaanna kana dhaggeeffachuu eebbaa argachaa like,comment,share taasisaa obboleessa keenya haa jajjaabeessinu maqaa waaqayyoon adaraa keessan ❤👈 TOWAAHIDOON BARA BARAAN HAA LALLISTU 💒💒💒💒🙏
@sem754
@sem754 2 жыл бұрын
የመላዕክትን ዝማሬ ያሠማህ ለብዙዎች ምሣሌ ነህ! ሣያውቁ እምነታቸውን ለተውት አንዳንድ የኦሮሞ ልጆች መንገድ እንድታሣይ አምልክ ኢየሱስ ክርስቶስ ይርዳህ አሜን!
@user-kt1ef9wp8x
@user-kt1ef9wp8x 8 ай бұрын
Amen Amen Amen faruu qulqulota siyaadhagesisuu.Elleeelleellleeellee👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏
@alemayehumabre2350
@alemayehumabre2350 2 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen!!! Waaqayyo Farfannaa Ergamootaa siyaa dhageessisu✝️ Bara tajaajila keetii siif haa eebbisu! Waaqayyo warreen badanii hafan nu hin taasisin! Qalbiin keenya barbaacha isaa akka dhaggeeffattu nuuf haa taasisu✝️ ❤❤❤ ❤❤❤❤❤❤❤❤❤!
@genetgenet1383
@genetgenet1383 2 жыл бұрын
Esaa jirtuu Ijollee TAWAYIDO Hawii keenyaa kan baraa dheeraa nuuf Deebi'ee uuuuuuuffffff😭😭💔💔💔 share,,,, like ,,,,,, subscribe 👏👏🕊🕊🕊
@ayiintube6026
@ayiintube6026 2 жыл бұрын
Ameeen Ameeen Ameeen Farsaa ergaamotaa siin haa dhageesiisuu Ebbiifaamii bara Taajajiila kee siif haa dhereessuu waaqayyoo keenaa faarfannaa siif keenee dhugumaati sagalee qaaree bakkatan deebiisaa baga nagaan nuuf dhuftee Jaalatamaaf kaabajamaa nama nuuf jiraadhuu ✅❤👏
@efremyadeta5600
@efremyadeta5600 2 жыл бұрын
Waaqayyoo Si Haa Eebbisuu Firoo Baga Deebite Kana Booddee Sagantaa Haafuraa Oromiyaa Keessa Deemtee Farfaachuu Qabda
@minasmidea
@minasmidea 2 жыл бұрын
በጣም ልብ የሚነካ ዝማሬ ነው ፊሮ በርታ
@tazabiw_media
@tazabiw_media 2 жыл бұрын
Antem keteterah lib yeminka mezmur tizemraleh temels wede betu
@masibirahanu5204
@masibirahanu5204 2 жыл бұрын
Uuufffee akkam nama qabanessaa😭😭😭 Faruu ergamotaa kan miiraa kakkasuu kan lafee jaajjabesu kan diina dabilos gube barbadesuu Siya dhagesissu obbolleessa kenyaa nuuf jabadhuu kanumaa calaa kennaa isaa siif haa bayyisuu😍😍♥️♥️♥️
@waqayyooabdiikootii5625
@waqayyooabdiikootii5625 2 жыл бұрын
Ameenn (3) sagalee jirenyaa si yaa Dhagesisuu firoo kenyaa ebifamiii 🙏🙏🙏🙏👏👏👏💒💒💒🙏🙏🙏 💒💒⛪💐💐💐🌹🌹🌹🌹
@asnakoabdi7929
@asnakoabdi7929 2 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen Sagalee jireenyaa si yaa dhagesisuu Waaqayyoo si yaa Eebisuu
@bogalenigussie6858
@bogalenigussie6858 2 жыл бұрын
ቃለ ህይወት ያሰማልን ዝማሬ መላእክት ያድርግልህ Motummaa Waqqayyo sii haa dhaalchisuu.
@wagayewalde1773
@wagayewalde1773 2 жыл бұрын
Farfannaa ergamtota kan miraa kakasuu kan lafee jajaabesuu kan dinaa keenyaa dabilos gubee barbadesuu kan waaqayyoo gamachisuu sii haa dhagesisuu Amen ⛪⛪💐💐💐
@joelvibe2334
@joelvibe2334 2 жыл бұрын
Waaqayyo faaruu ergamootaa si haa dhageessisu! Baga Waaqayyo bakkatti si deeffate , hanga dhumaatti manasaa keessatti si haa jabeeffatu. Mirga mootummaasaatti nu hunduma keenya nu haa yaadatu❤❤❤❤❤
@user-is6oe6wv4v
@user-is6oe6wv4v 2 жыл бұрын
ዝማሬ መላእክት ያሰማልን ፊሮዬ በርታልን በጣም ደስ የምል መዝሙር ነዉ ፈጣሪ አብዝቶ ፀጋውን ያድልህ 🙏🙏🙏
@ejigeejige8521
@ejigeejige8521 2 жыл бұрын
Waqayo sagale jirenya siya dhagechisu mana isaa kessati siyaa qusatu Bari tajajilke sifi yaebbifamuu firookoo🙏🙏🙏🙏🙏❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@hanan.2128
@hanan.2128 2 жыл бұрын
Dn firoo keenya dhugumaa WAAQAYYOO farruu ergamoota sina dhagesisu keena isaa sinif yaa bayyisuu. Bagaa nagaa nuf deebitan 💚💚💚💚💚.
@mirko3426
@mirko3426 2 жыл бұрын
" ጸጋ ነሳየነ " የፈገግታህ ስጦታ ማርኮኛል፡፡ ዲን፣ ለመቀኘት የሚያበረታው ያበርታልን፡፡ ዝማሬ መላዕክትን ያሰማልን፡፡
@danieltakele5741
@danieltakele5741 2 жыл бұрын
ሊቀ መዘምራን Dn Fraa'ol Moosisaa Faarfannaa Afaan keenyaan balbala banuudhan ija Oromootti!!! Bara tajaajila kee haa eebbisu❤❤❤!!!!!!!
@burteetewahidookoo1793
@burteetewahidookoo1793 2 жыл бұрын
Amen Amen Amen farfannaa ergamotaa sii haa dhagesisuu simboo tewahidoo kenyaa jabaa firii tewahidoo ⛪️⛪️⛪️⛪️⛪️⛪️⛪️⛪️⛪️⛪️👏👏👏
@user-xg9hs6bh4q
@user-xg9hs6bh4q 2 жыл бұрын
Eeeeesssssssiiiiiiiiiyyyii bagaa nagadhan nuuf dhufate kenaa kenyaa dhugumatii waaqayyoo gooftaan sagalee jireenyaa sii haa dhagechisuu bara tajajilaa kee sif haa dhereessuu ⛪✝️❤💯💯💯💯💯🙏
@oliifanabdannaahirphaa4092
@oliifanabdannaahirphaa4092 2 жыл бұрын
What a sound ! Stay blessed bro! Baga deebite
@mihiretgetuu7756
@mihiretgetuu7756 2 жыл бұрын
Galaata waqayoo kodee kenyaa bagaa kana SI ga,ee sagalee jirenyaa siyaa dhagesisuu 🥰🥰🥰🥰🥰🥰 faruu bayee nati toluu 🤲🤲🤲🤲😓🥰
@kenoowallaggaa9633
@kenoowallaggaa9633 2 жыл бұрын
Ameen Ameen waaqayyoo goftanii sagalee jirenyaa sinii haa dhagesisuuu ebifamaa firokoo baraa tajajilakee sifii haa ebisuu ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️⛪💟💟💟💟
@user-zi5lm3xt4t
@user-zi5lm3xt4t 2 жыл бұрын
ስወድህ በማርያም ዝማሬ መለአክት ያሰማልን በቤቱ ያቆይህ⛪⛪⛪
@user-yc5xd8sr5q
@user-yc5xd8sr5q 2 жыл бұрын
Baga ayyanna ji,aan yaddattame waggan kabajamee oluun isin gahe Fuula kee dura, yaa Waaqayyo, ifa jireenyaa keessas akka ani deddeebi'utti, ati lubbuu koo du'a, miilla koos gufuu oolchiteetta.” Far. 56:13 🎻🎻🎻🎻🎻🎻🎻🎻🎻 Ani namoota keessatti sin galateeffadha, yaa gooftaa, saba lafa irraa keessattis faarfannaadhaan sin jajadha;” Far. 57:9 🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤 Farfanna ergamoota isin haa dhageesisuu farfanna mira akkasu lafe jajjabeessuu dinna keenya dabilloos barbadeessu nuuf haa taasisuu amen
@zinuyeshawalij4561
@zinuyeshawalij4561 2 жыл бұрын
Amiin Amiin Amiin 👏
@waqayootikseekootii5834
@waqayootikseekootii5834 2 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen waaqqayyo goftaan faaruu ergamotaa isiin haa dhagesisuu ebifaama ✝️ 💒 ❤ 💖 💕
@truerelationship2513
@truerelationship2513 2 жыл бұрын
Waqayyoo goftaan sagalee jirenyaa sii haa dhaggesisu firo Kenya manasaa kessattii sii haa Qusatuu, Farfanna Ergamtotaa sii ha Dhaggesisuu 👏🏻
@He-emen
@He-emen 2 жыл бұрын
Waqqayyof galaanni ha ta'u 🙏🙏🙏sagalee Jireenyaa si ha dhagesisuu
@maariyaamhadhakoo5161
@maariyaamhadhakoo5161 2 жыл бұрын
Amen Amen Amen Farffanna Ergamoota sii kan miira kakaasuu kan lafee jajabessuu kan lubbuu Gamnachiisuu kan Diina keenya daabiloosii Gubee isaa barbadessuu siin yaa dhagesisuu ✝️ ✝️ ✝️ 👏👏👏👏🌻🌻🌻🌻❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@redetayalew1187
@redetayalew1187 2 жыл бұрын
ዳቆን ወንድማችን ዘመንህ ይባረክ በቤቱ ያፅናህ 🙏💒🙏
@yohannistade3665
@yohannistade3665 2 жыл бұрын
Firaol Waqayyoo sagalee jirenyaa SII Yaa dhagesisu ebifami 🤲 bara tajajilaa ketii siif Yaa dheresu
@denkinesholjira6166
@denkinesholjira6166 2 жыл бұрын
Argera Gaarumansa naairratti baayyate Amen Amen Amen
@yeshnu5718
@yeshnu5718 2 жыл бұрын
ትርጉሙን ለምትፈልጉ እኩል ባይመጣም.... አላጠፋም ብርሃኔን ውስጤ ያለዉን እሳት ተሰጦዬን አልቀብርም በ ቦታው እመልሰዋለው ቀርፀህ ድምፄን ለ ጆሮ እንዲመች አንተን ለመዘመር ነው የተፈጠረው ለ ሌላ አይውልም
@hawwiitube8900
@hawwiitube8900 2 жыл бұрын
Ameeen Waaqayyoo sagalee jireenya si haa dhagesisuu 🙏🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
@seenaaa586
@seenaaa586 2 жыл бұрын
Amen Amen Amen firoo koo bagaa nagaa nuu dhuftee waaqayyoo farafana ergamotaa kannaa mirraa kakasee lafee jajabesuu seexanaa barbadesuu sii haa dhagesisuuu firoo kenyaaa ♥️♥️♥️♥️💔💔💔🙏🙏🙏🙏🙏
@geexeediroo
@geexeediroo 11 ай бұрын
Farfanaa bayee namatii toluu farfanaa ergamootaa sii dhagesisuu obboleessaa kenyaa ❤🎉 🙏⛪⛪⛪🤲🤲🤲
@firiiorokush4671
@firiiorokush4671 2 жыл бұрын
Amen faaruu ergamootaa si yaa dhageesisuu Firoo keenyaa ebbifaami bara jireenya kee waaqayyoo siif yaa Eebbisuu 🥰😍❤️
@tigistweyessa7092
@tigistweyessa7092 2 жыл бұрын
What a blessed and beautiful mezmur!!! God blesse you!i am very happy welcame to your Born ETH Orthodox Twahido Home !!!
@hannayoutube
@hannayoutube 2 жыл бұрын
Amen Amen Amen waaqayyoo goftaan farfanaa ergaamootaa isin ya dagesisu bara tajajila keessaan isinif yaderesu Amen 🥰🥰🥰🥰🥰
@simalee8092
@simalee8092 2 жыл бұрын
Ameen ameen ameen waaqayyoon faaru ergamtoota sihaa dhageesisu eebifamii obolleessa keenya jajabee firii tawahido 💒💒💒🙏🏽🙏🏽🙏🏽🥰🥰🥰🥰🥰
@derartusegni4580
@derartusegni4580 2 жыл бұрын
Amen3* sagalee jireegna SI yaa dhagesisu,motumma Isa dhalchisu,umuri tajajilumma Kee yaa dheressu,faruu ergamoota SI yaa dhagesisu,
@user-kv1qd3cv2o
@user-kv1qd3cv2o 2 жыл бұрын
አሜን አሜን አሜን ዘማሬ መላክትን ያሰማልን ዉድ ወንድማችን 🤲🤲🤲እግዚአብሔር አምላክ ጠጋሁን ያብዛልህ
@dararatutube3309
@dararatutube3309 2 жыл бұрын
Bagummaa kenyaa tatee firo koo waqayyoo lafaa irraati yaamatu maqaa isaa sami irraati dhalatu matummaa isaa isa saa haa taasifatu sagalee jirenyaa sii haa dhagesisuu manaa isaa keesaati haa qusatuu ⛪❤❤
@beezaatube5553
@beezaatube5553 2 жыл бұрын
Baga nuuf debitee dhugumati baga waqayyoo mana isaati si debifatee nuuf jiradhuu bara tajajilaa kee sinif haa dherreesuu Guutummaan biyya lafaa WAAQAYYOON faarfadhaa, fayyisuu isaas guyyuma guyyaatti himaa! 1ffaa Sen. 16:23*_⛪☝🏻 🎤🎻🎤🎻🎤🎻🎤🎻🎤🎻🎤 🎤🎻🎤🎻🎤🎻🎤🎻🎤🎻🎤 🎤🎻🎤🎻🎤🎻🎤🎻🎤🎻🎤 *_Ameen farafana ergamotaa kan Dinaa kenyaa dabilos gadisisuu kan lubbuu kenyaa boqachisuu kan waaqaa kenyaa gamachisuu nuu haa dhagechisuuAmen Amen Amen_*
@ayinebogale5679
@ayinebogale5679 2 жыл бұрын
Adaraa video isaa bustani hin maxasina share godha malee
@zemarityeromtube
@zemarityeromtube 2 жыл бұрын
ተውዳጅ ወንድሜ የሚደንቅ ፀጋ ነው ያለክ ዘምንክ በቤቱ ይልቅ ❤❤
@mabrettube3643
@mabrettube3643 2 жыл бұрын
Kennaa koo hin awaluu bakkeetii debisaa Ani jechaa qabuu waqayyoo goftaa bichaa sii ebisuu farfannaa ergamotaa sif haa dhagesissuu jajabee kenyaa bara jireenya keeti fararfaadhu maqaa leliisii nutis namaa faruu kee dhagefaate boqonna lubbuu argatuu nu haa tasisuu 🤲🤲🤲✝️✝️✝️Ameen Ameen Ameen
@buzubarecha1193
@buzubarecha1193 2 жыл бұрын
Waaqayyoo gooftaan farffannaa ergamootaa si haa dhageessisuu bara tajaajilakee nuuf haa dheeressu kanuma irratti kennakee siif haa dabaluu waaqa si nu deebisee farffannakee nu dhageessiseef galannii teessoosaa irratti haa qaqqabuu uuuuuuuuffff dangaa dhabeeka gammachuunkoo ♥️🙏♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
@waqayyooabdiikootti5661
@waqayyooabdiikootti5661 2 жыл бұрын
Amen Amen Amen Farafana ergamota si yaa dhagesisu obbollessa kenyaa ebifamii 🙏🙏🙏🙏🙏🙏💐🌹🌹🥀🥀🥀
@bulanemera8612
@bulanemera8612 2 жыл бұрын
I'm protestant, but blessed with this spiritual song. May God bless you🤝
@seenaabadhadhaa6862
@seenaabadhadhaa6862 2 жыл бұрын
Welcome jabaa kenyaa ebifamii waqayyoon sagalee jirenyaa issin yaa dhagesisuu farfanna ergamoota issin yaa dhagesisuu barsisaa kenyaa
@handariitube1488
@handariitube1488 2 жыл бұрын
arjummaan isaa narratti baayyate argeera narratti baayye Ameen dhugaadha Leenca tewaayidoo
@astermichael3363
@astermichael3363 2 жыл бұрын
ወንድሜ እመብረሀን እንኳን ለዚህ አበቃችህ። በጣም ልብ የሚነካ መዝሙር ነው። ዝማሬ መለአክት ያማልን።ተባረክ በቤቱ ያፅናህ።
@user-gx1tv1bf6g
@user-gx1tv1bf6g 2 жыл бұрын
አሜን ዝማሬ መላይክትን ያሰማልን 🙏🙏🙏ebbifami firoko 🙏🙏🙏
@firaolteklu
@firaolteklu 2 жыл бұрын
Ani Amantiin koo Ortodoksiidha, garuu Faarfannaa Firoo baayyeen Jaalladha Eebbifami Firookoo
@oliifanabdannaahirphaa4092
@oliifanabdannaahirphaa4092 2 жыл бұрын
Qartee sagalee koo akka gurraaf tolu Si faarsuuf umamee waan biraan hin Oolu! Waaqayyo faarsaa ergamootaa si haa dhageessisu firo!
@user-sz7gp6jk2v
@user-sz7gp6jk2v 2 жыл бұрын
አሜን አሜን አሜን ዝማሬ መላእክት ያሰማልን 💟✝️🙏
@user-ky9ys2ec7g
@user-ky9ys2ec7g 2 жыл бұрын
አሜን ፫ ቃለ ህይወትን ያሰማልን
@jituuoromiyatubejj2309
@jituuoromiyatubejj2309 2 жыл бұрын
Waqaayoo sagalee jireenyaa siifi dhechisuu hangaa dhumati ❤️💚💛🙏gooftanqulqulluu Gabar'eel irraa adda hin banee bara Tajajilaa keessani sinfihaa dheeresu gooftan 🙏🙏🙏💜❤️
@sifantaroo330
@sifantaroo330 2 жыл бұрын
Waqayoo Gofitaan Sagalee jirenyaa bara bara sih Dhagelichisuu Ebifamii Faruu Ergamootaa sih Dhagelichisuu Ebifamii Fiiroo😍😍😍😍❤️❤️❤️❤️
@arsematube3638
@arsematube3638 2 жыл бұрын
አሜን አሜን አሜን ዝማሬ መላዕክን ያሰማልን።
@meskarammeskaram1779
@meskarammeskaram1779 2 жыл бұрын
ኡፍፍፍፍፍፍፍ ዝማሬ መላእክትን ያሰማልን ወድማችን
@ayantudida3263
@ayantudida3263 2 жыл бұрын
Ameen ameen ameen 🤲🤲🙏🙏Ebifamii firoo koo bayyeee sijalanaa waqayyoo sagalee jireenyaa sa dhagesisuu dhaltuu motummaa isaa satasifatuu💟💞🙏
@Yasinbula32
@Yasinbula32 2 жыл бұрын
Hin dhaamsuu bifa Koo ibiddaa na keessaa Kennaa Koo hin awwaaluu Bakkattan deebisaa Qartee sagalee Koo Akka gurraaf toluu Si faarsuuf uumamee waan biraaf hin ooluu Ililiiiiiliiiiiiiiiiiiiiiiii
@ebisemosisa210
@ebisemosisa210 2 жыл бұрын
እግዚአብሔር ፀጋውን ያብዛልህ ፊሮ🙏የእግዚአብሔር ቤተሰቦች አበረታቱት share like በመድረግ✝️❤
@tube3009
@tube3009 2 жыл бұрын
😭😭😭 ዘማሬ መላክትን ያሰማልን
@farfatuufirewootasffaa2922
@farfatuufirewootasffaa2922 2 жыл бұрын
Uuuufffff Faarfannaa Ergaamoota siihaa dhagesisuu Umuri tajajilumaa kee Siifii haa dheresuu Obbollessaa keenyaa
@warqiyeeyeemariyamiilijii7896
@warqiyeeyeemariyamiilijii7896 2 жыл бұрын
uuuuuuufffff 😭😭😭firoo kenyaa Jajabee firii Tawahidoo Waqayoo Goftanii Saglee jirenyaa Sihaa dhagesisuu jabaa kenyaa Nufii Ebbifamii ❤️❤️❤️❤️
@destaabebe2602
@destaabebe2602 2 жыл бұрын
waqayyoo gooftaan Farfanna ergamootaa siiyaa dhagesisuu Gooftaan Manaa isaa keesatiyaa qussatuu💐💐✝️✝️⛪️💐💐
@hawiitube2479
@hawiitube2479 2 жыл бұрын
Amen Amen Amen 😭😭👏🥰
@saroon3703
@saroon3703 2 жыл бұрын
Yaa waqayoo koo laphee kee qulqulluu wan ta'ef gallatomii mucaa kana ijoolumaa kooti kassee farsaa isaatin minya'aa amantaa godhadhee har'alee kuno itti si debifatee abban dhifama koo waqayoo baraa kee sif haa ebbisuu farfanaa kee kadhana irraa waraa fagatee qalbii jijiraan ittii debisaa goftaa koo jabadhuu bayyachuun qormsaa dinaa manasaa si hin fageesiin🥰🥰🥰🥰❤❤❤❤
@weyeneshetrata1604
@weyeneshetrata1604 2 жыл бұрын
AMEN AMEN AMEN ebifamii sagale jirenya bara bara sadhagesisu kode mottumma isaa sadhalichisu obbollesa keenya
@hilt9788
@hilt9788 2 жыл бұрын
Waaqayyo Kennasa Siif Haa Dabalu Firo Keenya Gara Fulduraa Afaan Dandessu Hundaan Saba Kee Tajaajili 🙏🙏🙏💒💒💒
@amen5907
@amen5907 2 жыл бұрын
Amen Amen Amen ebifamii waqaayoo sagalee jirenyaa siyaa dhagesisuu baay'eeni si jalaadhaa❤😘😍 jajabee tawhidoo koo
@tawayidoamantakoobarabaran5076
@tawayidoamantakoobarabaran5076 2 жыл бұрын
Waqayyoo bagaa sii gargaree firroo jabbaa keenyaa Farfanna ergamtoota sii haa dhageesisuu mana isaa keessaattii sii haa Qusatuu 🏫🕯🕯🕯🤲🤲🤲nuf jabadhuu ❤
@zanaboukebede1095
@zanaboukebede1095 2 жыл бұрын
Bagaa nagaan dhufte obolesa kenya waqayyoo sagale jirenya si haa dhagesisu ✝️ 💒 ❤ 🙏
@kiyyaashawwaa6044
@kiyyaashawwaa6044 2 жыл бұрын
Dhugaa keessaa namaa sseenaa waqayyoo sagaalee jireenyaa si hadhageechisii jireenya baraa baraa si hajirachisii waqayyoo si ebbisuu ebbifamii 🙏🏽🙏🏽🙏🏽🙏🏽🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻❤❤❤❤❤❤❤⛪⛪⛪⛪⛪💒💒💒💒💒💒💒
@yanetnigusuu1615
@yanetnigusuu1615 2 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen waqqayyo sagalee jirenyaa sii haa dhagesisuu firee tawahidoo koo kanumaa calaa manaa isaa kessaa sii haa qusatuu 💒💒💒💒💒📖📖📖📖😘😘😘😘😘😘💐💐💐💐💐💐💐💐💐
@masarathdxb6105
@masarathdxb6105 2 жыл бұрын
Uuuuuuuuufffff firoo keenyaa akkatii sii jalanuu Gooftaan nuu calaa sii haa jalatuu duraa akka issaa farisitufi sii jalatee sii filee sagalee jirenyaa bara baraa dhagahii jalatamaa keenyaaa❤❤❤❤❤❤❤😍😍😍😍😍
@denkinesholjira6166
@denkinesholjira6166 2 жыл бұрын
Sagalee JIireenyaa si haa dhageesuu ,Firo sijaalanaa Baga.....
@aynalemmenagistu9171
@aynalemmenagistu9171 2 жыл бұрын
Amee ameen ameen ebbiffamii freekoo🙏❣️❣️saggalee jirenyaa sii haa dhaggeessisu dhalltu moottummaa isaa sii haa tasisuu Bara fi jirenyaa kee haa ebisuu
@buzeeyemaariyaamlij3492
@buzeeyemaariyaamlij3492 2 жыл бұрын
Uuuufffeeeeee kaaa Qabeenya keenya Kenna Tewahedo Kabajama keenya farfanna ergamoota siin haa dhageesisuu❤❤❤❤❤💔💔💔💔💔💔
@obsemulugets9866
@obsemulugets9866 2 жыл бұрын
❤❤❤🥰🥰🥰🥰waqayyo sii haa ebbisuu firoo
@user-yj9zc5ce4p
@user-yj9zc5ce4p 2 жыл бұрын
Farafanaa ergamotaa sii haa dhagechisuu obollesaa keenyaa ♥❤dhugumatii bayeee dasssii namaa jedhaa galataa waqayoo manaa isaa quluquluu kesatii sii haa qusatuu waqayoo umrii jireenyaa sifii haa ebisuu ameen jabadhuu firoo keenyaa♥❤
@kennamaariyaam4968
@kennamaariyaam4968 2 жыл бұрын
Dhugumaa dhugaati waaqayyoo gooftaan sagalee.jireenyaa isaa dhageesisuu baraa Tajajilaa kee siifaa dherreessuu eebbifamii firo keenyaa 🤲😢
@jimojimo3148
@jimojimo3148 2 жыл бұрын
AmenAmenAmenAmen🤲🤲🙏🙏 AmenAmen waaqayoo gooftaankenyaa farfanaa ergamotaa siin haa dhagesisuu Obooleesaa kenyaa ebifami waaqayoo siin haa ebisuu.🙏🙏🙏🙏✝️✝️💒💒💒💒🌷🌷🌷🌷🤲🤲🙏🙏🙏🙏
@genetgenet1383
@genetgenet1383 2 жыл бұрын
Uuuuuufffff Firrooooon Ebifamaa kirolee sagalee Sinboo qabeessaa keenyaa ijaaaaaaaa Ijollee TAWAYIDO faruu ERGAMOTAA nuuf dhaga'ii Galata WAQQAYYOO kan sii nuu badhasee👏👏👏👏👏👏😭😭🕊🕊🕊🕊
@kiyyawallaggaa2239
@kiyyawallaggaa2239 2 жыл бұрын
Firoo imiman ko furamata argate kenna tewado ko waqayo farsaa ergamota siha dhagesisu 💖💖💖⛪⛪⛪🙌🙌🙌❤️❤️❤️
@shagituwmikaahel5667
@shagituwmikaahel5667 2 жыл бұрын
Ameen ameen ameen eebbifamii kennaa tawaahidoo jajjabee ortodoksii🙏🙏🙏🙏⛪️⛪️⛪️🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@AaAs-zo8ir
@AaAs-zo8ir 2 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen Farfannaa ergaamoota siif haa dhagesisuu baraa tajajilumaa kee siif yaa dheersuu dhaltuu motummaa isaa sii haa taasisu kanuma caala icciiti isaa sii haa ibsu mana isaa keessatti si haa qusatu ebbifamii Firoo koo⛪✝️🙏🙏
@alemitubirhanu4300
@alemitubirhanu4300 2 жыл бұрын
Waaqayyoo mana isaa kessatti sii nuuf debbisef galani haa ta'u firoo koo Waaqayyoon mana isa kessatti siihaa tiskuu akkamitti sagaleeke qufuu dadhabuu sababni isaa faruukee dhageefachan mana isaati guddadhe wan kessakoo Amantif cimsiitefii⛪🤲🤲🤲
@tadelusaga8315
@tadelusaga8315 2 жыл бұрын
Ameen ❤️❤️ Waaqayyoo si wajjin haa ta'uu firoo keenyaa ❤️❤️
@boniimotuma2461
@boniimotuma2461 2 жыл бұрын
Ameen x3. Waqaayyoo faruu ergamotaa si ha dhagesisuu baraa tajajilaa Kee ha dheressuu manasaa kessatii si ha qusaatuu guyyaa dhufatisaatii waregaamaa isxifanosifi yohanis cuphaa wajiin si ha dhabuu taree qulqullotaa. Ebbiffamii dachaa dachaa.
@sifaanoromia913
@sifaanoromia913 2 жыл бұрын
Sagaalee jireenya sii haa dhageesisu mana isaa keessati cimsee sii haa dhabbu❣️❣️❣️❣️❣️🙏🙏🙏💒💒💒💒💒💒
@ebisamarara398
@ebisamarara398 2 жыл бұрын
Faaruu Ergamootaa si haa dhageessisu dhaaltuu mootummaasaa si haa taasisu baga nagaan nuuf dhufte Firoo keenya
@bezakulu8683
@bezakulu8683 2 жыл бұрын
Farfannaa Ergamoota siyaa dhageesisuu Obbolleessa Waaqayyo hundaa ni dandaa'a 🙏🙏🙏🙏📖
@zinashjifara1392
@zinashjifara1392 2 жыл бұрын
Ameeeeeeeeeeeeeen kodee firoo koo ebifamii hundumaa kenyaratii yaa bayatuu ararii isaa
@waqayyoosodachuuogummaatti7908
@waqayyoosodachuuogummaatti7908 2 жыл бұрын
Goshiiiiii waqayyoo sagalee jirenyaa sii yaa dhagesisuu bagaa nagaani nuuf dhuftee obblesaa kenyaa ❤️❤️❤️
Faarfannaa Firaa'ol moosisa bakkaa tokkottii
25:00
Biree Show
Рет қаралды 127 М.
I wish I could change THIS fast! 🤣
00:33
America's Got Talent
Рет қаралды 102 МЛН
ROCK PAPER SCISSOR! (55 MLN SUBS!) feat @PANDAGIRLOFFICIAL #shorts
00:31
Wait for the last one! 👀
00:28
Josh Horton
Рет қаралды 133 МЛН
JIREENYADHA. M/K/O/T/ Itoophiyaatti Faarfannaa Afaan Oromoo Hangafa Far.D/N Firaanol Moosisaatiin
8:13
Firanol Mosisa ሊቀ መዘምራን
Рет қаралды 87 М.
#new🔴H/F Dn Firaanool Moosisaa_Waa'ee Gochaa keetii
9:09
Guyyaa Shantammaffaa
Рет қаралды 907
Fiilmii Dookimantarii Ortodooksii Oromiyaatti
30:18
Waldaa Duuka Bu'ootaa
Рет қаралды 13 М.
FiB: Faarfattoota Orthodooksii fi Proteestaantii(Jan.07,2022) Finfinnee
52:47
Tenantenam Qedus
6:12
Zerfie Kebede ዘርፌ ከበደ
Рет қаралды 585 М.
I wish I could change THIS fast! 🤣
00:33
America's Got Talent
Рет қаралды 102 МЛН