Obboleessa Keenya Jamaal Usmaa'il fi Obboleettii Teenya Biiftuu Abdallaa aadaa teenya tan laafteef lafee taatanii jirtanii hedduu Galatoomaa isin deeggarraa jabaadhaa sirboota aadaa keenya yeroo yeroon akka nuuf gad dhiiftan abdii isinirraa qabna. Jabaadhaa Our brother Jamal Usma'il and our sister Biiftuu Abdallaa who have been the bone of our weakened culture Thank you so much for your support. Be 💪 💪 💪
@baaduTube Жыл бұрын
Yaa obaleesaa koo Jamal usmaail jabadhuu siirbaa kee baayeen dhaagefachuu fadhaa an baduruu ahmad
@AbdiiCiroo-c4c2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@musanegeso3045 Жыл бұрын
From Madagascar ❤❤❤
@ismailahmed794 Жыл бұрын
Woow woow Nuuf jiraadhaa lencota keenya qaqqaalii
@fuaadm50902 жыл бұрын
Brilliant work 😍 jabeeysaa Aadaa warra keenyaa
@deremoti2 жыл бұрын
Wow 👏 sirba hedduu bareeda gudadhaa from 🇺🇸
@artanasaliyyii2 жыл бұрын
Maatii naafiis ta ii waan ofii koo maaloo kottu kaa