Bilbila isi geyseefi fatiya dhifama na godhu diddee mana isiti nu ariite 😭

  Рет қаралды 38,086

Ogeesa Jalala

Ogeesa Jalala

Күн бұрын

Пікірлер: 180
@FandishAbdallah-q5y
@FandishAbdallah-q5y 3 ай бұрын
Fatiyaa dhuga Rabbii obsa hin qabdu attii
@HawaiiBaalee
@HawaiiBaalee 9 ай бұрын
Absee miskinaa wlh ❤❤❤ way fatiya dhifama godhifi waliraa bareduu hamtun isin hin argin
@senaahassiii1694
@senaahassiii1694 2 жыл бұрын
absee habibi wollahi heddu nama gariiridha garuu yeroo amma kana bilbilaa miti ilmo dhaleen pirank jettani wol madaala oltu bilbiili wan laftudha bar fatiha dhifaama kessumaan godhiifi wolla abssen heddu nama gariidha mashaallah jiraadhu ya obboleso
@mareshetymareyamelige1991
@mareshetymareyamelige1991 2 жыл бұрын
Mal
@Makiyaa-lx9ec
@Makiyaa-lx9ec 2 жыл бұрын
Dhifaamaa.atii.fatiyaa.maa.iyitaa.absee.namaa.gariidhaa.sutaa.dubbaadhuu
@kadijjaanasirnasir5236
@kadijjaanasirnasir5236 Жыл бұрын
Obsee miskinako Abshir 😭💔💔😭💔😭💔😭💔😭💔😭💔😭💔💔💔😭😭
@قدافلح-ع1ب
@قدافلح-ع1ب 2 жыл бұрын
Atti fatiyaa duniyaa fi jette obbolessa kee Akasi xiqessu bayye nama gadisisa wly wonti tuni duniyaa ta,u hin irafatin
@sanyiihajiiadamsadoo5255
@sanyiihajiiadamsadoo5255 2 жыл бұрын
Fatiyaa dhugaa Rabbii obsaa hin qabduu attii
@yaarasilijifiqiribichaa7204
@yaarasilijifiqiribichaa7204 2 жыл бұрын
Kkkkkkkk
@obsinantube6914
@obsinantube6914 2 жыл бұрын
Mati naaftayyi
@obsinantube6914
@obsinantube6914 2 жыл бұрын
Pls mat naaf ta.aa
@rosakejela1459
@rosakejela1459 2 жыл бұрын
Isatu sirrabalese garu adaaraakee dhiifama godhiifi lubiiyeekoo wali midhina
@bilisummaoromo1008
@bilisummaoromo1008 2 жыл бұрын
Abse miskina wallahi 😭
@jvhjg3224
@jvhjg3224 2 жыл бұрын
Masha Allhaa Masha Allhaa Masha Allhaa Masha tabarraklah
@qaamarhuseen2775
@qaamarhuseen2775 2 жыл бұрын
Absee obsii kee maashaallah yoo pirnk taahu baatee Ana gara na nyaate Fatihaa yoo dhugalee taahe ariifachu qabdu turee homa feedheyuu yoo taahe tasigaboytee suta jeete yeroo ini firii tahe gafachu qabda turee akkasuma badinsaa silikii yoo sii arisee sii daalanisise maale abseen jechaa haama ykn jecha badaa waan inni jedhe hin jiru natti fakkata yoo akka amma afaan keettin duubattu kan qofa yoo taahe garuu ofii duurafi siirrefadhu dafte hin Ariin obsaa horadhu 👌 Absiiyye obsii kee akka miidiyaa irraa argiinu kana yoo tahe maashaallah heedu namati toltaaaaa
@obsinantube6914
@obsinantube6914 2 жыл бұрын
Mati naaf tayyi maaloo
@bareduutube6066
@bareduutube6066 2 жыл бұрын
Yaa Allaah Obsaa kee Absee Mashaa Allaah Tabarakallaah
@قدافلح-ع1ب
@قدافلح-ع1ب 2 жыл бұрын
Mucatii Rabbii sii haa qajelchu wly uffe obbolessa qabdu Atti
@rabbiintokichaagabaraman8201
@rabbiintokichaagabaraman8201 2 жыл бұрын
Kkkkkkkk wayii silikin tun abbafi hadha kenanuu oliti nuu bufii
@hawioromtititube
@hawioromtititube 2 жыл бұрын
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Oromo kiyaa subscribe naf godhiiiiii
@bakerabdi7744
@bakerabdi7744 2 жыл бұрын
garuu dhifammaa jedhin irraa dedebi
@sanyiioromo1465
@sanyiioromo1465 2 жыл бұрын
Fatiyaa ofii hin gudisin atii pirak yoo sin jedhan dhifamaa godhii kaa amalaa badaa qabdaa amalaa kanaa sirefadhuu obsee namaa garidhaa Absee jiradhuu 🥰
@عبيني-ب7ن
@عبيني-ب7ن 2 жыл бұрын
Absee Rabbiin umrii si haa dhereessuu fatiiyaa sirii hin hojaanee attii dhifaamaa gaffaadhuu
@fatomaphone3265
@fatomaphone3265 2 жыл бұрын
Fati bilbila jete akkas tahu hin qabdu Absee nama obsa qabu 🤙🤙🤙🤙
@misraakimoo2792
@misraakimoo2792 2 жыл бұрын
Subahanalh dunyaa jtee hiarin
@lense5309
@lense5309 2 жыл бұрын
Abse ati hin barre malee mucattiin si jaallatti maaf silkii jalaa hin kaasnee?
@sanyiihajiiadamsadoo5255
@sanyiihajiiadamsadoo5255 2 жыл бұрын
Absee obsaa qabdaa mashaa allaah
@yunusumar8999
@yunusumar8999 2 жыл бұрын
Erga silkiin galtee isin lachuu wal qixxooftanii jirtuu dhiifama walii godhaa ijoollee biyya koo isin jaallannaa.
@naima279
@naima279 2 жыл бұрын
Haay maalii amriin 😁🥰🥰
@MyChannel-r8j
@MyChannel-r8j 2 жыл бұрын
kzbin.info/door/yKNBmwexE7h1hke4x0N7wQ channel kana subscribe godha
@hoormob6452
@hoormob6452 2 жыл бұрын
Dhifama godhiif fatu isiin namanutu murteesun rakkodha 🥲🥰🥰😥
@zamzamzamzam1363
@zamzamzamzam1363 2 жыл бұрын
Qormataa kuftee jirtaa Yaa fatiyaa wly qormataa akanaa iraa rabbin nuu haa bararuu 🤦🤦🤦🤦🤣🤣🤣
@yooyou3982
@yooyou3982 2 жыл бұрын
🤣🤣🤣🤣🤣😂😂😂😂
@medinahaji9709
@medinahaji9709 2 жыл бұрын
Waatu jira moo qormaanni akkam sahaa 🤣🤣🤣🤣
@naima279
@naima279 2 жыл бұрын
Qormata kuftee jirtaa fatiya 😁😁
@MounaMohamed-f5y
@MounaMohamed-f5y 10 ай бұрын
Abasee dhugaa dhifam gafadhu itbalesitjirt atii fatiya akanati owitu hiteyini anomginhugusilalu nama qabanotu nafakat ❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂😜😜😜😜
@snaapsnaap6970
@snaapsnaap6970 2 жыл бұрын
Ayiiii fatiha walahii heduu taka naarsiite uuuuuuuuuuffffffffffff
@jamiilamuhammad9753
@jamiilamuhammad9753 2 жыл бұрын
Masha Allaah Obsee
@ganaleeahmed9908
@ganaleeahmed9908 2 жыл бұрын
Fati fati jechuni issaa Siti hin dhagahamuu uuuuuuuffff yarabi onne akana jabduu Nafi ladhuu
@Tuffaahe
@Tuffaahe 2 жыл бұрын
Hebu gara nama balesaa waly Absee😢
@maammiiman590
@maammiiman590 2 жыл бұрын
Sagaleen mee hin dhagahamu
@chalataju4889
@chalataju4889 2 жыл бұрын
Abseen badii gudoo qabaa dhugaa isinis KZbin irratii bahuu hin qabduu turee osoo ana tahe isaa hin dhisuu turee 😭😭
@zamzamabdurahaman7579
@zamzamabdurahaman7579 2 жыл бұрын
Ee miiskiin jee abakenyaa she amiin ibroo saniifuu isiin Lachuu hedu taka namatii toltan
@obsinan-i3k
@obsinan-i3k Жыл бұрын
Rabbin si dhisuu yaa absee nama bochoftee
@hamdiyaseid5488
@hamdiyaseid5488 2 жыл бұрын
Kuwlwt taju heddu gaaridha❤️❤️❤️
@hamzuoroshow7782
@hamzuoroshow7782 2 жыл бұрын
Mucayyoon gowwadhaa Gowwaa akkan prank hin godhin ufii ajjeftii
@ashias9880
@ashias9880 2 жыл бұрын
Hy dhalaa silki jetee live batee himatee dhugaa inii dhiraa kun cimadhayyuu bagga fatanee anii wollaah waan hangaa prnki jibuu qabu inii kunii pirkni osoo tanee barumsaa ofi keessaa qaba
@naimamad5927
@naimamad5927 2 жыл бұрын
Anu bayee aree 😭😭😭😭😥😥😥💔💔💔💔
@sanyiihajiiadamsadoo5255
@sanyiihajiiadamsadoo5255 2 жыл бұрын
Iccii fatiyaa abboo hin iyyinii malii attii ergaa silkii kee sihii dhufee mafii iyyitaa ijolee balee haya'aa qabdii sutaa hasayii
@Oroomoo11
@Oroomoo11 2 жыл бұрын
Entuu balee sin jedhee fatiyaa
@sanyiihajiiadamsadoo5255
@sanyiihajiiadamsadoo5255 2 жыл бұрын
@@Oroomoo11 essa ree demii gafii debbi issii lalii bale robbeti
@Oroomoo11
@Oroomoo11 2 жыл бұрын
@@sanyiihajiiadamsadoo5255 Anii harargee sehaamee
@sanyiihajiiadamsadoo5255
@sanyiihajiiadamsadoo5255 2 жыл бұрын
@@Oroomoo11 lakii sikoo mandotii haragee mitii fatiyeen
@sanyiihajiiadamsadoo5255
@sanyiihajiiadamsadoo5255 2 жыл бұрын
Anii garuu oromoo kutaa 11 hundaa nii jaladhaa
@iFAA_Tube8
@iFAA_Tube8 2 жыл бұрын
Qormaata kufte jirta fatiya kalas😁😁
@aal3640
@aal3640 2 жыл бұрын
Asrwrwb Akkamii 💋💋💋❤️❤️❤️
@saadu7901
@saadu7901 2 жыл бұрын
Dhugaa rabbii sii diqisifadhaa obsee atii namaa obsaa qabudhaa fatuu heeduu takkaa sii jaladhaa Gaaruu bakkaa kanatii naa arsitee maalifi yoo dhiifaamaa sii gafataani goodhuu didaa kanaa hundaa garaa jabataa fatuu 😢🙄
@بنبتبنبنبتبتبتبت
@بنبتبنبنبتبتبتبت 2 жыл бұрын
Osoo dhugaan badee sin dhiftuu wallahii absee
@hamzuoroshow7782
@hamzuoroshow7782 2 жыл бұрын
kkkkk absee Mucayyoon fiqir siraa qabee jiraa
@mdomar9645
@mdomar9645 2 жыл бұрын
As wa wr wly ani dubartii dhirati iyituu jibaa anilee garuu dubartidha maa yoo suta hasytee hintal
@susujamal4542
@susujamal4542 2 жыл бұрын
Abseeyee Garaa Naa badeee
@kadijaashawa4226
@kadijaashawa4226 2 жыл бұрын
Bilbila jetee akan hin arini lubun namatu ni badii
@tube-rg2bv
@tube-rg2bv 2 жыл бұрын
as wr wb akam jirtan walahi ani kawulat nama gari sehun ture garu badu tau ishe aman arge no ati obolesa hin qabdu
@aanisho_official
@aanisho_official 2 жыл бұрын
Gaari gosa kam baanta
@maryemmaryem2709
@maryemmaryem2709 2 жыл бұрын
Mashaa allah Mashaa allah 💖 🙏 obsee gobazii Hitaallii maa akanaa goodhatii saha
@darartuushaddiin2543
@darartuushaddiin2543 2 жыл бұрын
Malu dhifama gafatee malii fatiya dhiama namaf hi gootuu
@jinajina4199
@jinajina4199 2 жыл бұрын
mee kesan lakofsa kawulati nergi wani gafadhu qaba maqa kiya dabotu
@fayoojalalaaharariiii7540
@fayoojalalaaharariiii7540 2 жыл бұрын
Wahundafuu baga nama waliin turtan agartee garuu fula duraaf barnoota sutuma walirraa demaa dhiifama waliif godhaa
@umuusinaf3127
@umuusinaf3127 2 жыл бұрын
Jaabaa dhaa masha allha
@rediiarsiiiloveyouoromoo1141
@rediiarsiiiloveyouoromoo1141 2 жыл бұрын
dhiirti toko, yo onnee ufii, irraa si jaalate, si qormaata, yo ati Qormaata san Dabarte, dabalee si jaalata, garuu yo ati Qormaata san kufte, Akuma wan si jaalatuu fakaata malee, onnee ufii kessaa, si baasa, garuu Aka si jibbe siti hin Himu,
@kadijakadu91
@kadijakadu91 2 жыл бұрын
Dhuga jete wolaahii
@ska6216
@ska6216 2 жыл бұрын
Wyiii gara namaa nyata absenn❤❤❤❤
@HalimaYaqub
@HalimaYaqub Жыл бұрын
As wr wb isiraa situu garaa nanytee😢😢
@bdreiabdreia6785
@bdreiabdreia6785 2 жыл бұрын
Abseyee atii Garuu fatiyaa Atii obollummaa Wollifi qaduu Haa kaan mitii (F%%%A atii Galaatomii
@hayatah7696
@hayatah7696 2 жыл бұрын
Malii silkii yoo badee bitamee bakka bu'aa Namiyu hin du'aa obbooleti kiyaa
@ashettatabaaiyyroobiyyo3889
@ashettatabaaiyyroobiyyo3889 2 жыл бұрын
Intalaa maqaa baalee himmataa maqaa nuun baleesiin Araba dheerattee fatiyaa sin baana😳😳🤔😏Eega silkii kee si fidan nama kabaji🙄
@snaapsnaap6970
@snaapsnaap6970 2 жыл бұрын
Ilmo dhiraa aks gotaa fatiha
@madiinakamaal
@madiinakamaal 2 жыл бұрын
Wallaah fatiyaan garaa namaa nyaatti miskina
@samiyaibrahim8800
@samiyaibrahim8800 2 жыл бұрын
Fatiyaa sii jaaltii maale wan birtifi mitii
@bashatube2045
@bashatube2045 2 жыл бұрын
Kkkkkkkk 🤣🤣🤣🤣🤣yaa fatiyaa hojii kee nyadhuu
@hasnaatub5477
@hasnaatub5477 2 жыл бұрын
Wallahii muchatiin sijalatii obsee folisaa siqabbaf cinqamee atii najallaa kasudinan jetii debitemoo wan atii dhallaa biraa biraa demtee setee siritii dhifamaa gafadhuu miskinaa jalalaa isillee bekifii hojiraa ollchii obsee dhifaman wajjii dhallan safudhaa sijalladhaa jetee ibsatee dandetuu uuufff
@bahargursum9221
@bahargursum9221 2 жыл бұрын
Aswrwb namni guyya tokko waliin nyatee. Wan xiqqa miti sutuma waliif galaa
@kadijaahmed2670
@kadijaahmed2670 2 жыл бұрын
Uuuuuuuuuu malii Naminii akkasii garaa jabatuu .wlh anii bilibilaa kiyaa hiriyanii tiyaa takkaa osomaa anii ittii fayyadamaa jiruu akkumaa tasaa .hamamatii najalaa gatee fulayuu ittii hin banee anii subahanalaa.isinii garuu duniyaafi jetee oboleessaa isii akkasii gotii 😭😭😭😭😭
@Hananhusen7532
@Hananhusen7532 2 жыл бұрын
Isitti mutessu hin qabdu akkati fide beyti iPhone hagam akka widdi taate namu hin beeka wan gootu dhabde KZbin irratii baate male badif natti hin fakkatu
@Oroomoo11
@Oroomoo11 2 жыл бұрын
Uuuuyyy fatiyaa malifii midiyaa dhiratii baftaa Astogifirilaa
@hawioromtititube
@hawioromtititube 2 жыл бұрын
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Oromo kiyaa subscribe naf godhiiiiiiiii
@بنبتبنبنبتبتبتبت
@بنبتبنبنبتبتبتبت 2 жыл бұрын
Baga firaa si baree inninilee
@Ikram-ns3lg
@Ikram-ns3lg Жыл бұрын
Absee fatiya wajiin dalagun siif gaah baqa
@RahaRoyal
@RahaRoyal 2 жыл бұрын
Simply she is in love with you bro. 😂
@gnetekebede9893
@gnetekebede9893 2 жыл бұрын
👌👌👌💯💯💯💪👍👍👍
@famiyakamil6018
@famiyakamil6018 2 жыл бұрын
Absee wlyi fatiyan nama miti ara bodaa jala dhabachu qabda silaa wan biraa iraa bachiftee akam si gootii
@kumaaorotubes2718
@kumaaorotubes2718 2 жыл бұрын
Aboo intalti numa intala
@kamaryahassan7851
@kamaryahassan7851 2 жыл бұрын
Wollah Abseen miskinaa dhiifamaa godhiif ani mucaatiin tun akkaanti dubbaatii jedhee yaade hin beeku dhiifamaa godhiif miskinaa wollah namaa akkaana hin argaatuu dhiiraa yeroo kana keessa Rabbiin isaa tokko qofaa adaa godhee
@Ansare79
@Ansare79 2 жыл бұрын
hay obse dubbisinga wal hiin taanee Ara please fixaagaa maali
@ashias9880
@ashias9880 2 жыл бұрын
Mucaa mataa Guduruu micayyoo marachitee kkk
@soreetube4407
@soreetube4407 2 жыл бұрын
Absee miskina walyi😭
@aleemanaima9489
@aleemanaima9489 2 жыл бұрын
Habibi
@madinamadinaa3065
@madinamadinaa3065 2 жыл бұрын
Intal jasba bibila jette akkana tataa lubbuu namatuu ni badi dunyiaa fiixee ganamti
@arifa3157
@arifa3157 2 жыл бұрын
She is in love with you I hope that is a prank
@derartumohammed4503
@derartumohammed4503 2 жыл бұрын
Uuuuu mucatin tuni wly garii miti oso wani fedhe bade akkasi hin dubatu
@bakerabdi7744
@bakerabdi7744 2 жыл бұрын
nutti isin jalana! jalala obboolummaa akkasumas isin hoordofanna! isin garuu hojji hojjatta irraatti waan waalitti isin muffachisu ta,uu hin qabbu!! hooraa bullaa!!!
@saboontuuarsiibaha9612
@saboontuuarsiibaha9612 2 жыл бұрын
Edaa amalii mucaatii akkuma yoo dirmaa loltuu sanii
@Samiira-dg7sq
@Samiira-dg7sq Жыл бұрын
farxiya gurage hamtudha atti
@darartuammee210
@darartuammee210 2 жыл бұрын
Fatiyaa Duran nama nagayan fakata a garu ati balagee
@dubaialain6213
@dubaialain6213 2 жыл бұрын
❤❤❤❤😍😍😍
@hawioromtititube
@hawioromtititube 2 жыл бұрын
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Oromo kiyaa subscribe naf godhiiiiiiiiiiiii
@maammiiman590
@maammiiman590 2 жыл бұрын
Isin yoomiyyuu taanaan wal loluun hin tahu an akka mataa kiyyatti kanaan ja'a
@Ikram-ns3lg
@Ikram-ns3lg Жыл бұрын
Fatiya an nama gariin si sahu turee
@HawaiiBaalee
@HawaiiBaalee 9 ай бұрын
🥰🥰🥰
@sumayaaisha9354
@sumayaaisha9354 Жыл бұрын
Jarana jaruman tun maltate badee wallhi yadee
@ganaleeahmed9908
@ganaleeahmed9908 2 жыл бұрын
Mali mucayoni akatii Gara jabatuu
@misraamisraa510
@misraamisraa510 2 жыл бұрын
Wayii fatii atuu ajiba qabdaa atii silkii jete akan jeta silki kan miti Lubuni namatuu ni batii
@darartuziyaad6934
@darartuziyaad6934 2 жыл бұрын
Fatiya maf akkati utalata atii midiyaa gumatii bate iya olta abseen walhi heduu miskina walhi ati afan bana hin olini tish nama arsita dhuga 🙂
@tube-rg2bv
@tube-rg2bv 2 жыл бұрын
abse ati duranu ishe walin wal baru ke hin barbane oke
@bashatube2045
@bashatube2045 2 жыл бұрын
Yaa absee hojii kee nyadhuu kkkkkkkk
@kadijaatub1018
@kadijaatub1018 2 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@hassanyaseen6620
@hassanyaseen6620 2 жыл бұрын
❤️❤️
@DarartuMbm
@DarartuMbm 2 жыл бұрын
Fatiyaa obsii kaa obsee namaa garidhaa
@darartuammee210
@darartuammee210 2 жыл бұрын
Ilma dhirati akatii qaqin
@hamzuoroshow7782
@hamzuoroshow7782 2 жыл бұрын
Kkkkkkkkkkkkk
@nazifaawol2419
@nazifaawol2419 2 жыл бұрын
Wooyo obse
@oromiya4633
@oromiya4633 2 жыл бұрын
Kkkkkkkkkkkkkkkkkkkk Kkkkkkkkkkkkkkkkkkkk 💔 ❣ 💕 💞 💘 💔 ❣ 💕 💞 💘 💔 ❣ 💕
Simaleen moote 🤣 challenge ajaa'ibaa taphanne
21:19
Ogeesa Jalala
Рет қаралды 4,3 М.
Onnee dhiiga dhaabde💔/ new short movie / @MyChannel-r8j
29:11
Ogeesa Jalala
Рет қаралды 129 М.
Жездуха 42-серия
29:26
Million Show
Рет қаралды 2,6 МЛН
요즘유행 찍는법
0:34
오마이비키 OMV
Рет қаралды 12 МЛН
24 Часа в БОУЛИНГЕ !
27:03
A4
Рет қаралды 7 МЛН
«Жат бауыр» телехикаясы І 30 - бөлім | Соңғы бөлім
52:59
Qazaqstan TV / Қазақстан Ұлттық Арнасы
Рет қаралды 340 М.
Kabajaa Hijaaba  public Prank
13:54
Marru show
Рет қаралды 109 М.
piraankii Ajaaibaa kadiirerratti
13:41
istiidiyoo Baadiyyaa
Рет қаралды 993
Piranki Aruuzaa Kutaa 3ffaa
24:40
Jafe Tube
Рет қаралды 105 М.
Caalafi caaltu : jireenya jaarsafi jaarti
16:26
Ogeesa Jalala
Рет қаралды 127 М.
ጽናት || ክፍል 13 II ፌርማታ ቲዩብ II fermata tube II SUBSCRIBE
32:36
fermata tube ፌርማታ ቲዩብ
Рет қаралды 153 М.
Жездуха 42-серия
29:26
Million Show
Рет қаралды 2,6 МЛН