Caalaa Gaaromsaa - Kuluula Ko - New Ethiopian Oromo Music 2019 [Official Video]

  Рет қаралды 2,293,006

GoldenRecordsWorldwide

GoldenRecordsWorldwide

Күн бұрын

Пікірлер: 941
@oro5tube455
@oro5tube455 3 жыл бұрын
Walaloo fi yeedaloodhaa eegalee , qindeessuu, miiksiingii viidiiyoon isaa muuziqaa aadaa Oromoo keessatti iddoo olaanaa kan qabudha. Wow! Sagalee fi onneen wallisichi ittiin sirbu ajaa'ibuma. Baatiiwwan dheeraaf dhaggeeffadhee quufuun dadhabe, dhugaa Rabbii!👏 👏 👏 👏 👏 👏 💘.
@betregiorgis23
@betregiorgis23 2 жыл бұрын
በጣም የሚያምር ስራ! ይሔን ወጣት ዘፋኝም ሆነ ድንቅ ብቃት ያላቸው ቆነጃጅት ተወዛዋዦች ሳያደንቁ ማለፍ ፈጽሞ አይፈቀድም! Cheers our brother and sisters!!!
@saniiwak3889
@saniiwak3889 4 жыл бұрын
Galatomii baye bayyee namati tolaa sagaleen kee galana dhuma fakataa jabadhuu I love you music oromiyaa jabadhaa
@siifaanliiban4660
@siifaanliiban4660 4 жыл бұрын
Caaliyyee sagaleen kee galoodhuma fakkatta jabaadhaa isin lachuu😍😍😍😍
@haadhabiyyaoromtiittilove7678
@haadhabiyyaoromtiittilove7678 4 жыл бұрын
Obbo Gaaroomsa saanyii akasii nuuf laachuun keessanif galata gudda qabduu Caaloo jabadhuu
@bestdrama3976
@bestdrama3976 4 жыл бұрын
የኛ ethio tube kzbin.info/www/bejne/aYLRomuVh6mlh5I
@chelkebekeneia3957
@chelkebekeneia3957 4 жыл бұрын
Jabaadhu
@yomifkumsisabededa3469
@yomifkumsisabededa3469 3 жыл бұрын
jabaadhu sanyii galaanaa obbolaaadhumaan diinatti guddattani! ammallee dagaagaa warri waraabeyyiin haa sin barani 100%
@lokohaji4781
@lokohaji4781 4 жыл бұрын
Kana caalaa jabaadhuu,baay'ee nu tolee.oboleesaa galanna. Sagalee kee kiloolee haa ta'uu
@bestdrama3976
@bestdrama3976 4 жыл бұрын
Loko Haji kzbin.info/www/bejne/aYLRomuVh6mlh5I
@ዋሎየዋነኝከዉቦች
@ዋሎየዋነኝከዉቦች 2 жыл бұрын
Garu oromon bayi naman tuqu aba sabir yodhfe Abba qebir wama male oromon maltu godhama hayon 🇧🇫💙🙏🤩🇪🇹🙏
@kadamtuudiniiislaam1440
@kadamtuudiniiislaam1440 4 жыл бұрын
Baredadha 🙏🙏🙏🙏 dhuguma O.G....maqaan abba waan walii fakkateef moo sagaleedha waan hundaafuu baga kenya tatee❤👈👍
@burtukaanb3734
@burtukaanb3734 3 жыл бұрын
Nuuf jabaadhu caalee koo obbollessa galanaa ilmaan oroomo sin jaalana nuf guddadha 👍
@amenujaleta7095
@amenujaleta7095 4 жыл бұрын
Sirba baayyee dhagefadhuu badhus'' Icitii Ergaa Sirbichaa" Bayyee jaladheera Caalaa I like You!
@tigistishawatube9225
@tigistishawatube9225 3 жыл бұрын
Amenu maati nafii taii mee saanyii koo
@hahhabvbahaj1257
@hahhabvbahaj1257 4 жыл бұрын
Barddaa akkaa galanaa bayee namatii tollaa sagalee kee jabadhuu baye si jalani
@rihanaasanyiijawarmohamaad1795
@rihanaasanyiijawarmohamaad1795 4 жыл бұрын
bayee bayee namatii tolaa nuuf jiradhuu sanyii oromoo koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💘💘💘💘💘💘
@samirajamal9147
@samirajamal9147 4 жыл бұрын
Wwwwwwww sagalen kee namatii tolaa akasii sanyii
@shumitmilkesso2139
@shumitmilkesso2139 4 жыл бұрын
Numatu walfi dhigaa wal jajjabbesaa oromoo Koo❤️💚❤️ sanyii gotaa😘
@ragasayusuf3465
@ragasayusuf3465 3 жыл бұрын
Bareda akka male caala koo
@girmahirpasa4025
@girmahirpasa4025 6 ай бұрын
Si'a baay'ee irra deddeebi'een dhaggeeffadhe.Quufuus nan dadhabe.Walaloof yeedaloo ajaa'ibaan hojjatamee sagalee kiiloleen kanaaf faayame.Mee yaa walaloo sirbichaa dhaggeeffadhaa?Anaaf sirboota jiran keessaa aartii Oromoo sadarkaa 1n ol fannisen jedha.Sirbi aboo!!Sittaa tolu!Baay'een si jaalanna kormakoo😍😍
@birhanebazuu5860
@birhanebazuu5860 4 жыл бұрын
Woow baay'ee namatti tolaa jabbadhuu leenca kenyaa
@bestdrama3976
@bestdrama3976 4 жыл бұрын
bire bazuu kzbin.info/www/bejne/aYLRomuVh6mlh5I
@ararsoalishu1548
@ararsoalishu1548 4 жыл бұрын
Aadaa oromoo agarsiisuu keessatti gahee taphattee jirta jabaadhu bro nat toltee jirta
@sabontuoromoo356
@sabontuoromoo356 4 жыл бұрын
Sirba kee dhageefadhee qufuu dadhabee itti fufi yaa jajabee koo👍👍👍👍👍🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷❤❤❤❤❤❤❤💚💚💚💚💚💚💚👄👄👄👄👄👄👄💝💝💝💝💝💝
@bestdrama3976
@bestdrama3976 4 жыл бұрын
hadhaa koo siyadee maloo kzbin.info/www/bejne/aYLRomuVh6mlh5I
@metisalale1005
@metisalale1005 4 жыл бұрын
Kode galano garomsa nori jene sagaleke akuma galanoti jabadhu baye bareda iti fufu 👍👍👍👌👌
@mucaakakuu8744
@mucaakakuu8744 4 жыл бұрын
Mee wàrrii musica kun sinitti tole like naa tuqaa qomookoo 💘💘💘💘👌👌👈👈
@zeytunarobi9309
@zeytunarobi9309 4 жыл бұрын
👍👍👍💓💓💓💓
@zeytunarobi9309
@zeytunarobi9309 4 жыл бұрын
Obleesaa.galanaa.sagalee.kee.nibaredaa.obolee.s.cimaa.qadhaa
@firehiwitlama9535
@firehiwitlama9535 4 жыл бұрын
Wowowowo gaaluu lammaffaan nuuf dhalatee bayyeen jallaadhee ani
@oromo9650
@oromo9650 4 жыл бұрын
Caaliyyee itti muddi ammas kaa akka keetii kana osoo 100000000
@muludhabbi8368
@muludhabbi8368 4 жыл бұрын
Wowo bayee baredaa jabadhuu Wana ofii sagaleni kee bayee bareda jabadhuu
@ketemasheshetu6868
@ketemasheshetu6868 4 жыл бұрын
Bareedadha jabaadhu 👍👍👍👍💪💪💪💪
@tegegntadesse8896
@tegegntadesse8896 4 жыл бұрын
dhugaa rabbii sirbi kun garaa namaa nyaata 100/100 siif kenneera jabaadhu sanyii ofii
@kiyaaoromoo4259
@kiyaaoromoo4259 4 жыл бұрын
Wowww oromtichaa jabadhuu👌
@tigistishawatube9225
@tigistishawatube9225 3 жыл бұрын
dibabbee maati nafii taii mee saanyii koo
@zawuditu6012
@zawuditu6012 4 жыл бұрын
Wwww bayyee das nama jedha jabadhu
@asliioromoo7831
@asliioromoo7831 4 жыл бұрын
Sagalleen kee bayyee namattii tollaa ❤
@roobsanmegersa7576
@roobsanmegersa7576 4 жыл бұрын
Jabadhuu leenca OROMOO umurii dheeraa jiraadhu galaanii Kee billisumaa dhugaa Sanaa haa ta'u
@farrdiimldtube8633
@farrdiimldtube8633 4 жыл бұрын
Bayee baredaa itii mudii oromoo koo like godha jajabesaa ❤🙏
@bestdrama3976
@bestdrama3976 4 жыл бұрын
Fardii ilmaa Walloo kzbin.info/www/bejne/aYLRomuVh6mlh5I
@chaltu3982
@chaltu3982 4 жыл бұрын
@@bestdrama3976 oboleyttii akkamii
@sabontuuwaallookaamiseesab3376
@sabontuuwaallookaamiseesab3376 4 жыл бұрын
Elliiiiiii👍👍💜💟💟💋💋💘💋💟💜
@Harmeejobs
@Harmeejobs 4 жыл бұрын
.
@mucaakakuu8744
@mucaakakuu8744 4 жыл бұрын
Atu hin bareda sanyi nama
@xajjuucaamara3195
@xajjuucaamara3195 4 жыл бұрын
Uuuuyyii baayee namatii toolaa jabadhuu calaa 👍👍👍
@ፍቅርቤፍቅርኢትዮጵያ
@ፍቅርቤፍቅርኢትዮጵያ 4 жыл бұрын
ዋውው ውድድድድድ ውድድድድድ sin jaldhaaaaaaaa😯😯😯😯😯😯😮😮😮🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@mahleteshetu55
@mahleteshetu55 3 жыл бұрын
Qomoo koo nuuf jiradhuu wagaa kumaa kumaa ❤💚❤💚❤💚❤💚❤
@hawigoogle282
@hawigoogle282 4 жыл бұрын
Galanaa xiqichaa❤❤❤❤
@HaHa-hq5eu
@HaHa-hq5eu 3 жыл бұрын
ccf
@tigistishawatube9225
@tigistishawatube9225 3 жыл бұрын
@@HaHa-hq5eu maati nafii taii mee saanyii koo
@KasimAman-c7e
@KasimAman-c7e 10 ай бұрын
❤ smart
@gannattolasaa6094
@gannattolasaa6094 4 жыл бұрын
Wayi sagalee kee ..... Hedduu namatti tolaa jabaadhu sanyii ofii♥💃🎵🎶
@bestdrama3976
@bestdrama3976 4 жыл бұрын
Kaayyoo kzbin.info/www/bejne/aYLRomuVh6mlh5I
@nourelhassan5235
@nourelhassan5235 4 жыл бұрын
💖💗💗💝💟👍👌
@nashanavasfayafi2601
@nashanavasfayafi2601 4 жыл бұрын
Jabadhu
@nashanavasfayafi2601
@nashanavasfayafi2601 4 жыл бұрын
👍
@welega2624
@welega2624 4 жыл бұрын
Baredadhaa jabbaadhu sabonaa keenyaa atti garuu obbolessaa galanadha MO?
@sablemi5987
@sablemi5987 4 жыл бұрын
Wal jajjabeessaa Ethioro❤️❤️❤️
@mza2884
@mza2884 4 жыл бұрын
Oromia not ethio oro. Wal jajjabeesa ijola Oromia.
@sumayajabal3575
@sumayajabal3575 3 жыл бұрын
haceeko
@naanneetyoutube4013
@naanneetyoutube4013 4 жыл бұрын
Galaanarra sagalee keetu bareeda
@frehiwatmulugeta6008
@frehiwatmulugeta6008 4 жыл бұрын
Wowww demtsek andegna😍😍😍😍😍
@rouzgeinjy5964
@rouzgeinjy5964 3 жыл бұрын
Biyaa ormaa keesaa yeroon jiradhuu sirbaa koo shubisatii hojii garii dha Sanyii koo ❤❤❤❤👏🏻
@sadiyanagayo8322
@sadiyanagayo8322 4 жыл бұрын
Calaa sagalee kee bayyee garii dha jabadhuu woronii sagaleeni isa garii jetanii like kena me
@duressatube3766
@duressatube3766 4 жыл бұрын
kzbin.info/www/bejne/pavHgYuYjd99j6c
@Harmeejobs
@Harmeejobs 4 жыл бұрын
.
@duressatube3766
@duressatube3766 4 жыл бұрын
@@Harmeejobs i reply , si sub godheera
@ሰቢና
@ሰቢና Жыл бұрын
Yaroo hedhuu itii sirbaa wly hedhuu jaladhee 🙏❤❤ bayee tolaa❤❤❤
@chaltujaldduutohme1746
@chaltujaldduutohme1746 4 жыл бұрын
Wow wow ijarraa hafi sabboonnaa koo naaf jiradhuu bareedaa
@xggdgagx8875
@xggdgagx8875 4 жыл бұрын
Anaa dhufuu leencaa akka Galaanaa Gaaroomsaa 😍😍😍😍💪💪💪💪💪💪baay'ee namattii tolaa jabadhuu sanyii koo
@sablemi5987
@sablemi5987 4 жыл бұрын
Sagalee galana goromsaa😲😲 Obboleessa????? 🤔🤔🤔🤔🤔 Qaqallii shawa oromoo koo😍❤️
@sabontuuwaallookaamiseesab3376
@sabontuuwaallookaamiseesab3376 4 жыл бұрын
Uuuuuuuffffff 💟💟💟💟💟💪👍💝💋💋💘💘💘💘💘💘💘💘
@taaduuintalaaabdiisaaabdis3858
@taaduuintalaaabdiisaaabdis3858 4 жыл бұрын
Wowowow saagaalee keesaan tookuuma baayee naamatii toolaa
@ababooababoo1849
@ababooababoo1849 4 жыл бұрын
Sagaleen kee kanuma gaalana fakkataa obbolesaa cimaa qabdaa jabadhu ❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚
@rihanaasanyiijawarmohamaad1795
@rihanaasanyiijawarmohamaad1795 4 жыл бұрын
dhugaa jetee sagaleen isumaa
@buzulove3075
@buzulove3075 4 жыл бұрын
Wow leencaa ilmaa dirree bay, ee bay, ee namatii tolaa jabadhu sagaleen kee moo Galanadhumaa uuuuff ijollee keenyaa 💕💕💕💕💕💯
@የዘላለምህይወቴድንግልእመ
@የዘላለምህይወቴድንግልእመ 4 жыл бұрын
ILove you too more Oromo 💚❤💚❤from tigray
@rudwaanahmed4495
@rudwaanahmed4495 4 жыл бұрын
💓💓👍👍
@tigistweyessa7092
@tigistweyessa7092 4 жыл бұрын
Thank you verymuch we love you too!💛❤
@firomsanhabtamu4363
@firomsanhabtamu4363 4 жыл бұрын
Love❤💚❤🇾🇪
@tigistweyessa7092
@tigistweyessa7092 4 жыл бұрын
@@firomsanhabtamu4363 ❤💚❤😘
@giinchiishawalixaadestakeb1436
@giinchiishawalixaadestakeb1436 4 жыл бұрын
የዘላለም ህይወቴ ድንግል እመቤቴ yene konjo egnam weeeeedddd duros enewodadalen enjii❤💛❤💪💪 shukorina walalina
@asamanuabarra8358
@asamanuabarra8358 4 жыл бұрын
Baayy ee barreeda haalumaa kanani ittii fufii jabaadhu ❤❤❤💚💚❤❤
@jituuoromiyaa3705
@jituuoromiyaa3705 4 жыл бұрын
woow baayyee Namattii tolaam Iike Iike Iike godhiif waarii koo sittii tolaa Jabbaadhaa #Oromoo koooo!!!!
@lensatasfayeeoromoo3160
@lensatasfayeeoromoo3160 4 жыл бұрын
Wowwwww sanyii motii bayee namati tolaa jabadhu mucaa biyyaa koo
@bontuutulamaa8409
@bontuutulamaa8409 4 жыл бұрын
Caaliyee fakaati Galoo qaxalee koo jabadhuu oromoo like mee Wali ajajabesiinuu ❤️❤️❤️❤️❤️❤️👌👌👌👌
@saramasri5160
@saramasri5160 4 жыл бұрын
Jajjabee koo bayyee namaatii tolaa jabadhuu jabaa ofii😍😘❤💚❤💚❤
@konjitgirma9647
@konjitgirma9647 4 жыл бұрын
Wowwww betam desimil zefanew ye gelana wwndim Berta ketilibat
@tamiratalemu4388
@tamiratalemu4388 4 жыл бұрын
Aboo ati obboleessa galanati moo akkami silaa sagaleen kee hedduu namatti tola jabaadhu hojii gaaridha.
@galglesidetyawyedingilmari3961
@galglesidetyawyedingilmari3961 4 жыл бұрын
Shawaa koo oromo koo 😘😘😘❤❤❤
@jemilatunna5276
@jemilatunna5276 4 жыл бұрын
Dhugaa sagaleen akkamiti wal fakkata biftuu gargaraa👍
@meemee2328
@meemee2328 4 жыл бұрын
baay'ee namatti tolla jabadhu sagalleen ketis bareedudha ❤❤❤💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪👍👍
@mucaakakuu8744
@mucaakakuu8744 4 жыл бұрын
Jiidhatti n hororanii warri baaburaa sesseqatte fudhatte qalbbii gaaf duraa lubbu kana si affeereraa dhageefadhu 🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷
@meemee2328
@meemee2328 4 жыл бұрын
Tole bareeduu koo anis siif Aferramee waan ofii koo Galatomii 🙏😍😍
@mucaakakuu8744
@mucaakakuu8744 4 жыл бұрын
Jabadhu intala warra shawaa 💕💕💕💕💕💕💕
@meemee2328
@meemee2328 4 жыл бұрын
@@mucaakakuu8744 atis Jabadhu sanyii 💔💔💪💪💪💪💪👍
@mucaakakuu8744
@mucaakakuu8744 4 жыл бұрын
💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕👌
@HwaidyFamily
@HwaidyFamily 3 күн бұрын
❤❤❤❤❤sii jalanaa nuu jabadhuu
@birqeearsiiasllaa698
@birqeearsiiasllaa698 4 жыл бұрын
Wowww jajabee koo bareduu ijolee oromoo koo ❤❤❤😍😍
@firaollulu9510
@firaollulu9510 4 жыл бұрын
bareeduu akka sagalee kee jabadhuuu qooomookoo
@dirreekokortube6485
@dirreekokortube6485 4 жыл бұрын
ilma akka obboleessaa bravo!
@geletanura2243
@geletanura2243 4 жыл бұрын
caalaa sagaleen kee sagalee Galaanaa ni caalaa atis isa ol akka hojjattu abdiin qaba jabaadhu korma koo...!
@motiurgesa4112
@motiurgesa4112 4 жыл бұрын
CAALIYEE JABAADHU GOOTA KEENYAA SI JAALALAADHA!!!!!!
@bareduusalaleesanyiitaddee1406
@bareduusalaleesanyiitaddee1406 4 жыл бұрын
Wwwwwooo bayyee namatti tolaa sagaleen kee sagalee galaana fakkata akka obboleessa galaana tatees refuun baree jabadhu sabona keenya 👌👌👌👌❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@media776
@media776 4 жыл бұрын
Naa dura laalee
@bestdrama3976
@bestdrama3976 4 жыл бұрын
OROMIA kzbin.info/www/bejne/aYLRomuVh6mlh5I
@urgessachala1955
@urgessachala1955 4 жыл бұрын
Jabaadhu! sagalee baay'ee baay'ee bareeddu qabda ,sirba kee baay'een jaalladha.
@orom150
@orom150 4 жыл бұрын
Obboleessa galaana gaaromsa ❤️👌
@bestdrama3976
@bestdrama3976 4 жыл бұрын
Yasribaa kzbin.info/www/bejne/aYLRomuVh6mlh5I
@ethiopiaethiopia672
@ethiopiaethiopia672 4 жыл бұрын
dhugaamoo??
@ethiopiaethiopia672
@ethiopiaethiopia672 4 жыл бұрын
😍😍😍❤💚❤
@bontuutulamaa8409
@bontuutulamaa8409 4 жыл бұрын
@@ethiopiaethiopia672 eyeen damaa koo
@seenaakoo2900
@seenaakoo2900 4 жыл бұрын
Dhugaa moo? Waaww
@seenaamadechaa6463
@seenaamadechaa6463 4 жыл бұрын
Woww bayyee bayyee namatii tolaa jabadhuu sanyii oromoo
@bikiladinka2781
@bikiladinka2781 4 жыл бұрын
Bayyee namatii tola Jabadhuu "Waan ofii"!!!
@monakk2219
@monakk2219 4 жыл бұрын
Wow sagaale gaalana obbolesa isati? bayye gaaridha jaabadhu waan ofii koo❤💚❤
@abdinaolajematube4453
@abdinaolajematube4453 4 жыл бұрын
leenca jabaadhu baay"ee tolaa sirbe keee!!!!!!
@mucaakakuu8744
@mucaakakuu8744 4 жыл бұрын
I love you shawa 💪💪💪👍👍👌👌💋💋
@samiramuhhabbaa4809
@samiramuhhabbaa4809 Жыл бұрын
wow wow wow 😳😳😳
@hamzeechanali4211
@hamzeechanali4211 4 жыл бұрын
Wwwwwww bayee toko namati tola ❤❤
@seemborak6238
@seemborak6238 4 жыл бұрын
Wowww caalee koo guddisaa galoo nufi bullii qaxalee koo ❤️♥️💝💟💪
@masaratalamuu377
@masaratalamuu377 4 жыл бұрын
Caalaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@liben298
@liben298 4 жыл бұрын
akkuma oboleessakee sagalee midhagaadha qabda, jabadhu leenca kiyya
@sabbontuuoromoowabbii9380
@sabbontuuoromoowabbii9380 4 жыл бұрын
Wowowo bayyee natii tolee sabonaa ilmaa Abba gadda itti fufii ❤️❤️❤️❤️❤️💪💪💪
@aynalemmy1298
@aynalemmy1298 Жыл бұрын
Wow bayee namati tola nufi jiradhu 💞💞💞💯💯💯🙏🙏💝💝
@kokokoko9789
@kokokoko9789 4 жыл бұрын
Dhuga keti hawani dhabun faraa ana qaba jalali keee yaaa qomooo KOyoojalalae hin qabane naa jaladhu adara sabonaaaaakooooooooooooodebin barabadaa hatataman
@chelkebekeneia3957
@chelkebekeneia3957 4 жыл бұрын
Sii.jalaadha
@evaeshetu6324
@evaeshetu6324 4 жыл бұрын
Wow 🔴💚sagalee ❤️waqumaraa argatan ijolen garomsaa 🔴💚 tokofadhaa ⚫️💚jaba kenaa jajabadhuu🔴💚🔴
@samiraabiyo7654
@samiraabiyo7654 4 жыл бұрын
Wowww caalaa sagalee kee akkuma obboleessa kee Galaanaa_Gaaromsaa bareedi😍😍😍😘😘
@tigistkebede1916
@tigistkebede1916 4 жыл бұрын
Wowww sanyii bayyee baredaa jabadhuu
@solanecamada4060
@solanecamada4060 4 жыл бұрын
obbolessa galana garomsati mucaa kuni sagale isaa bayee bareda
@bestdrama3976
@bestdrama3976 4 жыл бұрын
Feeban chemade kzbin.info/www/bejne/aYLRomuVh6mlh5I
@shamarifitala1572
@shamarifitala1572 4 жыл бұрын
Annsi hin bekku qas5
@princesselove4905
@princesselove4905 4 жыл бұрын
Eyyee obbolessa isatii
@takkoushcell1891
@takkoushcell1891 4 жыл бұрын
Eyyee
@Harmeejobs
@Harmeejobs 4 жыл бұрын
.
@samerashasheefree2931
@samerashasheefree2931 4 жыл бұрын
Oromoo koo bagumaa woli gallee mootummaalee yoo qabatuu dhabne ilove oromiyaa too😍😍😍
@sanyiihcaaluuhundeessa567
@sanyiihcaaluuhundeessa567 4 жыл бұрын
Wwoo oromoo koo akkasii malee ijoollee oromoo like qofa ples wal yaa jabesinu
@harmeekoolubbuu9980
@harmeekoolubbuu9980 3 жыл бұрын
wow sabonaa keenya sagale gallanaa garomisa fakkata jabadhu
@siifaansalaaleetube3777
@siifaansalaaleetube3777 4 жыл бұрын
Wowo sirbaa kan dhagefadhee qufuu dadhabee❤
@ejghayutashome899
@ejghayutashome899 4 жыл бұрын
Wowwww💖💖💖💖💖💖💖
@oromtitishaawakaabashaggar5503
@oromtitishaawakaabashaggar5503 4 жыл бұрын
Wowowowowwo bayee dasi namaa jabadhuu qeerroo oromo hatun sin aginii 🎤🎤🎶🎶
@peacemantube378
@peacemantube378 4 жыл бұрын
sirba ajaa'ibaati wallee kiyya! garuu galata keessatti maaliif obboleessake weellisaa Galaanaa Gaaromsaa hin caqasne? moo milkaa'inake kana keessaa qooda hinqabu inni?
@kinatokinato2846
@kinatokinato2846 4 жыл бұрын
Muuzaqa kee baay'ee namati tola Galatomi itti fufu very very nice.tank you so much in the future. Kan jalatani argachuu yoo walii eegani, hundafu deebi rabbi qofa ta'aa.
@tilahuntesfaye3370
@tilahuntesfaye3370 4 жыл бұрын
Brilliant and awesome
@ወለትሚካኤል
@ወለትሚካኤል 4 жыл бұрын
Woooooow baay.ee namati tola caliye jajjabe koo abdii sirra qabna
@oromoofamlyoromoofamly379
@oromoofamlyoromoofamly379 4 жыл бұрын
Jabadhuu calliyyee haadhoo galoo sagalleen kessaan uuuuufffff❤❤❤❤❤❤
@lomenegasa7095
@lomenegasa7095 3 жыл бұрын
💞♥️💖
@abduljebar2385
@abduljebar2385 4 жыл бұрын
Sagaleen kee galaanaa gaaromsaa tiin wal wal fakkaata jabaadhu baayee namatti tola 👌👌👌💪
@hanniilove1644
@hanniilove1644 4 жыл бұрын
Wwwww galoo lammafa😍😍😍
@bareeduushawwakaba8058
@bareeduushawwakaba8058 4 жыл бұрын
Dhuga bayyee nama hawata sirb kee jajjabesa mee oromo koo 😍😍😍 Sagalen kee obolesuma kee fakka😘😘😘😘
@dda8768
@dda8768 4 жыл бұрын
bareeduushawwa
@doftadofta6223
@doftadofta6223 4 жыл бұрын
Gaba galtee demani hin galte maa komatu wooooo duriyeti malaqaa ergani naa nyate maa komatu sudi Arabia iraa galatomi
@firaoldibisa7538
@firaoldibisa7538 4 жыл бұрын
Waan hojjetamuu qabu hojjette sitti haa baru!!!!!
Abarraa Indaalaa Dawo Instrument 2024
4:55
Abarraa Indaalaa
Рет қаралды 9 М.
Wabii Dhaabaa - Callisuu Burqaa - Ethiopian Oromo Music 2020 [Official Video]
6:46
GoldenRecordsWorldwide
Рет қаралды 4,5 МЛН
My Daughter's Dumplings Are Filled With Coins #funny #cute #comedy
00:18
Funny daughter's daily life
Рет қаралды 31 МЛН
Who’s the Real Dad Doll Squid? Can You Guess in 60 Seconds? | Roblox 3D
00:34
黑的奸计得逞 #古风
00:24
Black and white double fury
Рет қаралды 11 МЛН
Caalaa Bultume - WAGGADHAN NU GA'I - New Ethiopian Oromo Music 2019 [Official Video]
6:27
Margiitu Warqina - Amma Yeroon - New Ethiopian Music 2019 (Official Video)
6:24
Hope Music Ethiopia
Рет қаралды 4,9 МЛН
New *oromo* music🎶🎶 Caalaa Dagafa 2020
7:10
Siifaan Salaalee
Рет қаралды 50 М.
Filatamtu Koo
4:59
Release - Topic
Рет қаралды 1,1 МЛН
Gammachis Gurmeessa - Maa Sijarjaraa - New Ethiopian Oromo Music 2019 [Official Video]
5:45
Caalaa bultume yoosaan geetahun Andu'alam gosaa
17:47
Waliif Official
Рет қаралды 343 М.
BAACAA SILASHII - BIRRII TIYYA | New Oromo music 2024 (Official Video)
5:36
Dinqisaa Dabalaa: Roobashii ** Oromo Music New 2018
6:28
Oromp3
Рет қаралды 1,2 МЛН
My Daughter's Dumplings Are Filled With Coins #funny #cute #comedy
00:18
Funny daughter's daily life
Рет қаралды 31 МЛН