CAAYAA, Riqicha gocha rabbiin fudhatame, Kantiibaa Magaalaa Ciroo.

  Рет қаралды 30,526

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

Ай бұрын

CAAYAA, Riqicha gocha rabbiin fudhatame, Kantiibaa Magaalaa Ciroo.

Пікірлер: 150
@GGU900
@GGU900 Ай бұрын
Loon meeqatu magaalota oromiyaa hogganaa jiraa yaa rabbii ati saba kana qaqabi🙏🙏🙏
@seyefachewkassaye5658
@seyefachewkassaye5658 Ай бұрын
በእውነት caayaa ተመችታችሁኛል ምክንያቱም ሲቀረፅ ስላየሁትና እውነተኛ ጋዜጠኞች ስላጋጠሙኝ እንዲሁም የአቀራረብ ፍጥነታችሁ በቃ በርቱ እወዳችሁዋለው።ገና ጭሮ በላተኛ በዛባት እንጂ የት የምትደርስ አገር ነች ያውም የምስራቁን ሀገር የምታገናኝ።አጃኢብ ነው።ኒውዮርክን አለማስናቋ ።ሴንተር ላይ ናት።።።።
@gadissaterecha5915
@gadissaterecha5915 Ай бұрын
Gaaffiin akka amma Gaazexeessaan gaafachaa jirtu Gaaffii Ardaa Marii irratti Gaafatamuudha, Gaaffiin CAAYAAn ittiin beekkamu akkanaa miti, Abbaa fakaatuuf deebisaa Anuwaar haa gaafatu, garuu maaliif akka inni waan kana itti fufiinsaan hin gaafanneef wanti barbaadamu ifa innis ummanni nutti ka'a sodaa jedhuun, garuu ummata jalaa garam dhokatama, Hooggansi hirriiba keessaa akka dammaqu, Miidiyaan kan Hawaasaa akka ta'u, Mootummaan hojii ummataa akka hojjatu yoo barbaadame sagantaa kana Cimsaa Itti adeemaa, Sagantichas Qeeqa qofa osoo hin ta'in akkuma maqaan isaa ibsu "Caayaa" bakka warri waan gaarii hojjate itti mul'atus gochuuf yaalaa, Muuxannoo idil Addunyaas itti dabalaa, Galatoomaa!!!
@abebederessealemayehu
@abebederessealemayehu Ай бұрын
Best comment ever, hundumtu irraa haabaru
@kemalsufiyan2223
@kemalsufiyan2223 Ай бұрын
Saganta itti anu Magala Hirna Kota komi umata magala hirna qilensara olchaf magali hirna magala ciroo ira kilometera 45 fagati kanafu welcome Hirna
@AbrEm-md3bg
@AbrEm-md3bg Ай бұрын
Waa'ee harargee hasaawun jimaa dubbaachuudha malee kan ummaanni beelan dhumu jiru waan bira hasooftu
@nuredinashu2856
@nuredinashu2856 Ай бұрын
Hojiin gama Bulchiinsa magaalaan hojatamu baayyee dha, baayyeen isaatis hojatamee, hojatamas jira, garuu ani gaheen namoota komii kaasuu kun hoo maal akka tahee fii akkamiin qooda fudhachaa akka jiran caayaan gaafachuu qaba ture, maaliif jennaan balfi baayyeen kanuma abbootii warraa balfa kan oomishuun kan mana isaatii bahu too'achuu qaba ture, ofuumaa keenyaa qeyee teenya baleesinee, gaafa HEF mana mana deemanii barsiisan dhagahuu diduun arra namatti quba qabuun sirii hinta'u, hojii magaalaan hoojjatu isaaniif dhiisuun kan nutti irraa eegamu haa hoojjanuu. Magaalaan ciroo tan kantiibaa qofa ossoo hintaane tan jiraatoota magaalaa hundaa ta'uu hubannee gahee keenya haabaanu.
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Ай бұрын
❤❤ Beekumsii Eegumsaa Ogeeyyiin Saayikoloojii rafanii argituu/arginuu Dubbattu Humni dhageeffatu dhibeedha jaalallii Gamnummaan GazxMooneet Qooda bahikaa Qophii Qophii jaalalaa Eegumsaa ONN
@brekwarratulama
@brekwarratulama Ай бұрын
Kana hoggaansi qofti homaa gochuu hindanda'u.Ummaata udaan isaa mana jalaatti hagu barsiisuun barbaachisaadha.Ykn abbaa balbala isaa dura balfa buuse qarshii kanfachiisuun humna namaan kaasuudha
@user-tn3km9ou8c
@user-tn3km9ou8c Ай бұрын
Galatoomaa nuraa sireesaa ciroo qullqulinaa hin qabnu😢
@robaosmael3831
@robaosmael3831 Ай бұрын
Caya without anewar is senseless
@user-rl2vp4jz6r
@user-rl2vp4jz6r Ай бұрын
Warra Caayaa akkam jirtu haalii itti dhiyeessa jirtaan bayee gaariidha. Rakkoo jiru kan birolee isiinf eruuf bilbilii keessan nuu erguu dandeessan galaatooma!!!
@furqaankaliifaa0950
@furqaankaliifaa0950 Күн бұрын
Jabaadhaa
@AbdiiMahamad-nh3dh
@AbdiiMahamad-nh3dh Ай бұрын
Dhugaa bayy'ee bayy'ee thanks you caaya very good Umataf hojachu jechun akkan gaa bayy'ee galatoma amale ummani rakko bayye qaba amale
@raamismedia8815
@raamismedia8815 5 күн бұрын
Kun dachi ummata samaa jira dhunfaa isaatiif
@ChaltuMohammed-jq2gt
@ChaltuMohammed-jq2gt Ай бұрын
Haqaa ummata keenyaa Rabbin wlhi wblhi ummani keenyaa rakkacha jira tokkorati maati Alaati Bate hangaa qabdu daaiman mani irrati digaame qora kessati dhumaa jiran hangaa qaban daaiman kun boru abdi biyya tan kan taahudha isaan harkaa qalleeyi meeqati taphachaa jiran
@mohammedraufshafi1864
@mohammedraufshafi1864 Ай бұрын
Hojii gaarii hojjachaa jirtu. Qoppii CAAYAA itti fufaa hanga Oromiyaa mara walgahutti. Jabaadhaa jajjabaadhaa isinirraa jaalanneerra.
@ayenewmebratu8478
@ayenewmebratu8478 Ай бұрын
Gaaffiin sirriidha!👏👏👏 deebbiin garuu quubsaas mitii soballee ni qaba
@HeydarMammdusen
@HeydarMammdusen Ай бұрын
❤❤❤❤❤walha gaffii baye nama gamchi 😂😂😂😂fitu
@LayyinMahaammad
@LayyinMahaammad Ай бұрын
Dhugaa dubbachuuf Buleen kantiibaa misoomawaa jaalala ummataa qabu ta'uun hubadhe . Garuu hojiin hafu danuudha....
@firomsaharun964
@firomsaharun964 Ай бұрын
Dhugaa keeti walhi an❤❤
@MuftadinEbrahim
@MuftadinEbrahim Ай бұрын
Arsii lixaa Gadab hasaasa koota rabbi jedha warra obn rakkoo keenya ijan argitani mootummaf dhiyeesitani waaqa jedha koota please😢😢
@yederawerqabenet
@yederawerqabenet Ай бұрын
Abo jabadhu Bulii kenya
@CookOut-zb1ck
@CookOut-zb1ck Ай бұрын
Fantastic!! What a show, really really thank you! By doing these you guys are helping our people, the administration of oromiya and Ethiopian government too!! No words! Please don’t stop this program!! Jabaadha!! Adraa Adraa
@ambayetesfaye270
@ambayetesfaye270 Ай бұрын
I appreciate the question of journalist but nothing is answered for the question rise by the journalist. I think '' the goat is here the stick is there '' I hope the zonal administration must take measure for this wrong doing.
@Oro634
@Oro634 Ай бұрын
kuniis hongansuma ofin jedha yaa rabbii.
@JabiirJabiir-pd6il
@JabiirJabiir-pd6il Ай бұрын
Magaalaan ciirookokeedhamalee miiliibadiiyaadhaa badiiyaawariisamaa jiiruujarakanaa badiiyaandhuumtee bariidhaawaguruujariikunii harkaanamatiin nyataniibekkii umaniidubatuudadhabee rabbiin godiiniikanaa gudaadhaa. . Miiliicafeedhaa mataatuu badiiyajiiraa harkaasaniiratii humaagsrtuu
@gudetaworkina
@gudetaworkina Ай бұрын
qophiin CAAYAA kun waan salphaa miti jara keenyaa. kanaaf akka salphaatti akka gaggeeffamu hi godhiinaa.
@YalewAyyaala
@YalewAyyaala Ай бұрын
Magalan ciroo silaa usoo irattii xiyefanee silaa magàla midhagdudhaa kunis garuu dañtaa dhabumadhaa
@Iftu-hn5zo
@Iftu-hn5zo Ай бұрын
Rabbumaa jedha magaalaa baddeessa koottaa karumaa gaafa daargii egalame hanga badhaadhina hin xumurami jiru tokkoo taajabdani galtanii kootta please obn
@abdulliitube8887
@abdulliitube8887 9 күн бұрын
Oromoon yeroo bilisoomne ju'utti wallaalaa Akkanaa mataarra kaayanii ummata jiruu jibbisiisaa jiru.
@ferhanabdiqadir8009
@ferhanabdiqadir8009 Ай бұрын
Mee Anawar
@DanielNegera-h3r
@DanielNegera-h3r 5 күн бұрын
Hawaasini illee akka bakka kennameef irraatti daldalatuf gaazexeesaan Caayaa gorsa dabarsuu qaba ture
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Ай бұрын
Eegumsaa Jaalalaa jibbaatii Mana Sirreessaa tayee=yaadachisii Waliin dhaabbii ni dursee Ardaa mariif walumaan Yaannis waraanaa qabeenyaa Eegumsaa DrAbiyyii Ahmed Dubbisi araraa waliin dhaabbii!!!hawaasaa fi kantibaa
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Ай бұрын
❤❤vertinerary Hubadhu Activist M/M DrAbiyyii Ahmed Dubbisi Eegumsiis jaalalaa qabamtee!!!
@fatemaafatemaa9123
@fatemaafatemaa9123 Ай бұрын
Esaa fidanii anawarii 😥💔
@JabiirJabiir-pd6il
@JabiirJabiir-pd6il Ай бұрын
Bafamoo balaadhaa waniisaduubajiiruujiiraa dubiituu ilmaraa abaafakataa fedhiigadiifagootuu jiiraabeynaa. Waanbekkaniif ragadhaqanii namawaan nyatuugartee waan udaanuuhiingafatanii
@wabiientertainment1252
@wabiientertainment1252 Ай бұрын
Nama waan beekne kan Daaddaan jedhe sanatu namticha kana wallaay
@kemalsufiyan2223
@kemalsufiyan2223 Ай бұрын
Please CAME TO HIRNA
@belebedaso
@belebedaso Ай бұрын
Caayan hojii bu'a qabeessa hojjachaa jiraa daran cimee itti fufuu qaba garuu yeroon qilleessaa qabameef komilee jiran dhiheessuuf gahaa miti waan ta'eef xiyyeeffannoon itti kennamu qaba.
@francies7859
@francies7859 Ай бұрын
ayiiiiiiiii maal imiman hiyyeessaa inuma isin dhisaa garu
@ademjemalabdosh
@ademjemalabdosh Ай бұрын
Rakkoo jimaa harargee mallifi hin dubanee hawaasnii harargee iddoo jimaa osoo hin ta'nee keelaa jimaa nuuraa kaasaa jechaa jiraan mallee iddoo ittii gurguuraamu hin dhabnee harargeen ??
@mahadiamir7525
@mahadiamir7525 Ай бұрын
Maalaqa jimma ittin qama'a bajani hin jiru jedhu
@JabiirJabiir-pd6il
@JabiirJabiir-pd6il Ай бұрын
Namnii osoohayamnii hiinjiiree osookarniinhiijiiree maleeyniiguramaa badiiyaamagalaa.badiikaniigareedhageenyee jatuundhagahee waraqunee tumaniiwaanfedhanii hiiraaguratanii.
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Ай бұрын
Caahaa OBN❤❤❤ Jaalallii Eegumsaa Jibbaanis ifaa ida'amuun/Daguu Eegumsaa dhoksaa Maaf barnaachisee Jaalallii Eegumsaa Saayikoloojii ittisaa gurruma Ashamaa harkiis haqa mootummaan biologist biruma Aswrwb/yooyyaa/ keessummaadha kantibaan Magaalaa Ciroo/Cairo ifaawrwrwb
@user-fs9xb6gl2d
@user-fs9xb6gl2d Ай бұрын
Walgahii xiqqeessa ummaata hojeedha
@SmartTube-dp6mf
@SmartTube-dp6mf Ай бұрын
Waaqa kadhachuu dha akka iddotti deebi'u
@hakimoabubaker8611
@hakimoabubaker8611 Ай бұрын
Anuwaar nuf godha
@CookOut-zb1ck
@CookOut-zb1ck Ай бұрын
Wow THIS PROGRAM MUST VISIT ALL CITIES!! OBN PLEASE JABAADHAA! Saaxiila baasa! All mayor must learn from mayor finfiinee! Adanech!!
@SelmanDeen
@SelmanDeen Ай бұрын
Ajibaaaaaaaaaaa😂
@user-fm7np1zr4y
@user-fm7np1zr4y Ай бұрын
Angoo raabiin namaf kaaneef hawwasaa midhuun gowuumaa gudaadha fii walalumaadha
@Cecislays
@Cecislays Ай бұрын
Wow obn wan ajaiba hojacha jira dura hedu jibu ture ama wan ajaiba hojacha jirtan
@abdulhafizumar
@abdulhafizumar Ай бұрын
Akataa yeroo gadeebie Haloo irraa bau yaadutti jiraa bar
@mehadimuhammed4118
@mehadimuhammed4118 Ай бұрын
deebiin kantiiban kunii kennaa jiruu hedduu nama dhukkubsa , akkanatti dhiiga namaatiin taphatee ammas bulchaa tahee itti fufaa. ????? heddu nama.dhukkunsa. kuni magaalaa mitii. afooshaa bulchuuf nitaha ?????
@mulewree
@mulewree Ай бұрын
gaaffiin kaantibaa kana gaafatamuuf dagatame tokko jira kaantibaan kun dhuguma magaalaa ciroo keessa jiraachaa jiraa? miidiyaa irratti waan gaazexeessaan gaafate irraa yaadannoo bareessaa ykn fudhataa jira malee waan quba qabu hin fakkaatu waa'ee magaalaa kanaa
@tegenegoshu4790
@tegenegoshu4790 Ай бұрын
Caaba'an kun essa fiidhan
@obsenabdella2692
@obsenabdella2692 Ай бұрын
Please came to ciro tiywa geba huchouuu 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@user-fl9fp1qp6e
@user-fl9fp1qp6e Ай бұрын
Gazexessaa gegemaa maali lafissi abo gurbarraa
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Ай бұрын
❤aswrwb Obboo Muhammad galatoomii hayyuu
@lamiabagiso
@lamiabagiso Ай бұрын
Namichi ciroodhuma jiraata garuu
@ebaasefa5224
@ebaasefa5224 Ай бұрын
Kantiibaa : 'Rakkoo Baajataa qabna' kantiibaa : 'Bakka balfi itti gatamu qorachiisuuf birrii miliyoonana 2.2 baafne'
@lydiabooji4772
@lydiabooji4772 Ай бұрын
😮🎉😮🎉😮🎉😮 Namichikun chaalisse kara fodda taee waan Adde Adaanech Abbeebe hijjetu tattaafaru illaallu qofa hoojjaadhiseera faakata!!!!!!!!
@atne214
@atne214 Ай бұрын
OBN bayee galatooma rakkoo hamtuu magalaan keenya keessa jirtu waan nuu argitaniif, amalee hordofiin keessan nuu barbaachisa!
@tahirabdurri5860
@tahirabdurri5860 Ай бұрын
Subahaanalla 😢😢😢
@mohadadem5933
@mohadadem5933 Ай бұрын
Aanaa habroollee koottaa harargeen hin bilisoomne akka biyya biraa hattootaatu jira warra ummata nyaachuu malee dalaguufii beeyne dhamsi kiyya bakka naaf haa gahu
@americantube8713
@americantube8713 Ай бұрын
Come to Gelemso The best 👌 of town on ahmad xahir best 👌
@rajutube5851
@rajutube5851 Ай бұрын
We're is anewar
@nuurqalbi233
@nuurqalbi233 Ай бұрын
hararge baha anaa fadis mee yeroo takka milaadha galatomaa
@user-mn2ul2ko1n
@user-mn2ul2ko1n Ай бұрын
Obn kun faallaadhuma fedhii namaa deemtu yeroo hunda Anuwariin deebisa gaazexeessaa inni kunis nama cimaa fi hawwataadha garuu isuma barame woyya.
@raamismedia8815
@raamismedia8815 5 күн бұрын
Kun kantiba miti qotiyoo dha
@riyaadmohammed6437
@riyaadmohammed6437 3 күн бұрын
Kotta baddessa
@JabiirJabiir-pd6il
@JabiirJabiir-pd6il Ай бұрын
Badiiyaahaqoranuu umaniihuduunyataniit afanii akka udaananiitii dhiibeenbadiiyaajiirtii waanbayee gartaa siilaabadiiyaseentee bakka abaan aradaadhaa giibiiraa kafaleedemee guratuujiiraa
@UrjiiDereje
@UrjiiDereje Ай бұрын
Maloo hojii guddaatuu jalqaabee galatoomaa akkuumaa kanaa maloo finfiinee nuuf seenaatii waldaan gurmoofnee bay'ee nyataamnee jiraa maloo nu gargaaraa sin fanaa jiraa adaaraa
@GGU900
@GGU900 Ай бұрын
sagantaa cimaan OBN qabu sagantaa Caayaa kana jabaadhaa. Hoggaansi meeqa akka hoggaansaa gadi akka ta'aan ummaatni laalee tajjabaa jira🤔🤔 tokko tokko immoo wardiymmaafuu kan hin taanedha😥😥
@MeronGosa
@MeronGosa Ай бұрын
😃😃😃😃😃😃😃
@SenayitHsilaseKasim
@SenayitHsilaseKasim 24 күн бұрын
Oky
@JabiirJabiir-pd6il
@JabiirJabiir-pd6il Ай бұрын
Tankaraashanaandhuugoo iiraakasiihagaa daroolabuutii takariidhukataan gadaafiidhafii sadaamhusee awaalaniibiiradu.anii godiinakanaatii dhabateejiiraa kalees baruus araastokkumaa huduutakaan udaanuu afaantokkoonyatuu
@EmranAbdella
@EmranAbdella Ай бұрын
Obn wow
@GemechuMohammed
@GemechuMohammed Ай бұрын
Koottaa hawwii guddina laalaa
@mamiitiyya6300
@mamiitiyya6300 Ай бұрын
Dhugaa dubachuf magallan ciroo ergaa obboo mahammeda umar dhufe boda heddu jijirama guddatuu jiraa garuu condomiiniime Issa duraa amataa 10 yaassa ture kanafu
@user-rp1ei6gu1u
@user-rp1ei6gu1u Ай бұрын
Karabaataa uffatuun bulchiinsa gaariinamahingodhu tanaafuu,hojjattonni,motummaan,Olirraa ummataaf,hojjatan ju,u cutti garaa ifiiti guutaajiran
@user-rl2vp4jz6r
@user-rl2vp4jz6r Ай бұрын
Ajaa'iba!!!
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Ай бұрын
❤❤oh Jaalaltii waan jibbinee hin hiituu ni Natural sciences barnootaa tayee=yaadachisii Garuu Jibbaan Hamtuu jaalala Dhibee Caqasii hidhattii Class dubbii dhiisanis bultiinis
@dawitdereje7823
@dawitdereje7823 Ай бұрын
namni kuni hattuu akka taée baruuf ragaa addaa hin gafatuu garuu immimaan hadha hiyeessaa garu gara rabiitti mulata
@moneyproblems1
@moneyproblems1 Ай бұрын
gazixeessaa hoolaa kana ol deffadhaa jarana maal tahe kun gaafiidha mo yaada kennaafi jira
@biftuuoro4676
@biftuuoro4676 Ай бұрын
Ilaalcha kee sirreeffadhu !!🤐
@Muziqaa-afaan-oromo
@Muziqaa-afaan-oromo Ай бұрын
Anuwer nuu fida
@user-vr2tn4pe7i
@user-vr2tn4pe7i Ай бұрын
Baajata biyyattii hogganootaatu addaan qoqqooddatee itti tujjaarra tokkoon tokkoon saanii Adaamaatti mana miliyiinotaan jaarratan ykn bitatanii qabu networkiin hannaa qabalerraa hanqa bulchiinsa godinaatti walitti hidhata qaba. Projectii xiqqoo takkaaf bajatni miliyoonotaan ramadama maallaqa xiqqaadhaan waan akka amma dildila je’aniin san kan torbaan tokkotti caccabu dalaganii baajata achirraa hafe hiratu
@abehailu5933
@abehailu5933 Ай бұрын
Ummanni kenya gaggessa quqama ummataa qabu fi midhaa ummata itti dhagahaamu barbaada malee nama guyyarraa pirotokoola isaaf cinqamee kuursii owwifatuu hin barbaadu badhaadhinni gaggessa akkasi maqsuu qabaa.....garuu qophiin caayaa kuun sagalee ummata bal'aa ta'u isaatiif galatooma jabaadha jennaa......
@MaruMelion
@MaruMelion 7 күн бұрын
Odaa Bultum koottaa
@JabiirJabiir-pd6il
@JabiirJabiir-pd6il Ай бұрын
Maniimurtiidhaa maniiqopheesaa poliisiin maniihakiimaa gabroofataadhaa namajaraanwaldhabee gamahuyndaan siiratiiduulanii waliigalteendeemaan oneenamaakolaasaanii sodachiisanii gabroofatanii
@Beyanabdulhamid
@Beyanabdulhamid Ай бұрын
Good job
@YalewAyyaala
@YalewAyyaala Ай бұрын
Aboo yoo dhugaa dubanee hojetotaa magalaa cirroo kan akkaa hojetotaa motuumaa kan taan hundii isaniituu bayettaa mottuumaa nyatanii fixxan kunii garuu arsaa gudaa barbadaa
@JabiirJabiir-pd6il
@JabiirJabiir-pd6il Ай бұрын
Umaniiseraa abdataa motumaa abdataa seriimaalqabaa umataafii seriigolgaadhaanhiindeemuu mataanseraa godiinaamo anaadhaa cafeedhamoo fediiraalaa fiiladhuumeedurakalee jiirtaabiiyatanadura attijmee aradhalatee bu.aadhaf dubanaamo seraandubanaamo heraandubanaamo afaaniiqabaafdubatuun anaandu.ee godiina.ajeesaa godiiniicafee ajeesaa fediiraala ajeesaa oboleeyaniituu walliiraadhalee waalgudeedee.abaantokko laftiitamootumaatii
@mohamedomer4369
@mohamedomer4369 Ай бұрын
Hooggan laafaa
@abdizamzam-mi2em
@abdizamzam-mi2em Ай бұрын
Ok OBN media haqqa jabadha Ulfadhaa waanti hojjin amma jalqabdan hallaan garidha ittifufa bayyee gaaridha ......kabbbinefi kantibas tahu kadireen arradda magala ciroo hawasa irratti tabacha jirran essan hundinnu fayyidda issani maale rakko hawassa furruf waantokkolle dalaga hinjirranni jiru fi jirenya issani mijjeysu jirran maale maqaa invastimantin lafa fi manen mootumma abbotti qabenyaa waajin tahudhan netorki corruptionni cimma godhani jirru yerroo ammattille rakko kanaf furmatta cimma gamma OBNin yeroo gababatti mootumma N/oromiyara ni egganna .....garu rakka kana guyya borutti haffarssani ummatta rakko birratti akka hingalchinne itti yadda jirrenyaa hawassaffis yaddun nibarbachissa....
@murtesasani6991
@murtesasani6991 Ай бұрын
Hojiin misooma dabare dabaren ilaalama. Akkaataan gazexessan itti gaafatu sirrii miti. Kantibichi hoggansa bilchina qabu tahu akeeka
@user-sh5ef3ml5f
@user-sh5ef3ml5f 8 күн бұрын
Badi asii hatuu kabine saree garaa keesan malee ummataf taka yadani bektanii saroota qushashaa🐀🐀🐀🐀😷😷😷
@mahm78abdrs40
@mahm78abdrs40 13 күн бұрын
5:42 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@nebahan4161
@nebahan4161 Ай бұрын
👍
@JabiirJabiir-pd6il
@JabiirJabiir-pd6il Ай бұрын
Akkagodiinatii sunsumnii aradaafii anaadhaa godiinaatii cafeengodiinaa jachuudhaa asumateeysee akkanacafeejiiruutii yaduunmaalnadhiibdeedhaa malee aradaakesagabatee yootohanee dhageefatee yooniif. Qaqamatee waahiituujiiraabeynaa
@EyoabTakele
@EyoabTakele Ай бұрын
Kijibuun nama hin dhibuu jarana maneen jireenyaa waliinii ajaa isaa nama fixe
@EmranAbdella
@EmranAbdella Ай бұрын
Hiran dhaqaa karanuu cacabadhaa
@user-rg4jq1jt6h
@user-rg4jq1jt6h Ай бұрын
yoo digees eenyuutu isaa gafaata ree , innii real state keessa ta,a ,hiyyeessi daandii irraa jiraata , waqayyoo isiin ha gafaatu
The day of the sea 🌊 🤣❤️ #demariki
00:22
Demariki
Рет қаралды 94 МЛН
ИРИНА КАЙРАТОВНА - АЙДАХАР (БЕКА) [MV]
02:51
ГОСТ ENTERTAINMENT
Рет қаралды 7 МЛН
🌊Насколько Глубокий Океан ? #shorts
00:42
WHO LAUGHS LAST LAUGHS BEST 😎 #comedy
0:18
HaHaWhat
Рет қаралды 2,9 МЛН
Harley Quinn made everyone disappear#joker #shorts
0:54
Untitled Joker
Рет қаралды 6 МЛН
NEW VAMPIRE EPISODE INCOMING 😈
0:27
Alan Chikin Chow
Рет қаралды 5 МЛН
Страшно, когда ругается мама😰
0:10
Лиза Вертинская
Рет қаралды 2,2 МЛН