Daddaraaroo

  Рет қаралды 25,382

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

Күн бұрын

Пікірлер: 59
@dawitjirenya
@dawitjirenya 7 ай бұрын
Galo jabaadhu gaariidha dhugaa❤❤❤❤
@Fact1-o6
@Fact1-o6 11 ай бұрын
Jabaadhaa hundi keessanuu ogummaadhuma keessaniin yaa Oromoo, dur kanumaa dhabnee💔 Mucaan sirba Dr Xilahuun sirbe dhuguma cimaadha, gaazixeessaan ammoo akkaataa ittiin xilahuun ibse baay'ee natti tole, namni keenya yeroo baay'ee xileen akka waan Oromommuu isaatiif haarsaa hin kafaliniitti ilaalu, dhaloonni kuni cimaadha...gaazixeessaa ol adeemannaa galatoomi...dhuguma nan boo'e🙏
@2oisbisa2394
@2oisbisa2394 11 ай бұрын
baayyee na dabbare uffata qofaaf jettee ijolee Qaxalee kuffisuun keessan marsaa itti aanutti sirreefachuu nii danda'u turan😢😢
@aminajaro4283
@aminajaro4283 11 ай бұрын
Oromoo koo qaali baaye isnni jaaladha❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤rabbi isini haa eggu hamutu isnii irra haa qabu nuf jiradha oromoo koo💪💪💪🥰🥰🥰🥰🥰🥰❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@baredinhuseinashiro4019
@baredinhuseinashiro4019 11 ай бұрын
Wow gazexesittonii tunin midiyyaa boqolloo kana jijjiraa jiruu jabadha
@jibrodha
@jibrodha 11 ай бұрын
Harargee hin dhuftaa moo waan saa naaf hin gallee
@fenan915
@fenan915 11 ай бұрын
Wow ijjolen laman dura siriban sagalen isani bayee bareda ❤
@oromiaoromo-uo3rl
@oromiaoromo-uo3rl 11 ай бұрын
Abbootiin murtii dhiifama guddaa naaf godhaa malee, mucaa kana baay'ee baay'ee baay'ee jaalladheera. maal qaba mucaan kun sirba kana gaafa daddaraaroon dhumuu jala gahu dhiyeeseera ta'ee!?? jechuun gaafa sadarkaa dhumaa irra gahu jechuu kooti.
@yohannesdiriba3859
@yohannesdiriba3859 11 ай бұрын
Abbaan murtii sirriifi murteessaan Ilma Gabi Edeo sana barumsaan kan deggarame waan ta'eef amansiisaadha.
@stargallery2283
@stargallery2283 9 ай бұрын
Wow namati toltu🎉🎉❤❤baye iti fufa
@ShukareSime
@ShukareSime 11 ай бұрын
Uuuuffff sirba Ali biraa😢😢😊
@Oro-bp2pt
@Oro-bp2pt 11 ай бұрын
Abban murtii ijolee ufataaf jette kuffisuu hin qabdu😢 walloos fi wallagga dogoggora keessan sirreessa
@telepo2457
@telepo2457 11 ай бұрын
tokkoffaa ijollen kan hin dabarreef uffata qofaaf miti.hojichumaa istejii hin fayyadamne.lammaffa uffatticha waliin borchan hundisaanitu uffata wal fakkatu uffachuu qabuudha
@manooyyeetube2685
@manooyyeetube2685 11 ай бұрын
Warroonni waltajjii gaggeessan haasaya bayyisu. Kan irraa hafeen gaariidha.
@nafyaadumar
@nafyaadumar 11 ай бұрын
dhugaa jabaadhaan bayee bareeda ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@JabiirJabiir-pd6il
@JabiirJabiir-pd6il 9 ай бұрын
Huumaafiiduu abiiyiin amalabaranii ittihin hafnee joleenbifatanaa xumuriimaalii
@BeshaBadiyo-zu6gq
@BeshaBadiyo-zu6gq 11 ай бұрын
Wowwww bayyee namtii tola jabadhaa oromoo koo❤❤❤❤❤❤❤
@JabiirJabiir-pd6il
@JabiirJabiir-pd6il 9 ай бұрын
Ilmaadu.aa abaatiin hajamuutuu bayataadhufaa jiraa akkaan xixaalaa jiruutii haj 11:02
@MadinaGuye
@MadinaGuye 2 ай бұрын
Warri murtii ofii sirreessa
@helumissmisshelu8278
@helumissmisshelu8278 11 ай бұрын
Wawuuu annasi ijjole jajabessii siresi itti ta'in
@kemalararo2151
@kemalararo2151 11 ай бұрын
Daddararoo kanafuu mee ka'ee subscribe godhuu Media kana dhiroo? I love it 😍
@rahimaalirahima3812
@rahimaalirahima3812 11 ай бұрын
Shikaalin Achitii hidhaan tahuu hin Oluu
@Niman_BA
@Niman_BA 11 ай бұрын
Bayee gariidha jabaadhaa❤❤
@doctorengida2691
@doctorengida2691 11 ай бұрын
Wow Hedduu tokko miidhaga.
@qalloowarratuulamaashaggar1477
@qalloowarratuulamaashaggar1477 11 ай бұрын
Mucaa ashamaa yaa mataabee sirbe bayyee ciimadha ❤
@debelumidwifery
@debelumidwifery 11 ай бұрын
❤❤❤❤❤🎉Hoji dansaa keessahuu Gaalana ciibsaa
@baredinhuseinashiro4019
@baredinhuseinashiro4019 11 ай бұрын
Ilmi Gabi eda’o hardhaa maali ta’ee lolluttii jira😮
@monettubeofficial4563
@monettubeofficial4563 11 ай бұрын
Jabadha wan baredadha nannoo hundaa keessaa demaa hojjadhuu
@WasaneAsefa
@WasaneAsefa 11 ай бұрын
Woww jabadha
@baredinhuseinashiro4019
@baredinhuseinashiro4019 11 ай бұрын
Mindaa ji’aa dhorgattanii lata hardhaa abbottii murtii Talent bayyee lolluttii jiruu😂😂😂😂
@ZubeydaM
@ZubeydaM 11 ай бұрын
😁😁
@irasgelalcha1160
@irasgelalcha1160 10 ай бұрын
Qophiin Sagantaa Daddaraaroo kun kan baay'ee nama hawwatuu fi jajjabeeffamuu qabudha. Daddaraaroon akkuma maqaa isaa daraaree ija godhatee firiin isaa faca'ee margee dheebuu Artii uummanni keenya qabuu fi hanqinoota gama artiitiin jiru guutuu taasisuu danda'uu qaba. Haa ta'u malee hanqinni guddaan Abbootii Murtiitiin ni mul'ata. FKNf: abbootiin "KENNAA ADDAA" irratti yaada isaan dorgomtootaaf kennan Yaada Madaalawaa kennuu hin beekani. Miira dhuunfaa malee akkaataa saganticha cimsuu fi fedhii namoonni biroon sagantichaaf qaban kan ajjeesuudha. Namoonni murtii kennan sunneen Caalumattuu Kaabinee dhaaba siyaasaa biyya bara Wayyaanee fi Kaabinee hin baranneen wal fakkaata. Akkasumas Abbootii murtii kennu Naamusa agarsiisuu qaban dhiisanii Of tuulummaa fi tuffii dorgomtoota sagantichaa irratti calaqqisiisaa jiru. Gama biraan immoo jechi Afaan Oromoo osoo jiruu jecha afaan biraa waliin Waliin Laaquu; Amharigna fi English itti makuun seera Afaaniin ala. Fkn "Mucaan inni Sakkaree..., Facial expression..., dialgue, specially,... Propaganda, unique, expression, feel gochuu..., blocking, stage crossing, stage control, unreasonable, containt, Team dhaan,personally ... Kkf. Caalumatti wanti Abbootii murtii sanneen irraa fokkatu dhorgomtoota Sagantichaa akkaataa isaan yaadaaniin yaaduu qabdu jedhanii dandeettii isaanii daangessuuf yaaluudha. Walumaagalatti sagantaa Daddaraaroo kana irratti hanqinni Gama Dorgomtootaan mul'atu akkuma jirutti ta'ee Namoonni sagantaa kana irratti filataman Hanqina gudda qabu. Nama Salphisuu, arrabsuu fi Tuffachuun haalan calaqqisaa jira. Rakkoon gama abbootii murtii irraa mul'atu yoo hin furamiin sagantaan Daddaraaroo kun yeroo muraasa booda ni dorgomtootni dhabamanii salphumatti ni bada sodaa jedhun qaba.
@BontuKedir-x7t
@BontuKedir-x7t 9 ай бұрын
Na keessaa dubbaate wly billaah yaada kooti
@ButiBurna-d8i
@ButiBurna-d8i 11 ай бұрын
Qophiin kun finfinnee tahuu qaba✋
@telepo2457
@telepo2457 11 ай бұрын
namatti toltu marti kessanuu garuu akkuma dagnan tokko dubbate sirboota sirbamaa ture irra hin deebi inaa
@seifuabubaker2450
@seifuabubaker2450 11 ай бұрын
Ujoolleen lamaan dura walitti aansanii sirban sagalee inuma qabanii sagaleen isaanii hinmidhagfamne.
@ZubeydaM
@ZubeydaM 11 ай бұрын
Abbotin murtii of sirressa. Bar ulee fudhattani tumu malee homtu isin hin hafnee😅😅
@BonaWest-fk9wo
@BonaWest-fk9wo 11 ай бұрын
Welcome❤❤
@delessagemechu
@delessagemechu 11 ай бұрын
Gaalana Ciibsaaf murtiin dhumarraatti kennamee sirrii miti. Namtichi Cimina isaa maaf hin kaafneef? Jajjabessudha malee yaada hanqina qofa ilaalun sirrii miti.
@sultifayiso1079
@sultifayiso1079 11 ай бұрын
Abbootii Murtii gaazexessitoonni Maaf dursuu
@jisanjilcha9197
@jisanjilcha9197 9 ай бұрын
Bareeda kuni
@shggdyrfy2068
@shggdyrfy2068 11 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@asnakutesfaye5554
@asnakutesfaye5554 11 ай бұрын
❤❤
@fikiruasefa
@fikiruasefa 11 ай бұрын
Wowwwwww🎉🎉🎉🎉
@telepo2457
@telepo2457 11 ай бұрын
🥰🥰🥰🥰
@obsiburayu6038
@obsiburayu6038 11 ай бұрын
The boy who sang ashamaa yaa matabee is very strong
@GenetAsrat-n1r
@GenetAsrat-n1r 11 ай бұрын
Maaloodha teknikii 😊
@kennamaariyaam4968
@kennamaariyaam4968 11 ай бұрын
Jabadhaa wan gariituu mul'ataa jiraa🥰🥰
@EskeelKebede-eh6lb
@EskeelKebede-eh6lb 11 ай бұрын
Muchaa issa saker
@oftanenusful
@oftanenusful 11 ай бұрын
wooooooooooooooooooooow daddararoo!!!!!!!!!!!!!!!!
@quluceiluu5780
@quluceiluu5780 11 ай бұрын
Wowww
@namooyoutubeofficial5840
@namooyoutubeofficial5840 11 ай бұрын
Commentii lachuu dura Hidhii Kee isaa saree Raqaa bukke oltee fakkatuu qulqullessi koottuu.
@wudeenguru4953
@wudeenguru4953 11 ай бұрын
Enyuun jechaa jirtaa hoo
@BontuKedir-x7t
@BontuKedir-x7t 9 ай бұрын
Enyuudhan jettaa
@Educationers12
@Educationers12 11 ай бұрын
Group KOOKET 🔥
@GadisaHailu-q4h
@GadisaHailu-q4h 11 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤
@hkkioi1511
@hkkioi1511 10 ай бұрын
❤❤
@Wasanuu25entrtaiment
@Wasanuu25entrtaiment 11 ай бұрын
❤❤❤❤❤
@dareecaalaa9651
@dareecaalaa9651 9 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤
Daddaraaroo
1:23:04
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 11 М.
Daddaraaroo  Marsaa  3ffaa Torbee 4ffaa
1:22:51
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 16 М.
My MEAN sister annoys me! 😡 Use this gadget #hack
00:24
JOON
Рет қаралды 2,8 МЛН
I tricked MrBeast into giving me his channel
00:58
Jesser
Рет қаралды 29 МЛН
Smart Sigma Kid #funny #sigma
00:14
CRAZY GREAPA
Рет қаралды 105 МЛН
Sababa GANDUMMAAN  hojiirraa na hari'an!!  Aartiisti Kadijjaa Hajii
40:54
በሞግዚት ታዝለን 4 ኪሎ ላይ ካልነገስን
Addis Meda አዲስ ሜዳ
Рет қаралды 263
/በስንቱ/ Besintu S2 EP.18 "ነፃነት"
36:26
ebstv worldwide
Рет қаралды 986 М.
Daddaraaroo Marsaa  3ffaa
1:39:28
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 8 М.
DADDARAAROO MARSAA 3FFAA TORBEE 2FFAA
1:32:11
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 30 М.
My MEAN sister annoys me! 😡 Use this gadget #hack
00:24
JOON
Рет қаралды 2,8 МЛН