Wly dhugadha nuu jalla ijolle lama fudhata tokko um..17 Inni 2ffaa immo 20😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭yaa Rabbi mottuma zalima kana nurra kasi😭😭😭😭😭
@kasimUta16 сағат бұрын
Magalaa dodolaatis ijolee humnaan qaban fe'arani
@BARIBARNOOTAA11 сағат бұрын
Naano Oromiyaa godina jimma Aanaa Oomoo beeyyam keesaatti haala sukkaneesa tahee jira milishaan gandaafi poolisiin dirqiidhaan qabani guuruu jiru nama dargagoo hin qabne maallaqa fidi jedhane haadha hiyyeessa kuma 20,000 kuma 30,000 gaafachaa jiru dhimma kana hatatamaan akka nuuf furamuutti sagalee nuuf taha qaama dhimmi ilaallatu biraan nu gahaa
@SomoIya-s4h15 сағат бұрын
Yooyaa OMN gootoota Oromo 💞💯🌹🌹🌹
@Nuuroro4305 сағат бұрын
Oromoon akka oromootti meeshaa hidhachuu qaba
@tiguest877919 сағат бұрын
❤❤❤❤😭😭😭😭
@mlbmlb715022 сағат бұрын
💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔☝️☝️
@AbdulfataNuur-y3hСағат бұрын
Anille akkasumatti na fuudhanii godina harargee baha aanaa cinaksan aradda mullisaa keessatti koottu Naan jedhanii bulchaatu si dubbisa mana keessatti na ol darbatan anis nin fincaana jechuudhan ala ba,ee figichan baafadhe 1/11/2024
@MasratNuse21 сағат бұрын
Wayyoo.yaa carara.ijoollee.oromoo
@EeEe-tf4pq22 сағат бұрын
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@HadhaaMoii17 сағат бұрын
Uuuuuuffii ni gubanbee ayii caravan keenyaa
@HunduuWaaqaanСағат бұрын
Tuniis takkuma!!!!!!!
@ShamilAliyyi-x6f15 сағат бұрын
❤❤❤❤❤
@MasratNuse21 сағат бұрын
😭😭😭😭
@BillooAbdi-t1x2 сағат бұрын
Hademani biya isaniti akkai fanon angora batu fetan
@HalimaHussen-z9e6 сағат бұрын
🎉🎉❤❤❤❤❤
@هاوياثيوبيا10 сағат бұрын
😭😭😭😭😭💔💔💔
@sggdghsgd400511 сағат бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@efaabera760220 сағат бұрын
OMN miidiyaa diina oromoo ti.
@OmerAdem-zq8dg18 сағат бұрын
Dhuga jirtu dubbacha jiraa
@KaKasn-f6c6 сағат бұрын
❤❤😂😂❤❤❤
@ZaharaEdoo13 сағат бұрын
Zahar
@IbrooTube39722 сағат бұрын
Soba
@radiyafeyso934717 сағат бұрын
Oso zari kee qabame soba fi dhuga adda bafata😭😭😭😭😭