magarsa

  Рет қаралды 1,649,680

Jaleta Nemera

17 жыл бұрын

oromo gospel song

Пікірлер: 559
@nurobetselotzeleke7585
@nurobetselotzeleke7585 Жыл бұрын
እኔ ኦሮሚኛ አልችልም። ቢሆንም የዚህን ዘማሪ መዝሙሮች ልብ የሚነኩ ናቸው። በተለይ ይኼኛው ስሰማው ጭምር ውስጤን ያድሰዋል። ለእንደኔ አይነቱ ትርጉም ቢኖር ይበልጥ እንባረክበታለን። ዘማሪውን እግዚአብሔር ይባርከው።
@kgdsrjtrw
@kgdsrjtrw Жыл бұрын
❤️❤️❤️❤️❤️💔💔💔🥰🥰🥰🤲🏿🤲🏿
@genetbati9518
@genetbati9518 8 ай бұрын
Enemi Endanchi nwo
@genetbati9518
@genetbati9518 8 ай бұрын
K5 Amati bafiti kaseti gziche esama nabre kaownikayemi syegabie baxaminwo zemarewu libi yeminka ❤❤ geta yebarkwo yechamaribti
@Tigest-fl9wh
@Tigest-fl9wh 5 ай бұрын
እኔ ኦሮሞኛ አልችለውም ግን ይህኛውን ዘማሪ መዝሙሮችን ሲሰማው ውስጤን ይነከዋል እግዚአብሔር ዘመንህን ይባርክህ
@bayissayadete2004
@bayissayadete2004 4 жыл бұрын
Faaruu yeroo hunda dhaggeeffatamee hin quufamne! Gooftaan ulfina haafudhatu; Far. Magarsaa gooftaan sihaa'eebbisu.
@gkura
@gkura 17 жыл бұрын
God bless you Magarsa! this is a very touching song. I blieve that every single person who listend to this song will remember how good God is.
@jesusnamegsgs9720
@jesusnamegsgs9720 6 жыл бұрын
waniudumaa.atinafii.iyasu።koo
@AsiyaBati
@AsiyaBati 3 жыл бұрын
@@jesusnamegsgs9720 t
@medanetdibaba8183
@medanetdibaba8183 3 жыл бұрын
አሜን አሜን ጌታ ሆይ ይህን ዝማሬ በእንባ ነው ማዳምጠው የእግዚአብሔር ውለታው ድንቅ ስራው ይታወሰኛል
@tadujesus5649
@tadujesus5649 9 жыл бұрын
Keessa kootu. Boqataa farsaa kaanani. Mage koo yesus. Ayyana isaa siif haa bayaatu ammasi. Dibaami faarsadhani. Amen
@Awate1990
@Awate1990 11 ай бұрын
I am Tigrinya speaker from Eritrea i don't understand Oromo but I Love your Songs Brother ❤
@EbisaGadisa-y5m
@EbisaGadisa-y5m 2 ай бұрын
Lprd your true friend fills me inside how my heart has forgotten you
@Hayilt
@Hayilt Ай бұрын
its not song
@JohnBeki-022
@JohnBeki-022 14 күн бұрын
J​@@EbisaGadisa-y5m
@mohamedshariff6995
@mohamedshariff6995 4 жыл бұрын
God bless you Magarsa it's true we can never forget what the Lord has done in our lives
@tadessedegefa-uo5oq
@tadessedegefa-uo5oq 2 ай бұрын
waaqaayyoo faaruu kana karaa seeraa umaamaa fi olmaa barruu kee irraattii karaa fuulaa guutuu taheen nu dhageesisii.jajaalaa firummaa olmaa kee irraattii toorii jimii koo isaa kaleesaa dhiisee wangeelaa mathihos,luqas fi kan biroo.ameen.
@relaxtube5287
@relaxtube5287 Жыл бұрын
The good you did for me will never be forgotten in my heart…. In the midst of my despair, you reminded me that you chose me not to put me to shame, but to exalt me.... he sings like that...
@solomongebeyehu5181
@solomongebeyehu5181 3 жыл бұрын
Oromo People are blessed and their songs are blessing
@tewabech1
@tewabech1 14 жыл бұрын
Even though I amn't a christian, I believe in a Miracle, Be ethiopia-Amlak... Be Maaylewetew. Waaqayyoo sii haa eebbisu, Magerssa(Respectifuly). Love from America.
@hakib5417
@hakib5417 5 жыл бұрын
I don’t speak Oromo language I love megersa’s song
@tigistargawqopbzmteafghkju9576
@tigistargawqopbzmteafghkju9576 3 жыл бұрын
As he under the or can most in very city had the or a used
@tetefaotika3796
@tetefaotika3796 2 жыл бұрын
@@tigistargawqopbzmteafghkju9576 mgaso
@relaxtube5287
@relaxtube5287 Жыл бұрын
The good you did for me will never be forgotten in my heart…. In the midst of my despair, you reminded me that you chose me not to put me to shame, but to exalt me.... he sings like that...
@tgyeagrnshlijoman3404
@tgyeagrnshlijoman3404 6 жыл бұрын
ኡሁ ጌታ ሆይ ከቤተ ውቶ ለመመለስ ከብዶኛል እባክህን የድሮ ማንነቴን መለሱልኝ ♥
@alemthehaygebeyehu1840
@alemthehaygebeyehu1840 4 жыл бұрын
He is waiting for you with open hand come back to him sister he loves you
@bisratyemane5097
@bisratyemane5097 4 жыл бұрын
Anch wede qalu temeleshi Romans 5÷1-7
@bisratyemane5097
@bisratyemane5097 4 жыл бұрын
እ/ሄር ሙሴን ሲመርጥ ኣላማ አለው። አንችን ሲመርጥ ኣላማ አለው።ሮሜ 5÷1-7
@tgjesus2182
@tgjesus2182 4 жыл бұрын
Geta hakimina gulbetun yistish inda mihiretu bizat yasibish.
@316JOHNLT
@316JOHNLT Жыл бұрын
His never changed and He Love never faile🙏
@habeshawi4999
@habeshawi4999 4 ай бұрын
I don't speak ormoic, but I grow up listening to magarsa song as my family speak and listen oromonic and used to play this song at home 😢.
@hiwethaile7294
@hiwethaile7294 Жыл бұрын
Beysuse sem tebark menfes kedus kuwankuwa ayegedebew eysuse geta new
@yadinegelmariyamelijetageg4474
@yadinegelmariyamelijetageg4474 4 жыл бұрын
Am orthodex but l love Protestant mezimur ya agalgilotekin zamen yibarkew bro
@Gracemedia1234
@Gracemedia1234 2 жыл бұрын
Ney ihitee Iyesus ke hayimanot belay new
@DaniAlrousan
@DaniAlrousan 4 ай бұрын
❤❤❤❤
@amaniytube2685
@amaniytube2685 3 ай бұрын
Tnsh koyta buhala protestant tihonaleh😊
@muluuurgeessa5290
@muluuurgeessa5290 6 жыл бұрын
Michuu dhugaa yesuusi Gooftaan gafaa Guyyaa hundumaa ....jaalalii isa kana qixee hin qabine hin jiruu kana akka yesuus waaqayyoo ko Heddu si haa eebbisu ameeee.en ameeee.en 😍😍😍😍😍😍🙌🙌🙌🙌🙌
@mayrunmurun9925
@mayrunmurun9925 6 жыл бұрын
Ameeen
@gemechushale2005
@gemechushale2005 16 жыл бұрын
God is our hope all the time in all our situations. We must praise him for all what he has done for us. May God bless all of you praise God with the Singer. This is realy wonderful way of praising the Lord
@ethiopiadubai2143
@ethiopiadubai2143 4 жыл бұрын
ወገኖች ብንችል ወደጌታ እንነሳ ይሻለናል ተደውሉዋል ወንድሜ መገርሳ ተባረክ
@EbaNugussie
@EbaNugussie 4 ай бұрын
Waaqayyo si haa eebbisu magarsaa naman baay'ee jaaladhuudha ati❤❤❤
@mariaabdissa2986
@mariaabdissa2986 2 жыл бұрын
Haalii narakaa mucuucatee hiikaamuun dhaabee dhiimaakoo naaf haaresiitee senaakoo uuuuuuuuuuuuuuuuuf madaa kessakootu maala'ee ebifaamii magarsaa❤❤❤❤
@abuigi3729
@abuigi3729 2 жыл бұрын
በፍቅር የውደድኩትን መዝሙር ነው ያገኘውት ጌታ ይባርክ።
@BedassaBeriso
@BedassaBeriso 4 күн бұрын
Maal jennare dabalee kan akkaa keetii nuuf haa kaasuu magarsaa eebbifama ❤❤❤❤❤❤❤
@firaolabebe1411
@firaolabebe1411 4 күн бұрын
sagaleen waaqayyoo ammallee akkuma bara faarfannicha sitti kennee kunoo har'as nutti dubbataa jira! isa bara baraan dabarsee guddaa ta'ee jiraatu waaqayyoof galanni haa ta'u!! Megersa Blessed bother!!
@user-cz3eq3tm1x
@user-cz3eq3tm1x 8 ай бұрын
Abate geta abizitoo yibarki tirgumun alwekim oromignam alawekim gin betam liben ynekagnal meguye tebarek❤❤❤❤❤❤❤
@habtamueticha59
@habtamueticha59 2 жыл бұрын
Magii, Gooftaa Yesuus baay'isee si haa eebbisu; faarsaa keetiin yeroo hundumaa eebbifamna.
@WondeYonas
@WondeYonas 28 күн бұрын
መዝሙሩ ያድሰኛል ይበልጥ ደግሞ ኦሮመኛ ብሰማ ❤❤❤
@BekamLamu
@BekamLamu 16 жыл бұрын
Magarsaa Gooftaan sii haa ebiisu hadhoo koo Dhugaan kaan Waqayyooti faruu kuun jirenyaa wagaa 8 dubaati akkan yadaadhu naa goodhee Gooftaan maqa isaa haa ebiifamu waan inni naaf goodhe gudaa dha uuuuuuuuuuuuuuuuuuuuu faruu kee moo keessa kooti naa haroomsee Gooftaan koo sii haa ebiisu faruun akkas Dambii Dalloo keessa ni ba'aa jedhee abjoodhe hin bekuu kaaru kanaa bodaa Dambii Dalloo mitti Yahaa Masaara keessaa ni ba'aa kaan jedhu abdii qabaa Gooftaan sii haa ebiisu jiraadhu GBU !!!!
@ethandesalegn4182
@ethandesalegn4182 2 жыл бұрын
God has the power to touch people's hearts through race, religion, and color. Amen
@AbrahamUrge
@AbrahamUrge 11 ай бұрын
What a spiritual song! God bless you!!
@sebleworksaifu5100
@sebleworksaifu5100 Жыл бұрын
በእውነት ልብ የሚነካ መዝሙር ነው
@mulugetagetachew3055
@mulugetagetachew3055 2 ай бұрын
ani kanan dhaladhe Oromiyaattidha, afaan Oromoo hin danda!u, garuu faarfannaa kana yeroon dhagahu baay`ee natti tola. kanaaf warri dhageessan yoo dandeessan nuuf hiikaa as irra nuuf kaahaa. magarsa waaqayyoo barakee dabalee haa eebbisu. baay`een itti gammade, baay`een itti eebbifame. kanuma, kalas.
@mulugetagetachew3055
@mulugetagetachew3055 2 ай бұрын
kkkk
@tiz59905
@tiz59905 6 күн бұрын
🙄Waaqayyo si haa maru 🙏
@lemihabesha9631
@lemihabesha9631 4 жыл бұрын
Bless you brother God gave me this song . But I had to call friends to interpret it for me I love it.
@desalegnnemera1012
@desalegnnemera1012 3 жыл бұрын
Lemlem Gebremedhin We help you with translation.
@relaxtube5287
@relaxtube5287 Жыл бұрын
The good you did for me will never be forgotten in my heart…. In the midst of my despair, you reminded me that you chose me not to put me to shame, but to exalt me.... he sings like that...
@indalewbongase4577
@indalewbongase4577 7 жыл бұрын
I never forget what God have done for me! Magish long live!
@khfvbggjgffbb8863
@khfvbggjgffbb8863 9 жыл бұрын
Magarsa gudda godhe waaqayyo dibaata isaa siif haa dabaalu.faruu kee yoon caaqasu imiimman koo qabaachu hin dandaa'u.bu'a bayii heddu keessa tareen gooftaa kootin waal arge waan ta'eef seena koo naa yaadachisa.eebbifami
@diborafikre9387
@diborafikre9387 7 жыл бұрын
Siniranfatu garan koo....aba koo akkamiti si iranfata garan koo ebifami waqayyo sii haa ebisu magarsa
@fufaedessa5319
@fufaedessa5319 Ай бұрын
Maagii or Megerssa is a great singer may Lord Jesus bless his entire life,
@melatmel4228
@melatmel4228 5 жыл бұрын
Sinraafattu gaaran koo amen abba gaari maqaan kee haa ebifaamu..mergu baay'een jaalladhaa farfaana kee ebifaami
@Sara-lb6zy
@Sara-lb6zy 9 ай бұрын
What an amazing voice may God bless you 🙏❤
@mama19G
@mama19G 13 жыл бұрын
It is great and heart toughing gospel song !!! Thank u. Megersa !!!!
@zeinabsbeity8321
@zeinabsbeity8321 4 жыл бұрын
Waaqayyoo isinii haatolu ebifamaa
@fiyaafiya8248
@fiyaafiya8248 4 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuuuffffeeeeeeee abbba koo yesus koo akamin sii irnfata garan kooooooo far .ebifamii dachaa barii jirenyaa kee dachaa haa ebifamuu
@ethiomulumereja2843
@ethiomulumereja2843 2 жыл бұрын
its all about the message u re sending keep it up!!!!!!
@marabeefayyesa5293
@marabeefayyesa5293 5 жыл бұрын
uuuuufffff waqayyoo sii haa ebbisu farfaana kana baay.en jalaadha
@maryamathyopia9969
@maryamathyopia9969 9 жыл бұрын
mage waqayyo si ebbisu faruun kun watan kesa darne naa yaddachisa irra dedebi'e dhagefadhe hin qufu halkani guyyaa. goftan sii ebbisu
@letaabirham8277
@letaabirham8277 9 жыл бұрын
baayyee ebbifami farsa kee kanaa anan guutumma jireenya kan ibsuudha. kanaaf qofa osoo hin ta'in ayyanni w/yyo sirra jiru na eebbisera farsa kee isa dhuuga ba'umsa qabufa waliin
@tadessebedada8416
@tadessebedada8416 4 жыл бұрын
Margee Koo waaqayyo si haa eebbisu
@Nabikoo
@Nabikoo 17 жыл бұрын
lm not christian but wow his voice is amazing....do what u do my bro! jabdhu
@hundesegni
@hundesegni 4 жыл бұрын
Kotuu church keenyaa
@faarfannaadurii1002
@faarfannaadurii1002 2 жыл бұрын
Believe in JESUS CHRIST !
@faarfannaadurii1002
@faarfannaadurii1002 2 жыл бұрын
Jireenya bara baraa fi Boqonnaa guutuu aragatta.
@genetgashawabebe8768
@genetgashawabebe8768 2 жыл бұрын
Jesus loves u
@Selamtube-t2r
@Selamtube-t2r Жыл бұрын
Geta Yemsgen Tebarki
@walihinqoqodina7064
@walihinqoqodina7064 7 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 yesusì koo michuù lafa Onaa akkami siii irraanfadha Abbaa Abbaa koo siii hin irranfatu garani koo uuuuuuuuuf
@ቁፋተሽቴ
@ቁፋተሽቴ 6 жыл бұрын
ani musiliima garuu si ba'yee jaaladha
@ifinikooyasusedhaamenamenu7560
@ifinikooyasusedhaamenamenu7560 6 жыл бұрын
Kotu Waaqayoo ini dhugaa kanadha Yasus jalala kanaf isa jalatee Yasus jalala ilman namaf qabu fanorati Agarsisee kotuu qomokoo
@abrahamalemayehu6445
@abrahamalemayehu6445 4 жыл бұрын
Eebbifami.
@gemechuphaulos9226
@gemechuphaulos9226 4 жыл бұрын
waaqayyos guddaa si jaallata
@mulutaye9556
@mulutaye9556 4 жыл бұрын
GALATOMII AFURAA QULQULUU TUU SII IBSAA JIRA EBIFAMII!!
@sulemanhakim5225
@sulemanhakim5225 3 жыл бұрын
God bless you!! You have an amazing voice!!!
@shashehunde
@shashehunde 14 жыл бұрын
waaqayyoo Gudda dabalee dadabalee siabisuu......... jecha itti fuufii!!!! magarsa koo!!!
@tejtuabdisaa9453
@tejtuabdisaa9453 7 жыл бұрын
Ameen Ameen Amee haleluya ulfadhu waqayyoo koo sin hin rafatu garan koo dhugaadha gooftaa guyyaa rakkina gaddisa lafa onnaa
@eyesusgetanewmezmurchannel
@eyesusgetanewmezmurchannel Жыл бұрын
እነዚህ ኦሪጂናል ቪሲዲዎች እናንተ / ሌላ ሰው ጋ አሉ? አፋልጉኝ 1. መዝሙር ኮሌክሽን ቪሲዲ - ይብራ ብለሃል 1999 ዓ.ም / 2007 (ያሉበት ዮሴፍ በቀለ፣ ዮናስ ፍቃዱ / ዋይ ኤም ኤም (YMM) ዲጂታል ፒክቸርና ፊልም ስቱዲዮ፣ ያሬድ ማሩ፣ ፀሎት ስዩም፣ ታጋይ ወ/ማሪያም፣ ኤፍሬም አለሙና ተመስገን ማርቆስ) 2. ፓስተር ዳዊት ሞላልኝ ቁጥር 2 ቪሲዲ - እግዚአብሔር ብሎኛል አትሸበር 2000 ዓ.ም / 2008
@የመኖሬሚስጥርኢየሱስነውድ
@የመኖሬሚስጥርኢየሱስነውድ 6 жыл бұрын
ዘመንህ ይባረክ መገርሳ በእየሱስ ስም አሜን።
@chaltuchaltu604
@chaltuchaltu604 4 жыл бұрын
Si hin irafatu garani koo uuuuuuffffff waaqayyoo si ha ebbisu ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@gonfagetachew8682
@gonfagetachew8682 4 жыл бұрын
Praise the lord! si hin irraanfatuu garaan koo..farffaannaan kun ammaa anaaf haaraadha!
@tarikubekele2349
@tarikubekele2349 10 жыл бұрын
Gooftaan koo isin haa eebbisu
@maryamhashash1860
@maryamhashash1860 5 жыл бұрын
Magarsaa gofatan siihaa ebbisuu siranfatu garan koo yaa waqqayoo.kabajamii
@lilykiyya
@lilykiyya 16 жыл бұрын
God bless you Meg....Waaqqyooo sii haa eBiisu obblassko!!!
@eliroieusman8820
@eliroieusman8820 Жыл бұрын
now i understood that what god done for me ...bless you
@maryagew3124
@maryagew3124 7 жыл бұрын
I can't forget what you do it my life juses
@joeabboud7516
@joeabboud7516 4 жыл бұрын
0 Thanks to those who are you 5880
@gosazenebe9310
@gosazenebe9310 4 жыл бұрын
God Bless You ! Alersahme Getahoye!
@AdugnaGirma-gz5cj
@AdugnaGirma-gz5cj 4 ай бұрын
I'm very interesting thise song! Mage god bless you
@taraboulsi1lb
@taraboulsi1lb 4 жыл бұрын
ebbifamiii sagalee jireenyaa sii haa dhagessisu
@birukzewdu2082
@birukzewdu2082 5 жыл бұрын
አሜን ተባረክ መርገርሳ
@mebratuabera825
@mebratuabera825 4 жыл бұрын
hiriyeeko lafa onaa.......eebbifami
@tewabechdiriba8292
@tewabechdiriba8292 9 жыл бұрын
waaqayyo ammasi itti dabalee sii haa dibu, jireenyi koo itti boqqote jira Ameeeeeeeeeeen !!!!!@!!@!!!!!!!
@seanit2196
@seanit2196 5 жыл бұрын
I don't really understand very well l understand A little bit but I can't stop lessing God bless you Brother 😥😥 there's nothing l can say more bless
@relaxtube5287
@relaxtube5287 Жыл бұрын
The good you did for me will never be forgotten in my heart…. In the midst of my despair, you reminded me that you chose me not to put me to shame, but to exalt me.... he sings like that...
@dejenehawas4547
@dejenehawas4547 9 жыл бұрын
sin irraanfatu garaan koo x100.gooftaa michu gaafa rakkoo!!!! Eebbifami!
@seemborak6238
@seemborak6238 4 жыл бұрын
Ebbifamii dachaa mage koo Ayyannii waaqayyoo dachaa Sif haa bayyatuu ebbaa ta.iiii
@adanedegu4391
@adanedegu4391 Жыл бұрын
Farfanaa dhugadhaa megrssa waqqayyo si'aaebissu,dhcha dhachadhan ayyanaisaa siff'abayissu🎉😢😮😅abbolessakke farfata Adane Degu🤣🎤🎷🎹🎹🎹
@MartaMartaabebe
@MartaMartaabebe 5 ай бұрын
አሜሜሜሜሜሜሜሜንንን ውይ ስወደው እግዚአብሔር አምላክ ፀጋውን ያብዛልክ በኢየሱስ የኢየሱስ ውለታ አይረሳምምምምምም አሜን አሜን አሜን
@derbimorka7686
@derbimorka7686 6 жыл бұрын
Siniraafatuu gaarankoo ido. Rakkootii harkakoo naqabidee goofataa maca danachan danacha siiyaa eebbisuuu ameen ameen ,
@nagaakoo7846
@nagaakoo7846 12 жыл бұрын
biruk & magarsa it was so cool song as well as music appriciation be 4 both of u thanks.
@almazkhanoom5371
@almazkhanoom5371 4 жыл бұрын
Eebbifami keessa namaf boqonna keennaa farfannaa kuni
@DrBahiruLegesse-SCIsurvivor
@DrBahiruLegesse-SCIsurvivor 3 жыл бұрын
Can some one translate the lyrics ?....i like the melody & the passion so much.
@shetooyagetalijuser2227
@shetooyagetalijuser2227 6 жыл бұрын
Sin irranfatu garaa Koo ebbifami gudda
@etaferawejigu6522
@etaferawejigu6522 2 жыл бұрын
እኔ ኦርቶዶክስ ነኝ ግን መዝሙር በጣም ነው ማዳምጠው ይሄን መዝሙር በጣም ነው ምወደው
@almazalamaz8124
@almazalamaz8124 7 жыл бұрын
siraafaatuu gaarakoo eyesusko yadaano jiraa kessakooo dhugaaa kootti faaruukuuni haaleluyaaa☝
@girmabekele41
@girmabekele41 4 жыл бұрын
Faarfannaa baay'ee garaa nama ciibsuudha Waaqayyo si eebbisu guddaa eebbbifami.
@manafaaruu2411
@manafaaruu2411 2 жыл бұрын
waaqayyoof galanni haa ta'u!!!
@alivingstone760
@alivingstone760 5 жыл бұрын
Man of God bless you more!!!
@ayyaaneebiranuu3846
@ayyaaneebiranuu3846 5 жыл бұрын
Sin hin irraanfatu G araankoo ebbifami margee
@ketamaadunga6467
@ketamaadunga6467 5 жыл бұрын
Ameen Gooftaan dabalee si haa Eebbisu Eebifamii Ammalle
@mulukebede1650
@mulukebede1650 5 жыл бұрын
Betammm miyaslkis mezmur geta yibarkik tsegwunyabizalk edimnatena yistk geta yibarkik
@aa-vb8rx
@aa-vb8rx 9 жыл бұрын
Yaa boo dhagefadhuu hin qufuu irraa deddebihen dhagafadha olaa guyyaadhuman madaa qaba kessii koo giseen farsaa kana dheggefadhu jabadhuu waqayyo sihaa ebbisuu maqaan koo fcb koo keet oromo iddoon dhalotaa koo godina Ambo anaa jalduu saudi Arabia irraa
@najoomhghg8941
@najoomhghg8941 9 жыл бұрын
Najoom Hghg
@تايجيتايجي
@تايجيتايجي 8 жыл бұрын
Maaqa kee euuuuu
@تايجيتايجي
@تايجيتايجي 8 жыл бұрын
sin irraanfatu agaraan koo gooftaa Mich gaafarakkoo maqaa koo Tayyechi GIRMAA liddo dhaltaa koo Hasasaa jalduu Saudi Arabia 🙌🙌🙌🙌🙌🙌💞
@kalamounicell8930
@kalamounicell8930 7 жыл бұрын
Najoom Hghg .
@lomilomi3719
@lomilomi3719 5 жыл бұрын
@@najoomhghg8941 c
@BurtekanGazain
@BurtekanGazain 2 ай бұрын
Amen amen amen ebbifami dachaa dachaan 🙏🙏🙏❤️❤️❤️
@ajemameleta6964
@ajemameleta6964 7 жыл бұрын
Sihinirraanfatu garaankoo!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!! Margeekoo gooftaan dachaa dachaan siihaa eebbisu!!!!!!!!!!!!!!!!!
@aminafayiso5912
@aminafayiso5912 3 жыл бұрын
Ebifamaa maatii waqayyoo bayyee ittii boqadhee
@meronmedhin8013
@meronmedhin8013 Жыл бұрын
❤️❤️❤️❤️❤️❤️God bless you💝💝💝 i love this' songs ❤️❤️
@AyantuuAsallaa
@AyantuuAsallaa 4 жыл бұрын
Waaqaayyoo michu.guyaa rakina koo ulufadhaa
@TesfayeTeresa-y9i
@TesfayeTeresa-y9i 3 ай бұрын
God Bless you brother
@darartuaschalo4751
@darartuaschalo4751 6 жыл бұрын
Ameeeeen ameeeen sin hin irraafatu garaa koo hiryaa gaafa rakkooameeen
@destahaile4787
@destahaile4787 9 жыл бұрын
goftaan saa ebbisu fafffaannaa duduba ofii nama yadachisudha ebbifami dachaan
@mageegalatuu2031
@mageegalatuu2031 9 жыл бұрын
ebiifaamiiyii
@haweragezahegn9215
@haweragezahegn9215 5 жыл бұрын
michuu dhugaa koo yesuus.Eebbifami Magarsaa
@fozyalemesa2517
@fozyalemesa2517 9 жыл бұрын
Baayee gariidhaa waqaayyoo sii ebbisuu ebbifama Goftaa bara jireenya kee gutuu si ebbisuu ?
@ነጌመልካምይሆናል-ኈ3ዀ
@ነጌመልካምይሆናል-ኈ3ዀ 4 жыл бұрын
ሀሌሉያ ጌታ ይባርክ
@mesaydiriba-hh7ic
@mesaydiriba-hh7ic 5 ай бұрын
wooooooow, hin iraanfatuuu garaan koo❤
@FeyisaAbebe-r7z
@FeyisaAbebe-r7z Ай бұрын
1:15
@mulutaye9556
@mulutaye9556 4 жыл бұрын
MAY GOD BLESS YOU MORE AND MORE!!
Это было очень близко...
00:10
Аришнев
Рет қаралды 1,9 МЛН
ДЕНЬ УЧИТЕЛЯ В ШКОЛЕ
01:00
SIDELNIKOVVV
Рет қаралды 4 МЛН
JENNIE - Mantra (Official Music Video)
2:28
JENNIE
Рет қаралды 34 МЛН
Bagalau
3:29
Әсет Есжан - Topic
Рет қаралды 255 М.
Жігіт өмір
3:19
Aksultan - Topic
Рет қаралды 52 М.
Mirjalol Nematov & Dilnoz - Ko’zoynak
3:22
Mirjalol Nematov
Рет қаралды 5 МЛН
Nursultan Nazirbaev - Қай қала? (премьера песни) 2024
2:33
Жандос ҚАРЖАУБАЙ - ҚАЛАУЫМ (official video) 2024
2:27
Жандос ҚАРЖАУБАЙ
Рет қаралды 186 М.