Dasalegn Dula - MAADDII TOLOOTAA (Official Music Video)

  Рет қаралды 138,883

Dase Dula Official Tube

Dase Dula Official Tube

Күн бұрын

Пікірлер: 286
@feyisalemessa2201
@feyisalemessa2201 8 ай бұрын
Nu humna hin qabnu. Atumtuu beektaaf malee ati har'ayyuu Mootummaa isa faarsitee kana keessa jiraachuu kee garuu siif mirkaneessina. Sagalee kee kiilolee sana qofa seetaa?! walaloo fi ergaawwan isaa lafee namaa caccabsaa keessa darbu. Ati abdii qabdutti dabalatee nutis Galatoomii siin jenna Far. Dassuu Duulaa isa quxisuu ture amma garuu hangafotatti dabalame ilma keenya guddaa fi qaalii!!! nuti si jaallanna kana beeki. Eebbii fi araarri, nagaan siif mana keerraa hin dhabamin! Ulfaadhu! Many many blessings our beloved legendary. Peace and safety, and abundance be upon you!
@Sara6001-ec7gp
@Sara6001-ec7gp Жыл бұрын
Nama dibata 🥰 waaqayoo waqaa irra sitti haa gammadu sii haa Ebisuu Ebifamii goftan farfanna irrati farfanna AYANA irrati AYANA sif haa baay'isuu ❤Dasuyee
@GulumaMitiku
@GulumaMitiku 11 ай бұрын
Ilaaaaa faarfataa isa yesuusin faarfatu!!!❤❤❤❤❤
@DinkaCotee
@DinkaCotee Жыл бұрын
Wow dase Ebbifami
@sagaleetube.divinemessage8581
@sagaleetube.divinemessage8581 Жыл бұрын
Dasee Bariikee haa ebbifamu maalii Sagalichi malii dibatichii ammayuu kana calaa sirratii haa irranfatuu nama waaayoo ebbifamii ammyuu 🙏🙏🙏❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏
@mulugetadhangiya
@mulugetadhangiya Жыл бұрын
Waaqayyoo waaqarraa ayyaana kanarra caalu siif haa daddabalu! Dhugaa nama waa'ee kristoos isa fayyineefame kana yeroo hunda nama farfachuun beekamudha .jabaadhu wanti aduu gadii jiran hunduu daara botoroodha inni ati faarsitu garuu isa baraan dhaabbatee hafudha !
@meronyegeta1475
@meronyegeta1475 Жыл бұрын
Waqayyo kanumaan calatti dibatichaa sirratti haa dhangasuu ebbifamii. Anii dhugaa dhubbachuuf ergaan farfannakee dhagefachuu qabee waan aduu gaddirran ijakoo kasee. Naf galee jalallii yesus ✝️👈 God bless you ❤️
@kibrebanti5171
@kibrebanti5171 Жыл бұрын
eebbifamii Dassee❤❤❤❤
@Miretube
@Miretube Жыл бұрын
Ilaa faarfaticha kiristoosiin faarfatu! Yeroo hundaa faarfannaankee na eebbisa, God bless you abundantly!
@tigisttamiru2907
@tigisttamiru2907 Жыл бұрын
Uuuuffffeeee ameeeen ameeeeen ameeeeeen gooftaan baraaf jireenyaa kee haa ebbisuu daasuu ❤❤
@wabiidiina
@wabiidiina Жыл бұрын
Eebbifamii dase farffaannaa yeroo hundaa dhageffatanii hin quufnedha dhugaa jabaa namaa
@amanuelshifera585
@amanuelshifera585 Жыл бұрын
Blessed man christ is life not Gold Nama jaalatame dhugaa jireenyi namaa galuun baayyee nama gammachiisa jabaadhu
@Kaayyoof2000
@Kaayyoof2000 Жыл бұрын
SINGER DASAALENYII Ittiin Eebbifamuuf Baay'ee Ariifannee Jirraa. Baga Nagaan Dhuftee. Eebbiffamaa Namaa.
@wagayobalay3980
@wagayobalay3980 Жыл бұрын
Wayee fannoo farfachukee itti fufi.uuuuuf waqaayyo baraaf jirenyaakee haa ebisuu ebifami maqaa yesusin 🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤
@TarikuGirma-s3t
@TarikuGirma-s3t Жыл бұрын
Dassee ati nama dibameedha edduu sijallanna bara baraan farfachaa afi❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@faituuwaariqu4105
@faituuwaariqu4105 Жыл бұрын
Uuuuuuuuuffeee Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen ❤❤
@mibiratitesfay3325
@mibiratitesfay3325 Жыл бұрын
Ameeeeeeeeen ebbifamii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@TigistiiTamasigen
@TigistiiTamasigen Жыл бұрын
Ebbiifaamii🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤
@burtee69
@burtee69 Жыл бұрын
ibiifaamii nama waqaayyoo kan calaa ibsaa tuluu iraa ta,ii muladhuu❤❤❤
@DesalegnGurashaOfficials-qb6to
@DesalegnGurashaOfficials-qb6to Жыл бұрын
Baay`ee eebbifami nama waaqayyoo nuuf jiraadhu
@biqilaa852
@biqilaa852 Жыл бұрын
Baayyeema eebbifami, faarfataa faarfannaatti guddataa bulu! Ammi faarfannaa kee jijjiiramaa jiru amma ati kiristoositti guddataa jirtu namatti agarsiisa- sin jaalladha❤
@EmuEmu-qt5kt
@EmuEmu-qt5kt Жыл бұрын
Waqayoo sin ebbisuu 🙏 ebbiffaammii bayee dhibbaa warrii waqayoo gochaannii Isaa dubaattaaf farfaannaannii hin dhummuu glta qaofaa isaaf maallaa🙏🙏🙏🙏🙏🙏😭😭😭
@deborajesus3593
@deborajesus3593 Жыл бұрын
Woww ammeen ammeen uuffee😢😢😢❤❤ ebbiifamii ayyaanni waqayyoo siif haa bayyaatuu nama dibata waqayyoo irraa jiruudhaa ati dhugaa ❤😢
@matiwosalemayehu554
@matiwosalemayehu554 Жыл бұрын
God bless you Bro
@MariamB-t6r
@MariamB-t6r 17 күн бұрын
Waaqayyoo bara fi Jireenyaa kee haa Eebbisuu Eebbifamii dachaan kanumaa caalaati itti fufii faarfadhuu Maqaa Yesuusiin Dase❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
@kenenisakeno
@kenenisakeno Жыл бұрын
an isa qalamen amana. woooow😍😍😍😍😍😍😍😍 eebifami
@mawlamawla1079
@mawlamawla1079 Жыл бұрын
Uuuuuuuuuffffffeeeee dhugaadhaa bekaa kenyaa ebifaamii desiyee haadhooko Ayyaanichii dachaa dachaan siraati ha dabalaamuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@annanimer-xc6gh
@annanimer-xc6gh Жыл бұрын
Wan waqarra yoo nama ifee akanatti nama farfachisa ☺️✅✅🔥🔥
@ZeinabAli-w5g
@ZeinabAli-w5g Жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen gooftaa siinhaa eebisuu gudaa isaa ❤❤❤❤❤❤
@dawitlemu8689
@dawitlemu8689 Жыл бұрын
Dassuyye waaqayyo barake haaebbisu, yeroo baayye faarsaanke waae fannoo yasuusidha ❤eebbifami
@johntalila9854
@johntalila9854 Жыл бұрын
Ayyanni waaqayyoo si irraa haa Bulu❤❤
@CaaltuuTullamore
@CaaltuuTullamore Жыл бұрын
Ebbifamii ebbifama koo barrii kee hundumtuu siif haa ebbifamuu ❤❤❤
@kiyyaailluu7482
@kiyyaailluu7482 Жыл бұрын
ameeen ameeen ameeen ebbifamiiiii Dasiyeee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@annanimer-xc6gh
@annanimer-xc6gh Жыл бұрын
Wa,ee fannoo gafaa hundumaa afaan kee kessa hin dhabamin dassiyyee uuuuuuuufffffff 😭😭🙌🙏📖💔💔💔💔💔 ebbifamii
@wabiidiina
@wabiidiina Жыл бұрын
galgala koot atii abdii biiftuu garraaraa isa na hirmaachisuu dhiyaana galgalaa iraa😍😍😍🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤
@Senaayanaofficial
@Senaayanaofficial Жыл бұрын
Ebbifamii nuuf jiraadhu Dassiyyeeko
@kumemiessa9007
@kumemiessa9007 Жыл бұрын
Dassee ogummaa waqayyon guutamee❤❤❤❤😢🎉🎉🎉
@DammeeDidhaa
@DammeeDidhaa 4 күн бұрын
Dhugadhaa yesus jirenyaa kenyaadhaa 🥰🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲
@BoonsaaYaadasaa
@BoonsaaYaadasaa Жыл бұрын
Waaqayyoo si haa eebbisu.
@ImuMuluna
@ImuMuluna 2 ай бұрын
Yeroo hunda Iyyesus ❤❤❤❤
@imaanaamedia
@imaanaamedia Жыл бұрын
Ati dhugaadhumatti goota dubbiin isa keessaa ba'u rasaasa ta'ee diina nyaatuudha! Goota dubbii tolu gara kuteessa,jabaa jabanni hin geddarre!
@HawiDareje
@HawiDareje Жыл бұрын
Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen 🎧🎻🎧🎧🎻🎻🎺🎺🎺🥁🥁🥁🎷🎷🎷🎸☦️🎤🎤🎤farfannaa ergaa guddaa of keessaa qabbuu ebbifaami ebbaffii ta'ii mucaa kakuu 👏👏👏🙏🙏🙏
@Sinbo-wi1ul
@Sinbo-wi1ul Жыл бұрын
Ammeen ebbiifaami dasee
@NatanMobile
@NatanMobile 11 ай бұрын
Gofttaan Sii Haa ebbisu ❤ Dhugaan yesus nuuf warqee osoo hin tane Jireenya keenya❤❤❤❤
@dimaguyo
@dimaguyo 11 ай бұрын
Yoo waaqayyoo farsaan akanattii blessed my brother
@Iyuu585
@Iyuu585 Жыл бұрын
Jiraadhu waaqayyoo barakee haa Eebbisuu dasuu darbii farfaadhu ❤
@waqaayyoobekkaadhaa171
@waqaayyoobekkaadhaa171 Жыл бұрын
Eebifammii dachaa dasuu🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@Eebbiseejiraa
@Eebbiseejiraa 7 ай бұрын
Jireenya barattii dhugaa waaqayyoo nama hunda wama ergaansaa dhugaa eebifamii❤❤❤❤❤❤
@RabiCall
@RabiCall Жыл бұрын
Isaa si'i waliin jiruu waqayyoo guddaf galanni guddan yaa ta'u!! Eebbifamii nama waqayyoo❤❤
@MartiBekela
@MartiBekela Жыл бұрын
WOW ebifamii ayanii waqaayyo kanaa calaati sif haa bayatuu ❤❤❤❤
@Hawai-h3w
@Hawai-h3w Жыл бұрын
Ameeeeen ebifami dhuga farafanake guyadhan oton hin dhagefatin hin buluu yero huda we.e fano farafata baye namati tola ebifami dacha dacha
@gemechisabeba
@gemechisabeba Жыл бұрын
Ebbifamaa koo waaqayyoo ammayyuu Ayyaana kanarratti siif ha dabalu
@BILOO_tube
@BILOO_tube Ай бұрын
uuuuuuuuuffffff!!!!❤❤How amazing it is to listen to a true worshipper who praises Jesus!"❤
@yesusejirata4025
@yesusejirata4025 Жыл бұрын
Uuuuuuufffee Ammmmmeeeen Ammmmmmeen Ammmeen ebbifamaa gooftaa. Bara jireenyaa keenyaa siif haa ebbisuu❤️❤️❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@EasternStars24
@EasternStars24 Жыл бұрын
eebbifami waaqayyo baraa fi jireenya kee hundumaatti dachaa dachaa dhaan si haa eebbisu.
@eborebira210
@eborebira210 Жыл бұрын
Uuffffee jireenya kooti ati😢 Eebba dachaan eebbifami❤
@fayyeraamotorraa
@fayyeraamotorraa Жыл бұрын
Kirstoos faarsuun akka keetti.jabaadhu jabaa sabaa
@ayyantumalkamu8609
@ayyantumalkamu8609 Жыл бұрын
Ebifamii dachaa dacha
@Yesuskaraadhadhugaadhas
@Yesuskaraadhadhugaadhas Жыл бұрын
Ameeeeeeeenn 🤲 Waaqayyoo isin haa eebbisuu eeebbifamaa 📘
@almaz8781
@almaz8781 Жыл бұрын
❤💋❤ebbiffami 🥰🥰🥰🥰uuuufeyi ayyannii siif habay'atuu kanumaa calaa🥰🥰🥰🥰😘😘😘😘😘😘😘
@masiiyaadatee5373
@masiiyaadatee5373 Жыл бұрын
Eebbifami guddaa 🙏🙏🥰🥰🥰
@JiroJesus
@JiroJesus Жыл бұрын
Ati faarfadhubboo🙏❤️
@megersam
@megersam Жыл бұрын
Nuu jiraadhu daseekoo
@user-debi3oliken
@user-debi3oliken Жыл бұрын
Ameen! Baay'ee eebbifami haadhoo koo.❤❤❤❤❤
@abdishuma8969
@abdishuma8969 11 ай бұрын
Uuuuuuuf farfannaa kee marti wa'ee hoolicha isa qalameeti.kun immoo kennaa addaadha isa faarsuun.gooftaan ayyaana isaa siif haa baay'isuu.dhugaa kennaa ajaayibaa qabda.
@ShambalTasfaye-uh8jf
@ShambalTasfaye-uh8jf Жыл бұрын
Yesus anaf warqe koo mitii jirenyaa koti farsaa bayyee namatii tolu dhaa jabaa baraa kanaa kesaa arganedhaa atii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@fikirugetu-yl5lg
@fikirugetu-yl5lg Жыл бұрын
Ebbiffamii dasukoo
@abdieba_123
@abdieba_123 Жыл бұрын
Farfannaa ajaa'ibaati!!!
@burteeburte
@burteeburte Жыл бұрын
Yesus dhumakee haa bareechu dassee keenya namni dibbanni irra jiru jecha ittin gooftaa ebbisu hin dhabuu uuuuuffffffeeeee ebbifami ebbifami 😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@senadesalegn600
@senadesalegn600 Жыл бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Ameeeeen Aeeeeeeeeen eebbifamaa❤❤❤❤❤
@suphaadobepremierprotutorial
@suphaadobepremierprotutorial Жыл бұрын
eebbifami goota wangeelaa
@seenaafyesusjiraa4718
@seenaafyesusjiraa4718 Жыл бұрын
Eebbifamii dachaadhan 🙏👏
@tigisteetafarii5686
@tigisteetafarii5686 Жыл бұрын
Ameeeen. Ebifama ebifama ebifama ebifama ebifama ebifama. Dacha.dacha Dacha.dacha ❤❤❤❤❤
@GeexeeDu9-lm5ni
@GeexeeDu9-lm5ni Жыл бұрын
🎉❤❤Amen amen amen amen ebbifami waaqaayyoo baraa kee ha ebbissuu ebbifami dhugadha 🙇‍♀️ ogesaakoo ❤
@buno_multimedia
@buno_multimedia Жыл бұрын
dasekoo ❤❤❤❤
@Yafetgudetaofficial
@Yafetgudetaofficial Жыл бұрын
Eebbifami jabaakoo ❤️❤️
@temesgentamiru3794
@temesgentamiru3794 Жыл бұрын
Dassekoo nuf jiradhu adarakee ciimi ija jabadhu dhabadhu ayyannisa sifana jira bayyee garakoo nanyata kessuma farsankee hundumtisayyuu hinqufamu dhugaa ammas Nan jidha nuf jiradhu
@girmakebede9485
@girmakebede9485 Жыл бұрын
Dassee my favourite singer! God bless you! ....yaadannoo isaan qaba keessa kootii oolmaakee isa lafa dukkanaa. Osoo baay'atuu dhiibboon ormaa naaf safarteem iddoo dunkaanaa........
@MmMm-d2b9w
@MmMm-d2b9w 7 ай бұрын
Abba faaruu midhaga wan jechan dhabee bless you 🙌🙌🙌🙌🙌🙏
@ifakebede3942
@ifakebede3942 Жыл бұрын
Eebbifami Dassee koo
@KENOLESHETU-b7u
@KENOLESHETU-b7u Жыл бұрын
Ayyaanni siif yaa baayyatu.
@LalisaAsefaOfficial
@LalisaAsefaOfficial Жыл бұрын
You are blessed! Dhugaa dubbachuuf faarfannaa dinqiidha, Dassuu koo! Nuuf jiraadhu!
@BELINA_TEACH
@BELINA_TEACH Жыл бұрын
Jabaadhu D kooo
@muluuwarqi8112
@muluuwarqi8112 Жыл бұрын
Ebbifamii dachaa
@oroomtittisabaa9757
@oroomtittisabaa9757 Жыл бұрын
Ebifaamaa mucaa kakuu ❤❤❤❤
@TigiHoleta
@TigiHoleta Жыл бұрын
Ebbifamii Ebbifamii ayaan kanumaa calaa sif haa dabaluu dasee Anii yoon farsaa kee dhagefadhu yerosalematu nati argamaa❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢
@SaraSara-fw3yx
@SaraSara-fw3yx 6 ай бұрын
Uuuuuuuuufffff baraf jirenyaa kee waqayoi haebisuuuu💓💓💓💓💓💓🙌🙌🙌🙌🙌😭😭
@guetteethiopia5662
@guetteethiopia5662 Жыл бұрын
Bagaa nagaan dhuftee ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@AcaaluuBadhaadhaa-ps4uq
@AcaaluuBadhaadhaa-ps4uq 10 ай бұрын
Ammaa dhumaatti dhaabbadhuu jabaa nama ayyaanni siifaa baay'atu 👍👍💗💗💗💗💗💖
@NegashOroman-kl5kh
@NegashOroman-kl5kh Жыл бұрын
Waaqayyo dachaa dachaa si haa eebbisu malee maalan jedharee dhugaa ❤️💚♥️👈
@labsiiwangeelaatube4016
@labsiiwangeelaatube4016 Жыл бұрын
Dassee ko bless you!
@Damefekaduofficial
@Damefekaduofficial Жыл бұрын
Dassee ko, faarfachaa hafi sirra jira dhugaa. Sin jaallanna.
@Seenuu501
@Seenuu501 Жыл бұрын
Dasee koo Gooftaan bara kee hundumaa haa ebisuu Ebifaamii Kanumaan caalati Ebbaf ta'ii nama Ebifamaa dha atii❤❤
@shanandaawwiitube104
@shanandaawwiitube104 Жыл бұрын
Dase koo si eegan jira
@rormam4440
@rormam4440 Жыл бұрын
Eebbifamii ❤❤❤
@zeritutubeolana1064
@zeritutubeolana1064 Жыл бұрын
Ameeeen Ameeeen ❤❤❤❤❤❤❤ Wow wow wow wow 🎉🎉🎉🎉🎉 Eebbaf ta'i Dase ❤❤❤❤❤❤
@ebisataye5437
@ebisataye5437 Жыл бұрын
Dessekoo much grace
@tamotilahun4638
@tamotilahun4638 Жыл бұрын
Waaqayyo si haa eebbisu obboleessa eebbifamaa nana
@tufaararsa
@tufaararsa 3 ай бұрын
God Bless More Dase
@KoriOromya3416
@KoriOromya3416 11 ай бұрын
Uffee Ameen ..KIRISTOOS malee maaltu nama hin ganne ree Qaamni keeyyuu si gana . Waaqayyo bara kee hafe fannoo saa jalatti siif ha raawwatu...
Dasalegn Dula - MACAAFA JIREENYAA (Official Music Video)
7:05
Dase Dula Official Tube
Рет қаралды 515 М.
MADAA MALEE || Singer: Dasalegn Dula
6:59
Dase Dula Official Tube
Рет қаралды 345 М.
How Many Balloons To Make A Store Fly?
00:22
MrBeast
Рет қаралды 156 МЛН
كم بصير عمركم عام ٢٠٢٥😍 #shorts #hasanandnour
00:27
hasan and nour shorts
Рет қаралды 11 МЛН
Ijaan Malee Faar.Dassee Duulaa
4:29
Dase Dula Official Tube
Рет қаралды 62 М.
Tulluu tuulamaa
7:47
Dase Dula Official Tube
Рет қаралды 35 М.
Solomon Alemu | ACHI | New Afaan Oromo Gospel song (Official Music Video) 2024/2017
6:48
IJAARSA FAYYINAA | Dasalegn Dula
6:58
Dase Dula Official Tube
Рет қаралды 177 М.
Sona Takele - WARRA BOOLEE - (Official Music  Video)
4:55
Motessa Studio
Рет қаралды 11 МЛН
BARI'UU DIDAAREE: ABRAHAM TARE
5:59
WAKJIRA TUBE
Рет қаралды 632 М.
Yaa Dachee___Faar.Dassee Duulaa Vol.3
8:21
Dase Dula Official Tube
Рет қаралды 54 М.
How Many Balloons To Make A Store Fly?
00:22
MrBeast
Рет қаралды 156 МЛН