Dawit Girma - CARII (Official Music Video)

  Рет қаралды 782,932

FAARSAA OROMO

FAARSAA OROMO

Күн бұрын

Пікірлер: 641
@lookooentertainment5510
@lookooentertainment5510 2 жыл бұрын
Ani Musliimadha Garuu Muuziqaan Kun Baay'ee Natti Tole; Rabbi Siyaa Eebbisu
@Tiyaabdi9569
@Tiyaabdi9569 2 жыл бұрын
Galatoomi.jireenya bara baraa siif hawwa.
@SingerGemechuRetaOfficial
@SingerGemechuRetaOfficial 2 жыл бұрын
KZbin channel kiyya subscribe gochuun maatii naaf ta'ii sanyii
@Link-iu5yw
@Link-iu5yw Жыл бұрын
Sis yebbisu, bayee namatii toltaa waaqayoo uduma niijalata.raamadan kaarim🌙🕶️☂️
@tsegayetsega-l1u
@tsegayetsega-l1u 6 ай бұрын
waqqayo goftaa dha
@Hana-h4j7x
@Hana-h4j7x 2 ай бұрын
Ok
@aideaide3405
@aideaide3405 2 жыл бұрын
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏🙏🙏 eebbiiffamii D waqayyoo ammayyu dachaa dachaa saa eebbisuu
@lallistuugalatabunee40
@lallistuugalatabunee40 24 күн бұрын
Wowowowowo farfannan kuni addaa dhugaa waqayyoo💔💔💔akkatti namusaa fi hafuraan gutamaa farfadha farfattoni kenyii yomiyyuu👈😮
@danielkitila9058
@danielkitila9058 Жыл бұрын
wow baayyee namatti tola
@hmtmnbgnbs
@hmtmnbgnbs 2 жыл бұрын
Barcuma rirmi nyaatu 1000 nama hin baatu du'u yookan baqatu amazing words
@daniman6448
@daniman6448 2 жыл бұрын
wow 😲 best gospel song akkaataan shubbisa kees namatti tola
@SingerGemechuRetaOfficial
@SingerGemechuRetaOfficial 2 жыл бұрын
KZbin channel kiyya subscribe gochuun maatii naaf ta'ii sanyi
@Jesus_is_Lord_Ever
@Jesus_is_Lord_Ever 2 жыл бұрын
መዝሙር 150 (Psalms) 1፤ ሃሌ ሉያ። እግዚአብሔርን በመቅደሱ አመስግኑት፤ በኃይሉ ጠፈር አመስግኑት። 2፤ በችሎቱ አመስግኑት፤ በታላቅነቱ ብዛት አመስግኑት። 3፤ በመለከት ድምፅ አመስግኑት፤ በበገናና በመሰንቆ አመስግኑት። 4፤ በከበሮና በዘፈን አመስግኑት፤ በአውታርና በእምቢልታ አመስግኑት። 5፤ ድምፁ መልካም በሆነ ጸናጽል አመስግኑት፤ እልልታ ባለው ጸናጽል አመስግኑት። 6፤ እስትንፋስ ያለው ሁሉ እግዚአብሔርን ያመስግን። ሃሌ ሉያ።
@SingerGemechuRetaOfficial
@SingerGemechuRetaOfficial 2 жыл бұрын
KZbin channel kiyya subscribe gochuun maatii naaf ta'ii sanyii
@yerosaanjf9922
@yerosaanjf9922 2 жыл бұрын
Garaaf hin jiradhuu hin dhabu wanan nyadhuu!!!!!Wawoo Amazing 👏 amas waqayyoo jechotaa ittin isaa jajatuu siyaa badhasuu dachaa 7n Devf
@galataabadhaasaa740
@galataabadhaasaa740 2 жыл бұрын
Dhugaan beekumsa !Dhugicha! Very interesting song from visionary farfataa. May GOD bless your life.
@getusorsa1017
@getusorsa1017 2 жыл бұрын
jijjiiramni jira.Faarsaan kee duraa sirbaan wal fakkaata.akkasuma waan qoosaaf hojjatte fakkaata.kan ammaa ni wayya.kana caalaa bilchinaan hojjachuu ni dandeessa.Jabaadhu
@EbaDiribaOfficial
@EbaDiribaOfficial 2 жыл бұрын
Wowowow 🙏🏿🙏🏿 Eebbifamaa hundi keessaniyyuu
@gudetawagari8021
@gudetawagari8021 2 жыл бұрын
wooooooow Daawweeko akkan itti si jaalladhuu !!!!! ammayyuu ayyaanni caalu siif haa dabalamu
@ayanakesi1402
@ayanakesi1402 2 жыл бұрын
Ebbiffaa Yaa Obbollessaa. Goftaan Yesus saa, eebisuu. Hin amiin ibiddii kuunii yoomillee✌️
@getefeyisa833
@getefeyisa833 2 жыл бұрын
Uuuffee ebbifamii adhoo koo waqayyoo baraa kee yaa ebbisuu♥️♥️♥️♥️
@bonsa123
@bonsa123 2 жыл бұрын
u are blessed deva baga wyo si gargaare.jechoonni ati fayyadamtuus adduma abbaan kennichaa yesuus haa ulfaaatu.
@oromiastar
@oromiastar 2 жыл бұрын
Eebbifami Dave 🥰 Natti Toleera .... God Bless You
@ayyuutaakkalaa6068
@ayyuutaakkalaa6068 2 жыл бұрын
qaaxale warraa horroo
@disoosyabi9365
@disoosyabi9365 2 жыл бұрын
Woooww ebifamiii mucaa kakuu
@oromiya7958
@oromiya7958 2 жыл бұрын
Gooftaan sii haa eebbisu
@bilileenugusee146
@bilileenugusee146 2 жыл бұрын
farfanichii hirribaa naa dhorge Dhugaa waqa heduuu barredaa sa'aatii 3 olii iraa dedebisee dhagefadhee 😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@robsanamente1962
@robsanamente1962 2 жыл бұрын
Qaxalee keenya Waaqayyoo dachaa si haa eebbisuu Eebbaaf ta'ii , gam lachanuun si haa eebbisuu lubbuu fi fooniin Sitti haa toluu, jiruu kee hafe milkaa'ii
@mikialex2684
@mikialex2684 2 жыл бұрын
Wow faarsaa aji'ibaati Waaqayyoo si haa ebbiisuu dv keenyaaaa❤️❤️❤️❤️💕💕💕♥️♥️💪💪💪💪💪💪
@masitube5948
@masitube5948 2 жыл бұрын
WOw wow wow qaxalee ilmaa waaqayyo dachaa sirratti haa roobsu eebbasaa.god bless you Deva
@ebbaa
@ebbaa 2 жыл бұрын
Dandeettii guddaa akkaa sii kennee 100/ amaneera walaloon ati fayyadamtu jireenya koo jijjiira jira
@sofaikady5334
@sofaikady5334 2 жыл бұрын
Jabadhuu faruun kee waan heduu uf kessa qaba nama waa ubatuuf dawwee koo🥰🥰🥰🥰
@markosyonas2695
@markosyonas2695 2 жыл бұрын
ebbifaami ebbifaami
@kiyyaailluu7482
@kiyyaailluu7482 2 жыл бұрын
Ameeen Ameeen ebbifamiiiiii daweko Maqaa yesus ❤️❤️❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@waanofi312
@waanofi312 2 жыл бұрын
wow wow :) manni koo nagaadha!
@amanuelshifera585
@amanuelshifera585 2 жыл бұрын
God bless you dhugaan si keessaa kun amma illee haa boba'u
@asteerkar1546
@asteerkar1546 2 жыл бұрын
ameeeeen ameeeeen ebbiifaamii ebbiifaamii dachaa dev koo
@magarsaamsalu6241
@magarsaamsalu6241 2 жыл бұрын
Eebbifamii dawwekoo!
@bashanegeri3062
@bashanegeri3062 2 жыл бұрын
Ayyaana Caalu siif haa dabalu !!
@yomifkumsisabededa3469
@yomifkumsisabededa3469 2 жыл бұрын
what a brand singer the God has given us guys! faarfataa ajaa'ibaa akkamii waaqayyo nuuf kennee jarana! u are special dave I love you from my heart may God bless you , grace up on you dave !
@SingerGemechuRetaOfficial
@SingerGemechuRetaOfficial 2 жыл бұрын
KZbin channel kiyya subscribe gochuun maatii naaf ta'ii sanyii
@iyasuabeshu1032
@iyasuabeshu1032 2 жыл бұрын
Eebbifami GOD BLESS YOU DAVE!!
@lensaaster5929
@lensaaster5929 2 жыл бұрын
Uuuuuuuu !!!! Mucaan Kun Hin Danda'mnee Jaranaa💔💔💔💔💔💓💖💖
@سوسوسوسو-ت9و3ك
@سوسوسوسو-ت9و3ك 2 жыл бұрын
Ameen Ameen Ebbifaamaa sabaa Waqayyoo ♥️❤️❤️💓💔 you have
@birkealex3304
@birkealex3304 2 жыл бұрын
ሁሁሁሁሁሁሁሁሁሁሁፊፊፊፊፊፊፊፊፊ ሀሌሉያ ሀሌሉያ ሀሌሉያ ዋዉዋዉዋዉዋ ስላ አንተ ዳዊት ክብርና ምስጋና ይሁን ለጌታችን ለኢየሱስ ክርስቶስ እልልልልልልልልልል
@jiituuoromoo860
@jiituuoromoo860 2 жыл бұрын
Ebbifami qaxalee mucaa waqayyo Barri kee haa ebbifamu 🙏👏👏
@mang0esfavxo164
@mang0esfavxo164 2 жыл бұрын
Ebbifamii!!!
@oxygenMediaNetwork
@oxygenMediaNetwork 2 жыл бұрын
Wooww baayyee nama gammaachiisa yaa dave
@aaishajaanu3623
@aaishajaanu3623 2 жыл бұрын
Amen Amen Amen 🙏🙏 waqayyoo bara Kee haa ebisuu ebifami❤️❤️❤️❤️❤️
@abomalegesse7807
@abomalegesse7807 2 жыл бұрын
ooooooo......isheen kunoo quba waaqaati jechuun ala maal jedhu!! stay blessed!!!!!!!!!
@abozaid413
@abozaid413 2 жыл бұрын
Ameeeeeeeeen Ameeeeeeeeen Ebbifamii
@ebaabrahamitafa8688
@ebaabrahamitafa8688 2 жыл бұрын
Waaqayyo jechootaan si eebbiseera; faarfannaa baayyee namatti toluudha.🖤🖤
@gedikeba1481
@gedikeba1481 2 жыл бұрын
Waaqayyo Gooftichi Hohii Gaarii Isa Si Keessatti Jalqabe Fiixaan Ha Baasu! Jabaadhu Yesuustu gatii kee guddaa taassiseetii!
@yeroosanjesus
@yeroosanjesus 2 жыл бұрын
Uuuuuuu eebbifami gurbaa Afuuricha gooftaatu si keessaa faarsa Ani si'1000n dhaggeeffadha ....bayyaannadhaa Yaa jamaaaa!!!!....
@singerabune.hambisaasinger8593
@singerabune.hambisaasinger8593 2 жыл бұрын
Ameeeen aneeeen ebifamii dachaa
@israelgemechu8836
@israelgemechu8836 2 жыл бұрын
Dev the father of new words Qaxalee kø Dachaa +2 ebbiifamii ammaayyu
@rreewq8102
@rreewq8102 2 жыл бұрын
ameeeeeeen eebbifami waqayyooo si yaa eebbisuuu🙏🙏
@bulofita5841
@bulofita5841 2 жыл бұрын
Gentlemen! Jabaadhu! Of ta'anii Waaqessu Waaqatu jaalata!
@gamachisgalchutube7720
@gamachisgalchutube7720 2 жыл бұрын
Daviye 😍🥰🥰🥰
@kitessagutu3603
@kitessagutu3603 2 жыл бұрын
Keep on bro!!
@Ayantu33
@Ayantu33 4 күн бұрын
Faarfannaankee laphee nama fuudha.ayyaanasaa siifaa baayyisu waaqayyoo dhugaa
@TDF1698
@TDF1698 2 жыл бұрын
Daviye!!!
@MAJOFFICIAL7
@MAJOFFICIAL7 2 жыл бұрын
God bless you so much. Sobduu qaaneesitee, Gooftaan si haa eebbisu.
@kulleeaddunyaa7010
@kulleeaddunyaa7010 2 жыл бұрын
Waqaayyoo sii haa eebbissuu 🙏🙏🙏.
@LalisaAssefaOfficial
@LalisaAssefaOfficial 2 жыл бұрын
Daawweekoo, abiddakoo! Love you so much!
@teshomeworkineh5136
@teshomeworkineh5136 10 ай бұрын
ጌታ ይባርክህ ዴቭዬ !!! መዝሙሮችህ እጅግ ይባርካሉ ።ልዩ ልዩ የኦሮሞ ባህሎችን ማጥናትና በመፀለይ ጭምር ብዙ ዝማሬዎችን እንደምታ ቀርብልን እንጠብቃለን ።
@lloveyoujesus2397
@lloveyoujesus2397 2 жыл бұрын
Wow wow amazing ameeeeeeeeen Ebbifaamii mucaa kaku 🙏🙏🙏
@fanuzinabu
@fanuzinabu 2 жыл бұрын
Waqaayyoo ammayyuu jechota ittin isaa farsiitu dabale sif haa kennuu ❤️
@megersatadaleofficial1015
@megersatadaleofficial1015 2 жыл бұрын
Personally, what I noticed is that the beautiful words for this song were sought out, worked on, not prayed over. May God protect our generation!. I am so bothered by the fact that generations are running to singing (Ragaduu/ Sirbuu)when there are songs that describe the greatness of God,About reconciliation,and tell of God's grace.If there is anything I can say, be led by the Spirit of God in everything you do!!
@weyessadebela2043
@weyessadebela2043 2 жыл бұрын
What is wrong with this song rather than your misunderstanding
@wasihunedossa962
@wasihunedossa962 2 жыл бұрын
spirit led comment?
@bekeletola8429
@bekeletola8429 2 жыл бұрын
keessa fi hafuura nama kanaa in beektu ,ati ergamaas waaqas miti of qabi.Macaafni "isinumtiyyuu qoraa of ilaalaa" jedha dawitiif kunoo ani gama kiyyaan gorsa macaafaa kanan kennaaf ,dubbiin macaafaa qulqulluudha nama hin gufachiisu ,hin mufachiisu otoo taliili jiruu maaf obboleessa kee booruu obaasta?? ati amma beekaa hafuuraa of gootee hojii nama kanaa hin hadheessin yoo dhuguma nama waaqayyoof inaafudhaan nama jaalattee bira deemii gorsi.Ani amma sin ifadha malee dawitiin hin hadheessu si waliin. Atiyyuu eenyummaa kee bakkeetti baastee mulliste otoo nama hafuuraa guutuu taatee dubbii macaafatiin hin gorsituu???????????????????????????????????????????????????????????
@miheretyadesa7380
@miheretyadesa7380 2 жыл бұрын
Have you ever read James 5:13 ?
@alemugamshu7084
@alemugamshu7084 2 жыл бұрын
You are simply confusing yourself! is Nan lallaba means ragadu?
@mimitiko2457
@mimitiko2457 2 жыл бұрын
Amen amen ebbifami hadhako
@oromoftech1987
@oromoftech1987 2 жыл бұрын
Hirdhuu kiyyatu guutee merree rakkon koo echaa butee gam lachaanuun naebisee rabiifaa galatuu
@martatube3997
@martatube3997 2 жыл бұрын
Uuuuufffffeeeee Ameen Ameen Ameen ebifamii ebifamii mucaa kakuu Far// Dawo💞🎻🎸❤
@senaabashaa4132
@senaabashaa4132 2 жыл бұрын
Wowwwww ebbiifaami daweee waaqayyoo barakee haa ebbiisuu
@bashaduuangasaa9709
@bashaduuangasaa9709 2 жыл бұрын
Wow qaxalee mucaa kakuu ebbiffami amalee dachaa DV koo❤❤❤🔥🔥🔥🔥
@berhanebajiga746
@berhanebajiga746 2 жыл бұрын
God bless you more dave you are very important man of God bless again
@naanimagarsa473
@naanimagarsa473 2 жыл бұрын
Ameen Ameen eebbifami waaqayyoo baraf jireenyaa kee ha eebbisuu Leencaa koo ❤❤❤❤❤
@bakashoeticha4614
@bakashoeticha4614 2 жыл бұрын
Bundle of Oromo Culture engagement in Bible work Looks again Beyond ......Truth Galatoomi Daawwit Waaqayyo si haa eebbisu!.
@alemugamshu7084
@alemugamshu7084 2 жыл бұрын
Kennaa guddaa, dandeettii cimaa, yeedaloo fi walaloo gaarii!! Waaqayyoo si haa eebbisu jabaadhu.
@samsmart5170
@samsmart5170 2 жыл бұрын
God bless you natti tolte abboo
@diborayadesaa3976
@diborayadesaa3976 2 жыл бұрын
Hojjii addattii divo guddaa ebbiifamii qaxalee koo jiraadhuu😍😍
@afritech826
@afritech826 2 жыл бұрын
nuuf jirradhu nama waaqaa eebbifami
@oromiagreat7009
@oromiagreat7009 2 жыл бұрын
Daawwee koo !
@biliseehilee6201
@biliseehilee6201 2 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen Eeebbbifamii Dove waqayoo hayaanaa isaa siratii Haa dabaluu nufii jiradhuu🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@jocywakstube9093
@jocywakstube9093 2 жыл бұрын
Ardiirran labaa maal akkamittin arangamaan na qaba♥️♥️♥️♥️👏👏👏 Devako eebifamii
@BetheliumAsefa
@BetheliumAsefa 7 күн бұрын
Waaqayyo ayyaana dachaa siif haadabalu, garuu rifeensa kee kana gabaabsadhu, macaafnni qulqulluu nis inEeyyamu waanta'eef👏👏🏥🎤🎤♥️♥️♥️♥️
@AbebeTolesa
@AbebeTolesa Ай бұрын
Dhuugaam kee jeete ebiifaamii
@sorumaimiru2309
@sorumaimiru2309 2 жыл бұрын
Galatoomi Baayyee Deva Siif Haa Dabalamu Ayyaanni!
@sifanijesus7503
@sifanijesus7503 2 жыл бұрын
Ameeen Ameeen Ebifamii dachaa dachaa qaxalee kenyaa Bagaa waqayoo sii Garagree nagadhani nufii dhuftee well come 🙏🙏🙏🙏🙏🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️❤❤❤❤❤❤
@ogummatube856
@ogummatube856 2 жыл бұрын
kzbin.info/www/bejne/sHy9lnyJib6YaJo
@familytube6398
@familytube6398 2 жыл бұрын
Ameeeeeeen ebifamii dachaa qaxalee mucaa waqayyoo 💯💯💯💯💯🙏🙏🙏
@davetube8205
@davetube8205 2 жыл бұрын
Miciree isaa miti midhaan Habaqii isaatu bugugsa wow wow aboo naatii tolee jiraa ebifaamii Devaaa kooo
@adugnamerga676
@adugnamerga676 2 жыл бұрын
Jechan siif dhaba Daawweeko❤️ Haa ulfaatu inni ayyaana kana sirra nuuf kaahe❤️
@SingerGemechuRetaOfficial
@SingerGemechuRetaOfficial 2 жыл бұрын
KZbin channel kiyya subscribe gochuun maatii naaf ta'ii sanyi
@gracetube3018
@gracetube3018 2 жыл бұрын
Sagalee jechootaan dabaalamee Yesuusiin eebbisu. Galatoomi Dave
@chalaasefa3168
@chalaasefa3168 2 жыл бұрын
Hawwiin foonii yoom dhuma Tasaa du'e dhidhima wawwoo GALATOOMI OBBOLEE
@abdisabachare5585
@abdisabachare5585 2 жыл бұрын
God is blessing your life amazing evangelist!!!!
@useruseruser4931
@useruseruser4931 2 жыл бұрын
Ameeeen Ameeen Ameee Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa
@SingerGemechuRetaOfficial
@SingerGemechuRetaOfficial 2 жыл бұрын
KZbin channel kiyya subscribe gochuun maatii naaf ta'ii sanyi
@gadisehailu2934
@gadisehailu2934 2 жыл бұрын
Keep blessed bro.........
@sifanwallaggaa3803
@sifanwallaggaa3803 2 жыл бұрын
Eebbifamaa eebbifamaa ❤️❤️
@amanueldereje6421
@amanueldereje6421 2 жыл бұрын
God bless you Dave kooooooo
@amartimulugeta9411
@amartimulugeta9411 2 жыл бұрын
Uffeekaa baayyeen itti boqodhe dhugaa......eebbifami mice waaqayyoo Darbii deemi
@DanielKitila
@DanielKitila 3 ай бұрын
Thank you Dawe
@matibelissa6682
@matibelissa6682 2 ай бұрын
Aboo Waaqumti baayyisee si haa eebbisu. Ergaa dhalootaatu sitti kennameera.
@kenaatarrafaa9446
@kenaatarrafaa9446 2 жыл бұрын
Ebbifamii qaxalee ilmaa
@shaltoYaadanooAddamuu
@shaltoYaadanooAddamuu 12 күн бұрын
Wawwuuuu ebbifamii Danii
@garumagerbaba3535
@garumagerbaba3535 2 жыл бұрын
OMG! What a power full message! Mukukula....! Eebbifami!
@nourrabah5238
@nourrabah5238 Жыл бұрын
Nuuf jiiraadhuu sanyii keenyyaa eebbiifamiiiiiiiiiiiiiiiii
@zinash8699
@zinash8699 2 жыл бұрын
Waan hundumaa duraa nagaan waqaayyoo isinf haa baay'atu jirtuu.ishoo Xinnaa guddaa koo eebbifaamaa 🎸🌻♥️♥️♥️🦁🦁🦁leenca mucaa yesus.
@bashaatuuwarqinaa5624
@bashaatuuwarqinaa5624 2 жыл бұрын
Ebbifamii qaxalee mucaa kakuu 😍
@tadessekebede8509
@tadessekebede8509 2 жыл бұрын
Waaqayyo si haa eebbisu Dave! Akkaataan faarsaa kana itti hojjette, ergaan walaloo fi yeedaloo kee illee baay'ee ajaa'iba. Keessumattuu jireenyi Kristoosin alaa wantootni ati itti fakkeessitee faarsitee fi gara kutummaa fi murtoo Yesuus wajjin deemuuf humni faarsaa kee baay'ee humna natti horee jira. Waaqayyo ayyaana isaa dabalee siif haa baay'isu!❤❤❤
@helleen4304
@helleen4304 2 жыл бұрын
Mafan budenaf jedhee lubbuu koo labaa ♥️♥️❤️🙏🙏🙏🙏👌
@hacalutaresa1233
@hacalutaresa1233 2 жыл бұрын
Baayyee Namatti Tola Faarfataa Keenya Daawwit Girmaa Maaloo Dafii Dafii Nuu Baasi Sagaleen Kees Baayyee Namatti Tola
SHILINGII ITTI HIN BAAFNE: DAWIT GIRMA
8:16
WAKJIRA TUBE
Рет қаралды 1,9 МЛН
ALEMU MOKONIN - NAGAA KOO (Official Music Video) #Faarsaa OROMO
8:33
FAARSAA OROMO
Рет қаралды 154 М.
Чистка воды совком от денег
00:32
FD Vasya
Рет қаралды 6 МЛН
DAWIT GIRMA (DAVE) NA CAQASAA! (Official Music Video)
6:05
Dawit Girma Fufa
Рет қаралды 692 М.
DAWAA LUBBUU Lidiya Deresse New Music Video 2022
4:38
Lidiya Deresse Multimedia
Рет қаралды 982 М.
DIRMAMMAA'EE : DAWIT GIRMA (Dave)
6:53
WAKJIRA TUBE
Рет қаралды 674 М.
DAWIT MORKA - SAGALEE (Official Music Video)
6:12
Dawit Morka Tube
Рет қаралды 510 М.
DAWIT GIRMA  : NAN GOCCA
6:50
OBORO MEDIA
Рет қаралды 305 М.
Faarfannoota durii walitti fufaa
3:58:58
Ejere Chengere Full Gospel
Рет қаралды 191 М.
Чистка воды совком от денег
00:32
FD Vasya
Рет қаралды 6 МЛН