Thank you dear ❤️ Kan oromo jibbu rabbi dhabama haa godhuu
@artanasaliyyii Жыл бұрын
Maatii naafiis ta ii qomoo koo
@biruktayetwarkuu9586 Жыл бұрын
Galaatomii gotaa ko♥️💚❤️
@nouraabdulla8365 Жыл бұрын
abshiir sabakoo!🙏🙏
@Abdulaziz1786h Жыл бұрын
ARTII KENYAA ATUBNUU GALTOMII SANYII ACAALUU 😘💞
@korsapaulos4310 Жыл бұрын
Awesome!.I really like your sound forever and the instruments you used is interesting. Sagalee kilolee fi sirba jabaa ergaa gudda dabarsu jabaa nuuf jette Daawwii.Galatoomi.
Wooooow What a music arrangement What a poem What a lyrics What a sound system Totally 👍🏾 timed 😢 Dawite’e ( dhugumaan dawitii sabaa ) Tooluu walin toolaa Walin ajeefamaa jiraa Let’s us be united we can pass any obstacle 😮 Jiraadhuu Namaa dhugadhaff jirate’e We love you always Long life
@yomifkumsisabededa3469 Жыл бұрын
amma yoonaa kan ummata oromoof dhaabbate hin agarre, inni kaan morma mura, inni kaan immoo ulfa abiddaan guba, warreen kaanimmoo haadha iyyeessaa saamanii boochisu kanaaf sirriin biyya kana keessa hin jiru waaqayyo uumaa malee, wanta jal'aa amma ta'aa jiru qaamaolee hundaanuu yoo argitu garaa nama kuta, haala ammaa kanaan yoo siyaasni oromoo hin sirranne jaarraa tokkoo oliif ammallee duubatti deebiin wanta hafu natti hin fakkaatu, akka kun hin taaneef immoo qaamni mormaa jirus ummata miidhuu hin qabu moo warra gurmaa'ee kaayyoo biraaf ba'etu ummata miidhaa jira adda nuuf baasaamee baruu barbaannaa?