KZ
bin
Негізгі бет
Қазірдің өзінде танымал
Тікелей эфир
Ұнаған бейнелер
Қайтадан қараңыз
Жазылымдар
Кіру
Тіркелу
Ең жақсы KZbin
Фильм және анимация
Автокөліктер мен көлік құралдары
Музыка
Үй жануарлары мен аңдар
Спорт
Ойындар
Комедия
Ойын-сауық
Тәжірибелік нұсқаулар және стиль
Ғылым және технология
Egereen OBS Maali?
1:06:40
OBS:Qophii Addaa Seenaa Hundeeffama OBS ibsu SAGALEE SAGALEE DHABE jedhu Kutaa 1ffaa
1:00:33
He Hid His Second Girl Under the Bed! 😱🛏️ #prank #wife #comedy
00:31
小路飞和小丑也太帅了#家庭#搞笑 #funny #小丑 #cosplay
00:13
How to Fight a Gross Man 😡
00:19
Quando A Diferença De Altura É Muito Grande 😲😂
00:12
Dhiibbaan OBS hanga yoonaatti uume maali?
Рет қаралды 4,511
Facebook
Twitter
Жүктеу
1
Жазылу 59 М.
OBSTV
Күн бұрын
Пікірлер: 22
@oromiatube1534
Ай бұрын
OBS'f ammayyuu abdiin jira! Waan qabnuufi waan dandeenyuun isin tumsinee qilleensatti in deebifanna!
@kebedewoyessa8689
Ай бұрын
Ammayyaa'ee haadeebi'u
@jossytgarba1203
Ай бұрын
Kun Oromoof qaaniidha abadan cufamuu hin qabu. Ummanni keenya biyya alaa fi keessaa waan qabnuun bira haa dhaabbannu yaa oromooko!
@AhmedinYusuf-pl4ng
Ай бұрын
Wallahi Ani gara fuldurati obs akaan iti debi'u irati hirmachun qaba
@Gadaa-8
Ай бұрын
"Obs wajjiin jira yoomiiyyuu taanaan" miidiyaa Yeroo jalqabaatiif seenaa, duudhaa,aadaa oromo irratti hojjatedha toorarratti ni deebifna.
@Mahamad.dadafo
Ай бұрын
OBS rakkoo fi makkoo keenna gola Oromiyaa hunda seenee ijaa gurra ummataan gahu rakkoo horiif cufamuun OBS osoo hin taane nutu cufame,nutu salphate.Haalli itti Abdiin moonaa loon Booranaa keessaa dhume keessa deemee abbaa karraa itti dubbisaa ture hardhas na afoo deema.Amma haalli hundi keenna waan qabnuun itti gargaaruu dandeennu qofti akka nuuf mijatu.OMN gaafa biyya jiru tooftaa nuti hundi ittiin hirmaachuu dandeennu qopheessuu isaa yaadachuun gahaadha.
@SomoIya-s4h
Ай бұрын
Yooyaa gootoota Oromo 💞💯🌹🌹🌹
@abdioasfaw211
Ай бұрын
naamaa gaadisisaa dhugaa............
@Mametube-w4w
Ай бұрын
Obs bira haa dhaabannu.
@TeshomeHailu-d7y
Ай бұрын
❤❤❤❤
@mlbmlb7150
Ай бұрын
Qormaata Lafaa kanaa irraa 💔sabaa fi jechaa Ejja Namaa Duraa dhabatan 💔💔💔💔 Translate to English
@HilifMathewos
Ай бұрын
jecha Hacaaluu tokko na yaadachiistan," nama lubbuun jiru hin faarsin yookin hin abaarin" jedhee ture. sababnisaa waan gaarii kan dalage dogoggora xiqqoo hojjechuun tuffatamuu dandaha. akkanuma kan seenaa badaan beekamus waan gaarii dalaguun seenaasaa sirreessuu dandaha. mee gara OBStti haa deebihu. OBS fi OMN yeroo wal fakkaataa keessa gara qabsoo oromootti makaman. qabsoo hirmaatan keessattis bu'aa guddaa argamsiisaniiru. haa tahu malee adeemsa keessa dhiibbaa garaa garaan dhiibamanii siyaasa oromoo keessaa bahanii turan. mee warra kana lamaan waliin haa madaallu. 1. OBS erga satalaayitii bilxigginnaa yaabbatee sagalee ummataa tahuu hin dandeenye. walumaa galatti uggurameera jechuun hin dandeenya. erga akkas tahee maalif gara qophii bashannansiisootti mataa naanneffatee ummata kanatti gadi hin baane? mee fakkeenya isiniif kenna media Habesha beekamaa kan tahe EBS ilaalaa siyaasa kamirraayyu bilisa. sagantaa bashannansiisoo irratti xiyyeeffachuun laphee ummataa hunda boojihuu dandaheera. kanaaf dadhabinni guddaan kan jiru hojjetaa bira jira jedheen yaada. 2. OMN ilaalaa kan akka media kanaatti duulli irratti geggeeffame hin jiru. garuu dhiibbaa keessaa fi alaa isarra gahe damdamachuun youtube fi satalaayitii dhaan laphee ummata oromoo keessatti hafuu dandaheera. 3. walumaa galatti media gaafa hundaahu fayyidaa ummataa giddugaleessa godhateeti. kana jechuun siyaasa ummata kanaa dagaagsuu, rakkoo ummata kanaaf sagalee tahuu, ummata kana bohaarsuudha. isa kana dura hojjettaniin dhaadachuu dhiisaatii fuula haaraan ummata kanatti kotta.lafatti kuftanirra lafatti mucucaattan yaadadhaa.
@xiinsammuu5124
Ай бұрын
Maalummaa Oromoo irratti hojjechaa ture
@abatefulaskelecha8857
Ай бұрын
OMN dagatamuu irraa hin jiruu, hangafa dha. OBS fi OBN nu barbaachisu!
@Mametube-w4w
Ай бұрын
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@kiyyaa2525
Ай бұрын
OBS Miidiyaa kana guddisuuf hojii cimaa barbaachisa
@itisforyou3121
Ай бұрын
OBS umrii xiqqaa qabu kessatti seenaa guddaa dalageera. Kana booda siyaasa qofa irratti xiyyeeffattanii hojjettu taanaan OBS ammas Umrii dheeraa hin qabaatu. Qophii keessan irra deebi'aa ilaalaa.
@diribaleta5911
Ай бұрын
Obsiin baraaruuf ummatin oromoo hundi kan biyya keessaas kan biyya alaas dirmannaa gochuun dirqama oromummaa ta’uu qaba . Isini gaazixeessitoonni obs iyyachuu keessan gara biyya alaattis ta’e biyya keessatti cimsitanii iyyachuu keessan jabeessa Baay’ee nama gaddisiisa miidiyaa qabsoo oromoo keessatti gahee ol aanaa qabu kana cufuun oromoof salphina dha .
@Barenti-tube
Ай бұрын
Guys, what is wrong with the OBS media? You can learn from abbay media. They started lately but now they become attractive media.
@HasenAliyi-nf5zv
Ай бұрын
dhugaa lakkoofsa tokko;
@satiyona
Ай бұрын
Ani waan ani jechuu barbaaduu OBSn waan tokko qofa innis jijjiirama biyya kanatti dhufee keessaatti warri mootummaa ta'an iyyuu amma keessan gatii hin kaffalle. kanaaf sadarkaa kana irra ga'uu keessaniif baay'een gaddaa garuu ammas carraan jira abdiin jira waan isin amma irra geessan kun yoo itti fayyadamtan carraa caalu isiniif banuu danda'a waan ta'eef abdii hin kuttiinaa amma qarshii dhabnee hojii keenyaa dhaabuuf jiraa jechaa jirtu mitii? okay gaafiin kiyaa yoo hojii dhaabdan akkamiin qarshii argachuu dandeessuu? kanaaf hojii dhaabdu osoo hin taanee use principle of problem solving methods and create project how to generate money if you do these qarshii ofii keessaniif qofa osoo hin tanee qarshii biyya kanaaf ga'uu generate gochuu dandeesu fakkeenyaaf kaamera qabdu, biiroo qabdu kompiitara qabdu fi beekumsa miidi'aa qabdu gaafiin koo inni guddaan maaltuu akka hojii dhaabdaniif isin dirqisiisee?? keessaan naquunamaa
@banishhavanish7916
Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤
1:06:40
Egereen OBS Maali?
OBSTV
Рет қаралды 5 М.
1:00:33
OBS:Qophii Addaa Seenaa Hundeeffama OBS ibsu SAGALEE SAGALEE DHABE jedhu Kutaa 1ffaa
OBSTV
Рет қаралды 3,2 М.
00:31
He Hid His Second Girl Under the Bed! 😱🛏️ #prank #wife #comedy
Skitsters
Рет қаралды 1,9 МЛН
00:13
小路飞和小丑也太帅了#家庭#搞笑 #funny #小丑 #cosplay
家庭搞笑日记
Рет қаралды 10 МЛН
00:19
How to Fight a Gross Man 😡
Alan Chikin Chow
Рет қаралды 20 МЛН
00:12
Quando A Diferença De Altura É Muito Grande 😲😂
Mari Maria
Рет қаралды 18 МЛН
54:19
Anchor አፈሳና ኩብለላ በአማራ ክልል፥ የስምምነቱ ድራማ በባህርዳር ሊደገም ነው፥ ታዬ ደንደአና የዋስ መብት፥ የትግራይ ትርምስ፥ የብናልፍ አምባሳደርነት
Anchor Media
Рет қаралды 7 М.
53:07
OROMIA11: "Qubeellaan gaa'ila kootii rakkoo oromoo hin caalu, kanaaf gurgure" Eng. Kara Deemaa
Oromia 11
Рет қаралды 43 М.
49:44
የ ፕሮፌሰሩ መንገድ //ክፍል 1
Fiita Tube || ፊታ ቲዩብ
Рет қаралды 780
32:49
Gingilchaa 4ffaa: Biyyi Abbaan bareeddi!
Qaanqee Show
Рет қаралды 31 М.
41:58
OBS:"Iyyesuus Oromoodha",Pastor Gabii Guutamaa. Keessummaa Obs bara haaraa 2017ti daawwadhaa!!
OBSTV
Рет қаралды 13 М.
23:05
ሠርጋችን በራሳችን መኪና .አዲስ መኪና ገዛን❤️💕
AB Grace አብርሽ ግሬስ
Рет қаралды 147 М.
10:52
OBS Maaf hanga ammaa gargaaramu dide warra jettaniif kunoo | OBSTV
Margaa Angaasuu official
Рет қаралды 9 М.
3:48:29
Amharic Audio Bible Psalms - Ethiopian Amharic Bible Reading
Amharic Mezmur & Amharic Bible
Рет қаралды 207 М.
1:43:41
Addis Alemayehou | VC & Angel Investor | ሰው ካለው ነገር ይልቅ የጎደለው ላይ ስለሚያተኩር እድሎች ያመልጡታል| S02 EP17
Mereb Podcast
Рет қаралды 9 М.
1:05:50
OBS:Qophii Addaa Dhiibbaa OBS irra tureefi Egeree OBS, SAGALEE SAGALEE DHABE jedhu Kutaa 2ffaa
OBSTV
Рет қаралды 2,3 М.
00:31
He Hid His Second Girl Under the Bed! 😱🛏️ #prank #wife #comedy
Skitsters
Рет қаралды 1,9 МЛН