Masha,Allah hedu namati toltan jabadha 🤩🤩🤩🤩🤩🤩#Ayaan Oro Good 👍👍👍💖💖💖💖💖💖💖
@d.rpiyaarjalaala70843 жыл бұрын
Jabaadhauu sanyii wan ofii saboontu oromoo
@umaradan16743 жыл бұрын
Masha Allah jabadha sanyii koo bayye issani jaladhaa 🙏🙏🙏🙏💕 welcome
@waqaayoogaridha49013 жыл бұрын
Kkkkkkkkkk kolfaa nu fixaanii dhugaa 😍😍😍😍 dafaa nu gadhisaa kutaa lamafaa isaa kan akkatii lekiibee matii rakiisuus ni jiraa yonaa iraa ha baratuu durboteen😄😄😍😍😍😍😅😅😅
@kadamatudiniislamma13663 жыл бұрын
Dhugamati ani namaa biya arabati galee hasayuu wolalee argee jiraa anile biyuma arbaa jira ya rabbii kiya naa hin jijirin 🤦♀️🤦♀️
Masha Allah ♥️ baay'e namatti tola jaabadha ayaan sa'ido kuta itti anuu itti fufaa♥️♥️♥️♥️♥️🥰🥰🥰🥰🥰dhala mati bora galte gati naa dhibba jetu baarubsaa ta'aaf itti fufaaaaaà