Mucaan Nama hedduu boossisee ture surprise addaa godhameef! | Daa’ima mana kiraa keessa jiraatu

  Рет қаралды 72,838

Dr Nafyad Getu Official

Dr Nafyad Getu Official

Күн бұрын

Пікірлер: 760
@bontuuoroo.9642
@bontuuoroo.9642 Жыл бұрын
Congratulations 🎉❤obolesaa kenyaa mucaa kanaa gamachistee waqayoo rakoo sii hin argisisni umirii dheraa jiradhuu ilomii kee hin rakatinii❤❤❤❤❤🤲🤲🤲
@oromtittiiarsii9036
@oromtittiiarsii9036 Жыл бұрын
DR, naafyaaad ati dhugumatti ilma sabaati jiraadhu ati❤
@mawlamawla1079
@mawlamawla1079 Жыл бұрын
Wowowowowowowo ebifaamaa ebifaamaa goftaan isin ha ebisuu
@Yaadan-p6r
@Yaadan-p6r Жыл бұрын
Wawwwwwwwooooo ❤❤❤❤❤❤❤ waqqayyoo barafi jireenyaa keessani yaa Ebbiisuu dhaloota akkana waqqayyoo dabalee nufi yaa kenuu
@zainabmohammed9020
@zainabmohammed9020 Жыл бұрын
Naamuusa qaba hedduu namatti tola insha'allah nus ni gargaarra
@dhebottudiinrabbbiiloveyou4365
@dhebottudiinrabbbiiloveyou4365 Жыл бұрын
Dr. Naf yadi fi warren Gargrsa gotan hundi kessanu Galatoma🙏Jabadha fulduratti wan ofiii wan ko💪
@letibrhanu67
@letibrhanu67 Жыл бұрын
Wawooooo waaqayyoo jireenya keessan hundumaa haa Eebbisuu,Heeniif Drk,naaf yaadi,Innii badhaasa kana kennees dachaa godhee waaqayyoo haa Eebbisuu,Ammas waaqayyoo waan guddaa akka godhuuf kurnnoo keessaa kaffalaafi mucaa kunillee hin beekuu,dhiifamaa yaadikoo dogoggoraa yoo tahee!!!!!!!
@Bon_AB4O
@Bon_AB4O Жыл бұрын
Maasha allah rabbiin isaf ha keennu. Galatooma jaali koo kan kichu kana as fidee fi Dr.Nafiiyad rabbiin bekkumsa keessan akka bahara isiinif haa godhu.
@AyantuKeneni
@AyantuKeneni 4 ай бұрын
Dr nafyaad qabeenyaa oroomoo atii nuf jiraadhuu amo atis qajelumaa kanaa akkasumaan itii fufaa❤❤❤❤
@MukarramaaAbdulqaadir
@MukarramaaAbdulqaadir Жыл бұрын
Mashaallah Mashaallah Mashaallah Mashaallah Mashaallah Mashaallah Mashaallah Mashaallah Mashaallah Mashaallah ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉 Tabaaraakkallah
@lalisee9615
@lalisee9615 Жыл бұрын
Waaqayyoo baayee isaa haa ebbiisuu dhugaa baayyee gamadee fii jiraa❤❤❤❤❤❤❤jirtaa
@Amanuel_Yadesa
@Amanuel_Yadesa Жыл бұрын
Waaqayyoo hundumaa keessaan haa eebbisuu ❤
@mustefaahmed2016
@mustefaahmed2016 Жыл бұрын
Masha Allah congratulations
@user-247ci2sc1e
@user-247ci2sc1e Жыл бұрын
Wawoo waqayoo hunduma keesaan barafi jirenyaa keesaan haa ebbisuu dhugaa bayee namati toltu Dor
@soresafekadu-y7r
@soresafekadu-y7r Жыл бұрын
Dr,Nafyaad Waaqayyoo Barakee guutuu sii haa eebisuu waan ati gochaa jirtuu keessumaa ilaalchii ati maatiikeef qabduu baayee baayee naa gammachiisa. nuuf jiradhuu!!!
@nimonatube6486
@nimonatube6486 Жыл бұрын
Wooooow dhugaa dubbachuuf baayyeen gammade dhugaa. Guddaa nuuf galatoomaa Dr keenyaaf warri gargaartan waaqayyoo kan hafe isinf haa eebbisu 🙏🙏🙏❤️❤️❤️❤️💚💚💚💚🥰🥰🥰🥰👏👏
@AbayineshMengesha
@AbayineshMengesha 2 ай бұрын
Dr Nafyad guddaa ebbifami dhugaa hojii aji'ibaa hojettee
@Waanoroo
@Waanoroo 8 ай бұрын
Dhugaa baay'ee namatti tola. I appreciate this thing. Thank you!!!!!
@NageessooSheekaa
@NageessooSheekaa 9 ай бұрын
Waaqayyoo guddaa si haa eebbisu Dr naafyaad nama jabaa
@karemaa8585
@karemaa8585 Жыл бұрын
Maasha Allah maasha Allah Rabiin baka an há gayuu malo yon dadayamee mana bitaafi kiraa kesa basa
@Khadija-xf9vb
@Khadija-xf9vb Жыл бұрын
MaashaAllaah baga Rabbiin buuseef Atis fayyaa ta'i dr ilmoo keerra Rabbisihaajirachisu dr
@BiiftuuJaalalaa
@BiiftuuJaalalaa Жыл бұрын
Woow bakka baasteeti waqaayyoo siif guutuu Ebbiffamii
@xajjeetube4778
@xajjeetube4778 Жыл бұрын
Dr Nafyad jiradhuu humurii dheradhuu akkasumas obboleessaa keenyaa kan Abdii gargaraa turee baay'ee galatomii.jabadhuu mango ykn abdii bakka guddaattii sii egnaa.
@user-glt1219
@user-glt1219 Жыл бұрын
Wow baga gammadan!🎉🎉 Dr.nafyadi guddaa galatoomi eebbifami!🙏
@Fuudhujaalala
@Fuudhujaalala Жыл бұрын
Wowowowowo waan baayyee nama gamachisuu dhugaa ❤❤❤❤❤❤
@bontuusalalee1144
@bontuusalalee1144 Жыл бұрын
Namni mucaa kana gamaachisee waqaayoo saa gamaachisuu jiraadhuu kee guutuu gamaachuu malee gaadaa hin arginii❤❤❤
@EjiguFikadu-g8r
@EjiguFikadu-g8r 20 күн бұрын
Ebbifaama gatiin keessaan jireenya bara baraa haa ta'u
@alberteinstein9034
@alberteinstein9034 Жыл бұрын
Wawuu great jop ebifaama
@NunukumbaProsperityparty
@NunukumbaProsperityparty Жыл бұрын
Ulfaadhaa! Dr.Guddaa galatoomi
@GenaMohammed-y8u
@GenaMohammed-y8u Жыл бұрын
bay'ee galatoma ulfaadhaa keessattu Dr naafiyaadi fi leenjisaa ijjollee sana kan ta'ee amanu'eel fa'aa jabadha wani gaarii namaf rabbii birati jalatamu hojjatani jabadhaa
@zuzumohamed9199
@zuzumohamed9199 Жыл бұрын
Dr nafyad ulfadhuu WL ati sennaa hojetaa nati atis warii ijolee kana cinaa dhabatan hundu amoo kee mo galanii gudadha ulfadhuu ❤
@robidasayida5014
@robidasayida5014 Жыл бұрын
Dr nafiyaad ati namaa garidhaa❤❤❤❤❤ mucaa kanaa midiyaati bafiitee akkaa gargaramuu godhuu ketiif galatomii
@zeritutubeolana1064
@zeritutubeolana1064 Жыл бұрын
Wow wow wow ❤❤❤❤ Waqaayyoo sin haa eebbisu Wan hin yaadamin mana keessan wan adda haa guutuu Dr naf yad Eebbiffami ❤❤❤❤❤
@ababaamakononl4401
@ababaamakononl4401 Жыл бұрын
Congratulations ❤❤🎉🎉🎉
@lasimmolasimmo6734
@lasimmolasimmo6734 Жыл бұрын
Dr nafyad kabajamaa ko rabbi umrii kee Haa dheeressu ❤
@tiyaatube5617
@tiyaatube5617 Жыл бұрын
Congratulations galatoma dhugaa baayee na bochise mucaa kun waqayyoo si haa guddisu iddo gudda akka gahu abdii qaba
@xayibaxayiba1216
@xayibaxayiba1216 Жыл бұрын
Mashaalh Mashaalh wwwwwwwwww
@ShaMoh-zb1gi
@ShaMoh-zb1gi Жыл бұрын
❤❤❤
@IfDh-kq5of
@IfDh-kq5of Жыл бұрын
Mashala mashala
@Gezayeinatu
@Gezayeinatu Жыл бұрын
Galatamo dhuga waqayyoo dr hoji barda hojatata jabadhu oromon yero kana darbufi woli biraa dhabachu qabnaa❤❤❤❤❤
@tawakaltualalhaa1824
@tawakaltualalhaa1824 Жыл бұрын
abshiir buchee Koo Raabii bakaa yaadeen sii haa gahuu insha alaha ☝️☝️🤲🤲
@bekamitiku5035
@bekamitiku5035 Жыл бұрын
Dr Naaafyaad hojii boonsaa hojjette;waaqayyo si haa ebbisu.
@DigafuIyasu-ft2rr
@DigafuIyasu-ft2rr Жыл бұрын
Jajjabaadhaa. Waaqayyo warra gargaarsa kan godhaniif bakka bahe haa guutu. Isin warra karaa kana mijeessitan immoo hojiin keessan kanaan hin dhaabatin . Inni isin haa gargaaru.
@DejeneFikadu-wb4rd
@DejeneFikadu-wb4rd Жыл бұрын
Thank you, Dr. Nafyad it's Good Job keep it up
@abdiabdu9831
@abdiabdu9831 Жыл бұрын
Mashaalla mashaalh warii cina dhabatan hundiinu galaatooma❤❤
@rijalkemal982
@rijalkemal982 Жыл бұрын
Dr Waan Hunda Caalaa Gàafati Kitaaba Sana kenniteefin Inaafe Dhugaan Siin Jedha Dr Iluuttan Argama Eessaa Akkan Argadhu Naàf himi
@lili-fi2cg
@lili-fi2cg Жыл бұрын
Nuf jiradhuu Doctor naf yaadii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ waaqayyoon sii haa Ebsuu❤❤❤❤❤❤
@fefc2f179
@fefc2f179 Жыл бұрын
Dhuga galatommi natinael waqayyoo bara kee haa ebbisu dacha siif haa kennu warri wajiin jirtanis ulfaadha❤❤❤
@ashaaashaa4252
@ashaaashaa4252 4 ай бұрын
Mashallhaa wawawawa bil afiyyaa ❤❤❤❤❤❤
@RaheemaGamada
@RaheemaGamada Жыл бұрын
Mashallaa mashallaa mashallaa rabinii siraa haa jalaatuu insha'Allah 🤲🤲 Dr Kenya qalii
@AbdiAbiy-r5q
@AbdiAbiy-r5q Жыл бұрын
Wwwwwww Guddaa isiniifi jara tanas waan baayye gammachiisuu kana boodas biraa hin hafinaa
@mitty5502
@mitty5502 Жыл бұрын
Nafi yaddii waqayoo wanii atii yadduu sifii haa kennuu ❤
@Fathma-k4p
@Fathma-k4p Жыл бұрын
Dhugumatti waaqayyoo gooftaan siyaa eebbisu obboleessa keenya daa'ima kana gammachiisse Rakkoon sin argin
@Kebede-n8t
@Kebede-n8t Жыл бұрын
Eebbifaami obbo naatenaayel doktoor atis gudda galatoomii
@alimaadam1368
@alimaadam1368 Жыл бұрын
Ulfaadhu galaatomii Rabbii dachaa dachaan bakkaa siif haa busuu Biriin qusaadhaf wan haa hojaatatuu boruf ofii haa jijjiruu❤❤❤❤
@ChalaBona-rm9qr
@ChalaBona-rm9qr Жыл бұрын
Nama jabaadha ati Dr Nafyad.galata qabda.
@SarahAlkaabi-n3r
@SarahAlkaabi-n3r Жыл бұрын
Wooooww heeduu heeduu nama gammaachiisaa nuuf jiraadhaa
@smartsmarts442
@smartsmarts442 Жыл бұрын
Maashaallaa Mashsaallaa maashaallaa Mashsaallaa Hedduu Galatomi Dr Naafiyad Kenyaa
@raheel2312
@raheel2312 Жыл бұрын
Maalii horii waayyii bitafii maalee haruma nyate fixe boru hoo❤
@abarabar4271
@abarabar4271 Жыл бұрын
❤❤❤ bayee ulfataa senaa isaa jabadhuu keedhaa koo
@sisaayiiabdisa
@sisaayiiabdisa Жыл бұрын
Wwwwwwooowww ✊ ♥ Waaqayoo baaraf jireenyaa keessani haaebisuu ebifama dacha dr❤❤❤
@artanasaliyyii
@artanasaliyyii Жыл бұрын
Qomoo maatii naafiis ta ii
@SabanibontuArsii
@SabanibontuArsii Жыл бұрын
rabbiin isiin haa keennuu ammasii ❤❤❤❤❤❤❤❤
@AmanuelBekele3173
@AmanuelBekele3173 Жыл бұрын
Emi koo jaalala gubaatu sirraa naqabeera Dhugaa eebbifami. Haasaankeeyyuu damma❤️❤️❤️
@SedesaTesefaye-jb9bl
@SedesaTesefaye-jb9bl Жыл бұрын
Wowo waqaayo issa yaa ebisuu dhuga hadhoko galtomi❤❤❤❤❤❤❤
@aminakadir6681
@aminakadir6681 Жыл бұрын
Wooooo woooo wooooo bagaa mucaa kanaa cinaa dhabatanii wqy bara fi jirenyaa keessani yaa ebbisuu ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa hundii keessani maqaa gooftaa iyasusin 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@artanasaliyyii
@artanasaliyyii Жыл бұрын
Qomoo koo maatii naafiis ta ii
@Juses7158
@Juses7158 Жыл бұрын
Dachaa Eebbifamaa dhugaa gattiin kesaan waqaayyo biraa❤❤
@Tigist-n1h
@Tigist-n1h Жыл бұрын
Wowow ebbifami dhugaa kanaa gochuu kesanifii
@hawwiifufaa2680
@hawwiifufaa2680 Жыл бұрын
Wowow baay'ee namaati tola ebbifamaa jabaadhu
@galoomucaayesuus
@galoomucaayesuus Жыл бұрын
Waqayyoo isiin haa ebbisuu ebbifaamaa ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@merayamamerayama1528
@merayamamerayama1528 Жыл бұрын
MashaallahMashaallah baayee tokko namiti tola
@obsetamane3160
@obsetamane3160 Жыл бұрын
🎉🎉❤❤❤❤❤Ebbiifamii obbolesii mucaa ❤❤kana gammachistii❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
@masibirahanu5204
@masibirahanu5204 Жыл бұрын
Waaqayyoo sina ebbisuu wari wan Garii kana hojetan❤🙏
@almiidereje40
@almiidereje40 Жыл бұрын
Hojii boonsaa hojjettee Dr eebbifami ❤
@bizuneshqatar146
@bizuneshqatar146 Жыл бұрын
Dr// Naaf keenyaa waggaa 1000 Naaf jiradhuu Mucaa kanasii waqaayyoo issaa yaa guudisuu kan keenee waqaayyoo Gooftaa iyyasuusii kirstoo issaafii haa keenuu 😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Dr naafii keenyaa nuuf jiradhuu❤❤❤
@SaheeSahe
@SaheeSahe Жыл бұрын
Waqayyoo kan oli isnif haa yaduu nuf jiradhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@hawiilove7435
@hawiilove7435 Жыл бұрын
Wayyo carrraa daa,imman Oromoo 😭😭😭 baayee tu Jira kan Abbaan dirreetti gatee irraa wareegame 😭😭😭💔💔💔😭😭😭 thank you darnfyd💓💓💓 nuuf guddadha kichuuwwan keenya 😔💓💓💓💓💓🙏
@zzzaaaa2110
@zzzaaaa2110 Жыл бұрын
Mashallah mashallah mashallah mashallah mashallah mashallah mashallah mashallah mashallah mashallah tabarakallaa bareedaa ❤❤❤❤❤❤❤❤
@linaabdulmejid6617
@linaabdulmejid6617 Жыл бұрын
Mashaaa Allah obboleyssa kiyya kan akkanati cinaa dhaabatte bakki irra baste wan atí quba qabnen tan tanarra guddootin sihaa busu
@AaAa-gl6ey
@AaAa-gl6ey Жыл бұрын
Galatoomi Dr Kenyaa nufuu jiraaradhu
@fatiyabahir9306
@fatiyabahir9306 Жыл бұрын
Mashalla Mashalla bayyee nama gammaachiisa jabaadha
@Messarat-u4z
@Messarat-u4z Жыл бұрын
Waqayyoo siin yaa ebbiisuu.❤ bagaa gamaddee
@iyesusabdiijiraatadhaa1384
@iyesusabdiijiraatadhaa1384 Жыл бұрын
Waqni waaqota isa ha eebbisuu kan muca kanaf birri kana ergeef akkasuma .emi muca kana rakkina isa keessa jiruu midiyati mul'ifte waaqayyoomo ifa guddasa jireenyakeerrattii ha ibsuu Dr keenyaa nuf jiradhu ati eebbifamiii ❤❤❤
@artanasaliyyii
@artanasaliyyii Жыл бұрын
Maatii naafiis ta ii
@muleabdisa
@muleabdisa Жыл бұрын
Waw baayyee nama gammachiisa lammiin lammiif gargaaruun nama gammachiisaa galatoomii dr
@roziroozi7499
@roziroozi7499 Жыл бұрын
Congrats 👏 👏 😊
@ebba-pictures.
@ebba-pictures. Жыл бұрын
Dr. Waan gaarii dalagaa jirta jabaadhu waan ija qabu dalagaa jirta
@AlAl-eu2gg
@AlAl-eu2gg 7 ай бұрын
Mashaalaa heduu galtomii dr naf koo❤❤❤❤❤❤❤
@FanoseDame-h9h
@FanoseDame-h9h Жыл бұрын
Wwwwoo waqayo Isaa haaebbisuuu hundii kessanii galtomaa❤❤❤❤❤
@genetadugnaa1714
@genetadugnaa1714 Жыл бұрын
Obboolleessaa keenyaa bakkaa bastee waaqayyoon siif haa guutuu hundumtii kessanuu waaqayyoon fayyaa siif haa keennuu ameen
@Laliitube-wp3um
@Laliitube-wp3um Жыл бұрын
Kotu matii naf ta'ii me hadhoko
@bbbbjjjj5979
@bbbbjjjj5979 Жыл бұрын
isinis galatoma
@abarabar4271
@abarabar4271 Жыл бұрын
Oboleesaa kenyaa bakaa bastee waqayoo itii sihaa gutuu mucha kana rakinaa isaa ijaree dinaa dhabatee umurii dheraa siif haa keenuu rabii jiradhuu
@janatjana658
@janatjana658 Жыл бұрын
Wawawww waqayo dacha dachaa isani haa ebbisuu
@caltumarga4218
@caltumarga4218 Жыл бұрын
Waaqaayo umuri isaahadheeresuu kesaa idhuuni isaahakenuuuuuuu udiikesaanu galatomi ❤
@chilalomedia
@chilalomedia Жыл бұрын
Galatoomi jenna Dr. Wow! Natinaa'eel Abbitti baayyee galatoomi jenne.
@DarartuOromo-i1e
@DarartuOromo-i1e Жыл бұрын
Dr kenyaa guddaa galatomii biraa dhabachuu ketiif ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@anwaramiin2369
@anwaramiin2369 Жыл бұрын
Mashaallhaa dhugaa heddu Namati Tolla Dr Nafiyadi gaaltomi 🎉❤️
@jiituuwallagga8637
@jiituuwallagga8637 Жыл бұрын
Wowwooo galatammaa waqayyoo isiin haa ebbisuu
@BilisumaBelete
@BilisumaBelete Жыл бұрын
Wowo congratulations
@ayubaabdu334
@ayubaabdu334 Жыл бұрын
Wow congratulations baayyeen gammade har’a❤❤❤🎉🎉🎉
@EliasZelekeZelekeAdula
@EliasZelekeZelekeAdula 9 ай бұрын
Hojii baayyee nama gammachisudha galatooma Dr,
@Furnee-dk3gz
@Furnee-dk3gz 5 ай бұрын
Amee waqayyoo sihaa ebbisuu Doctor sinillee nuf jiradhaa da.imaa kanamoo ammalee waqayyoo bukee haa dhabbatu hedduu nama gammachisa iddoo hir'atetii ha gutuf❤❤❤❤❤ 11:03
@ahmedbadaso1250
@ahmedbadaso1250 Жыл бұрын
Galatomii dr keenyaa kan kennes rabbin guute yaa kennuu
@zufnea2955
@zufnea2955 Жыл бұрын
በጣም ነው የምንወዳችሁ ተባርኩ ትልቅ ቦታ ነው የምትደርሰው
@jamelanaser7400
@jamelanaser7400 Жыл бұрын
Mashallaa mucaa kun bayee qalbii nabsee
Air Sigma Girl #sigma
0:32
Jin and Hattie
Рет қаралды 45 МЛН
БАБУШКА ШАРИТ #shorts
0:16
Паша Осадчий
Рет қаралды 4,1 МЛН
"SURPRISE "Gaggeessaa Art. Isaaq Zeenuu Gara Ameerikaa Maatii Cairo irraa
22:30
ForX Entertainment Media
Рет қаралды 57 М.
የትንቢት ጊዜ ከሐርትዬ
3:59
Ontime International Ministry በጊዜው ዓለም አቀፍ ሚንስትሪ
Рет қаралды 70 М.
Harmeenkoo sagalee shiibirree bashkada fakkeesitee Kolfaan nu fixxe 😂
6:41
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 68 М.
Jiruu Kuulanii,  Diraamaa Mirga namoomaa
22:05
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 39 М.
Gaariinis hamaanis mataakeef! Seenaa gabaabaa kanarraa waan guddaa barattu !
7:52
Air Sigma Girl #sigma
0:32
Jin and Hattie
Рет қаралды 45 МЛН