Durbummaan bade ni deebiyaa?

  Рет қаралды 140,197

Dr Nafyad Getu Official

Dr Nafyad Getu Official

Күн бұрын

Пікірлер: 584
@urjiihacee8531
@urjiihacee8531 3 жыл бұрын
Yooyyaa dr . Fkn dr waa'ee Durbbummaa kan irraatti Dhiiga dhagal'uu irratti ammanu Hawaasin keenya! Garuu dhala nama akkaamu waan hundaa garagara taani waan tokkoo jirraa! Fkn Yeroo durbbummaa isaani baddu Dhiiga Baay'ee kan dhagal'uu jirraa kan immoo xinnoo dhagal'uu jiraachuu malaa garui immoo isaa irraa darbeeree kan dhiigan dhagal'allee jirraa! Ani mataa koottu seenaa jireenya hawasaa keetti argee ijoollee 2Baay'ee waal jalaatuu turee isaa 2nuu Jaalallee/Hiriyya dursaati garuu gaafa cidhaa isani wal fudhaafi waan hundaa rawaattin garuu micoo waan Baay'ee naati dhiyyaattu nati himatte isaani akkaam dhiigan ishee hin dhagal'aallee kanaaf gorsaa akkaam nuufi lataattu mee? Dr waati kuni kabajaa garuu yeroo Wati akkaan dhufuu maal gochuu qabu?
@awwalnaasirtube3508
@awwalnaasirtube3508 3 жыл бұрын
Sub naaf godhi hadaraa kottu
@baderhamoud3075
@baderhamoud3075 Жыл бұрын
Yaa dr shamaran yero jalaba dhira fana cistu malif gagabu ykn ofi walalu
@dambalmedia
@dambalmedia 3 жыл бұрын
Hordoftoota Dr nafyad. Maatii naf taha❤💕❤🙏🙏
@amalhassan2734
@amalhassan2734 3 жыл бұрын
Anii matii keeti
@marylove892
@marylove892 3 жыл бұрын
Mal nuu barsifta🤳
@ShewayeOromiya
@ShewayeOromiya 8 ай бұрын
❤❤🙏🙏🙏
@Meseret-m9t
@Meseret-m9t 6 ай бұрын
Dhufnee noraa Dr enyuu jedhamtuu???
@masaratfirrisaa8392
@masaratfirrisaa8392 3 жыл бұрын
Bagaa Nagaan dhuftaan Dr keenyaa
@samerashasheefree2931
@samerashasheefree2931 3 жыл бұрын
dr keenyaa jirtuu wel come💖💖💖💖💖🖒🖒🖒🖒🖒🖒🖒🖒🖒🖒thank you
@lalisejaleta5423
@lalisejaleta5423 3 жыл бұрын
Maloo mati naf taime qomoko
@sifaangadaa1098
@sifaangadaa1098 3 жыл бұрын
Dhugaa rabbii anni osoo bekkee hin tolchisifadhaa bayyee yaadayeraa garruu abbaa kootu da.imumati naa gurguree hama ofi bekketi bheera ama garru qamaa koo hin fedhaa
@daimadaima4517
@daimadaima4517 2 жыл бұрын
oktii. alhdlh. jedhii.
@africaamaan7028
@africaamaan7028 3 жыл бұрын
Thank you Dr N G️❤️❤️
@lalisejaleta5423
@lalisejaleta5423 3 жыл бұрын
Maloo mati naf taime
@lalisejaleta5423
@lalisejaleta5423 3 жыл бұрын
Maloo mati naf taime sanyi ko
@qpb0
@qpb0 9 ай бұрын
❤​@@lalisejaleta5423
@zinashtaddesa6678
@zinashtaddesa6678 3 жыл бұрын
Dr naaf yaadi guddaa Eebbifami,, garuu Durbi tokko durbummaa qabaachuf qabaachu dhiisu ishii akkamiin Akkamiim beeku dandeessi?? Jalqabaa isheen dhiira waliin yoo wal-qunnamti saala yoo taasisne yoo durbummaa qabaachuu Ishii maalidhaan beekti?? Mee kanarratti yaada bal'aa Nuuf kaha docter
@rabiyatahil3836
@rabiyatahil3836 2 жыл бұрын
Galatomii gaafii garaa kiyaa gafatee
@mahaalenezi5324
@mahaalenezi5324 25 күн бұрын
Thanks
@kookettii1938
@kookettii1938 3 жыл бұрын
Dr baga Naga dhufatani mee qorichaa qoqoo kessa fi araba gubba nama madahee qorichii isaa male Malo bay'e rakkachaa jira afan koo kessaa naa madahee follii bada qaba 😭🙏🙏😭
@Wolhaabarru
@Wolhaabarru 3 жыл бұрын
Masart maatii tahhii kzbin.info/www/bejne/aqrJoWyvr7eNY7M
@faantuuinjiguu9182
@faantuuinjiguu9182 3 жыл бұрын
Maatii naaf ta'ii
@ramatewallagaa5839
@ramatewallagaa5839 3 жыл бұрын
Isaa araba kee irratii madahef bishaan ashabotin bulbulii luluqaadhuu isaa qonqoo kee kessaa moo zenjibilaa nyadhuu yoo dakkun isaa jiratees lomii itti dabalii dhugii sii dhisaa anilee akkasumaa
@yaawaaqakosittuubeeka7260
@yaawaaqakosittuubeeka7260 3 жыл бұрын
Manaa yaala deemi lachifaadha madawwaan Qaama namaa iŕrati ga'aan gosoota bayeetu jiraa
@kookettii1938
@kookettii1938 3 жыл бұрын
@@ramatewallagaa5839 OK galatomii yero akkam fayyadama Malo yoo bette nati himmi dhuga rabbi nama wajjii jirachuu ofi jibbe jira bay'e fulli qaba
@senatadese5225
@senatadese5225 Жыл бұрын
Tanks Dr 🌹🌹🌹🙏🙏🙏❤️❤️❤️
@DarartuMbm
@DarartuMbm 3 жыл бұрын
Bagaa nagayaa dhuftee Dr kenyaa
@jamalabda8538
@jamalabda8538 3 жыл бұрын
First comment Dr kenna jabadhu
@FanuShifera
@FanuShifera 3 ай бұрын
thank you Dr naf yadii 💕💕💕💕
@tamioromo6115
@tamioromo6115 3 жыл бұрын
Abbo nu dhisa mee duburuma bade debiyu ni jira ani dhuma barnota kiya iraati doktoruman Akkan nafi kenamnani hojadhe hin dandau dhugaa ati garu dandeti Sifi kene hasayii jiradhu umuri dhera sifi hawa 😄😄😄👍👍👌❤❤❤
@faantuuinjiguu9182
@faantuuinjiguu9182 3 жыл бұрын
Maatii maatii naaf ta'ii
@lovemom2049
@lovemom2049 3 жыл бұрын
Welcome doctor gabbaari hafe jiraa miti durbbuumaani Amaa hin barbaachiisuu dhiiraa🤣🤣🤣😉
@tokumatubehm
@tokumatubehm 3 жыл бұрын
🤣🤣🤣🤣
@faantuuinjiguu9182
@faantuuinjiguu9182 3 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i
@zaramusaendirszaramusaendi7936
@zaramusaendirszaramusaendi7936 3 жыл бұрын
Gabari haffee jetee gatee akkaa hin demne 😁😁😁😁😁
@lovemom2049
@lovemom2049 3 жыл бұрын
@@zaramusaendirszaramusaendi7936 hin gaatuu Abshiiri 🤣🤣🤣🤣
@lovemom2049
@lovemom2049 3 жыл бұрын
@@faantuuinjiguu9182 ok
@waaqjirajiraa9464
@waaqjirajiraa9464 3 жыл бұрын
Cubbuudha ballesaani deebisuf yaalun uumaan morkachun sirrii miti hin barsisin waan bari fide
@MaryamAbdulla-s4r
@MaryamAbdulla-s4r Жыл бұрын
Masha allaa nufjiradhuu,qallii ❤❤❤❤❤❤
@NhvFgg
@NhvFgg 2 ай бұрын
Thanks❤ Dr Naf
@simafiioromititi3439
@simafiioromititi3439 3 жыл бұрын
Dr naf yad qali namaa heduu takka Nufii galatomii 🙏🙏🙏🙏
@halimaadem286
@halimaadem286 Жыл бұрын
Thank you 💕💕 D N G 💯✅🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@pamelanehme4410
@pamelanehme4410 3 жыл бұрын
Thank you Dr keenyaa
@lalisejaleta5423
@lalisejaleta5423 3 жыл бұрын
Maloo mati naf taime
@rani-mj7it
@rani-mj7it Жыл бұрын
Dr welcome ❤
@User1-sv9uk
@User1-sv9uk 6 ай бұрын
Mal dhigaa ta'e ba'a jedhuoo
@muniramohammed6264
@muniramohammed6264 3 жыл бұрын
Umamaa akkamiin deebiisuun jiraa jalqabumaa hangaa dhiiraa hangaa dhumaa si waliin jiratuu ovsaa egachuudhaa malee yaa obboolaakoo waan hin egamnee hin amaahiinaa kan qabdanii akaakoo sirriittii egadhaa dhageesaniitu
@Hiqrama
@Hiqrama 3 ай бұрын
Thank you dr n g
@zamzam-ze9lb
@zamzam-ze9lb 3 жыл бұрын
Dr Nafyad gallaatomaa jabaadhaa raabbiii isni haa gargaruuu ❤️❤️❤️
@faantuuinjiguu9182
@faantuuinjiguu9182 3 жыл бұрын
Maatii naaf ta'ii
@samerashasheefree2931
@samerashasheefree2931 3 жыл бұрын
nuu wojin oltaan moo isin biyyaa kessaa oltaan dr 💌💌
@lalisejaleta5423
@lalisejaleta5423 3 жыл бұрын
Maloo mati naf taime sanyi ko
@FaxmamOromo
@FaxmamOromo 3 жыл бұрын
Thank you Dr NG
@lalisejaleta5423
@lalisejaleta5423 3 жыл бұрын
Maloo mati naf taime
@beshadudeksiso2093
@beshadudeksiso2093 3 жыл бұрын
Thank you Dr❤❤❤
@awwalnaasirtube3508
@awwalnaasirtube3508 3 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i hadaraa 6
@awwalnaasirtube3508
@awwalnaasirtube3508 3 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i hadaraa ❤️
@simaleeyoutube9762
@simaleeyoutube9762 3 жыл бұрын
maloo naa Defadha Dr nuutii jabadhuu
@asuuorotube8621
@asuuorotube8621 3 жыл бұрын
😅😅😅😅😂🤣erga warabesi kute saren dutte jedhe oromon yero mamaku🤣😃
@ameenaame7204
@ameenaame7204 2 жыл бұрын
Ajai'baa qamaa saalaa hodhuunilee dhufee Yaa Allah nuu basii
@MakiMed-m3y
@MakiMed-m3y 4 ай бұрын
Dr dhugaa rabbii anii jaalalee KO wagaa 6 turee garuu ISA duraa wala quunammatti salaa godhee hin bekuu garuu guyaa tokko akkuma tassa ISA wajjiin walqunamati godhee garuu dhgaa hin argiin turee dhukkubii malee heduu na jalaata na Ammans turee ergasii garuu nattii jiijiraama Mana yaalaa Esatii agama Dr heduu ciqaamee jiraa nf Debi's 😢😢😢
@bezuhabulu2450
@bezuhabulu2450 5 ай бұрын
Thanks Dr galatomaa ❤
@HiHi-xe5ws
@HiHi-xe5ws 3 жыл бұрын
Dr dhifama wolin qama salla yero ilmoo dhalani Nama cete Akamin faayisu daa'ani nafi himi please ♥ 👌
@lalisejaleta5423
@lalisejaleta5423 3 жыл бұрын
Maloo mati naf taime sanyi
@remedankemal9625
@remedankemal9625 3 жыл бұрын
@@lalisejaleta5423 OK role yeroo isaa egata
@munatube1717
@munatube1717 3 жыл бұрын
anis gafii tana na rakkisee
@buzuneshtolossa7904
@buzuneshtolossa7904 3 жыл бұрын
Thank you Dr N G
@buzuneshtolossa7904
@buzuneshtolossa7904 3 жыл бұрын
@DAWA TUBE tolee
@imadaman5247
@imadaman5247 Жыл бұрын
Dr bayee galatoma Dr waa,ee dhiibee qeensa nama irratii ibsa kena
@siifanfekadusiifanfekadu423
@siifanfekadusiifanfekadu423 3 жыл бұрын
Thank you Dr! Waan hedduu baradhe dhugaa 🙏🙏🙏
@lalisejaleta5423
@lalisejaleta5423 3 жыл бұрын
Maloo mati naf taime
@lalisejaleta5423
@lalisejaleta5423 3 жыл бұрын
Maloo mati naf taime sanyi ko
@motutulu59
@motutulu59 3 жыл бұрын
Thank you ❤️
@boniitube8775
@boniitube8775 3 жыл бұрын
Dr Galatomii ❤❤❤❤Qama kenyaa sura kaasa nuti taphatu qabenyaa koo ishedha bari 🙄😆😆🙄woyii akkan didaa oltee kaa adhaa
@hawamuhammed355
@hawamuhammed355 3 жыл бұрын
Kkkkkkk wayo garako
@zahrasa-if2xn
@zahrasa-if2xn Жыл бұрын
Waajii keesaan
@ashuumucaayesusashuumucaay5962
@ashuumucaayesusashuumucaay5962 3 жыл бұрын
Dr dhirri Bara kana birri malee dhirri durbuma gaafachuu Dhiseemi😀😀😀😂😂😜
@Amal1427
@Amal1427 2 жыл бұрын
Kkkkkkkkkkkk
@MisirachBacha
@MisirachBacha 8 ай бұрын
Thank you DR
@kaayyosabatube5290
@kaayyosabatube5290 3 жыл бұрын
Dr naaf getu sahiba kiyya yoo wanni debisa dhuftehu itti hinhimin
@hawiitube3654
@hawiitube3654 3 жыл бұрын
Thank you dr kenyaa
@lalisejaleta5423
@lalisejaleta5423 3 жыл бұрын
Maloo mati naf taime
@ayatii.nugusuu3165
@ayatii.nugusuu3165 2 жыл бұрын
dhugaa kedhaa yanii kunii Aniyuu sababaa kanaraa kanii kayee Abaa manaa kiyanii Adaa banee Anii isanii duratii namanii biraa gayee inqabuu garuu gafanii isaa erumuu dhiginii kiyaa ini jiruu dursaa dhiraa biraa demtee Atii durubumaa inqabaduu jechunii garagarii banee garuu inii Amaa fudhee gufinii dubaratii waa bayee dhugaa waqaa😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@taybahijazi7282
@taybahijazi7282 2 жыл бұрын
Abshir lubbu dhugaa dha namoonni tokko tokko namaa sabaabuu
@aminafayiso5912
@aminafayiso5912 3 жыл бұрын
Nagaanf Ararrii waqayyoo hundumaa kessaanif haa bayatuu ebifamaa maatii waqayyoo
@SenaTakilu
@SenaTakilu 7 ай бұрын
Thank you dr
@Oromoo999
@Oromoo999 Жыл бұрын
Documents qabdu As'irratti nuuf Ergi?
@habaaboo208
@habaaboo208 3 жыл бұрын
Erga durbummaan badee deebi'uu danda'ee umriinis duubaatti akka nuf deebi'uu irratti hojjeedhaa ka Dr keenya😁😃
@sifansifan5918
@sifansifan5918 3 жыл бұрын
Kkkkkkkkkkkkkk
@zahrasa-if2xn
@zahrasa-if2xn Жыл бұрын
😂😂😂😂😂😂subanallah
@hdjkd4725
@hdjkd4725 3 жыл бұрын
Welcome Doctor kenyaa qallii🥰💚🖤
@lalisejaleta5423
@lalisejaleta5423 3 жыл бұрын
Maloo mati naf taime
@temi7632
@temi7632 3 жыл бұрын
Galatomi mee kan dhiiraa ho maa hin dubbanee durubumaa qaban mo hin qaba kan worraa dhiiraa mee dubbadhuu dr
@alamituutashitee7621
@alamituutashitee7621 3 жыл бұрын
Dr anii nii qabaa durbumaa dhiraa qabuu dhabee malee
@mueeorotube7771
@mueeorotube7771 3 жыл бұрын
Oromoo koo matii naf taa l Love you oromoo
@JeryJery-r3i
@JeryJery-r3i 5 күн бұрын
❤❤❤thank you
@fatumakaderfatumakader9261
@fatumakaderfatumakader9261 3 жыл бұрын
Galatooma Dr qalii nama 💐🥰🥰🥰
@fakiyaaolaanaa9058
@fakiyaaolaanaa9058 Жыл бұрын
Wowowo maashaallaa taabarkallaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@meettiamboo6934
@meettiamboo6934 3 жыл бұрын
Durburbumaa dhabee jedhee mukaati ofi haa faansuu dr.
@tiyyaorotiyyaoro4955
@tiyyaorotiyyaoro4955 2 жыл бұрын
maal jechuu Dr hiiiiiiiii suuraa nuu kasuun kunii 🏌️‍♀️🏌️‍♀️
@hawwiimucaakakuu9818
@hawwiimucaakakuu9818 3 жыл бұрын
Thanks Dr/😂😂😂😂👌👌
@GutaDamtew-fy3my
@GutaDamtew-fy3my Жыл бұрын
Nice
@sifaniwalisoo7396
@sifaniwalisoo7396 Жыл бұрын
Dr galatomii nuuff jiradhuu 🥰😍🥰🥰
@TiyeKiye
@TiyeKiye 4 ай бұрын
Dr thanks
@GalataFikadu-fn4tx
@GalataFikadu-fn4tx 6 ай бұрын
Thank dr
@abdiikoo8784
@abdiikoo8784 3 жыл бұрын
Kani durbuma dhiisi inni fayeda hin qabu ani gaafi bira qaba maloo ani rakkadheen jira mee mala sa natti himii yaa obolleesa koo dhiifama walin garu ani rakkin kiyya afaan kiyya keesa zurra ilkkani kiya yokin diidee kiyya keesa akka male na qucaa garu imoo nii dhiiga oddoo dhiga imoo naa nyata gizeen baka san ririite imoo in quuca sani bodda imoo bayyee naa guba bishanu iti dhugu hin daduu mali maliikoo mee kani jiru biyya ormatti 🙏😢
@ashash9382
@ashash9382 3 жыл бұрын
Dhiibee kee irraa Rabinii Siha fayiissuu garru Duurrbumani fayiidda guudda Aka Siirrtii beekktaa Wannii ofikee hin qabneefi 🤓 hin Sobini
@saraa-zy1vc
@saraa-zy1vc Жыл бұрын
Waqayoo sii haa fayisuu 😥
@jgyvhhvtfv6791
@jgyvhhvtfv6791 Жыл бұрын
Durbuma jechoi kabaja ati waan baresitu hubadhu ok
@rosakejela1459
@rosakejela1459 3 жыл бұрын
Pls tell me for one to one Yaadaan simaariisiisuun qaba
@asterdabidollowallaggaa3088
@asterdabidollowallaggaa3088 3 жыл бұрын
Galatoomi Dctr ani gaaffii qaba ana ijoolummaatti na butani amma har'aatti dhippina sammuu natti ta'e jira. Dhiira kamiinuu waliin gammachuutti akkan hin jiraanne ta'een jira
@daimadaima4517
@daimadaima4517 2 жыл бұрын
kamaa. sibutee. saanii. wollin. jiradhuu
@etenshdabawajira5427
@etenshdabawajira5427 3 жыл бұрын
Baga nagahaan dhuftan Dr
@Wolhaabarru
@Wolhaabarru 3 жыл бұрын
Etensh maatii tahhii kzbin.info/www/bejne/aqrJoWyvr7eNY7M
@RozaM-es8uc
@RozaM-es8uc 5 ай бұрын
Gud tank dr😊❤
@Kia-d3x6v
@Kia-d3x6v 4 күн бұрын
Dr welcome
@SwebaMohdfaaran
@SwebaMohdfaaran 6 ай бұрын
Kkkkk, ayyiiii, dr, galaatomiii❤❤❤
@marytafadi746
@marytafadi746 3 жыл бұрын
Maali fayidaan isaa haa hodhaatanif taa umamatuu imaa Badee taa namni Tolchee sanu geetu birri baleessu malee
@Wolhaabarru
@Wolhaabarru 3 жыл бұрын
Maryta maatii tahhii kzbin.info/www/bejne/aqrJoWyvr7eNY7M
@faantuuinjiguu9182
@faantuuinjiguu9182 3 жыл бұрын
Maatii naaf ta'ii
@Sadya-vr7fb
@Sadya-vr7fb 6 ай бұрын
Mashallah
@rabiyatahil3836
@rabiyatahil3836 2 жыл бұрын
jalalee kiyaa durbuma qabda jeedhee gafii na dhiyeesee anii dhiraa tokko walin wal qunamatii saalaa hin rawwaanee ni qaba yoo jedheen karalee garagaran badu dandaa.aa hin jiraan ta.ee ma na sobdee jeedhe jireenyii bultii digamuu dandaa kan karaa salphaa ta.een akkamiti bekuun danda amaa tolee gafii lamataa fardaa yabachuun mukara kufuun haa ta.uu wanta ulfataa ulfuudhuun haa ta.uu durbumaan yeeroo cituu saniti dhukubiin ykn dhigini hin dhagala.uur cali jedhee tumaan badaa moo malatoo ni mula.ataa
@mastubayisa2289
@mastubayisa2289 Жыл бұрын
,😂😂😂😂😂gudidhuma dhaga namani yaa rabii koo dhugadha moo kuni 🙆‍♂️🙆‍♂️🙆‍♂️🙆‍♂️🙆‍♂️🙆‍♂️🙆‍♂️
@azizatahir2808
@azizatahir2808 3 жыл бұрын
Tenkiyuu ♥️♥️♥️👍👍👍👍
@sifenhundesadiriba390
@sifenhundesadiriba390 2 ай бұрын
😮😮😮❤❤❤❤garidha👍
@birishtube2156
@birishtube2156 3 жыл бұрын
Soba durbumaan qunnamti saalan malee hin baduu fardaa kachiisuun hin baduu. Dr
@misssass4058
@misssass4058 3 жыл бұрын
Welcome Dr
@lalisejaleta5423
@lalisejaleta5423 3 жыл бұрын
Maloo mati naf taime sanyi
@simaleeyoutube9762
@simaleeyoutube9762 3 жыл бұрын
Dr maloo nutii jabadhuu in defana
@tokumatubehm
@tokumatubehm 3 жыл бұрын
Kk
@sanyiacaluhundesa7102
@sanyiacaluhundesa7102 3 жыл бұрын
Essa bufte qara hh
@InspirationalButterfly-zg8cq
@InspirationalButterfly-zg8cq 5 ай бұрын
Tenk you der
@arafatabamacha2385
@arafatabamacha2385 3 жыл бұрын
Wel come dr
@kamillaaabdallaa888
@kamillaaabdallaa888 2 жыл бұрын
Welcome
@saliharayya2409
@saliharayya2409 3 жыл бұрын
Welcome dr qali❤❤
@Meseret-m9t
@Meseret-m9t 6 ай бұрын
Wuwuuu Dr kuni gafi koo turre😂😂😂😂😂
@habtishlegesa7591
@habtishlegesa7591 7 ай бұрын
Dr naf maggall kamiitii hojeetuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@mimisalaalee467
@mimisalaalee467 3 жыл бұрын
Waan gariidha dr🙏🏃😅
@nimcocabdilaahi6661
@nimcocabdilaahi6661 6 ай бұрын
😊😊😊😊😊
@zahrasa-if2xn
@zahrasa-if2xn Жыл бұрын
Yaa rabbiin badaa akkamittu nuuf dhufee😂😂😂😂😂😂
@kassemhm404
@kassemhm404 3 жыл бұрын
Wel come Dr ❤ ❤❤❤
@HawiiEliyana
@HawiiEliyana 6 ай бұрын
Akka jirufii in jire akkamtii bekkama?
@samiraabdaturabbii7121
@samiraabdaturabbii7121 3 жыл бұрын
Galatoomaa Dr kenaa qalii
@masaratfiqaduu4612
@masaratfiqaduu4612 3 жыл бұрын
Gaattiin isaa qali ergaa ta'ee akkami godhaa ree Dr
@ashash9382
@ashash9382 3 жыл бұрын
Gaadii tii Duurrbumani takaa badee jennannii deebii hin qabu ::
@HalimaHalima-kb3pl
@HalimaHalima-kb3pl 4 ай бұрын
Dofitoorii. Maaliffii. Qunaamitii. Namaa. Jibisiisaa
@SifoAadan
@SifoAadan 6 ай бұрын
❤❤❤❤akkamitin debite mee durbuman ni febiti jetan????
@SinuDxb
@SinuDxb 3 ай бұрын
D too😢😢😢
@RAHIMAArarso-z1e
@RAHIMAArarso-z1e 9 ай бұрын
Osoo hin dhigin baadus Danda'a Dr Nafyad
@MarhQwerty
@MarhQwerty 5 ай бұрын
❤🙏🙏🙏
@yaawaaqakosittuubeeka7260
@yaawaaqakosittuubeeka7260 3 жыл бұрын
Galatoma dr keenya kkkkkk Suura isnin hasataan Kawayyaani Ani hafaani tokkosuu tokko fakkaata Maloo ani kolfaan du'ee
@MirimaMom
@MirimaMom 5 ай бұрын
ok ❤❤❤❤🌹🌹🌹👍👍👍👍
@YffydgGxgxxfzf
@YffydgGxgxxfzf 4 ай бұрын
❤😂😂
@meryemaabdella1563
@meryemaabdella1563 3 жыл бұрын
Thank you Dr
@lalisejaleta5423
@lalisejaleta5423 3 жыл бұрын
Maloo mati naf taime
@halimatamam8606
@halimatamam8606 2 жыл бұрын
Thanyou
@galaanaatolasaa9151
@galaanaatolasaa9151 3 жыл бұрын
Atti Waan durbummaa argaatu mitti Abbaa Cabsaa
Dhiirri 5 durbummaakoo fudhachuu dadhabee tokko qaamni saalaa isaa jalaa cabe
13:31
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 136 М.
Qaama saalaa dhalaa qorichi dhiphisu jiraa?gaaffii dhaggeeffattootaa
18:26
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 91 М.
Lamborghini vs Smoke 😱
00:38
Topper Guild
Рет қаралды 64 МЛН
To Brawl AND BEYOND!
00:51
Brawl Stars
Рет қаралды 16 МЛН
It’s all not real
00:15
V.A. show / Магика
Рет қаралды 10 МЛН
Durbummaan maali? wal qunnamtii saalaa malee baduu nii danda'aa?
9:25
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 70 М.
Wal qunnamtiin saalaa dubartiin tokko erga deessee (dhaltee) booda yoom heeyyama?
10:25
Furmaata qaamni saalaa dhiiraa jabaattee kahuu dhabuu ykn kahuu dhabuu
14:43
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 12 М.
ከጎኔ ስላለክ ደስተኛ ነኝ ፡ እንደዚህ ተደስቼ አላቅም 😍
25:38
መዳኔ ቲዩብ / MEDANE TUBE
Рет қаралды 95 М.
Marsaa Laguu/Xurii Yeroo malee dhufuufi jeeqamuu
29:31
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 17 М.
harma shamarranii maaltu jigsa?
6:50
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 197 М.
Dhangala'aa qaama saalaa shamarranii keessaa bahu
19:18
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 183 М.
Lamborghini vs Smoke 😱
00:38
Topper Guild
Рет қаралды 64 МЛН