As wr wb yaa shek video dura tokko irrati waa.ee ziiri nu barsistani turtani waani na dhibde takkani qaba naaf deebisa yeroo bira ani haadha ijoollee lamati abbani mana koo ana dura jarti bira qaba wagga 18 ilmoo hin arganee booda ani itti herume wagga waggani ilmoo dhira nara argate booda anafi ijoollee ofilee rasaati nu gaate isheema ilmoo hin qabne waajin jirata namni hundi maal taate ilmoo wagga meeqati argate maaf jibbita yoo jedhani homa hin dubbatu ani maal sii godhe rakko koo nati himi yoo jedhuni homa na hin gone jedha nikaa kee nara hikki kaa yoo jedhuni hin hikku jedha 1/ mee akkamiti nama kana sireesuu dandeenya ? 2/ ani nikka kee nara hikki jedheni jecha kaanafi rabbi na gaafata ? siila nu waajin hin jiratu