Ergaafi Kallattii hojii pirezidaanti Shimallis Abdiisaa Yaa'ii Caffeerratti kennan.

  Рет қаралды 17,968

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

Күн бұрын

Пікірлер: 48
@bultossahirko2715
@bultossahirko2715 3 ай бұрын
Hogganaa cimamaan kan ittiin madaalamu keesssaa tokko xiyyeeffanna isaaniiti. Barnootaafi teknolojii, diingadee fi ijaarsa sirnaa. Appreciate, keep it up!
@nazirweya
@nazirweya 27 күн бұрын
Highly his speech filled by comprehensively touch ones intellects with impacts that reflect on most of existing facts, truths before that, performance, productivity, institutional capacities, socioeconomic, projects management, progressive development and actual progress, systemic personal and group conflicts of interest and challenges encountered, constraints and the ways forward and so on! Personally, proudly with gratitude and appreciation admire delivery!
@hayatah7696
@hayatah7696 Жыл бұрын
Rabii jedhaa jirenyaa qalahee gadii habu'uu irratii hojedhaa kaartaani mana maggaala xixiqoo karee 1fi walakkani kummaa 150 kareeni 3 imoo kummaa dhibba 3 dha garuu waggaa 5 duraa karee 1fi walakkani kummaa 20 qofa turee kareeni 3 imoo kumma 40 turee irraati yadaa sanayu Nama hin basanu guubboo nama irraa guruu qaxaroo dhuma namati dheresuu Biyyi ormaa tii ummurii finnnee ijjarate nuu jala digamma mani karittaa hin qabinee maggalootaa hudaa keesaa haddimuf jedha jirituu 😭😭
@echimaeticha4494
@echimaeticha4494 Жыл бұрын
Eeyyeen Abbaa Cabsaa Keenya Qoricha Warra Budaa wareen Abjuu keessa jiran irriba immoo akkuma ka'aniin Aangoo Aangoo jedhanitti yoo ni dhaga'u ta;an itti himi
@Jaabirshekmohammed
@Jaabirshekmohammed 8 ай бұрын
Hiyyummaa Seenaa Taasisuuf Yaroo Mara Mootummaa Keenya W
@nigusemeskele7132
@nigusemeskele7132 Жыл бұрын
Shimee jaabadhuu hattootafi isaanofii egamabandaa taan baasaa inniguddaan finxaaleeyyiin ummatta oromo qeeisaairraa buqiisaajiru tankaafii araaraa warana obboolleewwan godhamajiru dafaatii dhaaba
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Жыл бұрын
❤❤organization Oromia % meeqaan Guddataa Mootummaan qabeenyaa barnootaa dubarttoonnii qoida bahikaa
@hurumeregassa5249
@hurumeregassa5249 Жыл бұрын
❤wow ሽመልስ አብዲሳ በርቱሉን ድሮም እራሳችሁን በባሌጌ ያስደፈራችሁት ስለሆነም አሁን ገብታችሀልና የኦሮሞን ህዝብ ከሌላው ከአማራ ህዝብ አያንስምን በርቱ
@Jaabirshekmohammed
@Jaabirshekmohammed 8 ай бұрын
Yaa'iin Caffee Oromiyaa Keenya Yaroo Mara Rakkoo Ummata Oromoo Hiikuuf Kan Hojjachaa Jiruudha.
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Жыл бұрын
❤❤hawaasaa hubadhu yaada mo'ataan DrAbiyyii Ahmed Dubbisi Hiji dhabddummaan ardaa mariin goals
@Romia123Roma
@Romia123Roma Жыл бұрын
galatomaa waan godiinaa nurra digdaaniif kanaatuu magaala kufiisuu jiraa
@DhugaaOromo
@DhugaaOromo Жыл бұрын
Fannoon waanti Oromia weerarteef Waraabessi akka wadala harree hinsodanne ijaa beektuufi. Yaa Shime gudiin kee baranuma. Otoo "shanee" balaalefattuu Faannoonon Oromia iddo shanitti hirachaa jirti.
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Жыл бұрын
❤❤galatoomaa beekaa yaada arganii kanaaf hojiin riqicha nuuf haatayuun dhalootaa nyaataanis equality of justice Mandiii Wallaggaa injifannoo hawaasaa duutis aswrwb laftis
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Жыл бұрын
Guyyaannis Gaaddisaa Geejjibni ifa mariin bira gayuuf hojii dhabddummaan Hiyyummaa mootummaan xiyyeeffannaan gara xiyyaaraa ❤❤wolfinger
@emondamena
@emondamena Жыл бұрын
Ayiii shime kooo Oromiyaa kesatti Akka Atiii dubbattu Mitiii kanraawetama jiruuuu Afaaan hojiii hin ta'uuu shimekooo haaa ta'uuu homa mitiii🌴 bekneee maleee waan hin beknuuu hinjiruuu OK👁‍🗨👁‍🗨👁‍🗨👁‍🗨👁‍🗨
@artanasaliyyii
@artanasaliyyii Жыл бұрын
maatii naafiis ta ii
@sabbotuuoromiya6012
@sabbotuuoromiya6012 Жыл бұрын
Nagatuu durusaa waqayyoo nagaa haa godhuu biyyaa kenyafii Maloo madabaraa galchaa gabredhaa😢
@artanasaliyyii
@artanasaliyyii Жыл бұрын
maatii naafiis ta ii waan ofii
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Жыл бұрын
Dhugaa keetii Nageenyaa hundaa dursaa Rabbiin biyyaa haatiksuu uffannii Mootummaan Nageenyaa Nageenyaa gaafadhu du'aa dhoksaa Eegumsaa mandisni
@GmailGmail-k7j
@GmailGmail-k7j Жыл бұрын
Kabajamtoota. ILmaan. Oromoo. WaltajjikanrrattiwaayebaqattotayamankeessattirakkohaganajedhamnekesattiArgamnaaFurmaatasanuufdubbadhaamaloo
@abdeetamam4096
@abdeetamam4096 Жыл бұрын
Galatoma obbo shimallis isin jaallana jabadha
@tsigebungul2150
@tsigebungul2150 Жыл бұрын
እግዚአብሔር ከእናንተ ጋር ይሁን በርቱልን❤❤❤
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Жыл бұрын
❤❤nations and nationalism hojiidha reapplying jechama UstazRaayyaa Abbaa/haadhatii ❤❤ Abadan Rakkinnii ilma namaa furuu!!!❤❤ =yaada kalaqa jechi hojiidhabdummaan Nattii fagaatee Eegumsaa jechii pro garaa/Obbolummaa Yaannis waraanaa karaan gadaammeessaanis Maqaa Eegumsaa dhoksaa Dubbisi Dubbisi deemsis hojiidha
@Jaabirshekmohammed
@Jaabirshekmohammed 8 ай бұрын
Diinagdee kufe kaasnee bayyanachiisuun guddina biyya keenyaa dachaan dabalaa deemuun keenya diina keenya baay'ee gaddisiisus nuti baay'ee itti boonna!
@user-ef8gb7vf4r
@user-ef8gb7vf4r Жыл бұрын
❤❤❤❤❤oromoo koo
@mohammednasirabagero5668
@mohammednasirabagero5668 Жыл бұрын
Kaanaan duras isiintu nurrattii ijaaree nurraa diigaa
@tiruneshkebede2529
@tiruneshkebede2529 Жыл бұрын
Umataa waa gonee jetanii yerroo asoftaan xunoo shee hin salifatan biyyaa Ormaa demnee mana bitanee Nuraa digachaa umataa malii gargarrtan nuu diguu bichadhaa tokkof dhaa😢😢😢😢😢😢😢😢
@artanasaliyyii
@artanasaliyyii Жыл бұрын
Maatii naafiis ta ii
@hailedejene3207
@hailedejene3207 Жыл бұрын
Warraa ummaata keenya harkaa nyaatanii,deebi'anii harkaa irra nyaatan muraantu nu keessa baay'eedha!
@artanasaliyyii
@artanasaliyyii Жыл бұрын
maatii naafiis ta ii waan ofii
@boonaausmaan2403
@boonaausmaan2403 Жыл бұрын
Shimalis
@GmailGmail-k7j
@GmailGmail-k7j Жыл бұрын
MeerabbijedhaawaaheeUmmatabiyyarrabaqataniibyyanamaattisalphinameqakesajiranmaalumajettuOsomotummaqabnumafsaphanneenamaamiisareehanqanneArgamneekanayoodubbanneRabbittiIsin. Himanna
@bradjohnson6427
@bradjohnson6427 Жыл бұрын
Akekachisaa Antuma: wanti maqaa anantitin ofgurmesani jequmsaaf akka jiru bubben ni bubbisa. Ango harkaa qabdan hired oromo waan ta'ef xiyyefedhaa warra amanti. Gubba irraa hanga dakaati hori gurus Barnstable amantaa fakaatan garu siyaasan darbaa jiraa. Offices ta'e motumaa kesanif hinrafinaa. Dinning rafaa hinjiru
@iamoromonotethiopia3095
@iamoromonotethiopia3095 Жыл бұрын
Hatuu P.P Stop the war in #Oromiya with #WBO☮️❤️✊👍💯
@artanasaliyyii
@artanasaliyyii Жыл бұрын
maatii naafiis ta ii waan ofii
@DhugaaOromo
@DhugaaOromo Жыл бұрын
Faannoon Leenca (TPLF) sodaatti malee WADALA HARREE Caffee Oromia guute hnsodaattu!!
@TilahunYanemma
@TilahunYanemma Жыл бұрын
Shime my legend go on your work. Don't give your ear for an old braying Donkey's.
@tsehaydemisse6045
@tsehaydemisse6045 Жыл бұрын
Mootummaan oromiyaa Aanolee meeqatu harkka isaa jala jira ??akka rakkoon hijiraannetti yammuu ka'u ajaa'iba
@ErgaduuhacaluTolera
@ErgaduuhacaluTolera Жыл бұрын
❤❤❤❤❤
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Жыл бұрын
❤❤hawaasaa hubadhu gather information hayyootaan Gaaf Tplfvkaraa dhufee beekannee hayyota uuggurtee gurriis Eegumsaa hello DrDebratsiyon maal jedhee ? Har'as yaada mo'ataan DrAbiyyii Ahmed Dubbisi Addee Caaltuu Saanii garaa Eegumsaa gurriis Qalbiinis mootii lubbuu kanaaf yaadafi hayyuun qaalidhaa waraanni hin kennuu ni dhorkee arrabni ardaa mariif hayyee6
@DhugaaOromo
@DhugaaOromo Жыл бұрын
Shimee: Hundeessuu Magaalaa Shaggarii fi diigu mana seeraan alaatiif ummata Oromo biratti galata seenaan hindaganne guddaa qabda! Garuu magaalaan guddittii Oromia Finfinnee akka taate hindagatin. Dadhabbiin mootummaa keetii dhiittaa mirga dhala namaa fi dhabaminisa dimokraasiiti. Fkf: 1) Ummata Oromo qulqulluu kumaatama, Abbootii Gadaa dabalatee, seeraan ala ajjeesifte 2) Hoggansa paartii mormituu (ABO) hiite. 3) Daangaa Oromia kabachiisuu dadhabdee naftagnaan Oromo buqqisee akka Oromia keessa qubattee qotattu haala mijeessiteef. Haasaa kee isa har'a keessaatimmoo waantin hubadhe: Herregni qarshii nutti himaa jirtu kun hundi isaa qaalainsa jireenyaa (inflation) waggaa 4 dura tureefi isa kan ammaatiif beekkamtii tokkoollee hinkennine. 2018, $1 = ETB 18, 2023 $1= ETB 55 (110 on BM)
@Habtsh
@Habtsh Жыл бұрын
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰💯💯💯💯💯💯👈
@emondamena
@emondamena Жыл бұрын
Wall hakebjnuuu Umata Oromuu Tufachuun Dirqama kessan Mitii SHIME🤔 bussa Gonofaa kesanii Elma Nafxenga Guddisee male Ijoleen oromooo waan Argani hin bekan👮 yerooo yooo qebdaniii Magalaa Mojooo Kessa Dematiii Busaa Gonofaaa Engufff liqimsaa Akka Jiruuuu lalaame😁🤔 Dalgaa fi dubbbiiii gragraaa Shimeeee
@endashawbereda1127
@endashawbereda1127 Жыл бұрын
ወይ ሰው ነው ይሄን ነብሰ በላ የምታዳምጡ አባቶቻችን እስቲ ለምን ነው? የሰውን ልጅ የሚፈናቀሉት የሚዘረፉት የሚታረዱት የድሀ ቤት የምታስፈርሰው ብላቹ ብትጠይቁት
@tamirattezeraofficial9273
@tamirattezeraofficial9273 Жыл бұрын
gena temotaleh. Oromia is country.. game over with neftegna komata.
@FiloWardi
@FiloWardi Жыл бұрын
Oromon kuni baredumafu haa ta'uu🙂😢
@artanasaliyyii
@artanasaliyyii Жыл бұрын
maatii naafiis ta ii waan ofii
@jesussaves4444
@jesussaves4444 Жыл бұрын
Slow Dawn shime you are speeding your fall. You don’t represent Oromo . You only worry about your power
Obbo Shimallis Abdiisaa gaaffiiwwaniifi yaadota miseensota Caffeerraa ka’aniif deebiifi ibsa kennan
1:16:02
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 24 М.
Yaa'ii idilee Caffee 5ffaa Waggaa 2ffaa Bara Hojii 6ffaa Gaaffilee Miseensota & Deebii Hooggantootaa
4:11:17
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 15 М.
2 MAGIC SECRETS @denismagicshow @roman_magic
00:32
MasomkaMagic
Рет қаралды 33 МЛН
HELP!!!
00:46
Natan por Aí
Рет қаралды 52 МЛН
БУ, ИСПУГАЛСЯ?? #shorts
00:22
Паша Осадчий
Рет қаралды 1,5 МЛН
Oduu Galgalaa sa'aatii 1:00  OBN Sadaasa 01, 2017
32:03
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 2,7 М.
Yaa'ii idilee Caffee 5ffaa Waggaa 2ffaa Bara Hojii  6ffaa
2:02:10
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 9 М.
Yaa’ii Idilee 2ffaa Waggaa 1ffaa Bara Hojii 6ffaa Caffee Oromiyaa
4:04
Yeroo Jaalalaa  OBN Sadaasa 01,2017
23:33
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 1,1 М.
OMN: Qophii Keessummaa (Adoolleessa 29,2019)
49:10
OMN
Рет қаралды 26 М.
Haasaa Ministira Muummee Abiyyi Ahimad
25:50
Etv Afaan Oromoo
Рет қаралды 149 М.
Ibsa Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa miseensota Caffeef kennan -2
37:12
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 64 М.