Hir-koo - kutaa 48ffaa

  Рет қаралды 280,604

Etv Afaan Oromoo

Etv Afaan Oromoo

Күн бұрын

Пікірлер: 602
@melkamubogale4713
@melkamubogale4713 6 ай бұрын
Baga nagaan dhuftan Hirkoowan😂😂 Mee namni dirama isaani kana jallattan like like
@muaazzeenu6320
@muaazzeenu6320 6 ай бұрын
Welcome hirkoo ❤❤ 1 natuu senee like naaf godhaa
@KeriyaMitiku-pm2ig
@KeriyaMitiku-pm2ig 6 ай бұрын
❤❤❤
@roberateshome
@roberateshome 6 ай бұрын
Yaa Gamta ati Maalif Hirkoo miskiinatti hinaafta ati yoo shamarran argite hinaafaan Hirkoo si qabeemi yaa Gamtaa hojii kee nyaadhu.kana caala waan baayye isin irraa eegna jabaadha.
@DagneLemma-td1ou
@DagneLemma-td1ou 6 ай бұрын
Boohaarsistoota keenya nuuf jiraadha umurii dheera Waaqayyoon isiniif haa kennu Galatoomaa 👍👍👍👍
@alemneshsadesa
@alemneshsadesa 6 ай бұрын
Qaliiwwan keenya nuf jiraadha Heduudhuma nu bohaarsitum ❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@HikaHikaOlanaTareka
@HikaHikaOlanaTareka 6 ай бұрын
Waa'een suuraa intalattii faana ka'amee sun garuu tiyyaa fi hirkoo walitti buusuunsaa hin hafu .
@namomsaderessabalessa
@namomsaderessabalessa 6 ай бұрын
Seenaa jireenyaa barreessitan sana gatiisaa ins. Tarrafeen waan lubbuun jiruuf seeraan irraa fudhachuu qabdu.
@GazeAbera-p4v
@GazeAbera-p4v 6 ай бұрын
Hay Hirkoo Namni dur attam qoosaa Umurii nuuf dheeradhaa isin qaaliwwan keenyadhaa!
@amro.kayser
@amro.kayser 6 ай бұрын
هلا ... انا اتابعكم دائما وكنت اتابع سرناكو واحب حلقاتكم وتمثيلكم كثير وكان لدي صديق اثيوبي يترجم لي لكن الان سافر .. طبعا انا لازلت اتابع لكن لا افهم شي ارجو ترجمة الحلقات لنا الى الانجليزي او العربي .. لكي تشتهروا عالميا وعربيا
@FattaaZaakir
@FattaaZaakir 6 ай бұрын
تمام ياصاحبي
@SutumeTesema
@SutumeTesema 6 ай бұрын
Wow bay'eeman isiin jalladha dhugaa waaqa umurii dheeraa nuuf jiraadha ❤❤❤❤❤❤ kolfaan nuu fixaanim🤣🤣🤣🤣🤣🤣
@Mu.az5522
@Mu.az5522 6 ай бұрын
Bagaa ngyan dhuftaan umataa qaliii❤️❤️❤️🙏
@firomsabadri4254
@firomsabadri4254 6 ай бұрын
Daqiqaa maaliif xiqqeessitta ga'a?????
@Saaladden
@Saaladden 6 ай бұрын
Namni akka kiyyatti hordofa jirtan me like❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤like
@KabuGirma-bn7jl
@KabuGirma-bn7jl 6 ай бұрын
Hello!! Hirko!! I love you!! Continue to 100......... I support you So be strong!!!!
@MustefaAmano-uc5nh
@MustefaAmano-uc5nh 6 ай бұрын
Yaa Gamta ati Maalif Hirkoo miskiinatti hinaafta 😅😅 ati yoo shamarran argite hinaafaan Hirkoo si qabeemi yaa Gamtaa hojii kee nyaadhu.kana caala waan baayye isin irraa eegna jabaadha.
@SADORATUBE
@SADORATUBE 6 ай бұрын
Enyuudha Hirkoon kan akka koo haalaan bohaarsu? mee agarsiisaa👍👍👍👍👍👍👍
@onefuny
@onefuny 6 ай бұрын
Baay'ee na kolfisiisa
@kimiyafuad8866
@kimiyafuad8866 6 ай бұрын
Hirkoo tokkofaa
@hararshopping6882
@hararshopping6882 6 ай бұрын
Baay'ee nama boharsa
@FunnyMan-sr6ly
@FunnyMan-sr6ly 6 ай бұрын
baay'ee tokko
@Shame-yr6gb
@Shame-yr6gb 6 ай бұрын
dhugaa baay'ee dalaguu jiran
@husenabdi5653
@husenabdi5653 6 ай бұрын
hirkoo is my king dhuguma balcha saafoo hirkoo tarrafan jira
@Datube-ethio1213
@Datube-ethio1213 6 ай бұрын
Wow, Hir-koo is really interesting plus funny Comedy Oromo language drama. But, I have a serious comment which is to have subtitle of Amharic or English language. Why⁉️ There are a lot of watchers who challenge to understand it including me even if the drama is appealing. Due to the lack of listening skill of the language and it will be solved by having subtitle for it. Any visible action e.g. drama, film has a powerful impact to know almost all of the world languages. For Oromo language Hir-koo is fittest one, in my point of view. The highest views it has in the language. Please, try to make it have even if it has some challenging things like time, edition .... Do hard for better happiness. Respectfully plus Lovely 🙌❗️
@Bukhaar.Oro21
@Bukhaar.Oro21 6 ай бұрын
Anaa dhufu nama video kana jalqaba daawwtaedha like godhaa👌👌👌👌👌
@SammanJetae
@SammanJetae 5 ай бұрын
@hirko hirkannee si eega jirra.❤❤❤❤❤
@badhaseeAbdiisaa-pw5vo
@badhaseeAbdiisaa-pw5vo 6 ай бұрын
Well come hirkoo 🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤ nuf jiraadha qaaliwaani Kenyaa
@RaiseHafis
@RaiseHafis 6 ай бұрын
Si jaalladha
@aruushow7120
@aruushow7120 6 ай бұрын
Baga Ng dhuftan🎉🎉🎉❤❤😂😂
@techsador
@techsador 6 ай бұрын
kan onneen isaa waan gaarii dalaguun guutame, eenyutu na eda'a?🙏🙏🙏🌹🌹🌹🌹
@Funworld-yf8df
@Funworld-yf8df 6 ай бұрын
ani jira
@KimoTube-je7zn
@KimoTube-je7zn 6 ай бұрын
anii siif godhe
@Adebetube-sr9wk
@Adebetube-sr9wk 6 ай бұрын
siif godhe
@Golollisa_barii
@Golollisa_barii 6 ай бұрын
😊😊Maali warra hirkoo osoon isin eeguu indaanqon iyyitem 😅😅😅😅😅Hikoonis Gamtaa irraa baruu jalqabeeeee
@mulugetamose7158
@mulugetamose7158 6 ай бұрын
❤❤❤ jaabaadhu nafis jiraadhu
@BilantaLabata-vs6td
@BilantaLabata-vs6td 6 ай бұрын
Bagaa nagaan dhuftani ❤❤❤❤❤
@endalesisay-bx3ym
@endalesisay-bx3ym 6 ай бұрын
Hirkoo Namni dur attam qoosaa Umurii nuuf dheeradhaa
@SolomonGirma-iz3cd
@SolomonGirma-iz3cd 6 ай бұрын
Jankko baga nagan dhuftte🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@OlifanOliman-tt5fb
@OlifanOliman-tt5fb 6 ай бұрын
Qaqaaliiwwan keenya bagaa nuuf dhalatan ❤❤❤
@godawajjiitube
@godawajjiitube 6 ай бұрын
Welcome Hirkoo ❤❤❤❤❤❤❤
@Meeronwlg
@Meeronwlg 6 ай бұрын
Woow bg ngn dhuftaan ❤❤❤ko
@tolasajaba462
@tolasajaba462 6 ай бұрын
Wowowww bayyee namatii toluu jabadhuu ❤❤❤❤❤😊😊😊
@ااين-و9ز
@ااين-و9ز 6 ай бұрын
Baga nadhaan dhuftaan irkoo keenyaa Gamtaa ini inaafee😁😁
@tayetuasefa8191
@tayetuasefa8191 6 ай бұрын
Ani 1fa hari.asi foni hadhako😂😂😂
@TaphaGeemii
@TaphaGeemii 6 ай бұрын
Warri hirkoon isinitti tolu qofti chaanaalii koo subscribe godhaa.
@ChaaltuWekene
@ChaaltuWekene 6 ай бұрын
Ijoo warrii Akkaa koo kolfaan garaa dhukkubstanii jirtuu lakkii godhamee😂😂😂
@samsunga14-rb6qj
@samsunga14-rb6qj 6 ай бұрын
Baga nagaan dhuftan qaxaleewan keenyaa ❤❤❤❤😂😂😂😂😂
@kennadubaro2910
@kennadubaro2910 6 ай бұрын
😂😂😂😂😂😂😂😂😂 Safuuudha boo jedhe Astamar mokonon❤❤❤❤❤❤❤❤😂❤😂😂😂🎉🎉🎉🎉🎉
@HananTube-ee2sx
@HananTube-ee2sx 6 ай бұрын
well come hirkoo ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🙌🙌🙌
@LazmabrayamOsman
@LazmabrayamOsman 6 ай бұрын
Hirko abbaa qoosaa nuuf jiraadhu haadhoo ko❤🎉
@KulleeAddunyaa-qz9et
@KulleeAddunyaa-qz9et 6 ай бұрын
Wow baay'ee namaati toltuu jabaadha oromoo❤❤❤❤.
@ashrafmajali7422
@ashrafmajali7422 6 ай бұрын
Hirko welcom❤❤❤❤❤❤❤❤
@GudeChibsa-xv8eh
@GudeChibsa-xv8eh 6 ай бұрын
Baayee namatti toltu Lubbuun dheeradhaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💌💌💌💌💌💌💌💌💌💌
@KeriyaMitiku-pm2ig
@KeriyaMitiku-pm2ig 6 ай бұрын
Uuuu😱😱😱😱Tiyaa badde, Hirkoo sii jalaa fudhattan😂😂😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤
@TamamanTeshome
@TamamanTeshome 6 ай бұрын
Hirkoo diraamaa bareeda abdii Oromiyaa Oromoo keenya sin qabaachuu keenyatti hin gammadna
@khaledjemaltube4849
@khaledjemaltube4849 6 ай бұрын
Hir-ko Worrii Akka Kiyyaatti Jaallattan Like Tuqa !❤
@KaalidUmar-f1b
@KaalidUmar-f1b 6 ай бұрын
Hirko waan gotuu sura atu Amma itala sani waliin katea San akka tiyyan argitee siin loltuu godhii hojadhuu please 🥺❤️😢😢😢😢😢
@rahiiszakiir8102
@rahiiszakiir8102 6 ай бұрын
Irkoo ilaalu malee dadahee hin rafuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@ZenuFaris-yq2zc
@ZenuFaris-yq2zc 6 ай бұрын
"Bofa isa Faarmaazii irraa natti taateem" Bohaarsitoota keenya😊!
@embryologyteratology
@embryologyteratology 6 ай бұрын
Qoshaashaa akka pastarii sihanaa ofii kutaa 10tti 1 fiddee kuftee hakimi ishee hojjachuu dandahu tuffattuu isin godhuu barbaadaa
@Abdusse_Tube
@Abdusse_Tube 6 ай бұрын
Dhuftee har'as ❤❤
@bruk_1250
@bruk_1250 6 ай бұрын
Nama bashannansiisa, ergaa dansaalle qaba! 👏👏👏
@AbdallaaDawud
@AbdallaaDawud 6 ай бұрын
Welcome Anii 1ffaa Dhufee Like naf godhaa
@qeerrooentertainment482
@qeerrooentertainment482 6 ай бұрын
Hawwiin eeggachaa turre baga nagaan dhufte H 48 ilaalle yaada barreessina
@TarikuGonfa-y8y
@TarikuGonfa-y8y 6 ай бұрын
Namni du'e attam qoosaa😂😂😂😂🤣🤣🤣wayyoo anuu du'ekaa🤣🤣
@safia1290
@safia1290 6 ай бұрын
Intaali suura hirko wojin kaate suni shira woyitif tiyya rabbi itti fide kalas ammas woli lolu hirko wojin 😂
@SolomonGirma-iz3cd
@SolomonGirma-iz3cd 6 ай бұрын
Malimmo hamma kana ishenis barechufi male comedicha😂😂😂
@eshetutemesgen9601
@eshetutemesgen9601 6 ай бұрын
Welcome Hirko.....❤❤❤❤❤❤
@hawwiifufaa2680
@hawwiifufaa2680 6 ай бұрын
Wow nufi jiradha dhugaa ❤❤❤❤
@KaamilKaadiromadaa
@KaamilKaadiromadaa 6 ай бұрын
Tarafa baga tarafte😂😂😂😂
@AbunaOro
@AbunaOro 6 ай бұрын
Torben tokkoo akka waggaa tokko natti ta,a dirmmaa kana egunsaa😊😊😊😊😊😊
@KenaKena-go9mk
@KenaKena-go9mk 6 ай бұрын
Namnii akkaakoo dirama kanaa jallataan jiruu laataa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂
@munahussen-1365
@munahussen-1365 6 ай бұрын
Calliseen isiin laava hayaa ummataa qashtii ❤❤❤❤
@FayituHussein
@FayituHussein 6 ай бұрын
❤❤❤❤ bayyeen isin jaalladha!
@Eeaatt911
@Eeaatt911 6 ай бұрын
Dammee, the great, bagan diraamaa jaallatamaa Hirkoo irratti so arge!
@ShimelisAyalew
@ShimelisAyalew 6 ай бұрын
Ati hin du'in ati baga kaate atuu😂😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤😂😂😂😂😂😂😂😂wayyoo garaakoo
@ZERITUZELEKE-DESALEGNE-bt4cy
@ZERITUZELEKE-DESALEGNE-bt4cy 6 ай бұрын
Bofa Isa faarmaasiirraa natti taateem❤❤❤❤❤❤❤
@dessialiy7600
@dessialiy7600 6 ай бұрын
Baga Nagayan Dhuftan Jaalatamtoota Koo ❤️❤️❤️❤️
@MasaratUlfina-hr7tz
@MasaratUlfina-hr7tz 6 ай бұрын
Wowowo well come hirkoo❤❤❤
@almaz8781
@almaz8781 6 ай бұрын
Tiyyarrati waa xaxuuf deemti intaloon 🤭🤣🤣🤣🤣🤣ta'aa lalakaa
@zinashkokket6048
@zinashkokket6048 6 ай бұрын
Das jete dhugaa ❤❤❤❤
@kalishassan5411
@kalishassan5411 6 ай бұрын
Garu Diraaman keessan malif itti fufinsaa hin qabne
@METTAENTERTAINMENT624
@METTAENTERTAINMENT624 6 ай бұрын
Mashaa allah jabadhuu
@Werknsh-y2w
@Werknsh-y2w 6 ай бұрын
Ayii hirikoo nutuu achii dhaqee moo isanituu dhufee jedhee 🤣🤣🤣🤣🤣
@DanoSenbata
@DanoSenbata 6 ай бұрын
Baga nagan dhuftan
@derabekaber6158
@derabekaber6158 6 ай бұрын
😂😂😂😂😂😂
@KuntumMahammed
@KuntumMahammed 6 ай бұрын
Baga nagaan dhuftan 😊😊😊😊
@Chala931
@Chala931 6 ай бұрын
Wow jalqabaf ilaaleera
@Rexromeo95
@Rexromeo95 6 ай бұрын
abo nura turru jira me wari ture jira jatan like❤
@KayoDaba
@KayoDaba 6 ай бұрын
Ajaa'ibaa comedy ❤❤❤❤❤❤❤
@kamilakamila926
@kamilakamila926 6 ай бұрын
Anii tokkofadha lânii godhee❤❤❤
@halimakasim4188
@halimakasim4188 6 ай бұрын
Hiko sii dhumate tiyya suura mucati wajjin kate kana yoo argate 😂😂
@nemerajorgo3372
@nemerajorgo3372 6 ай бұрын
ሰይ ገምታ ሃጤ ሃጣሪ ጄቹን ገምታ ነው።
@Lidiya134
@Lidiya134 6 ай бұрын
Dhugumaa balcha safoo😂😂😂❤❤❤❤
@YanetAbba
@YanetAbba 6 ай бұрын
Safudha abboo
@AbdurahmanUmar-y2h
@AbdurahmanUmar-y2h 5 ай бұрын
hirkoo qalii nama ❤❤❤❤❤❤
@jamelaj1120
@jamelaj1120 6 ай бұрын
Yaa hirko didamma kee Nama kolfisisaa KKK 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
@obseeobsee
@obseeobsee 6 ай бұрын
Welcome my family ❤❤❤
@NohiWolde
@NohiWolde 6 ай бұрын
Isuma hojiin hirkoo maali laata akkuma diraama kana beeksisa jalaatti hafee moo natti hima mee
@Al-fatihamedia-w3i
@Al-fatihamedia-w3i 6 ай бұрын
Ara Dirama dheeressa Hin Gabaabbate Baayyee 😂😂😂😂
@amadinabrahim8473
@amadinabrahim8473 6 ай бұрын
Woow baaga nagayan dhuftaan
@dejenetadesse3497
@dejenetadesse3497 6 ай бұрын
Eessa dhaqu du'atti fiiguuyi😂😂😂😂 Ayi hirkoo
@WORLDWEB312
@WORLDWEB312 6 ай бұрын
Bofa isa Pharmacy irraa natti taateem🤣Ayi Hirkoo nuuf jiraadhu ammayyuu.
@FIRONasiree.
@FIRONasiree. 6 ай бұрын
Namnii hirko jalatuu 😢😢
@Ahem-c4k
@Ahem-c4k 6 ай бұрын
Rakina ho a sure nu bafachisee male jarti qabanee
@FikaduAlemu-pt2lk
@FikaduAlemu-pt2lk 6 ай бұрын
Anii hangaa sabanii gayee diramaa hirkoo laluuf mudamaa
@KabedeBeri
@KabedeBeri 6 ай бұрын
Waw hirko ❤❤❤❤❤
@MotiDoshe
@MotiDoshe 6 ай бұрын
Baga nagaan dhuftan❤❤❤❤❤❤❤❤
@famitech267
@famitech267 6 ай бұрын
Xumura irrtti na kofalchiise 😂😂😂
@FattaaZaakir
@FattaaZaakir 6 ай бұрын
Baga nagaan jiraattan❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@tigisthailu3786
@tigisthailu3786 6 ай бұрын
Hirkoo Diramaa bareeda❤❤❤❤❤❤
Hir-koo - kutaa 49ffaa
34:18
Etv Afaan Oromoo
Рет қаралды 305 М.
小丑女COCO的审判。#天使 #小丑 #超人不会飞
00:53
超人不会飞
Рет қаралды 14 МЛН
99.9% IMPOSSIBLE
00:24
STORROR
Рет қаралды 28 МЛН
Hir-koo - kutaa 50ffaa
30:06
Etv Afaan Oromoo
Рет қаралды 344 М.
Hir-koo Kutaa 9ffaa
33:48
Etv Afaan Oromoo
Рет қаралды 277 М.
OROMIA11: KOMEDIIYAAN WAAQOO FI HAADHA MANAA ISAA.
42:50
Oromia 11
Рет қаралды 594 М.
Tapha Gabaabaa Funyee OBN 08 10 2010
5:52
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 187 М.
DhUKAASA/ ASTAMARI MOKONON / NEW OROMO COMEDY_Miinamul
5:28
SEEQAN TUBE
Рет қаралды 109 М.
HIR-KOO KUTAA 26FFAA
34:27
Etv Afaan Oromoo
Рет қаралды 255 М.
wallaalaa Ofii - Fiilmii Afaan Oromoo Qubee Maltimiidiyaatiin dhiyaate. (2018)
10:37
ቻናል 7 - Channel 7 - Ethiopian News
Рет қаралды 107 М.