😭Faar Altayech irratti Maaltu godhame? Wanti uumame kunooti Waldootni gaafataman Christian media

  Рет қаралды 7,349

CHRISTIAN MEDIA

CHRISTIAN MEDIA

Күн бұрын

Пікірлер: 121
@Hayemanotnigusu
@Hayemanotnigusu Жыл бұрын
Ebbifama obbolotaa koo amalee harari waqayyoo isinif haa bayyatuu obboletii kooo 🥰🥰🥰🥰 far kee itti haa fufu waqayyoo dinqii hojeta🥰🥰🥰🥰
@FanoFano-z3d
@FanoFano-z3d 13 күн бұрын
Ebifama Ebifama Ijolee Goofta Nuf Jiradha ❤❤
@teferibacha2289
@teferibacha2289 Жыл бұрын
Waaqayyoo jalalaa wal biraa dhaabadha malo wal jabeesaa ijjoollee Waaqayyoo ebfaama❤️🙏
@Jirrabulleebariiarguuf
@Jirrabulleebariiarguuf Жыл бұрын
Waaqayyoo olchaafi ofkaalchadha baga waaqayyoo hara,an ishii ga,e bara jirenyashii hundas ishum walin jira gooftaan maqaansa haaulfaatu innii waaqa rakkatafi dadhabootati anu bayyee farfannashin jabaadha ammas waaqayyoo humnasaatiin ishii haagargaaru, sinis ulfaadha ebbifama waqaayyoo sina ebbisuu❤
@MartinaJohanna-x2o
@MartinaJohanna-x2o Ай бұрын
Dhagaa'amaa jiraati itti fufaa.waaqayyo isin haa eebbisu.ijoollee haqaaf dhaabbattan
@wodehord7063
@wodehord7063 Жыл бұрын
በጣም ይቅርታ ጌታ በምድር ላይ ስመላለስ ኢየሱስን አሳልፎ የሰጡት ከቅናት የተነሳ እንጂ ምንም ጥፋት አልተገኝም ዛሬም ቢሆን በስሜ ክርስትና ነው ይህ ደግሞ በቅርብ እያንዳንዱ ዋጋቼው ይቀበላሉ እህት ወንድሞቼ ጌታ አብዝቶ ይባርካችሁ አልታየች እሳዋ በእግዚአብሔር ዘንድ ዋጋሽ ትልቅ ነው በርች ስው በአጠግብሽ በሌለበት ጊዜ ጌታ ብቻ ነው አሁንም በርች የእግዚአብሕር ቃል መፅሐፍ ቅድስ mulata22:12-12 የሚያሚፅ ወደ ፍት ያሚፅ እያለ ይናገራል እባካች አንብቡት💖💯✅
@hsishisieh897
@hsishisieh897 Жыл бұрын
Isan wan hojatani fi kan hojatanif hin beekani jabadhu alte koo waqayo siwajin jiraa isan warra fooniti
@miserms4091
@miserms4091 Жыл бұрын
Uuuufffffff ayiiiii yaa Waqaayyoo 😢 Waqaayyoo gadiiti Rajii Masarati Tayee qofaa kan Oromoofi dhabatu😢😢😢😢😢😢😢😢 isiini Eebbifama naa ofkalchaa
@Laliitube-wp3um
@Laliitube-wp3um Жыл бұрын
Kotu matii naf ta'ii me hadhoko
@FenJesus-pf1on
@FenJesus-pf1on Жыл бұрын
Úuuuffffffffffffffff Uuuuuuuuuuuffffffffffffffffffffffff Bayesa Nama gadisisa waqayyoo walda sanitti Yaa araramu Ishedhafi Garu goftani jajabina ishedhafi Yaa kenuu Homa mitti jedhani jajabesa
@yesuusgooftaa266
@yesuusgooftaa266 Жыл бұрын
Uuuuufffffiiiii baay'ee nama dhukkubsa dhugaa 😭😭😭😭💔💔💔💔💔 Waaqayyoo araara nuuf haa laatu!!!!!🙏🙏🙏🙏💒💒💒📖📖📖
@zamachmangistu4386
@zamachmangistu4386 Жыл бұрын
Farfattuu Altayech bayye sijallanna ,sikabjna ebifamii❤❤❤❤
@Seenuu501
@Seenuu501 Жыл бұрын
Dhugaa Bayyee nama dhukkubaa Waaqayyo bichaan haa faraduu firdin kana Waaqayyoti😭😭😭😭❤
@Laliitube-wp3um
@Laliitube-wp3um Жыл бұрын
Kotu matii naf ta'ii me hadhoko
@geletefufa665
@geletefufa665 Жыл бұрын
Baayyee namatti tola jabaadha
@kiyyaakoo2375
@kiyyaakoo2375 Жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭laphee nama cabsaa galmeen baraa baraa ishii bekaa iddoo hin badnetii gatinshii waqaa birattii guddadhaa
@Hawii-j1c
@Hawii-j1c 3 күн бұрын
Waqayyoo goftaanni bara keessan dacha haa ebbisuuu
@mawlamawla1079
@mawlamawla1079 Жыл бұрын
Uuuuuuufffffeeeee ebifaamaa obolotaako yadaa baredaa jechaa jirtuu ebifaamaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@EbiseBadashaa
@EbiseBadashaa Жыл бұрын
Uuuuuuuuuuuuuuufffffffff baayeeee bayeeeeee namaa gadisiiisaa waqqayyo isaanitii Haa araraamu😢😢😢😢😢😢😢
@berhanuguta3082
@berhanuguta3082 Жыл бұрын
Waaqayyoo ishee yaa eebbisuu fayyitee ha haftu
@taaddutt2215
@taaddutt2215 Жыл бұрын
Waaqayyoo Abdii waraa gataamaniitti😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@IteneshEtu-m4x
@IteneshEtu-m4x 2 ай бұрын
Ebbifama ijoolee waaqayyoo
@Gemechu-uj4tk
@Gemechu-uj4tk Жыл бұрын
Farfaannicha yoon hin dhageeffanne yoon ta'e iyyuu dirree kana irratti hojii guddaa waan hojetuuf ta'a Altiyee jabbaaadhu silaayyuu dhugaan gartuu hin qabu .kanaa duwwaa naa beekii ati waaqayyo si waliin jira
@TamiruLamu
@TamiruLamu Жыл бұрын
Waaqayyoo isiin haa Eebbisu warra Christan midia!
@abyya2271
@abyya2271 Жыл бұрын
Dhugaa baayee namattii dhagahama waqqaayyoo nuttii haa araramuu malee isheef waqqaayyoo idoo guddaa qabaf gatii ishee goftaa biraa argattii
@SannayitGonfa
@SannayitGonfa 2 ай бұрын
Mal jechudha bageta malan dhaga gofta macca nama du,a ka,e debisani ajjesu haa faraduu waqnii ☝️☝️☝️☝️☝️
@seetookeenyaan
@seetookeenyaan Жыл бұрын
Galatoomaa, sagaleen ni dhagahama.
@meseratjaleta6940
@meseratjaleta6940 Жыл бұрын
Bayyee nama gadisiisaam ayyi yaa waldolee kristanaa barraa kanaa ayyii 😢
@hsishisieh897
@hsishisieh897 Жыл бұрын
Jabadhu hadhoko
@KebaNegi-rb8fm
@KebaNegi-rb8fm 2 ай бұрын
Hin dhagahamaa ljolee waqaayyoo❤❤❤❤
@zamachmangistu4386
@zamachmangistu4386 Жыл бұрын
Dhugaa jettee warronni akkas godhan bekamuu qabuu,yoo akkas ta'uu baatee ,wantikun hin babalata
@martaniguse6940
@martaniguse6940 Жыл бұрын
Wayyoo altuu tiyyaa waqaayoo siif jira
@bilenabate
@bilenabate Жыл бұрын
Altayeechii qoramuun abdiifida jaaadhuu .iyob iyyuu qorameera garuu homa hintane .kanaafuu alteeyechii farffaattuu dhugaa waantatef hooma mitti karaa kaminu sibuke dhaabannaa .gootaan koo sifaana haata'u!!
@DDd-c4d
@DDd-c4d 25 күн бұрын
Ebbifamaaaaaa
@hsishisieh897
@hsishisieh897 Жыл бұрын
Warrii dhadhabiinan nama tufatan kesatu fr atlayechi irati kana rawatu warrii eshee midhee walda kamiyuu hata u warra fooni deemanidha
@jituu-u7h
@jituu-u7h Жыл бұрын
Bayee namati tolaa ebifamaa❤❤
@nasaphone3340
@nasaphone3340 Жыл бұрын
Altayech koo kuni hin maaluu wqy waldaa kirstana haa araramuu dhugaa bayyee namaa gadisisaa 😢😢😢😢
@LeKe-k2v
@LeKe-k2v 8 ай бұрын
Waaqayyoo maaloo atti tesookera kaifi
@SingerOliiBadho
@SingerOliiBadho 3 ай бұрын
Heddu nama gaddisisa garu waaqayyo gaaridha wanti altu ratti tae kun garrumadhaf waaqayyo beekadha
@hadiesabba4083
@hadiesabba4083 2 ай бұрын
🙏🙏🙏❤❤❤❤❤
@adanudibaba7179
@adanudibaba7179 Жыл бұрын
Christina media wqyo isiin haa ebbisu ana kan nadhibu waldotaa kessati wqyo warra gataman barbada jedhan maaf lalabuu kan warra jajaabo fi bekaat hin jedhan maliif yo jetaan lalabnii isaani isaanuma fakkachu qaba gatii har'a obboletin kun bafte dacha basuun kessan hin olu badii namni tokko yo hojate kanarat ija ba'u hin barbachisu kun qaniidh maf lubbu barbana jetu kan kessatu caba hin fayyine cabsa jirtu anii garuu wantan Goftati gamadu kessa baga galmee dhalotaa nama dhufa tokko harka hin jirati waldota christina of saphiftaa nama tokko qofa miti
@AbabachiRabumaa
@AbabachiRabumaa Жыл бұрын
Hin ebiifaamii
@bontubedesa
@bontubedesa Жыл бұрын
Uuuuuuff Yaa Waaqayyoo 🤲🤲🤲🤲🤲🥲🥲🥲🙏🙏
@yesusejirata4025
@yesusejirata4025 Жыл бұрын
Uuuuffffee baayee nama dhagamuu homa garuu waqqayyoo siif jiraa 🙏🙏
@AbonshLikassa
@AbonshLikassa 9 ай бұрын
Nidhagaama ittifufua
@EliyasShafee
@EliyasShafee 6 ай бұрын
Inn dhaga,maa dhugaa
@MartinaJohanna-x2o
@MartinaJohanna-x2o Ай бұрын
Ayiiii waldaan kiristaanaa mana daldalaa taateeyii!!!!yeroon itti Waaqayyo manakoo mana nagadaa gootanii??jedhee yeroo itti waaqayyo garafee gadi yaasu dhiyoodha.gatiin Altayyeemmoo guddaadha.xinnootu xinneesse malee
@bonthubonthu8406
@bonthubonthu8406 Жыл бұрын
Irraa debbi,aamee ebbfamu qaba adara
@gadisegadise949
@gadisegadise949 Жыл бұрын
Waqayyoo guyaa qabaa ❤❤❤❤😢😢😢❤
@zeinazeina5766
@zeinazeina5766 Жыл бұрын
Uuuuffeee farfannaa gamachuu dhugaa❤❤
@TuneJira-nu6yv
@TuneJira-nu6yv Жыл бұрын
Wow EBBIFFAMII
@KokoKoko-sz5vi
@KokoKoko-sz5vi Жыл бұрын
Nidhama sagalenkesan❤❤
@zeinazeina5766
@zeinazeina5766 Жыл бұрын
Uuuffeee haa gofta nuf araramii yoo jiruu walii hin jalanu yoo dune waliif bo'uun ba'a hin😭😭😭😭
@affsfsge2123
@affsfsge2123 Жыл бұрын
Homa miti garuu isheen ilee goftaa ishee biratii galmfataa jirtii garuu warii kannaa godhaa ittii gafataamuuu silaayuu namnii dhugaan idoo hin qabuu sobduu fi haccaa barbarii malee Waaqayyoo nuraa kassee iddoo nuf haaqabachiisuu waaraa dhugaaaf gatii kanfalaanii😢😢😢😢
@ABERASHDABA
@ABERASHDABA Жыл бұрын
Waqaayyoo iti hararamu Malo Yaakov walda Kirsten Malo Mali jeta gofta iti ha ararami tsajiltota Kenya Malo 😢😢😢😢😢😢 baye ija ilalu dhugaadha
@tegesttegest330
@tegesttegest330 Жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤 kirstos kana miti kani nuu barsisee
@Laliitube-wp3um
@Laliitube-wp3um Жыл бұрын
Kotu matii naf ta'ii qalliiko
@AyeluBehailu-te2ii
@AyeluBehailu-te2ii Жыл бұрын
Ni dhagaama
@zamachmangistu4386
@zamachmangistu4386 Жыл бұрын
Yoo namni nama dhiisee homaa mitii ,waqayyo garuu nama dhiisin
@zamachmangistu4386
@zamachmangistu4386 Жыл бұрын
Sagaleen hin dhaga'ama
@Kennawqyo
@Kennawqyo Жыл бұрын
❤❤❤❤❤ uuuuuuf 🙏🙏🙏🙏🙏🌻🌻🌻🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲waqayyo Sif loolaa mucaa waqayo dhisaa wqyo bekadha 🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲📚📚📚📚📚
@Chaka-bm9em
@Chaka-bm9em 4 ай бұрын
Gari dha
@yawahremedia8569
@yawahremedia8569 Жыл бұрын
Bay'ee nama gadisisaa dhugaa
@chaltochalto0609
@chaltochalto0609 2 ай бұрын
Waaqayyoo isheef haa dubatuu.jiraa.gooftaan.ishee.haa.gargaruu.Altuyee.mucaa.dibaataa
@wakgarishumetafufa3375
@wakgarishumetafufa3375 Жыл бұрын
Tajaajilli si'anaa hoo tivoozoo tahee maak godhu
@jituu-u7h
@jituu-u7h Жыл бұрын
❤❤ebifama
@affsfsge2123
@affsfsge2123 Жыл бұрын
Dhugaaa waadalaan kirstaannaa akkas godhaanii dhalootaa manaa Waaqayyoo keessaa yaasanii nujalaa fixaan warii ayyii dhugaa baayye namaa dhukubaa ayyiiiiii yaa baraa keenyaa baraa dhumaa keessaa jiraa hadaraa keessaani farfatoonii kenyaaa abdii hin kutiinnaa jabbadhaa waaqayyoo isiin waajiin jiraa
@Laliitube-wp3um
@Laliitube-wp3um Жыл бұрын
Matii naf ta'ii me qalliiko
@Meto471Meto47
@Meto471Meto47 Жыл бұрын
Dhugaaf jetani yaro kesan areas. Gotan. Waqayoo sinaa. Ebisu.
@ayantugetachew8431
@ayantugetachew8431 Жыл бұрын
Eebbifamaa
@yasoa5546
@yasoa5546 Жыл бұрын
Bayee bayeee nama gadisisaa😢😢😢😢😢😢😢😢
@YesuusAbdiiJiraatadha.
@YesuusAbdiiJiraatadha. Жыл бұрын
Nagaan waaqayyoo waaqa jiraata mana kanaaf haa ta'u. Akkam jirtu nagaa fayyaa keessanii?? Uuuùuuuùuff waaqayyoo ammayyuu guutee karaa hundumaa ishee haa eebbisu. Waaqayyoo nun haa gargaaru malee dhaloonni bara kanaa irraa keessa ilaalu.garuu gooftaan inni hunduma namaa ija tokkon ilaalu ammayyuu warra isa dhagahan hin dagaatu. Gooftaan nun haa gargaaru eenyuuf akka hojjachaa jirruus akka hubannuuf. Dhugaa bayyee nama dhukkuba garuu gooftaan inni hunduma danda'u gara ishee waan jiruuf abshir ammayyuu abdiin jira.📖💪
@MohamaadAlgalabe
@MohamaadAlgalabe Жыл бұрын
Galatoomaa
@MergaDugasa-dx8ss
@MergaDugasa-dx8ss Ай бұрын
Acc'beeksiisaa•
@FanoFano-z3d
@FanoFano-z3d 13 күн бұрын
Lakii In Dhagama Ebifama
@eshetugetahunwedajo6364
@eshetugetahunwedajo6364 Жыл бұрын
Ni dhaga'ama itti fufaa. Waaqayyoo isin haa eebbisu.
@gxjdjdjdjdjd2986
@gxjdjdjdjdjd2986 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏
@MergaDugasa-dx8ss
@MergaDugasa-dx8ss Ай бұрын
waaqayyoo sagaargatuu
@selamawitkebede-i5d
@selamawitkebede-i5d Жыл бұрын
GBU
@gadisejeleta597
@gadisejeleta597 Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢
@gettygety7470
@gettygety7470 Жыл бұрын
😭😭🙏🙏🙏❤
@wakgarishumetafufa3375
@wakgarishumetafufa3375 Жыл бұрын
Nama dhiba cabsi hamma kanaa Garuu yoo irra deebihamee ni simanna!
@bontutaye7630
@bontutaye7630 Жыл бұрын
Waldaan bara keenya wajjiira dhabbaa ta'ee waldaan amma kun biyyaafi iyyuu abaarsa kan ta'anidha , Isheen erga ishee darbarsiteetti isan garuu warra mana waaqayyoo mana daldalaa godhaniruu
@warqinashkitala264
@warqinashkitala264 Жыл бұрын
❤️❤️❤️❤️
@Laliitube-wp3um
@Laliitube-wp3um Жыл бұрын
Matii naf ta'ii me qalliiko
@McHhd-k4e
@McHhd-k4e Ай бұрын
😢😢😢😢😢😢😢
@aaasssaaasss4616
@aaasssaaasss4616 Жыл бұрын
Please biyya sana keessa. Baasa malo adara
@AlamituLemesa-qg2mq
@AlamituLemesa-qg2mq Жыл бұрын
Is in araarsituudha moo hadheessituudha ?
@moketunne2926
@moketunne2926 Жыл бұрын
Waqayyo wa'e nama kana him dhisiin. Saroonni iyyuun amala isaanii ti
@hawahawa2475
@hawahawa2475 Жыл бұрын
Dhagahama
@DubaiNew-p9k
@DubaiNew-p9k Жыл бұрын
❤❤❤😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@tsehayfulisa-xy9ig
@tsehayfulisa-xy9ig Жыл бұрын
Ni dhagamaa
@AbonshLikassa
@AbonshLikassa 9 ай бұрын
Nidhagama
@SamsonGeneti-i3i
@SamsonGeneti-i3i 2 ай бұрын
Goofaan is in heebisuu
@soresabeyene2004
@soresabeyene2004 Жыл бұрын
in dhagahama
@Laliitube-wp3um
@Laliitube-wp3um Жыл бұрын
Matii naf ta'ii me hadhoko
@labsi4007
@labsi4007 Жыл бұрын
NI dhaga'ama.
@aare4215
@aare4215 Жыл бұрын
♥️♥️♥️🙏🙏🙏🙏
@ahah230
@ahah230 Жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭💕💕💕💕💕💕💕💕
@nagasajabesa2970
@nagasajabesa2970 Жыл бұрын
Maaliif kirstaani Christiana irrati ka`a maalture dhoksaan jiru ifa godhaa??????????
@AbonshLikassa
@AbonshLikassa 9 ай бұрын
5:28 5:31 5:31
@ObsinetKenyalolanwaaqaa
@ObsinetKenyalolanwaaqaa Жыл бұрын
🙏🙏🙏❤️🕊️
@bontutaye7630
@bontutaye7630 Жыл бұрын
Waldaa isheen miseensa itti tatee beekuun dirqaama jedha ani keessatu ani gama kiyyaan ishee kallattin argachuun barbaada
@ChristianMedia1
@ChristianMedia1 Жыл бұрын
Waldaa Guutuu Wangeelaa fiinaansii
@TekalignTadesse-mk9hm
@TekalignTadesse-mk9hm Жыл бұрын
Ni dhaga'aama...
@bekanfeyisa6287
@bekanfeyisa6287 Жыл бұрын
Iddoo itti agarsiisun ta'un alatti nama bira dhaabbachuun warri shame sinitti ta'e akkasuma Waaqayyoos sinitti qaana'usaa hin dagatina
@hsishisieh897
@hsishisieh897 Жыл бұрын
Waqayo kan waragatamaniitii wara of bobokosuu mitiri
@wiliamenuyadata1723
@wiliamenuyadata1723 Жыл бұрын
waldaan kiristiyaanaa fi tajaajiltootni bara si'anaa ergama isaanii ni dagatanii??????mee kaan irraa maaliin adda ba'u??? nama sadaachisa, nama gaddisiisa
DINQEE ADDISUU: YAA GUYYAA DHUMAA
9:45
EGEREE MEDIA
Рет қаралды 199 М.
How to whistle ?? 😱😱
00:31
Tibo InShape
Рет қаралды 17 МЛН
龟兔赛跑:好可爱的小乌龟#short #angel #clown
01:00
Super Beauty team
Рет қаралды 68 МЛН
😜 #aminkavitaminka #aminokka #аминкавитаминка
00:14
Аминка Витаминка
Рет қаралды 1,8 МЛН
ዮአዳን (ክፍል 38)
27:44
ለዛ
Рет қаралды 184 М.
ጥበብ II pastor Henok Mengistu II Wisdom
1:01:27
Pastor Henok Mengistu { Singele }
Рет қаралды 86 М.
🔴Dhimma Faar.Altaayyech Galata fi Waldaa Guutuu Wangeelaa Fiinaansii Gidduu jiru maal dha? #Icciiti
13:59
Bonsa Addisu Gute - Good News - Oduu Gaarii
Рет қаралды 1 М.
How to whistle ?? 😱😱
00:31
Tibo InShape
Рет қаралды 17 МЛН