Faaxee Anniyyaa -Oromiyaa Maamaa Afrikaa New Ethiopian Oromoo Music 2022(Official Video)

  Рет қаралды 247,936

Art Faaxee Anniyyaa

Art Faaxee Anniyyaa

Күн бұрын

Пікірлер: 663
@Roras-Aamirshow
@Roras-Aamirshow 2 жыл бұрын
Dubartii Cimtuu Oromoon qabdu Artist Faaxee Anniyyaa ati hundaan adda dubartii mataa ofiitiin hojjattee mullatte tahuu keetiif siin boonna jabaadhu siwaliin jirra
@ameenaam954
@ameenaam954 2 жыл бұрын
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰👌
@taajiimahammad3893
@taajiimahammad3893 2 жыл бұрын
Jaabdu tenyaa
@shukritubeSubiscrib4000
@shukritubeSubiscrib4000 2 жыл бұрын
kzbin.info/door/ZVcH0ZQyq1lpxqNJnSMbRQ?si=EMSIkaIECMiOmarE6JChQQ
@sabishashow9184
@sabishashow9184 2 жыл бұрын
Dhuga
@mohammedebrahimshow7732
@mohammedebrahimshow7732 2 жыл бұрын
Abshir Rabbiin sin biiraa hajiratuu
@HussanDiinoo
@HussanDiinoo 4 ай бұрын
Jabduuu oromo ❤❤❤❤❤akaan itii si jaladhuu mo my sister ❤❤😍😍😍🥰🥰🌻🌻🌻
@jalojuice
@jalojuice 2 жыл бұрын
The best song the best video 🙌❤
@dhugomsaoromo9149
@dhugomsaoromo9149 2 жыл бұрын
Atiis gama keetiin xiyyeeffannoo kenni daawwattoota kee biraan gahi shoora of danda'e taphachuu dandeessaa atis jabaa qabnuu keessa tokkoodha jabaadhu nuuf.🙏
@mammeeadam4862
@mammeeadam4862 2 жыл бұрын
Jalo jalalleeshin jiirtaa nama qallii
@arsiitoo7120
@arsiitoo7120 2 жыл бұрын
💞💞💞💞💔💔💞💞💔💔
@mahamedumarkarimee3349
@mahamedumarkarimee3349 2 жыл бұрын
Waan ofii
@qeerrooentertainment4216
@qeerrooentertainment4216 2 жыл бұрын
Yaa Faaxee Anniyyaa sagalee osoo danda'amee sagalee tee tana Artistoota hundaaf bluetooth-zn dabarsitee what of voice 🥰🔥🔥
@hgdshsi1734
@hgdshsi1734 2 жыл бұрын
Dhugaa keetii wly
@musxafamahammad4119
@musxafamahammad4119 2 жыл бұрын
Jabadhu
@ifrahabbastube9999
@ifrahabbastube9999 2 жыл бұрын
faaxee sabbontu saba sirboota ke weerara jaalala ,shagga, rora'e akkamin taha,sifin dukkana deema ,mama oromia sirboota ke ijo oggu yaadadhu jiradh sagalen kes bayye bareda jabadhu 😘😍😍😍😍😍😍💪💪💪💪💪💪
@jalojuice
@jalojuice 2 жыл бұрын
Hooji ajjaibati obboleeti teenyaa qaali I'm loving it😘❤ waan addaati jabaadhu ❣
@TajudinAliye
@TajudinAliye 2 жыл бұрын
Incredible voice❤️ Legend Faaxee jiraadhu abbaa feete caalta bareedduu Oromoo fi Oromiyaa❤️
@najatiitube4352
@najatiitube4352 2 жыл бұрын
Dawaroo subscribe naf godhii sanyii ko
@HarargeeEntertainment1484
@HarargeeEntertainment1484 2 жыл бұрын
Bravo faaxee teenya intala harargee hojii boonsaadhaa jabaadhu
@direyoungoromo6239
@direyoungoromo6239 2 жыл бұрын
Takkiti afran qalloo faxee tenya ❤
@datubedatub9777
@datubedatub9777 2 жыл бұрын
I'm from 🇺🇸i love you oromo music ❤ sii jalaadha
@onacarcartube375
@onacarcartube375 2 жыл бұрын
Dubartii Cimtuu harargeen oromiyaaf biqilchite Faaxee Anniyyaa nuuf jiraadhu sanyii koo jabaadhuu fuulduratti deem kana boodas waan kana caalu sirraa eegna!
@iftuuhaadii7236
@iftuuhaadii7236 2 жыл бұрын
Faaxee to I love you duubarti cimtuu aji,ibaa nuf jiradhuu 🥰🥰
@abdiieo2248
@abdiieo2248 2 жыл бұрын
Baga milkoftee Faxe Anniyya jabduu saba Jabadhu Nu bonsitee
@destukedir1801
@destukedir1801 2 жыл бұрын
Artist Faaxee Anniyyaa Badhaafamtuu Sagalee Uumamaa Addaa Rabbiin siif kenne kanaan dorgomaa miti namni siqarqaru eeysumallee him jiru dhugaa❤♥
@ayubmumad2808
@ayubmumad2808 2 жыл бұрын
Quality video 100% the Producer and director 80% The song Singer and song writer Is 80% Overall the best video she ever done before good job
@imanejawar7687
@imanejawar7687 2 жыл бұрын
Jabdu tiyaa nuf jiradhu malloo Lakii sheri godhaa jajabesa Oromo tiyaa 😍😍😍😍
@kanziiamiin2289
@kanziiamiin2289 2 жыл бұрын
Ooo oromiyaa welcome to bagaa nagaan dhuftee jalatamtuuufi kabajaamhuu tenyaa artists faxee aniyaa welcome jenee jiraa habibtii
@BachaKitesaD
@BachaKitesaD 2 жыл бұрын
Maammmaayyee maammaa Africa, Maammaa aayyoo. 👌 Faaxee keenya, Your work added some valuable thing to the revolution of Oromo arts. Umrii dheertuu siif haa kennu.
@najatiitube4352
@najatiitube4352 2 жыл бұрын
Bacha subscribe naf godhii sanyii ko
@OROVision
@OROVision 2 жыл бұрын
Welcome 🙏 faxe Aniiya takiiti aka 1000 wow very beautiful oromo music 🎶 🎵 ❤️ ❤️ oromo jajabeysaa faxen walistu ciimtudha dhuga rabii dubachuf
@muktarsado3324
@muktarsado3324 2 жыл бұрын
Sirbaa ke’e dhageffata gudaadhe wallahi Art jabduu akka ke’e qabachuun bayyee caara qaba oromoon ❤️❤️❤️
@Caayaa4130
@Caayaa4130 2 жыл бұрын
Artist Faaxee Anniyya Bakka buutuu Artist Halloo Daawwee fi Artist Almaaz Teferraa ❤💚❤ Baga Baha Oromiyaatti nuuf deebifte Aartii Oromoo ❤💚❤
@sadamabdusalam582
@sadamabdusalam582 2 жыл бұрын
Baredu teyaa jabadhu qali nama 😍😍😍❤️
@Rediademtube
@Rediademtube 2 жыл бұрын
Ooooo Oromiyaa biyya koo ❤👌
@MehadiiTube
@MehadiiTube 2 жыл бұрын
Sabboontuu keenya sirba bareedaa haala yeroo ttin waal fakkatu nuuf fidee dhufte galtoomii ❤️🌳❤️
@ibsaahaqaa2112
@ibsaahaqaa2112 2 жыл бұрын
Mamma ayyoo mammaa Afrikaa(2)bayye gariidhs jiraadhuu Faaxee sanyii namaa sanyii oromoo.jabaadhuu siwaliin jirra!!!!
@abu-hararnuur1683
@abu-hararnuur1683 2 жыл бұрын
Nama haga kana qofaan daawwatamuun sheemiidha oromoo sirba ajaa'ibaa kana sagalee bareedduu tana abshir faaxee teenya♥
@nasiifshow957
@nasiifshow957 2 жыл бұрын
Amazing dhugaa hedduu hojjatte Baay'ee namatti tolaa Maammaa aayyoo oromiyaa ❣️💚❣️dubartii cimtuu dha dhugumaan ati!
@bonishastudio
@bonishastudio 2 жыл бұрын
Welcome Faxee Aniiyya Amazing music 🎶 jabduu oromo 🥰🥰
@TofickSiraj
@TofickSiraj 2 жыл бұрын
This should be the official National Anthem of Oromia to be sung at every school every day! Warri sirbichi faaruu biyyaalessaa Oromiyaa tahuu qabda jettan 'like' tuquun "vote" godhaa!! ⬛🟥⬜🏴🔴🟢🔴
@oromoo7603
@oromoo7603 2 жыл бұрын
Baga nagayaan dhufte Jabduu oromoo 🥰🥰🙏🤩🤩😍🙏
@Caayaa4130
@Caayaa4130 2 жыл бұрын
Baga nuuf jiraatte sanyiikoo Umrii nuuf dheeradhu ❤ 💚 ♥ Gootittii teenya qaalii sabaa ❤💚❤💚❤🙏
@Thobi587
@Thobi587 2 жыл бұрын
wow wow wow love this , Viva Oromia , Mama Africa !!! ❤💚❤ 🙌🙌🙌🙌🙌🙌
@abdulhaakimumar1401
@abdulhaakimumar1401 2 жыл бұрын
Baga nagayaan dhuftan sabbontuu oromoo hojii bareedaa hojjattee hedduu galatoomi jabaadhu Aartistoota shamarranii keessaa siin boonna jabduu oromoo siwaliin jirra qaalii teenya ❤❤🥰🥰🥰🥰🙏
@abdiibaale1723
@abdiibaale1723 2 жыл бұрын
Dubarti jabdu oromon qabdu keessa faaxe aniyyaa sadarka tokkoffaa irraa jirti jiradhu faaxe tenya hinjifannoon keeti ❤
@hawahunter2211
@hawahunter2211 2 жыл бұрын
Excellent job 👍I’m proud of you sister 🙏you make us proud I am so happy I am OROMO 💕❤️💕❤️💕❤️💕❤️💕🙏🙏
@arafatentertainment214
@arafatentertainment214 2 жыл бұрын
Jawar gammada hojii ajaa'ibaa hojjate atis heddu galtomi abban murtii sii dinqisifaata jirra ,faxxeen artistoota xoophiyaa biyyeetti maktee jirti dhugaa baga teenyaa taate waan ofii
@ARTOFRICAENTERTAINMENT676
@ARTOFRICAENTERTAINMENT676 2 жыл бұрын
Arafaati koo sinjaaladha qaalii nama
@miressamijena3369
@miressamijena3369 2 жыл бұрын
Fantastic. Wondorful song ! Galatoomi Faaxee teenna !!
@farhanguje2325
@farhanguje2325 2 жыл бұрын
Faxee Anniyaa dubartii jabduu ❤❤ I’m proud you💪💪💪
@kusheducationaltube6954
@kusheducationaltube6954 2 жыл бұрын
wow very impressive poem incredible sound Oromiyaa Maama Africa .. GALATOOMI HEDDU
@tuujiidha7286
@tuujiidha7286 2 жыл бұрын
You are one of the greatest song writers, and singers of my generation. Always you produce and preform amazingly!😍 Faaxee fiinxee!
@hayathassan5394
@hayathassan5394 2 жыл бұрын
Wow Wow Wow Well done jabadhu bareedu qashitii Art. Faaxee Anniyyaa good job 👍👍👌
@kemeraminofficial6578
@kemeraminofficial6578 2 жыл бұрын
Amazing and great music👏 Artist Faaxee Aniyyaa you're getting better everyday💞 keep it up my favorite Artist💚💗💚💗💚💗
@hamzajawweeyutbe4939
@hamzajawweeyutbe4939 2 жыл бұрын
Dhugaa Dubartin Akka Faaxee Anniyyaa Amalee akka Oromiyaa keessa Nuf Dhalatu Faxeen Fakkeenya Ni tattiif Jabadhu Artis Jalaatamtu fi kabajamtu Umanii Qabu Amalee Umrii dheradhu siin jena 🙏💖💚💚👍
@abdibushra6578
@abdibushra6578 2 жыл бұрын
Well come back Oro legend Artist Faxe Anniyyaa! Fantastic!
@magartumuhammad4215
@magartumuhammad4215 2 жыл бұрын
akka ajaibatti namatti tola 🥰🥰🥰❤️🙏❤️
@magartumuhammad4215
@magartumuhammad4215 2 жыл бұрын
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️💚💚💚💚💚❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@birilleetube9780
@birilleetube9780 2 жыл бұрын
Wwwwwooowww faxishaaa hedduu natti tolee jira Eeee dhugaa dha Oromiyaan mama Afrikaa dha jabadhu yaaa...... xiqqoo akka yaadaatti immoo uffannaa irratti rakkoo jira akka mama Afrikaatti guutuu hin agarsiifne.....wadafit mama afrikaan Oromiyaa dha።
@arafatentertainment214
@arafatentertainment214 2 жыл бұрын
Faaxxeen artisiti oromiyaa qofa osoo hin taane artisiti Afirikaa guddotti 💯 irraa 💯 tti
@imaamabdii2619
@imaamabdii2619 2 жыл бұрын
Faaxe anniyya dubarttii jabduu oromoon jaarraa kana keysa qabduudha❣🥰✅
@biliseeintalaamboo8224
@biliseeintalaamboo8224 2 жыл бұрын
WOW best amazing! Africa culture music forever🎼🎵 #OROMIA_TIYYA❤🖤🤍 RESPECT MY SISTER🧡! Faaxee koo haadha sagalee kiilolee🎤
@inthislove5217
@inthislove5217 2 жыл бұрын
Mama Africa 🌍 ❤ 😍
@nimoonaaumar430
@nimoonaaumar430 2 жыл бұрын
Sirba hedduu bareeduudha!Faaxee Aniyyaa abbaa feete caalta !aartiin Oromoo sadarkaa kanarra gahuun hedduu nama gammachisa!yoomiyyuu siin boonna #Faaxee teenya! Especially i like the word "Maamaa aayyoo"
@ikrams669
@ikrams669 2 жыл бұрын
This is beyond perfection " MAMA AFRIKA"❤ Another one "irra nuhaa Aansu Ayyaanni OROMOO"❤
@naserweday9319
@naserweday9319 2 жыл бұрын
WOW FAAXEE VERY NICE VOICE 👏👏❤️💚❤️💚💐💐💐💐
@EmalaEntertainment
@EmalaEntertainment 2 жыл бұрын
Waan Ajaa’ibaatin gad dhuftee ❤
@artfaaxeeanniyyaa475
@artfaaxeeanniyyaa475 2 жыл бұрын
Galatomaa galatomaa yomiyyuu isin anaf gachena anis isinif gachena hangan lubbun jirutti isinifin jiradha isinifin hojjadha hooraa buulaa
@saphalookadiir5169
@saphalookadiir5169 2 жыл бұрын
Woooooow! Jaalatamtuu, sabboontuu, Oromtittii callaa dandeettii galaanaa, Art Faaxee Anniyyaa sirba bareedaadha jabaadhu ammallee, yoomu Sabni kee siin boona
@mosisamooti8330
@mosisamooti8330 2 жыл бұрын
Wow Bayyee Bareeda Wly Faaxee Jabaadhu Qalii Oromoo
@bariishow9351
@bariishow9351 Жыл бұрын
Sister too jabduu intalaa jabaadhu! Yeroo ammaa dubartii weellisturraa ati urjiidhaa!
@Oromiyaawood
@Oromiyaawood 2 жыл бұрын
Gudee jabaadhu Moottummaa tiyya garalaafeeti nama ❤
@gutemawako1849
@gutemawako1849 2 жыл бұрын
Haadha Kennaa addaa Faaxee teenya hojii bareedaa nuuf hojjachuu keetiif galatoomi, Cimii itti fufi!!
@Rukeelluu
@Rukeelluu 2 жыл бұрын
Jabduu, badhaafamtuu, hambaa habalee cittee, birkii maddaaf hundee weeddisaaf wallee Oromoo ta hammayyaa- Baha Oromiyaa! Ni cophsiifte!
@gammachuusiraj1648
@gammachuusiraj1648 2 жыл бұрын
atti yerro hundayuu oromiyaa hin dagatuu galanee kee bilisumaadha❤
@JawaadKamaal-of7ph
@JawaadKamaal-of7ph Жыл бұрын
Faaxee teenyaa nuuf jiraadhuu jabduu sabaa hedduu sijaallaannaa !
@gemechisabera2188
@gemechisabera2188 2 жыл бұрын
What amazing music!!! Long live to all actors .
@MameTb
@MameTb 2 жыл бұрын
Welcome back artist tnyaa qalii bagga nufi dhuftee hedduu sii yanee
@oromia583
@oromia583 2 жыл бұрын
Dubartii jabduu keessa attii hanfaa wallayii, dubartii jabduu akka kee kana hunda jabeessuu qabdi oromoo hojii gaariin as baatte dhugaa rabbii ani sirraa gammaddeen jira 🌄💔
@zamzam3091
@zamzam3091 Жыл бұрын
Dhugaa rabii dubachufii Waniti hundii Aji.ibaati hojetee Galatomii Jabduu durubaa❤
@abdiigadaa8957
@abdiigadaa8957 2 жыл бұрын
Perfect. Galatoomi Faaxee. Melody, voice, message, video quality all impeccable. Thank you!!!!!!!!!!!!
@bilisummahawwe8803
@bilisummahawwe8803 2 жыл бұрын
Welcome Wowowowow ❤❤❤❤
@jettiibalee1812
@jettiibalee1812 2 жыл бұрын
Faxiyee qabisoyituu oromoo taa yomiyuu kayoo iraa hin dabinee rabbiin bilisummaa oromoo fi oromiyaa ijaa sii haa agarisisuu
@shukriyamuhamud3230
@shukriyamuhamud3230 2 жыл бұрын
Wow your the best and proud of you Intala addera keep it up 🥰 you have done it again 👏👏
@araboorotube5087
@araboorotube5087 2 жыл бұрын
Sabontu oromo jabadhuu qalii nama sayyii ko 🇧🇫🇧🇫🇧🇫🇧🇫🇧🇫🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅❤❤❤❤❤
@Carcar12-023
@Carcar12-023 2 жыл бұрын
www amazing music MAMA AFRICA oromiyaan♥️💚♥️⚘️ Dabrii nuuf jiraadhu faaxee falmattuu kutattuu jabduu sabboontu waan ofii♥️
@bonsaabdurhmen863
@bonsaabdurhmen863 2 жыл бұрын
I appreciate your music and lovely
@ambessashield9360
@ambessashield9360 2 жыл бұрын
Mama Africa.. Even though I don’t understand afaan Oromo I like the pan African message. Bertu! ❤️
@ethifansi4051
@ethifansi4051 2 жыл бұрын
Faaxee Anniyya Artist Ummaata Oromoo fi Oromiyaa qabdu keessaa takka jabaadhu si waliin jira
@azuuleetube
@azuuleetube 2 жыл бұрын
Great song. Oromo has been the peace maker of East Africa. Tolerated all Ethiopian ethnic group in their land to live freely. This Nation is under the oppression of Ethiopian empire for so long. We will get our independence soon.
@chakaabdulwahab68
@chakaabdulwahab68 2 жыл бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤ 💯💯💯💯💯💯💯💯💯 Jachaatu nahanqata sabboontuu tiyya jabaadhu rabbiin irra sihaa aansu !!
@OROOfficial11
@OROOfficial11 2 жыл бұрын
Thank God Bayyee takkaa Bareedadha Wal jajabeessu Adaa ha goodhanu Saagalee 100% Cameras 100% Videos. 100% Killippii. 100%
@OromummaaSabboonummaa
@OromummaaSabboonummaa 2 жыл бұрын
Jaal Faaxee ulfaadhu hojii gaarii Oromoof gumaachite kanaaf! Itti fufi!
@wboforce3008
@wboforce3008 2 жыл бұрын
Welcome faxee aniyaa biyaa Aba koo eduun siijaladhaa faxee 💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💪💪💪💪💪💪
@masilove9939
@masilove9939 2 жыл бұрын
Well come bagaa nagaan dhufte lencaa too👌👌👌👌amazing mom africa ❤️❤️❤️
@destuahmed7457
@destuahmed7457 2 жыл бұрын
Sirba bareeda jabaadhu faaxee teenya si waliin jirra ♥️♥️
@k.t4071
@k.t4071 2 жыл бұрын
Love love it. God bless you my sister. Love my people 🙏❤️
@jaabureact
@jaabureact 2 жыл бұрын
jabduu teenna akkana sirraa beeyna kunoo oromiyaa afrikaa qofaaf miti addunyaaf ibsinaa
@WMNWalloMediaNetwork
@WMNWalloMediaNetwork 2 жыл бұрын
Wwww Sagalee kee kana hundaaf oso kenne faxe anniyya❤💚❤💪💪💯💯💯💯💯
@chaltuharari692
@chaltuharari692 2 жыл бұрын
Jajabadhuu qalii tenyaa wan ofii tohoo ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@fugugmultimedia5919
@fugugmultimedia5919 2 жыл бұрын
Amazing 👏
@bonsatube1608
@bonsatube1608 2 жыл бұрын
Weellisstuu Teenyaa ciimtudhaa attii jabbadhuu bayee sii jalanaa siibiraa dhabbanaa sabbontuu tenyaa cimtuuu!!!
@naimamad5927
@naimamad5927 2 жыл бұрын
Wwwwwwww jabadhuu Luubbuuyee tiiyaa Sabboona Oromoo qulqulu l Love you susii Intala Harargee qalii nama ❤🌳❤
@Nura_Tubers
@Nura_Tubers 2 жыл бұрын
Amazing Music
@mureentertainmenttube3441
@mureentertainmenttube3441 2 жыл бұрын
Welcome faaxee Anniyyaa Jabduu too ♥️🤗💥
@harartubi1003
@harartubi1003 2 жыл бұрын
Welcome❤ arts faaxee anniyya jabadu oromo
@nasir8422
@nasir8422 2 жыл бұрын
Bayyee nama tolaa jabadhuu Artist tenya kabajamtu fii jaalatamtuu
@burqasawa
@burqasawa 2 жыл бұрын
Jabduu Oromoo jabaadhu hangana caala ifi mul’adhu Ati Faaxee Anniyaa oso hin taane faaxee Aficaati ati arran Booda
@dursituucalanqootube5984
@dursituucalanqootube5984 2 жыл бұрын
Wowowo Faxxee tiyyaa jabadhuu ❤❤❤👌
@dhugomsaoromo9149
@dhugomsaoromo9149 2 жыл бұрын
Share godhaa nuuf jajjabeessaa dubartii jabduu ammatti qabnu dhiirota baayyee tan caaltu jannee tan abdannuudha akka waliin beeknu sanittiis mataa ol nuqabdi beekta mitii.👌🙏
@chelenkopress4246
@chelenkopress4246 2 жыл бұрын
"Yoo hojjatan akkana "jabduu sabaa nuuf jiraadhu siin boonna qaroo teenya si waliin jirra waan maraan
@mucaanamaa8596
@mucaanamaa8596 2 жыл бұрын
Artist Faaxee Aniyyaa Takkitti akka kitilaa hedduu si jaalanna!
@HdHd-qh6ov
@HdHd-qh6ov 2 жыл бұрын
Wwww qashti tenya jabdhu wan ofii jabadhu🥰🥰🥰👌👌👌❤️❤️❤️🙏🙏
@bultumtv
@bultumtv 2 жыл бұрын
Wow masha alha masha alha
@booyoro8335
@booyoro8335 2 жыл бұрын
Motii Sagalee akka bishaan laga@ 🥰🥰🥰🥰♥️♥️♥️🥇🥇🥇🥇🥇
@mohammedyusuf5911
@mohammedyusuf5911 2 жыл бұрын
that's Awesome keep it up we are proud of you
Faaxee  Anniyyaa & Shaakkisoo Awwal Sirnooyyee - New Ethiopian Oromo Music 2023
5:39
小丑女COCO的审判。#天使 #小丑 #超人不会飞
00:53
超人不会飞
Рет қаралды 10 МЛН
VIP ACCESS
00:47
Natan por Aí
Рет қаралды 19 МЛН
Daangaa H Qanani -Shillimii- New Ethiopian Oromo Music 2022( Official Video)
5:18
Vision Entertainment
Рет қаралды 4,1 МЛН
Hanae Yasin - Yna Awadi - New Eritrean Bilen Music - 2023
6:55
BLEN ENTERTAINMENT
Рет қаралды 164 М.
OROMIA11: TURTII ARTIST FAAXEE ANNIYYAA WAJJIIN TAASIFNE
45:05
iccitii Jabdu jawar Abiy nuu fixuuf turee jedhan
12:35
Moha Oromo
Рет қаралды 10 М.
Sirna Yaadannoo Guyyaa Gootota Oromoo Ebla 15.
17:47
Art Faaxee Anniyyaa
Рет қаралды 6 М.