Sool gaafan qaamaan si'arge heddun dhugaa baha garu carraasa hin arganne ta'us ammo dhugaa dubbachuuf yeroon gadde fi olmaasa ibsuuf faarfanaa kana dhageeffadhu nama haaraan ta'a gooftaan barakee haa eebbisu.
Ebbifamii ebbifamii ebbifamii ebbifamii soloo mucaa kakuu waqayyoo bara fi jirenyaa ke ha ebbisuu ebbifamii ebbifamii ayyanni waqayyoo dachaa dachaa sirratti ha ta'u ❤❤❤
@MomiTamiru-od3sp8 ай бұрын
Amen amen. 🙏🙏🙏🙏💞💞💞💞💞💞💞💞🤲🤲🤲
@kuubarate68552 жыл бұрын
Jabadhuu hadhoo koo Kanumaa calaa si ha dabaluu Darbii demii Xaxanii biyya lafaa si hin qabin
Eebbiifama jabaadha hojji gaariidha dhaloota Tajajila jirtu media waan gaariif oolchu jechun kana keenya share godha
@DHANGAAMEDIA2 жыл бұрын
Eeyyee Nun Gama Kamiinuu Sin Bira Jirra Amma Church Keessan kana Hangaa Warra Kaanii Oliitti Beekamu Qaba Hojiin Sin Hojjechaa Jirtan Kun Nama Hunda Qaqqabuu Qaba Nama Waaqayyo😍🙏