Far.Yohaannis Lammiif Maaltu Ta'e |Raajii Masarat Taayyee |

  Рет қаралды 35,329

ARARA TV WORLD WIDE

ARARA TV WORLD WIDE

Күн бұрын

Пікірлер: 552
@JiraYesuus-lo2nv
@JiraYesuus-lo2nv 3 ай бұрын
Kadhata kaleessaa gaara kadhataa irratti nuuf gootaniin lapheekoo cabseeen ittiin akkan fayyuf qalbii jijjiirradheera hafuuronni hamaan akka na hin argannef jilbakoo nan jabeeffadha isinis naaf kadhadha 😢😢😢🤲🤲🤲🤲
@AnaneeAna
@AnaneeAna 2 ай бұрын
Uuffee Uuffee Ameen Ameen Ameen Ulfadhuu Yesus Abbaa Koo Eebbifamaa Eebbifamaa Namaa Waqayo Maqaa Yesusin 🙏🙏🙏😥🙏☝️❤❤❤
@MisganuBeshada
@MisganuBeshada 2 ай бұрын
Yesuusee kiyya ulfaadhu!!!❤❤❤❤❤❤❤❤❤I love you very much jesus.
@dechasagidisa7176
@dechasagidisa7176 3 ай бұрын
Ammayyuu Raajii Masarat Taayyeef umurii arrageessa isaaniif haa kennuu jechaa akkuma warra rakkattota ykn warra biyya lafaa kana irratti qoraman bira dhaabbatan dhimma keessan bira ammoo waaqayyoo isiniif haa dhaabbatuun jedha. Guddaa eebbifamaa!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!! Jira Yesuus!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
@bachuroro2107
@bachuroro2107 3 ай бұрын
Baga Gammadanii Far.Lammii uuuufffffeeeeee Waaqayyoo ulfinni guddan haa tahu Ebbifamaa Rajii masii akkasuuma hojjettonii waldaa Arara hundii ❤❤❤❤
@tsigekebede9544
@tsigekebede9544 Ай бұрын
Raajii masarat Umurii dheeraa nuuf jiradhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤
@MmMm-m7i
@MmMm-m7i 3 ай бұрын
Utun carraa argadhee hamaa mana madami qulqulesuu waldaa araraa qulqulesee bayee hawaa maloo naf kadhadhaa hawii koo kanaf 😢😢😢
@gadisegadise4150
@gadisegadise4150 3 ай бұрын
😢😢❤❤❤❤📖📖📖🙏🙏🙏❤❤❤❤
@zxczxc3083
@zxczxc3083 3 ай бұрын
Siif haa ta'uu ❤
@FiloWardi
@FiloWardi 3 ай бұрын
Anis hawin koo toko kana waqayyo nun haa gargaruuu😢😢🙌🙌
@asteer966
@asteer966 3 ай бұрын
@@FiloWardi 👍🏻
@asteer966
@asteer966 3 ай бұрын
@@zxczxc3083 Ameeeeeeen Ameeeeeen
@SasaSasd-zn9zw
@SasaSasd-zn9zw 3 ай бұрын
Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen uuuuuuffffffffff ulfadhuu abbakoo Aleeluuyyaaa ❤❤❤
@muluu0503
@muluu0503 3 ай бұрын
Wayyoo Amantaa kana ordofuu baadhus Imimmaan utuun hin beekiin narra dhangala'ee ,raajii masarat bara jireenya keessanii waaqayyoo dachaa dhaan haa eebbisuu, F/ yoni waaqayyoo si'a jabeessuu😢😢😢
@Uae4040-w3u
@Uae4040-w3u 3 ай бұрын
Dinqidha dhugaa Ana Nyaatuka gara na Nyaatee baguuma Waaqayyoon qabatani qabanee dhugaa Amayu Eebbi kesan iti ha fufuu maqa Yesuusinnnnnn Ini isinin mormu dhigaa hoolichan ha dhahamuu Foonitis Afuuratis darbaa deema Abbakoo 🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲👏👏👏👏
@GelaneHirpsha
@GelaneHirpsha 3 ай бұрын
Waaqayyo siini haa ebisu nama waaqayyo ❤❤❤📚📚📚🙏🙏🙏🤲🤲🤲
@BuloGirma
@BuloGirma 3 ай бұрын
Waqayyoo Bayyee isin ha Eebbisu Raajii Nama waqayyoo Masat Tayyee.Gatiin Keessan Tsihoon Qulqullitti haa ta,u maqaa iyyesuus kiristosiin!!!
@AberaDarartu
@AberaDarartu 3 ай бұрын
Rajii masii waqqayyonumti baraa kessan ha ebbisu uuuuuufi
@ituumucaajalalaa327
@ituumucaajalalaa327 3 ай бұрын
Goftaanni koo barafi jiirenyaa keessanni hundumaa haa ebbisuu nama waqayyoo rajii masrti ebbiffamaaa guddaa 😢❤❤❤❤💔💔💔
@daleeabdiisa5407
@daleeabdiisa5407 3 ай бұрын
Prophet Mesert Taye, you really have shown us Practically what has been written in the whole bible. I have no words to say May the almighty hand of God bless you abundantly. I was touched when you bow down and lift him up, he was forgotten but you were there, you have shown true brotherhood. That is why a have big respect for you always. May the hand of God lift you up spiritually. Thank you! Keep shinning
@UrgeeAgessa
@UrgeeAgessa 3 ай бұрын
Eebbifama Nama waaqayyoo Raajjii masarati Gooftaan isin haa eebbisuu eebbifama ♥️♥️♥️♥️🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@UrgeeAgessa
@UrgeeAgessa 3 ай бұрын
Uuuuffeee Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen Baga waaqayyoo isin gargaaree haa Ulfaatu Gooftaan uuuuffeee baayyee namati tolaa dhugaa ♥️❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@ChalaBekele-wj6pg
@ChalaBekele-wj6pg 2 ай бұрын
Dhugaa dubbachuuf gaafan Mo'aa Tv irratti argee Baayyeen gaddee garuu Akka namni Waaqayyoo Raajii Masarat gargaaruu Nan tilmaamee dursee
@dammaa..damdamu3422
@dammaa..damdamu3422 3 ай бұрын
Ammeen Ammeen Nama waqaayoo baraafi jireenyii kees san haa Ebbifamuu Ebbifama
@TegstEdcha
@TegstEdcha 3 ай бұрын
Waaqayyo.baraa.keessan.yaa.Ebisfuu.Ebifamaa.Ebifamaa🙏🙏🙏🙏
@misganaadugna5472
@misganaadugna5472 3 ай бұрын
God bless Araara TV. www and his excellences Raj. Meseret Taye!
@martawakwaya
@martawakwaya 3 ай бұрын
Uuuffeee waqayyoo Bara kessanii haa ebbisuu ergamaa waqayyoo rajii Maserati ❤❤❤
@gagazanach1974
@gagazanach1974 3 ай бұрын
Ameen Ameen Ameen ebifamaa ebifama ebifama nama waqqayyoo goftaan isin yaa ebisuu 🙏 🙏 🙏
@firikeetjesus7718
@firikeetjesus7718 3 ай бұрын
Waaqayyoo issin ha ebbisuu nama waaqayyoo baay'ee gaara nama cibsaa ebbifamaa ebbifamaa
@SmilingBooks-lu2go
@SmilingBooks-lu2go 3 ай бұрын
Waaqayyoo baraf jireenya keessan haa ebbisu rajii masii abba hiyyeessa umurii nuu dheeradha
@DdS-b2d
@DdS-b2d 3 ай бұрын
Ameen waaqayyo eebbaf dachaa dachaa sinirratti yaa baayatu ebbifama
@Bachu-k1i
@Bachu-k1i 3 ай бұрын
Waqayyoo barafii Jirenyaa Keessaan haa ebisuu fart yahins ijolumaa kootii kaassee iniin jaladhaa umuriii dheraa qabdhaa ❤️❤️❤️❤️❤️❤️💯🙏
@MartaaShifara
@MartaaShifara 3 ай бұрын
Waqqaayyoo isni haa ebbisuu Ebbifama Ayyanni isaa dacha isinf haa baayatu kanuma Calatii Dibani isn irraa haa baayatu
@alemneshsadesa
@alemneshsadesa 3 ай бұрын
Waaqayyoo umurii keessan ha Dheeressu Raajii Eebbiffamaa Eebbiffamaa ❤❤❤❤❤
@Tayech-o5z
@Tayech-o5z 3 ай бұрын
Ameeeeeeeeeen Waqayyoo dachaa isin ha ebbissuu Raajii Masaarati sooraa fooniif lubbuu dhaloota hin wooden umuurii dheeradhaa ❤️😍🙏
@MeryemMeryem-sp1cj
@MeryemMeryem-sp1cj 3 ай бұрын
Ameen ameen ebifama waaqayyo gofitaan isin haa ebisu❤❤❤
@fmasiiyoutube8238
@fmasiiyoutube8238 3 ай бұрын
Uuuuuuuuufffffffffff waqayyoo sin haa ebisuuu ❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏🙏
@DerjaKebed
@DerjaKebed 3 ай бұрын
Waaqayyo barafi jireenyaa keessan haa eebbisuu rajii masarat taayyee ❤️❤️🎉🎉❤️❤️🎉🎉❤️❤️🎉🎉❤️❤️🎉🎉❤️❤️🎉🎉❤️❤️🎉🎉💯💯💯💯💯
@AlmazFurgasa
@AlmazFurgasa 3 ай бұрын
uuuuufeee ameen ameen ameen ❤❤❤ebifammaa rajiii kenyaa uuufeeee ebifamma maqa yesuun jabadha farfataa yohanisii❤❤❤
@tejeabera2474
@tejeabera2474 3 ай бұрын
Ameen AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN waaqayyoo guyyaa itti nama yaadatu qabaa ebbifamaa maati waaqayyo waaqayyo isin ha eebbisuu maqaa yesusin ❤❤
@Tinishuabiye
@Tinishuabiye 3 ай бұрын
Ameen Ameen Ameen ebiffamaa umuri dheradhaa
@KebaNegi-rb8fm
@KebaNegi-rb8fm 3 ай бұрын
Eebbifamaa raajii masart waqaayyoo baraa kessaan gutuu kesaan haa Eebisuu ❤❤❤❤
@yesusgooftadhaa
@yesusgooftadhaa 3 ай бұрын
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Nama Waqayyoo. Rajii masartii. Dhugaa waqayyoo waqaraa. isinii. Haa ebisuu ebifamaa ebifamaa ebifamaa dachaa gooftaanii barafii jirenyaa keessanii haa ebisu ebifamaa ebifamaa ebifamaa ebifamaa ebifamaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@tolashijima4097
@tolashijima4097 3 ай бұрын
Amen Amen Amen Amen Amen ebifamaa Ebifamaa Ebifamaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@edjigayehuayana1001
@edjigayehuayana1001 3 ай бұрын
Eebbifama hundi keessanu namootni waaqayyoo ❤❤
@dammeelikkissaa8471
@dammeelikkissaa8471 3 ай бұрын
Waaqayyoo bara keessan haa Eebbisuu garaan waaqayyoo isiinitti haa gammaduu gatiin keessaan guddaa kan hundumaa keessani❤❤❤❤❤❤❤❤
@MariaMariaa-k1o
@MariaMariaa-k1o 3 ай бұрын
Uffeeee waqayoof gallani haa ta.uu teessoo gararati namaa waqayoo ebifamaa isinlee ayyani isinifi haa bayatu maqaa yesus nufi jirradhaaa❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@miichuuntokko6362
@miichuuntokko6362 3 ай бұрын
Waaqayyoo bara keessan ha eebbisuu raajii masee
@darartuumucaaambo996
@darartuumucaaambo996 3 ай бұрын
Uuuuuuffffffeee Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ebbifamaa Ebbifamaa waaqayyoo gooftaan baraafi jireenyaa keessan dachaa goodhee isina haa Ebbisuu Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa ❤❤❤
@habibahabiba8773
@habibahabiba8773 3 ай бұрын
አሜን 🙏🙏🙏🙌🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏🙌📖📖📖📖😍😍😍😍😍💒💒💒✋
@DinkeBelachewo
@DinkeBelachewo 3 ай бұрын
Barrikeessan haaebbifamu raaji
@Fayyinajabssa
@Fayyinajabssa 3 ай бұрын
Raajii masii keenyaa eebbifam
@diribefeyisa6030
@diribefeyisa6030 3 ай бұрын
Waaqayyo Bara keessan ha Eebbiisuu Raajii Masarati !!
@KabayeElala
@KabayeElala 3 ай бұрын
Waaqayyoo Ayyaana siif haa baayisuu
@koketikoketi4463
@koketikoketi4463 3 ай бұрын
Ameeeeen eebbifamaa dhugaa gooftaa koo siin walin yaa ta'uu❤❤
@TamiruMengistu-m1p
@TamiruMengistu-m1p 3 ай бұрын
waaqayyoo isin haa ebbisuu namaa waaqayyoo!!! waan namaa gammachisuudha!!
@FentuTeshome
@FentuTeshome 3 ай бұрын
Ameeen ebbifamaa hin dhiisuu yesus baayyee waan namatti toludha dhugaa
@KeneniYemane
@KeneniYemane 3 ай бұрын
Waaqayyo mana keessan haa eebbisu
@Megra-f8o
@Megra-f8o 3 ай бұрын
እ/ሱስ ጌታ ነዉ ወንድሜ በርታ
@ayyyaantuubaayisaa6732
@ayyyaantuubaayisaa6732 3 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ ulafadhu Yesu ❤️🥰❤️❤️
@Kulani-j6f
@Kulani-j6f 3 ай бұрын
Baraaf jireenyaa keessaan haa ebbissuu gooftaan rajii Masarat ❤❤❤❤❤❤
@urjiiitalaabadiyya1947
@urjiiitalaabadiyya1947 3 ай бұрын
Waqayyo isini haa ebisuu ebifamaa ❤❤🙏🙏
@gsma3537
@gsma3537 3 ай бұрын
Ameeeeeen Ameeeeen Haabanamuu wootii harofinn maqaa waqaatiin🤲🤲😍😍😍😍🔥🔥🔥🔥❤️❤️❤️
@Tigist-n1h
@Tigist-n1h 3 ай бұрын
Ameen Ameen Ameen Ebbifama namaa waaqayyoo
@AlemiNegasa
@AlemiNegasa 3 ай бұрын
Waaqayyoo baraa keesaani haa ebbisuu ebbiffaammaaaa
@bilisehumna9498
@bilisehumna9498 3 ай бұрын
Uuuuuufeee dhugaadha goftaan bagaa sii jijiree ulfaadhuu abbaa keenyaa firaa gatamtoodha atii❤❤❤❤🤲🤲🤲🙏🙏✍️✍️✍️
@DebelaGana
@DebelaGana 3 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤ barabaraan eebbifamaa Raajii
@Taddalu-oq6yr
@Taddalu-oq6yr 3 ай бұрын
Waqayyoo goftaan macaa galaataa haa fudhatuu innii namaa yadaata yoo namas namaa dhisii waqayyoo namaa gatuu haa ulfattuu abbaa kenyaa rajjii masarat goftaan baraaf jirenyaa kessaan haa ebbiisuu umurii kessaan nuf haa dheresuu ebbifaa mattiin araraa hundii ebbifamaa 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘
@Mimi-l1k2s
@Mimi-l1k2s 3 ай бұрын
Waqaayyoo sinaa ebbissuu ebbiiffamaa❤
@GemedaKelbesa-m3p
@GemedaKelbesa-m3p 3 ай бұрын
Waaqayyoo Bara keessan Yaa eebbisuu
@MetiBar
@MetiBar 3 ай бұрын
Waaqayyo bara keessan tajajilaa keessan hojii keessan bara bataan isiin has Eebbissu
@gadisaabdisa6787
@gadisaabdisa6787 3 ай бұрын
❤❤❤❤❤ baruma baraan nuf ebbifamaa😢❤❤❤❤❤❤❤
@bilisehumna9498
@bilisehumna9498 3 ай бұрын
Goftaan baraa jireenyaa keessani Haa ebbiisuu nama waqayoo🤲🤲🙏🙏💯💯❤️❤️
@wendimurobaaga1986
@wendimurobaaga1986 3 ай бұрын
Gooftaan bara keessaan haa eebbisuu farffaannaan dur xinnummaa kotii bekuu bagaa lubbuun jirattee nama waqaa
@MartiBekela
@MartiBekela 3 ай бұрын
Ameen ameen ameen ameen ameen ebifamaa nama waqaayyo ❤❤❤❤❤
@MShop-j6z
@MShop-j6z 3 ай бұрын
Ameen eebbifama eebbifama eebbifama eebbifama eebbifama eebbifama 🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻
@Abdiikooyesuus
@Abdiikooyesuus 3 ай бұрын
Ameeeeeeeen Ameeeeeeeen Ameeeeeeeen yaa waqaayyoo sii haa galatuu ❤❤❤
@EminentGammachu
@EminentGammachu 3 ай бұрын
Uuffffeeee waqayyoo isiin haa ebbisuu nama waqayyoo ♥️♥️♥️♥️♥️♥️🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@RahelTube
@RahelTube 3 ай бұрын
ebbifaamii waqqayyoo isin haa ebbisuu
@hanaawalagaa4838
@hanaawalagaa4838 3 ай бұрын
Eebbifama Eebbifama dachaan nama waqaayoo ❤❤❤❤
@gurmuu5450
@gurmuu5450 3 ай бұрын
Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen ebbifaamaa ebbifaamaa goftaan baraafi jireenyaa keessaan haa ebbisuu dhugaa baayee naamatii tolaa 😢😢😢
@mozaratherpa4572
@mozaratherpa4572 3 ай бұрын
AMEEEEEN AMEEEEEN AMEEEEEN AMEEEEEN AMEEEEEN AMEEEEEN eebbifamaa maqaa yesuusn namaa waqaayyoo ❤❤❤❤❤
@MagartuAbdisa
@MagartuAbdisa 3 ай бұрын
ameen ameen ameen ebbifama maqaa eyesuusin❤❤❤❤❤
@KebenaHeda
@KebenaHeda 3 ай бұрын
Eebbifamaa warri waldaa araaraa kun hojii waaqabiratti jaalatameedha!!!!❤❤❤❤
@WudeGizawu
@WudeGizawu 3 ай бұрын
Uuufi waqayyoo baraa keessan haa ebbisuu ebbifamaa 🙏🙏❤❤
@lovemy6167
@lovemy6167 3 ай бұрын
Uuufee goftaan baraafa jirenyaa kesan haa ebisuuu ebifamaa ebifaama nuuf jiradhaa Rajii masi ❤❤❤ Obboltaa Koo hundumtii kesaaniyuuuu ebifaama maqaa goftaa yesusiini ebifamaa 🤲🛐❤❤
@TizitaFixuma
@TizitaFixuma 3 ай бұрын
Waqaayyoo bara fi jireenyaa keessani ha ebisu ebifaama ebifaama 🙏🙏
@biraneedisasa9104
@biraneedisasa9104 3 ай бұрын
Ameen Ebbifama Ebbifama nama waaqayyoo kenyaa nuufi jiraadhaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@rakrams4788
@rakrams4788 3 ай бұрын
Amama amama ebbifami 💯💯🙏
@MaraolGetnet
@MaraolGetnet 3 ай бұрын
Uffee Hojii waqayyoo hojjechuun Akka Raajii waqayyoo masarat Tayyeeti dhugaa Gooftaa
@ayyuuoro8478
@ayyuuoro8478 3 ай бұрын
Waqayyoo baga isiin gargaree r m Waqayyoo umuurii dheraa siniif haa kennu nuu jiraadhaa❤❤
@glorytogloryglory8777
@glorytogloryglory8777 3 ай бұрын
Thank lord god! Unfortunately lord god blessing will be us all people a world TV arara 🙏♥️👏
@senakumesa
@senakumesa 3 ай бұрын
Raajiin Masarat garaa nu qabbaneessan❤❤❤ umaan nama guddaa kana nuuf kenne haa ulfaatu❤❤❤😍😘
@senaretaa
@senaretaa 3 ай бұрын
Uuuuffeeee ebifamaa dachaa dachaa🥰🥰🥰🥰
@BashaanaNugusa
@BashaanaNugusa 3 ай бұрын
Waaqayyoo baraaf jireenya keessan haa eebbisu
@MsKusi-dk8kc
@MsKusi-dk8kc 3 ай бұрын
Uuuuuuuuffffffff Ameeeeeeeeeeen Ebbifamaa 💓💓💗💗💓
@HenseneGuluma
@HenseneGuluma 3 ай бұрын
Gooftaanii isiiinii haa Ebbiisuu Ebbiifaamaa ❤❤❤❤❤❤🎉❤🎉❤🎉❤🎉❤🎉
@BadjiDalati
@BadjiDalati 3 ай бұрын
Ummurii keesan nuuf haa dheratu ❤❤❤
@gutatatilahun4400
@gutatatilahun4400 3 ай бұрын
Waaqayyo baayyee isin haa eebbisuu!
@شرين-ق1ق
@شرين-ق1ق 3 ай бұрын
Waqayoo waqara siin ebissuu ebbifamaa ebifamaa nama waqayoo umurii dheraa nuuf jiradhaa
@galexd4732
@galexd4732 3 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ eebbifama Rajii wqyyoo hunnaaf oggummaa kana dachaa itti isiniif haa dabaluu❤❤❤❤
@meseretgutata3176
@meseretgutata3176 3 ай бұрын
Amen ameeen ameeen Maqa yesusin 🙏🙏❤❤❤❤
@almaztwsfa6903
@almaztwsfa6903 3 ай бұрын
Waqayyo hamaa male dabale isin haa ebbissu uuuuuuffff ayyaanni isif haa baayyeettu ,far,yohani ,R,masarate ebbiffama,tv araara hundi ebbiffama barabarani❤❤
@Ebissee
@Ebissee 3 ай бұрын
Uuuufeeee Ameeeeeeeeen Ameeeeeeeeen Ameeeeeeeeen Ameeeeeeeeen Ameeeeeeeeen Ameeeeeeeeen Ebbifamaa 😭😭😭😭waqaayyoo isini haa ebbisuu dachanii Ebbifamaa
@sharklink5863
@sharklink5863 3 ай бұрын
Amen amen amen 🙏🙏🙏 iliiiiiiliiiiiiliiiii
YOHANNIS LAMMII  : OF EEGGATAA DEEMI
9:01
OBORO MEDIA
Рет қаралды 25 М.
Une nouvelle voiture pour Noël 🥹
00:28
Nicocapone
Рет қаралды 9 МЛН
To Brawl AND BEYOND!
00:51
Brawl Stars
Рет қаралды 17 МЛН
IL'HAN - Qalqam | Official Music Video
03:17
Ilhan Ihsanov
Рет қаралды 700 М.
Правильный подход к детям
00:18
Beatrise
Рет қаралды 11 МЛН
Faaruu Ganama Barii Yeroo Hundumaa Dhaggeeffatamu|Faarfannaa Ortodoksii Tawaahidoo
29:44
Sambe Tube ሰንበት ትምህርት ቤቴ
Рет қаралды 9 М.
Ijoolleema koo adaraa/Faar.Yohaannis Lammii - Iyyaafannoo
1:03:00
Lafan Dhufeen Beekaa |Raajii Masarat Taayyee |  @araratvworldwide
1:19:39
ARARA TV WORLD WIDE
Рет қаралды 22 М.
BON KALINDO WANG'ALULA LERO ZA A SULEMAN __7 January 2025
14:02
#YOHANNIS #LAMMII #Harki kee kunuunsee na baate
6:38
LOGOS CHRISTIAN CHURCH
Рет қаралды 9 М.
YESUUS || FAR SOLOMOON ALAMUU @ifafayinatvofficial1906
41:27
Ifa Fayina TV Official
Рет қаралды 124 М.
yohannis lammii:Harki kee kunuunsee na baata faarfannaa durii @samikefale
6:37
Samuel Kefale official
Рет қаралды 57 М.
Une nouvelle voiture pour Noël 🥹
00:28
Nicocapone
Рет қаралды 9 МЛН