FILMII AFAAN OROMOO HAWWII KUTAA 4FFAA NEW AFAN OROMO MOVIE HAWI EPISODE 4

  Рет қаралды 76,720

URJI ENTERTAINMENT

URJI ENTERTAINMENT

Күн бұрын

Пікірлер: 140
@WaanKoo-yo8hf
@WaanKoo-yo8hf 11 ай бұрын
Mucaan beekii ta'e hojjatu kun yeroo tokko magaalaa maatutii tiyaatiraa seenaa jedhuu irrati yeroo hojjatu argeen turee dandeettiin waltajjii irrati qabuu baay'ee nama ajaa'iba amaas karaa filmiitin si arguu koo bayyeen gammade jabadhuu kanaa caala akka hojatuu nan beeka
@MOnetBadh
@MOnetBadh 10 ай бұрын
Barumsa guddaa qaba jabada oromo koo bayyee siin jaladha kuta itti anu nuuf fida obasa sii egnaa❤❤❤
@hajishaaAwel
@hajishaaAwel 2 ай бұрын
Kaliwwaaan kenyaa
@SofoniyasSofi-p9y
@SofoniyasSofi-p9y 11 ай бұрын
Ene oromic bezum ayigebagnem gn filmachu endiw sitay yisebal bertu Ye Hawi webet ena ye beki acting yabede new bertu bertu👏👏👏
@Dr.BaayissaGuddataa
@Dr.BaayissaGuddataa 11 ай бұрын
I swear to God the best oromic movie I ever seen best video quality sound everything is sooo good keep it up👏👏👏
@ModesirKolisa430
@ModesirKolisa430 11 ай бұрын
Dhugaa dubbachuf baayyee namatti tola haaluma kanaan itti fufaa jabaadhaa garuu filmin keessan addan turee dhufaa jira osoo torbee torbeen nuu gootani natti tola yeroo hundaa hawwii nutti ta,e torban torbanin isin eegna isin garuu yeroo dheera booda nu hifachiuftani dhuftan please torbee tokko tokkon nuf godhaa🙏🙏🙏
@IsralIsral-uq8zq
@IsralIsral-uq8zq 11 ай бұрын
ቤኪ..ቤኪ አንደኛ ነው ትችላለህ በርቱ
@fuulleeentertainment
@fuulleeentertainment 11 ай бұрын
wow amazing story & Directing. Proud of tame ...best sires movie in this year....Kilo best cinematographer & editor....urji Entertainment ..keep it
@Urjientertainment
@Urjientertainment 10 ай бұрын
Big respect for you 🙏 🙏🙏
@hajishaaAwel
@hajishaaAwel 2 ай бұрын
❤❤❤
@gedatolessa6298
@gedatolessa6298 11 ай бұрын
Jabaadha hojii bareedaadha obn irratti nuuf dhiheessaa
@muusaahabiibii
@muusaahabiibii 11 ай бұрын
Very nice 👍 jabadha Hawwi fi beki waliti fidaa malee 🙏
@BeyanKedir-e1h
@BeyanKedir-e1h 11 ай бұрын
Anii har.umaa lalee kutaa 1ffaa hangaa afrafaa baay.ee natii tolee garuu osoo laluu badhee jedhee hawwee maalif yoo jaeetan xumuraa issaa waan hin arginif baaye.ee arifadhee siilaa gafaa innii xumuramee ossoo laalee jedhee hawee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤hundafuu jabafhaa namatii tolaa
@hawwiiintalaatawayidootube9335
@hawwiiintalaatawayidootube9335 11 ай бұрын
Hedduu nama ttii tolaa jabadhaa garuu hin turina kaa 😍😍😍
@AbdiiWaaqaa-ms5cg
@AbdiiWaaqaa-ms5cg 11 ай бұрын
Baayyee dandeessu bekii koo actingin kee siriiti natii tola jabaadhaa
@alamudiinMahammad-p6j
@alamudiinMahammad-p6j 11 ай бұрын
Bayyee bayyee namatti tolaa ittii fufaa amalee oro tiyyaa isin fana jiraaha🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@oroplotagontube9069
@oroplotagontube9069 10 ай бұрын
Baay'ee gaariidha, Fiilmii hawwataadha, yaadi ani qabu osoo daftanii gad nuuf dhiistanii gaariidha!
@TOLAAFIXAAENTERTINMENT
@TOLAAFIXAAENTERTINMENT 10 ай бұрын
❤❤❤❤ jabadhaaa asuman KZbin ko subscribers naf godha galtomaa
@DanielMangesha
@DanielMangesha 11 ай бұрын
Best acting bertu ......Eyuye gobez berichilign❤❤❤❤❤
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 11 ай бұрын
Malo mati naf time hadhoko
@akimalabduu
@akimalabduu 11 ай бұрын
Wow wow wow ❤❤❤❤badaa sin eega turre baga nagaan nuuf dhuftan
@raamjee.k
@raamjee.k 10 ай бұрын
Seenaa baayyee lubbuu namaa rarraasu pls daddafaa gadhiisaa obsuu dadhabnee jirra pls 🙏🙏🙏
@Kareema2023-m2d
@Kareema2023-m2d 11 ай бұрын
Bayyee namattii toltuu jabadhaa hin turin kaamaloo
@Hayutiwolloyewa
@Hayutiwolloyewa 11 ай бұрын
wow jabaadhaa baayeen isiin jaaladha ❤❤❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@FreeMail-y3g
@FreeMail-y3g 11 ай бұрын
Shanafaa dafaa dhugaa baye baredaa ❤❤❤❤
@Sabritube2404
@Sabritube2404 11 ай бұрын
Welkam jabadhaa ittii fufaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
@JamamaBuzunaa
@JamamaBuzunaa 11 ай бұрын
Baay'ee ogummaa addaan hojjattan garu kutaa ittii fufaa dafattii hin turrii🎉❤
@caaltuutube4360
@caaltuutube4360 11 ай бұрын
❤❤❤❤5 ffaa Adaraa Bayyee Namatii Tollaa Jabadhaa ❤❤❤❤❤
@firoomsaaqunnaa
@firoomsaaqunnaa 11 ай бұрын
Hojiin keessan bayyee bayyee namatti tola akkasumaatti itti nuuf fufa galatoomaa garuu bayyee hin turina
@SagniChali-og6qv
@SagniChali-og6qv 11 ай бұрын
Wow baayyeen siin jaalalaadha❤️🥰
@SaadaMammud
@SaadaMammud 10 ай бұрын
Hawwii dhugaa nutti Tolee maalo kutaa 5 dafii gadnuuf lakkisii
@LibsuuMedia
@LibsuuMedia 11 ай бұрын
Woow ❤❤ jabaadhaa
@Seenaa-d7n
@Seenaa-d7n 11 ай бұрын
Baay'ee Namatti Toltu Kutaa Itti Aanu Dafaa ❤❤🎉
@Wankooshow
@Wankooshow 11 ай бұрын
Dansaadha. Continue more jajjabaadha🎉❤
@ShawBahrain-kk5kk
@ShawBahrain-kk5kk 11 ай бұрын
wel comee bayee sin jaladha
@SiitunafSitu
@SiitunafSitu 11 ай бұрын
Ufff😢😢anan hawiiko Hirriya soba irra rabbi nu yaa eegu
@AbdiCheneka
@AbdiCheneka Ай бұрын
Baayee namatti toolaa dhugaa jabaadha❤❤❤
@OpsyOpsy-ti9zs
@OpsyOpsy-ti9zs 11 ай бұрын
Yoo fiilmii tahe maalif gababaitani, garuu
@caaleemucakaku7503
@caaleemucakaku7503 11 ай бұрын
Wel come jalatamoo kenyaa
@addiskebede656
@addiskebede656 11 ай бұрын
Bagaa nagaan dhuftaan
@BonsS32172
@BonsS32172 11 ай бұрын
Welcome garuu malifi tuaraa diramankunii❤❤❤❤❤
@DinkeDegefe
@DinkeDegefe 11 ай бұрын
Dafaa kotaa ❤❤
@MuaazRashaad-qo7jb
@MuaazRashaad-qo7jb 11 ай бұрын
Hawin isin eganaa dadafa ❤
@SeenaaGamachu-ie7ne
@SeenaaGamachu-ie7ne 11 ай бұрын
Beki's acting is very cool, she is made for acting
@GediMesele-vs5fb
@GediMesele-vs5fb 11 ай бұрын
Dhugaa baayyee jabadhaa qaaliiwwaan koo
@KTG200A
@KTG200A 11 ай бұрын
Yaa hiriyaa shamarranii hiriyaaa sobaa ayiiii
@JamellaabdJamella
@JamellaabdJamella 11 ай бұрын
Wow video gababatee❤❤❤❤❤
@SartuuSufiyaan-vb9ni
@SartuuSufiyaan-vb9ni 11 ай бұрын
Wahii too garaa naa nyataa
@Bonset134
@Bonset134 5 ай бұрын
Wowow Wello 🎉🎉🎉🎉
@diboradibora9364
@diboradibora9364 11 ай бұрын
Bagaa nagaa nufii dhuftaan❤❤
@daraaartu
@daraaartu 11 ай бұрын
Wawooo❤wabii
@hajishaaAwel
@hajishaaAwel 2 ай бұрын
itii fufaa
@TeshomaMeseret
@TeshomaMeseret 11 ай бұрын
Bayyee namati tola maloo dafaa kotaa ufffiii hawwii 😢😢😢
@wudneshlemma
@wudneshlemma 11 ай бұрын
Jabaadhaa
@Oro.king.430
@Oro.king.430 11 ай бұрын
Kutaa 5ffaa please nuuf gaddi dhusii hawwin issin egaa jiraa ❤🙏
@Ganat1-j2u
@Ganat1-j2u 11 ай бұрын
Bagaa nagani nu dhufatani❤❤❤❤❤
@faarffannaaafaanoromoo908
@faarffannaaafaanoromoo908 11 ай бұрын
Baga nagaan dhufan nu jelaa hin tursiinaa🥰
@oromtitishawaa539
@oromtitishawaa539 11 ай бұрын
Jabaadha ❤❤❤❤❤
@alimaaoromoofirist8472
@alimaaoromoofirist8472 11 ай бұрын
Waan gariidhaa jabbadhaa
@MimisheKediir
@MimisheKediir 11 ай бұрын
Wowwww wel come 🎉🎉🎉
@gadaa-
@gadaa- 11 ай бұрын
Baga nagaan dhuftan
@sanyiihajiiadamsadoo5255
@sanyiihajiiadamsadoo5255 11 ай бұрын
Bagahaa nagahaa nuu dhuftaanii❤❤❤
@safiyadubai8001
@safiyadubai8001 11 ай бұрын
Wowww wel come diramaa hawii❤❤❤🎉
@desedejere4126
@desedejere4126 11 ай бұрын
Bagaa nagahan dhuftaan❤❤❤❤❤
@maareshow
@maareshow 4 ай бұрын
Woohoo GOOD JOB
@HaceeTakle
@HaceeTakle 10 ай бұрын
wow baayyee namatti toltu
@GiftyBoru
@GiftyBoru 11 ай бұрын
Abboo Daqiiqaa Dheeressa Please Baay'ee Namattai Tola Jabaadha Itti Fufaa Hawifi Beki Baay'ee Isin Jaalladha❤❤❤❤
@leilseleilese346
@leilseleilese346 11 ай бұрын
Please kutaa 5ffaa dafaa fidaa ❤😢
@sofisofi607
@sofisofi607 11 ай бұрын
Bayy'ee namatti toltu kutaa itti aanu dafanii. Hawwiin gara nama nyaati😢😢
@dinkisadereje
@dinkisadereje 11 ай бұрын
Yeroo meeqa taa,en sin eega ture qulqullina sagaleef camera haala filming keessani baay,ee nama hawwaata jabadha
@ramadaanahamaad
@ramadaanahamaad 10 ай бұрын
Jabadha
@Makiah-q7j
@Makiah-q7j 11 ай бұрын
Bayee namatii totanii jajabadhaa dhugaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@gfhj2889
@gfhj2889 5 ай бұрын
Wwwwwwwoooowwwww jabadhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@gute1410
@gute1410 11 ай бұрын
Maaloo kan akka Diraamaa kanaa natti tolaa jiru hinjiru dhugaa. Hamma marsaan itti aanu dhufutti akkamiin akkan eegun wallaals🫨 I am appreciated all af you..
@naafsiioromoo8232
@naafsiioromoo8232 11 ай бұрын
Siin egaan ture bagaa nagaan dhuftaan ilaleen comenti godha❤️🙏
@HikaKumera-mm9fi
@HikaKumera-mm9fi 11 ай бұрын
Namatti tola itti nu fufaa❤❤❤❤
@Hailedejene-hb5hp
@Hailedejene-hb5hp 5 ай бұрын
Garu hiriyoon hawwii sirrii hin jirani
@hajishaaAwel
@hajishaaAwel 2 ай бұрын
Hawaiiyee ❤
@Dr.BaayissaGuddataa
@Dr.BaayissaGuddataa 11 ай бұрын
Garu maaf yeroo hunda hawi gadisistu uff bayye nama mararti maloo😢😢
@nahimabonso4921
@nahimabonso4921 11 ай бұрын
Bagaa nagyaa nuu dhufatanii😢😢
@GediMesele-vs5fb
@GediMesele-vs5fb 11 ай бұрын
Galatoomaa dandeetti addati itti nu fufaa🙏🙏🙏🙏
@GadiseMotuma
@GadiseMotuma 11 ай бұрын
Wow❤
@kumibahrain8137
@kumibahrain8137 11 ай бұрын
wow❤❤❤❤
@BoharMnabr
@BoharMnabr 11 ай бұрын
Baayesaa
@RELFCTE
@RELFCTE 11 ай бұрын
Welcome ❤❤❤❤
@ammemohammed
@ammemohammed 11 ай бұрын
5
@zamzamoram
@zamzamoram 10 ай бұрын
kutaa iti aanu bils ❤❤❤❤❤ isi eegnaa
@BontuKedir-x7t
@BontuKedir-x7t 5 ай бұрын
Miitiin shamaraa taate jaallalaa gafaa Hun isee hin ta,u Oromoon aadaan qabaa waan ta,ef
@abdiitashaala6822
@abdiitashaala6822 11 ай бұрын
best of best but you can enhance some your state of the dress
@MuraadAbdii-qn5dy
@MuraadAbdii-qn5dy 11 ай бұрын
WOW😍😍😍😍😍😍😍
@KTG200A
@KTG200A 11 ай бұрын
Maaf addaan nu jalaa fageessituu? Torbeedhaan otoo nuuf dhiyeessitanii gaaridha
@Sabritube2404
@Sabritube2404 11 ай бұрын
Nuraa hin turinaa
@Sabritube2404
@Sabritube2404 11 ай бұрын
Please daqiqaa nuf dabalaa
@fireyotalemu1689
@fireyotalemu1689 11 ай бұрын
Dafaa dafaa kootaa maaloo
@MESERETG-l7z
@MESERETG-l7z 11 ай бұрын
Firma. Aa
@dawajema
@dawajema 11 ай бұрын
Please kutaa itti aanu ariitidhaan nuuf fidaa
@zxczxc3083
@zxczxc3083 11 ай бұрын
Maaf turtuu Maloo ani diramaa kiyyoo wanin itti obsuun dhabee dafaa nuuf kotaa
@KhaalidHajiyyoo
@KhaalidHajiyyoo 10 ай бұрын
5ffaa llee gadi dhiisaa bannaa
@wabiitubetiktok
@wabiitubetiktok 11 ай бұрын
WOW best part 5
@NuradinAbdiiAdem
@NuradinAbdiiAdem 10 ай бұрын
Kutaa 5ffaa place 😅😢😢😢
@iamphilistine-k9m
@iamphilistine-k9m 11 ай бұрын
Akka sammun nama fudhattutti dalaga diraama ykn dhiisaa
@SamiraQaasim
@SamiraQaasim 11 ай бұрын
Kan itti anuu maloo😢😢😢😢😢
Seenaa Huunda kenyaa | Booqoonaa 1, Kutaa 4
44:26
Yegna
Рет қаралды 208 М.
Trick-or-Treating in a Rush. Part 2
00:37
Daniel LaBelle
Рет қаралды 15 МЛН
Human vs Jet Engine
00:19
MrBeast
Рет қаралды 183 МЛН
Try Not To Laugh 😅 the Best of BoxtoxTv 👌
00:18
boxtoxtv
Рет қаралды 7 МЛН
Wait… Maxim, did you just eat 8 BURGERS?!🍔😳| Free Fire Official
00:13
Garena Free Fire Global
Рет қаралды 7 МЛН
Situ Naaf Caala || New Short Movie || By @EphremDiriba
9:08
Ephrem Diriba
Рет қаралды 3,8 М.
Diraamaa hanna qormaataa irratti qophaa'e.
9:55
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 66 М.
KADHATTUU •Afan_oromo_new_comedy•
14:18
Libsuu Media
Рет қаралды 121 М.
Haadha manaakoo waliin Iccitii hedduu dubbanne | gaaffii keessaniif deebii|
30:08
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 340 М.
SI MITIIREE FIRRI GARAA KOO DAAWWIT MORKAA ||WAAQEFFANNAA AFAAN OROMOO HAARAA|NEW WORSHIP/2016|2023
28:53
Seenaa dhugaa filmii Afaan oromo
1:17:59
oromia news tube
Рет қаралды 206 М.
Trick-or-Treating in a Rush. Part 2
00:37
Daniel LaBelle
Рет қаралды 15 МЛН