Obbollesa keenyaa waqqayyoo kara mana isaa sii haa debbisatuu haatii keenyaa qulqulleetii durboo mariyaamii sii wamatuu gara mana ishii farfannaa kee bayy'ee jaalannaa attis guyyaa tokko siif gala hundumtuu gara mana kee ni debbita abdii qabnaa durboo mariyam irraa ☝😭😭😭
Amen "waqayypo sagale bara bara isin ha dhagessisuu motumasaa isin ha dhalchisuu" uuumaan kenyaa osin ha ebbisuu .eyyee gonkumaa itti hin leyau waqayyon koo midhagina gachana utubaa jiruu koti .ebbifama (Gannat siyyum .saudi arabiyaraa)
Atti.muslima? ???moo.gada.xaxate.ufana.kee.siresi Kristina yoo.tate.sory ok
@adanutulu27698 жыл бұрын
gariidha ergootaa sif yaa dhageesisu kan lafee jajabeesuu kan miraa kakasuu kan lubbu gammachisu kan seexnaa bardassuu nufi yaa ta'u ameen ameen ameen eeeeelllllllllleeeeeeelllllllleeeeelllllllleeeeeee
@meseretenki64610 жыл бұрын
Obblessa Koo Baay 'ee Nama Gammachisa Kana Caala Rabbi Guddani Sii Yaa Cimisuu. Ebbifami Rabbi Sii yaa Ebbissu .kan Isa Amane obsani Egee yommiyuu karatti InAfuu . Thank You So Much Brother Go Bless . This Mer. I like So Much. Zemari Melakety Asemalen .Saudi Arabiya Irra