Furdina garmalee/borcii hir'isuuf nyaata akkamii nyaachuu hin qabdan?

  Рет қаралды 26,168

Dr Nafyad Getu Official

Dr Nafyad Getu Official

Күн бұрын

Пікірлер
@dhalootajarraaabbaagadaa4805
@dhalootajarraaabbaagadaa4805 3 жыл бұрын
Anaatu dura laale like naaf godhaa
@جميلةالحجري-و6ر
@جميلةالحجري-و6ر 3 жыл бұрын
Wowowww bayeedhuma galatomii Dr keenyaa waqqyyoo dacha sii yaa ebisuu ani nyataa kan hundumaa hin hargadhuyu garuu ganam ganam hanan shayii waajin sukaraan dhugaa bayinani laqaan yeroo hundaa hin nyadhu irabata sirumaa hin nyadhu garuu boci xiqoo qabaa akkamii mee
@hayuu9504
@hayuu9504 3 жыл бұрын
Jabadhuu barumsaa guddaa sirraa Argataraa Kan Namaa furdisuu naf himii ples dr kenyaa
@workneshtaye6293
@workneshtaye6293 3 жыл бұрын
Thank you very much ❣👍👍
@imabettosla8920
@imabettosla8920 3 жыл бұрын
Dr naaf yaadii Saanyii koo qaalii Ilmaa sabaa Atii dhugadhumaatii Saabaakeefii dhalatee Adunyaafiyuu furmataa tatee Galattomii
@maskiitube4954
@maskiitube4954 3 жыл бұрын
Dhugaa rabbii ani cocolet irraa fagachuu hin danda'uu Dr mal naf wayyaa
@badhatubadhatu1637
@badhatubadhatu1637 3 жыл бұрын
Dr an sport godhaan oolaa manattii narraan buune nyataas tiqqooman nyadha egasifuu lapee jala nadhukubee nyatuun dirqama dawaa bira naf himi galatoomi 😍
@InnocentGoBoard-qq7kp
@InnocentGoBoard-qq7kp 8 ай бұрын
Galatomaa
@litolito6312
@litolito6312 3 жыл бұрын
Dr Anii Bayyee Qalodhaa Furdinaa Bayyeesii hii qabuu Garuu xiiqoo Furdaachuun Fedhaa Galaatomaa❣💚♥️
@sa3adaeesaa-mg9bf
@sa3adaeesaa-mg9bf Жыл бұрын
Wollahi an bayyeen furdadhe dabboo kiyyaa nati hin mulatu garuu nyata filachu hin dadauu woma argen nyadha mana haraban Jira isuma kubusa ruzan nyadha waan toko gochu hin dadauu😢😢😢😢
@zeytuuannolee9552
@zeytuuannolee9552 3 жыл бұрын
Dr nafiyaad barumsii kee baay.ee garidhaa jabadhuu itti fufii
@oromooromo1773
@oromooromo1773 3 жыл бұрын
Dr Qalii fii gariii galatoomiiii
@yuusufmohammed971
@yuusufmohammed971 3 жыл бұрын
Dr fayya argadhu gudda galatomii
@latihunde6576
@latihunde6576 3 жыл бұрын
Galatoomi Doctor. Akkasumas Daabboo Adii(white bread), cake 🍰 , beer 🍺 burger 🍔 irraa of eeggachuunis barbaachisaadha.
@KennaaKoo-tu3iy
@KennaaKoo-tu3iy Жыл бұрын
Kuni dhugaa natti fakkatu doctor ani nyataa mia,awa ruza omaa jadhu sanduichi bichadha innu ganama kanarran kan hafe lomi dhugati bichaa fayyadama garu jijjirama omaa nargginee qorichas fayyadamera garu fayidasa nargginee furddinni koo dabalaa deme malee🎉
@sabootuuwallaggaa5856
@sabootuuwallaggaa5856 3 жыл бұрын
Galatomii DR kenyaa wly anii bayyee qallachuu barabadaa yaaraabbii nagaragarii😭😭❤🙄
@amarubulo5726
@amarubulo5726 3 жыл бұрын
Dr Getuu na aja'ibdee gaafii baarbadaan na gafadhaa bifaa vidon nan debisaa jete sigafanee Kan namaa torbaa bichaa debiftee toranin isinif debisaa jete turtee ni dagatee moo gaafii keenyaa tufatee dr keenyaa
@yadetabekuma6292
@yadetabekuma6292 2 жыл бұрын
Thank you so much
@zainabhousseini7108
@zainabhousseini7108 3 жыл бұрын
Maaliif yoo jette ani gaaffii sigaafannaan yeroo 2.3 natti kofalte.gaaffiiinkoo waanuma nama kofalchiisumiti.atigaruu natti kolfite .atuu piizaadha.
@laliiwaaqayyogaariidha2927
@laliiwaaqayyogaariidha2927 3 жыл бұрын
Baga nagaan nuuf dhuftan dr
@seenadachassa4627
@seenadachassa4627 2 жыл бұрын
Galatomi doctor Kenya Nuuf jiraadhu 🙏🙏
@lomidiyana5309
@lomidiyana5309 3 жыл бұрын
Galatoma Dr keenya 🙏 Barger dhisu danda'u🤦
@sadiitube1150
@sadiitube1150 3 жыл бұрын
Bagaa nagan nu dhuftaan doctor
@warqituumulataa373
@warqituumulataa373 3 жыл бұрын
Ulfaadhaa Dr keenyaa
@abdiiinjiraduraakoo702
@abdiiinjiraduraakoo702 3 жыл бұрын
Galatoomii Dr
@boontuutube5131
@boontuutube5131 3 жыл бұрын
Galatomi dr kenyaa
@sifaniiarsiihasasaa1060
@sifaniiarsiihasasaa1060 3 жыл бұрын
Well. Came. Dr. Sanyii koo 💞💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔
@seenaanisanyiiwaaqoguutu7568
@seenaanisanyiiwaaqoguutu7568 Жыл бұрын
Well come qali keena nufi jiraadhu
@qaareejawee6830
@qaareejawee6830 3 жыл бұрын
Kkkkkk waan biyaa arabaa jiruu hundaa dhorgitee maal nyanaree 🤣🤣🤣🤣 Anis borcii qaba
@obsewallagga6957
@obsewallagga6957 3 жыл бұрын
💟💟😂😂
@zedabdaturabbi2699
@zedabdaturabbi2699 3 жыл бұрын
😀😂
@giiftiifromoromia8769
@giiftiifromoromia8769 3 жыл бұрын
Oromia irraa cargo godhadhu wani doctor jedhani hojjitti hikii kkk Yaa sada
@najimayaaaman1927
@najimayaaaman1927 3 жыл бұрын
Kkkkkkk
@jamilaaabdee7892
@jamilaaabdee7892 3 жыл бұрын
Kkkkkk qoqa nuu fixuu demtaa silaa hundii nama furdisaa egaa jetee
@Burteee2786
@Burteee2786 Жыл бұрын
Thanks Dr❤❤👍
@fakihanaser8399
@fakihanaser8399 3 жыл бұрын
🌹✅✅ani.hanguma.ketii.furda.jedhama Dherina.garuu.siin.calaa.dokter✅✅✅
@fogiyafogiya8668
@fogiyafogiya8668 3 жыл бұрын
Kkk
@nujumaahassen1103
@nujumaahassen1103 3 жыл бұрын
Baay'ee galatoomaa Dr.
@fozuu3ffaa84
@fozuu3ffaa84 3 жыл бұрын
Dr Maliuma Ha.a Nyanu Ree Wori Biya Araba jiru Homa Tokole Nuf Hin Hafne Qixaa Ykn Kubisi Male Kkkkk
@saratolera572
@saratolera572 3 жыл бұрын
Galayoomaa dr ani qal'oo dheeryltudha garuu borin ...uuuu amma garuu bor gara biyyakoo oromiyaa galuufani borcin ni bada jedheen yaada
@xaahiroro1419
@xaahiroro1419 3 жыл бұрын
Welcome dr.nafyad yooya jenne ❤❤❤❤
@mohamedalsha3er133
@mohamedalsha3er133 3 жыл бұрын
Dr nuf jiradha barumsa gari nuf qodani
@khaledtiko4487
@khaledtiko4487 3 жыл бұрын
Bayyee Galatomaa Dr
@funnyethiopianvideo1238
@funnyethiopianvideo1238 3 жыл бұрын
Khaled sanyiikoo baga jiraate Anaafis maatii naf ta’ii haadhakoo
@hawwituujannataaydysuys468
@hawwituujannataaydysuys468 3 жыл бұрын
Sagaleen kee sirritti dhagahama har'a Dr galatoomi
@Hewan-ro8ko
@Hewan-ro8ko 7 ай бұрын
Thanks ❤
@sortiihjabdulfiisortiihjab9382
@sortiihjabdulfiisortiihjab9382 3 жыл бұрын
D dhugaa ketii anii qacoo dhaa🙏🙏🥰🥰🥰🥰🥰
@furdosezakir1163
@furdosezakir1163 3 жыл бұрын
Dr kenyaa galattommi♥️♥️💓💓💓💕💕🌺💖💟💟💔
@arfasekumsaa82
@arfasekumsaa82 3 жыл бұрын
Galatomaa Dr
@SUae-tn5th
@SUae-tn5th Жыл бұрын
Galatoomii garuu sanyii ofii 🥰
@eyerusbokena917
@eyerusbokena917 3 жыл бұрын
Galatomaa dcr
@sifanwallaggaa3803
@sifanwallaggaa3803 3 жыл бұрын
Galatoomi oggeessa Oromoo 🥰🥰🥰🥰🥰
@hayyatishasheelijji3189
@hayyatishasheelijji3189 3 жыл бұрын
Galtomi Dr gafi qab kaleni koo gara mirgati bayee naa dhukuba mana yala dhaqa xircha itti galera nanai jedhni bishani bayee faydam homa naa woyne ☝️😭😭😭 didee maltu balesa xircha malo gafa mirgati yoo siyu sati baye yoo dhabdhu baye naa dhukbdi nafi debis malo Dr
@seemborak6238
@seemborak6238 3 жыл бұрын
Galotamaa dr kiyyaa Anii dhimaa in qabuu furdaan kkkk furdachuu baradaaw iyyuu kkkk❤️💘
@workneshtaye6293
@workneshtaye6293 3 жыл бұрын
Galatomi bayyee fayyaa keeti
@kenenidalesaa8600
@kenenidalesaa8600 3 жыл бұрын
Dr ani chiphiis baayy'een Nyaadha gaaruu omaa nan furdiisinnee🙆🙆🙅
@azelodeneken7828
@azelodeneken7828 3 жыл бұрын
Soba homa nama furudisu dinichii
@burteyegetalij4605
@burteyegetalij4605 3 жыл бұрын
Galatoomaa Dr. Ani sportis ni hojjedha Guyyaatti yeroo 1 qofa nyaadha Foon fi kaarbohaaydreetii hin fayyadamu garuu homaa ulfaatina hir'isuu hin dandeenye.mee maal na gorsitu galatoomaa.
@sabboontittiiintalaoromook1684
@sabboontittiiintalaoromook1684 3 жыл бұрын
Gltm kaa Dr garuu bataataa akkamin dhiisuree mee
@AsdFgh-jq4sw
@AsdFgh-jq4sw 3 жыл бұрын
Welcome Dr
@Bareduuqarsa
@Bareduuqarsa 4 сағат бұрын
Mattii naa ta'aa🎉🎉
@rahmarahma9783
@rahmarahma9783 3 жыл бұрын
Dr gafii kanaa nafii debistuu abdii qabaa lukkaa koo irattii naa didemataa hangaa guyaa 3ffi naa dhukubaa achii bodaa naa gurachataa garuu manaa yalaa hin demnee sababnii isaa malif ?? Natii hedumataraa ammaa 😭😭😭😭😭
@mohammedahmed8283
@mohammedahmed8283 3 жыл бұрын
Hundaafuu galatoomi nuuf
@zaytoonaqurani1861
@zaytoonaqurani1861 3 жыл бұрын
Hayee
@muniraaarsiiboqqojjii4000
@muniraaarsiiboqqojjii4000 2 жыл бұрын
Galatoomi Naaf keenya
@HDlyrics1571
@HDlyrics1571 3 жыл бұрын
Galatomi dr
@sofibintislam9436
@sofibintislam9436 3 жыл бұрын
Galatoma Dr
@MoloGeda
@MoloGeda 3 ай бұрын
Barumsi ati karaa foddaa kanan keennitu nama fayyada eebbifama
@kuleeintalaashawaa1474
@kuleeintalaashawaa1474 3 жыл бұрын
Galtoomii Dr kenyaa
@zedyezid8282
@zedyezid8282 3 жыл бұрын
Dr odeefano ketif galtomi 🙏 gafiin qaba Dr me WA.ii infekshina qama salaa irra furmata naf himi
@imabettosla8920
@imabettosla8920 3 жыл бұрын
Yaa Dr.maaloo Ano furdachuu fedhaa Maltuu namaa furdisaa Xiqumaa fudachuu fedhaa Malemoo normaladha Qal'oo baayeesi mitii Maltuu namaa furdisaa
@رحيمةمحمد-ز9غ
@رحيمةمحمد-ز9غ 2 жыл бұрын
Mee Garaa namaa Babartee akmini ballesaan naa himaa Dr
@nuradenmohammed1354
@nuradenmohammed1354 3 жыл бұрын
Galatoma dr
@UmuuAsmaa
@UmuuAsmaa Жыл бұрын
Dr Galatomaa
@ofbekkii6843
@ofbekkii6843 3 жыл бұрын
galatomii Dr keenyaa
@shewashewa1864
@shewashewa1864 3 жыл бұрын
Anaa dhufu d/r thank you anii nanbarbada xiqoo qanasu
@ninasaid1999
@ninasaid1999 3 жыл бұрын
Galatoomi
@oromokoo3437
@oromokoo3437 3 жыл бұрын
Galatomaa dr
@wayinuufalamaa8094
@wayinuufalamaa8094 3 жыл бұрын
Gltomii Dr keenyaa 👍❤
@yearsiiassalalij2668
@yearsiiassalalij2668 3 жыл бұрын
Thank you dr
@qaareejawee6830
@qaareejawee6830 3 жыл бұрын
Gallatomii Dr
@gibeetube2818
@gibeetube2818 3 жыл бұрын
Dr. Nuti wari biya arabaa jiru wan ati himtu hunda ni sorana kesatu ruzni Borci kenya😢😢dabalatuma dema
@orovine1772
@orovine1772 3 жыл бұрын
Welcome to dr
@atinafii
@atinafii Жыл бұрын
Dr wantaa hin yalee hin jiruu dhugaa naa dhadhabee garii malee furdachaa demaa jiraa
@alamadulillahuae2335
@alamadulillahuae2335 3 жыл бұрын
Furuddachudhafi mal gochuu qabinaa dr keenyaa
@yearsiiassalalij2668
@yearsiiassalalij2668 3 жыл бұрын
Dr anii borcii xiqoon ni qabaa yeroo bayyee bishaan dhugaa bishaan namafurdisaa
@saratube1623
@saratube1623 3 жыл бұрын
Dr ani bayee qalodha garuu oton kiloo 100 seneyuu chibsii dinchaa fi mirda yomuu tanani hin dhisuu baye tokon jaladhaa kan 👉haraa hala furdinaa itti hirisnuu nuf himtee video kanatii dhansee moo kan HARMAA GUDISUU Nuf akka dhi,esituu abdidhanina egadha please dr 😭🥰
@ummuraayyaan9032
@ummuraayyaan9032 3 жыл бұрын
kkkkk ❤💚❤😢
@saratube1623
@saratube1623 3 жыл бұрын
@@ummuraayyaan9032 mali kofaltaa 😕homaa mitii nuf darbuu hin oluu guyaa tokko dhugaa rabii bayeeeeeee tokon jaladhaa harmaa gudddddddas uuuuf 🥺
@laliiwaaqayyogaariidha2927
@laliiwaaqayyogaariidha2927 3 жыл бұрын
Kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk
@laliiwaaqayyogaariidha2927
@laliiwaaqayyogaariidha2927 3 жыл бұрын
@@saratube1623 ajaayiba kankee inni kaan arma isa ammawayi gagga'u of irrati jibbee rakkata atimo akkas jettaa lakki hin awwin dhugaa buhaa tokkoyyu hin qabu
@sinaafshawaaliji3121
@sinaafshawaaliji3121 3 жыл бұрын
Yoo furdatee siif gudaata armii mal isaa hawitaa warri itti gudatee of irratti jibee
@sifansifan9470
@sifansifan9470 Жыл бұрын
Ruzii nyachuu dhisee tanan makin nyadhaa gaa kessatuu warii mana arbaa jirtaa hin dhiphatin biyyatii gafaa galataa yadda huqatuu
@kameltuukakameltula4938
@kameltuukakameltula4938 3 жыл бұрын
Dr Akma nagdha Debi ko maf naa hin sebisine?
@sifantesfaye7990
@sifantesfaye7990 3 жыл бұрын
Galatomii dr
@etenechdesta4966
@etenechdesta4966 3 жыл бұрын
baayee galatoomaa Dr❤❤❤❤❤
@LoB-n4h
@LoB-n4h 4 ай бұрын
Qalachuuf maal fayyadamun qabna me naf ibsii doktor
@bachubaye7478
@bachubaye7478 Жыл бұрын
Dr. Garummo Mal akka nyannu nuttin himnem isinoo Wan biyya arabaatti argamuu hunda dhiisa jettani Malimoo nyannu Ega wayyo🙆‍♀️🙆‍♀️🙆‍♀️🙆‍♀️🙆‍♀️
@saalihaaamzaa396
@saalihaaamzaa396 3 жыл бұрын
Galatoomi wontoota ati lakkofte kana hundayyu in sooradhu ruuza qofa garuu an furdoodha akkamittan qalladha ???
@hafizamahmud2283
@hafizamahmud2283 3 жыл бұрын
welcome dr
@duumeebulbula1769
@duumeebulbula1769 3 жыл бұрын
Dr yoo maal nyataan qalatuu ples gafii keeyaf debii naaf debiis
@obseentube3821
@obseentube3821 3 жыл бұрын
Dr galatomaa
@ummuraayyaan9032
@ummuraayyaan9032 3 жыл бұрын
Ani furdiina hin qabu garuu borcii qaba sport dalaaguun naa hifaachiisa 🤧
@sifanmalaku2369
@sifanmalaku2369 3 жыл бұрын
Gltomi dr kena😍😍🙏
@gettyabcd3434
@gettyabcd3434 3 жыл бұрын
Doctor warrii biyya araaba omaa hin nyaatina hin jetture gababumati,
@UmuuAsmaa
@UmuuAsmaa Жыл бұрын
Dhugaa keti kani Ruzii sanaa faxochee ofi egadhaaa
@sifani5470
@sifani5470 3 жыл бұрын
Ani baaye qalodhaa gaaru furdaacha Barbada me akamaati furdaadha
@safeyah0075
@safeyah0075 3 жыл бұрын
We come dr
@jimmaatube7854
@jimmaatube7854 3 жыл бұрын
Woyoo bareche nyaadha kaa dinacha furdin barbani jira hoo camer ykn irisho dhugani jira ture hoo
@badhatubadhatu1637
@badhatubadhatu1637 3 жыл бұрын
Kottaa maatii isiniif tahaa oro
@hikimaabinthabiib5721
@hikimaabinthabiib5721 3 жыл бұрын
Well come dr
@bontukoo52
@bontukoo52 3 жыл бұрын
Borchi Akkaam iti qanasuu dandama
@fenetrabbira2679
@fenetrabbira2679 3 жыл бұрын
Wellcom Dr
@tadelusaga8315
@tadelusaga8315 3 жыл бұрын
Well Nafyadko 💚❤️
@habiibzaakir7880
@habiibzaakir7880 3 жыл бұрын
Well come Dr 😍
Чистка воды совком от денег
00:32
FD Vasya
Рет қаралды 4,8 МЛН
Twin Telepathy Challenge!
00:23
Stokes Twins
Рет қаралды 135 МЛН
Furmaata dhibee garaachaa/singiggoo/gubaatii laphee
15:17
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 69 М.
Furmaata qaamni saalaa dhiiraa jabaattee kahuu dhabuu ykn kahuu dhabuu
14:43
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 10 М.
FURDINA HUMNAA OLII AKKAMIIN HIR'ISUU DANDEENYA?
4:45
Dr Abera olani BFD
Рет қаралды 4,4 М.
Furmaata Dhukkubbii dugdaa
15:24
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 34 М.
kintaarotii/baasur maaltu nutti  fida? akkamitti manatti of-yaalla?
12:04
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 132 М.
ሠርጋችን በራሳችን መኪና .አዲስ መኪና ገዛን❤️💕
23:05
AB Grace አብርሽ ግሬስ
Рет қаралды 158 М.
Yeroo Bashannanaafi bohaartii Ayyuu waliin | Qarshii 20000 nyaatame 🥹
21:36
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 84 М.