#FUULDURATTI

  Рет қаралды 278,761

Milan Multimedia Production

Milan Multimedia Production

Күн бұрын

#neshida #mmp #menzuma
የቻናላችን ቤተሰብ ካልሆናችሁ Subscribe ያድርጉ። ቪድዮው ከተመቻቸሁ Like , እንዲሁም ለሌሎች እንዲደርስ Share ያድርጉ።
እናመሰግናለን፣Thanks .🙏🙏
√ Like our FB page √ Share Our Posts
/ milanmultimediaproduction /
√ Subscribe Our KZbin Channel
/ @milanmultimediaproduc...
√ Join Our Telegram Channel
t.me/milanmultimediaproduction
➣Tik tok
vm.tiktok.com/...
➣Instagram
@milanoriginal2021

Пікірлер: 244
@khadijahqasim2320
@khadijahqasim2320 2 жыл бұрын
Maashaa Allah maashaa Allah maashaa Allah maashaa Allah maashaa Allah maashaa Allah tabara kaalla rabbii isiinin haa jalatuu isiiniras haa jalatuu inshaa Allah jzk amshirraa urjiiiwaan dinni 💓💓🥀💪👍
@saltsalt2694
@saltsalt2694 2 жыл бұрын
Mashaallaa Allah nashidani kuni bayyee natii tolee wallhii 😭😭😭😭
@fatiyanasir3956
@fatiyanasir3956 2 жыл бұрын
Amma reefuu Nashiidaan Afaan oromoo Sirrit hojatamu eegale Jabaadha Fulduraat Jechoni Sagaleen Qulqullini Mashaa allaah ❤️
@amingalato4235
@amingalato4235 2 жыл бұрын
Masha Allah Masha Allah Masha Allah!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!! I'm proud by your work my lovely brothers keep it up !!!!!!!!!! spatially the family of milan multimedia production Insha Allah one day I will see you on the upper position by your work Thnak you very much!!!!!!
@abdurahmanseid5063
@abdurahmanseid5063 2 жыл бұрын
Ya Selaaaaammmmmm
@ZIZIKOARTPRO
@ZIZIKOARTPRO 2 жыл бұрын
Naahiidaa Afaan oromootuu reefu dhageeffachuu eegalle,,,rabbi isin bira haa jiraatu,,,
@fatiyanasir3956
@fatiyanasir3956 2 жыл бұрын
Nashiidaa kana Yaro 7 ol dhageefadhe Wollah Quufun dadhabe Jabaadha
@dahabeeahmad9244
@dahabeeahmad9244 2 жыл бұрын
Masha Allaah tarra 50 ol dhagefadhee garuu nama tarra takkaa dhagefatee nati hin fakatuu namni akka kiyyaa hin jiratani moo Oro Tiyyaa ❤💚❤
@romatyt3126
@romatyt3126 2 жыл бұрын
Maasha Allah maasha Allah tabarakkallah
@dahabeeahmad9244
@dahabeeahmad9244 2 жыл бұрын
Dinii kanaa jachaa meqaa meqatuu dhumee akka akkam tee meqatuu waregemee biyyuma dhalateti jirachuu dhowamee meqatuu godanee meqatuu hiyomee😢😢
@sumeyafikru6662
@sumeyafikru6662 2 жыл бұрын
masha allah garami nashida wlh hulunem bonasachu 👍
@Jaalannee
@Jaalannee 2 жыл бұрын
Lyrics Fulduratti fulduratti ka'aa haa deemnuu ifa diinii keenyaa Fiixa ha geessinuu Dukkana ballessuuf haa kaanuti mindaan xaari keenyaa bor jannatattii 2x Deema qaxxaamuraa tabbaa fi gaara Sululaa fi tullu darbaa waa maraa 2x Deemaa hangasuu gama ceetanii Cufa namaaf geessaa diinii keessanii Diinif tattaafadhaa karaa hundaani Haada islaamummaan wal qabattanii 2x Karaan ni dheerata abdii hin murtanii fulduratti malee duuba hin laaltanii Fedhaaan ,fedhan qabsa'oodha bar diinii keenyaaf duniyaafi lubbuu waan hundaa laaynaaf 2x Kayyo tokko qabnaa gamtaan dhaabbannaa bareeduma islaamaa deebinee finnaa Fulduratti malee yeroo hundumaa , gara duubaa laaluun hafe gonkumaa 2x Harkaan qabanneerraa ifaa aalamaa gad deemuun hin jiruu yoomuu oolumaa Fulduratti fulduratti ka'aa haa deemnuu ifa diini keenya fiixa haa gessinuu dukkana ballessuuf haa kaanutii mindaan xaari keenya bor jannatattii2x Darbaa, xawaagixa f shirkii fageessaa darbaa rabbiin tokkochoomsa isuma qaba2x Makluqni makluqa bu'aa maal qabaa Itti hin irkatinaa ofuu dadhabaa Yoo baatan ibaadaa galtan ibaadaa yoo deemtan ibaadaa ciistani aadaa 2x Sochii keessan hunduu godhaa ibaadaa Isumaaf nu uume bar rabbiin guddaan Fulduratti fulduratti ka'aa haa deemnuu ifa diini keenya fiixa haa geessinuu Dukkana baleessuuf haa kaanutii mindaan xaari keenya bor jannatatti2x Deema obboleewwan mee hardhas deemaa ardii barechisaa gamanaas gamaa 2x Lachuu waliin qabaa in danda'ama Hunda galessummaa bar islaamummaan Deema obboleewwan mee ammas deemaa Me Gochaan muldhisaa diinii islaamaa2x Hojiin agarsiisaa haqaaf haqqummaa hiikkaa wal qixxummaa kan bilisummaa Fulduratti fulduratti ka'aa haa deemnuu ifa diini keenya fiixa haa gessinuu Dukkana balleessuuf haa kaanuuti mindaan xaari keenyaa bor jannatattii2x Karaa anbiyoota deeman deemnaanii Faana saalihoota duuka buunanii2x Hin hafu qormaatni rorrof miidhamnii sillafu jireenyi hin rafuu diinni Qarriffaan qabadhaa takkaa qabnaanii Daddaaquun hin jiruu gad dhaabaattanii 2x Namni rabbiin qabuu yoom abdii kutaa Inuu qormaatamnaan daran jabaata ,,,,,,,diini kanaaf jechaa meeqat dhuume Akkan taane ta'ee meeqat wareegamee Biyyuma dhalatett jiraachuu dhoowwamee Meeqatu godaane Meeqatu hiyyoomee2x ,,,,,,diinii koon salphisuuf Meeqa wareegame Inni kaan hidhamee Haadan rarraafame Inni kaan jiraa isaa ibidda darbamee Diinii kanaaf jechaa akka foon waddamee 2x ,,,,,,😭 Bar akka laayyoni Diiniin yoom as gahe Gabroota gaggaarii Hedduu fidaa ta'ee 2x Fulduratti fulduratti ka'aa haa deemnuu ifa diini keenya fiixa haa geessinuu Dukkana balleessuuf haa kaanuti mindaan xaarii keenyaa bor jannatattii2x Qabaa, enyummaa kessan sirritti qabaa Haqarratti turuun fitnaa yoom dhabaa Qabsoon hadhaayuus karaan dheeratuus bakkaan hima geennaa turus dhihaatuus Abshir obbolaa gammadi hin gaddin Rorron jabaatus abshir hin yaadin2x Diini kanaaf du'uun bar yoom argamaa Meeqa rabbiin gane achumaan deemaa Fulduratti fulduratti ka'aa haa deemnuu ifa diini keenya fiixa gaa gessinuu Dukkana balessuuf haa kaanuti mindaan xaarii keenyaa bor jannatattii2x
@jbtube4323
@jbtube4323 2 жыл бұрын
@Haroo Tube Inshaalah
@roblin_tw
@roblin_tw 2 жыл бұрын
Habibi baay'ee Galatoomii Garu walalo irrati baka makluqni makluqa bu'a maal qaba itti hin argatina oso hin ta'in = makluqni makluqa bu'a maal qaba itti hin irkatina ofu dadhaba😍
@Jaalannee
@Jaalannee 2 жыл бұрын
@@roblin_tw galata argadhu Baraak allahu fiik
@roblin_tw
@roblin_tw 2 жыл бұрын
@@Jaalannee Amin 🤲
@dahabeeahmad9244
@dahabeeahmad9244 2 жыл бұрын
Masha Allaah rabbiin isinira haa jaalatuu in sha Allaah heduu bareedii nashiidaan masha Allaah
@fatiyanasir3956
@fatiyanasir3956 2 жыл бұрын
Nashiidaa Dhagefatamine hin qufamne Torban kana Nashiidaa kanan dalaga ko siriitti hojata jira Iraa Deebihee Galatooma jedha
@dahabeeahmad9244
@dahabeeahmad9244 2 жыл бұрын
Anisi akkuma ketiti dalagachani jiraa ❤💚❤ Dhugaa hunduu keessanu Galatooma
@alibatun1185
@alibatun1185 2 жыл бұрын
Mashalah bro bartu
@abdulnasermuhammad8414
@abdulnasermuhammad8414 2 жыл бұрын
Fulduratti fulduratti
@sofiyaabdala9064
@sofiyaabdala9064 2 жыл бұрын
Fuldur... never back 🌍✌😛
@rahimarahima7375
@rahimarahima7375 2 жыл бұрын
Mashallaaa yarbbi zajaakeessa jannataa hagodhuu ishallaa
@waamaraa5565
@waamaraa5565 2 жыл бұрын
Mashallah shaashee
@mdrama4257
@mdrama4257 2 жыл бұрын
I don't see the use of that beat 😕. Why don't u bring dj once .wlh u better stop if u continue making with a music instrument or beat like this
@shamsiyahussen4862
@shamsiyahussen4862 2 жыл бұрын
ماشاء الله ماشاء الله ماشاء الله
@aminayadesa4171
@aminayadesa4171 2 жыл бұрын
Mashaa Allaah tabarakallah Mashaa Allaah tabarakallah Mashaa Allaah tabarakallah 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@abumusa859
@abumusa859 2 жыл бұрын
Maasha allah rabbi umrii keessan nuuf haa dheeressu!
@smeerass8434
@smeerass8434 2 жыл бұрын
Mashaa allaa
@robamuktar
@robamuktar 2 жыл бұрын
Mashaallah obbaleyan Baredina kessan nama lale beka
@Raya-yk8fq
@Raya-yk8fq 2 жыл бұрын
Mashalha ❤️
@musatola8742
@musatola8742 2 жыл бұрын
Mashaallaah baay'ee namatti tolaa jajjaabaadha
@imraan1181
@imraan1181 2 жыл бұрын
Wow masha allah
@iFAA_Tube8
@iFAA_Tube8 2 жыл бұрын
ماشاءالله تباركم الله
@michastar3245
@michastar3245 2 жыл бұрын
Maasha allaha jabaadha waan ajaa.ibaatii rabbiin isin haa gargaaruu
@duretihussein3862
@duretihussein3862 2 жыл бұрын
mashaallah 🥰🥰🥰🥰
@xh1903
@xh1903 2 жыл бұрын
Mashaa allaah rabbiin issinirraa haa jallattuu Nashidaa akkan namaa gammachiftuu tun view issii hin maddaluu maalif ta,ee garuu?
@fathimashamsun2591
@fathimashamsun2591 2 жыл бұрын
Mashahllha mashahllha ❤️❤️❤️❤️
@shamsiyahussen4862
@shamsiyahussen4862 2 жыл бұрын
Mashaallah mashaallah rabbi beekumsa dhumaa hinqabne issin haakenu
@strongheart3055
@strongheart3055 2 жыл бұрын
Hay mashallah😍
@fatihatakele1779
@fatihatakele1779 2 жыл бұрын
maasha Allah bareedaa jabadhaa Rabbi isiin gargaaruu!!
@جنهمحمد-غ3ب
@جنهمحمد-غ3ب 2 жыл бұрын
Baay'e bareedaa
@xaayibaagaalatooamboo8158
@xaayibaagaalatooamboo8158 2 жыл бұрын
Maashaalh tabarakallah rabbii umari isni haadherasuu inshaaallah💝☝️
@fuadmusa7362
@fuadmusa7362 2 жыл бұрын
Mashallah
@riyadabduro7537
@riyadabduro7537 2 жыл бұрын
Màasha allaah nuuf jiraadhaa jabaadha nu jabeessa nullee fulduraa deemu hin dhiifnuu
@salahgscs3981
@salahgscs3981 2 жыл бұрын
Mashallah brothers. Keep shining
@dahabeeahmad9244
@dahabeeahmad9244 2 жыл бұрын
Masha Allaah Oro Tiyyaa😍😍😍❤💚❤
@anisaanyijawee556
@anisaanyijawee556 2 жыл бұрын
Maashaa allaah
@robamuktar
@robamuktar 2 жыл бұрын
Jabbadha hala baredarra jirtan
@revolutiontube2383
@revolutiontube2383 Жыл бұрын
Jabaadhaa itti cabsaa Qaawwa hin laatinaa.Yoo nuti qawwaa cufne malee jarri sun qe'ee nu balleesiti.
@ZIZIKOARTPRO
@ZIZIKOARTPRO 2 жыл бұрын
Maaaashaa allaah
@mariyansuleyman4624
@mariyansuleyman4624 2 жыл бұрын
Masha allah ❤❤❤
@kadirkadir5837
@kadirkadir5837 2 жыл бұрын
Maashaa Allaah Maashaa Allaah Maashaa Allaah Raabbiin umrii isiin haa dheereessu kiidmaa diinii isaa Irratti jzk
@bareduabesha5887
@bareduabesha5887 2 жыл бұрын
Mashaa'Allha Rabbiin Kana Caala Beekumsaa Isinii Haa Dabaluu🥰🥰🥰🥰🥰
@Talilejara4577
@Talilejara4577 2 жыл бұрын
Masha Allah
@misraausmaan5651
@misraausmaan5651 2 жыл бұрын
❤💚💚❤
@roblin_tw
@roblin_tw 2 жыл бұрын
Mashallah 😍❤️😍
@hornhopefareejallaala6491
@hornhopefareejallaala6491 2 жыл бұрын
احبك 🥰
@dahabeeahmad9244
@dahabeeahmad9244 2 жыл бұрын
Hunduu keessanu Galatooma
@muaazjamaal8839
@muaazjamaal8839 2 жыл бұрын
Masha Allah jabaadha
@ihabibsa6970
@ihabibsa6970 2 жыл бұрын
I'm first 😝😝
@shukarjamal1699
@shukarjamal1699 2 жыл бұрын
Masha Allah mashaa.allh mashaa.allh mashaa.allh mashaa.allh mashaa.allh jzh
@umijenetimedia11
@umijenetimedia11 2 жыл бұрын
ሰላም ውድ የሀገሬ ልጆች በአለም ዳርቻ ያምትገኙ በሙሉ በያላቹበት የአለህ ረህመት እዝነት አይለያቹ አልሀምዱሊላህ ሰውዲ እስር ቤት ሚገኙ ወገኖቻችን እየተሳፈሩ ስለሆነ ተደስቻለሁ ውዶቼ በቅንነት ፕሮፋይሌን በመጫን ሰብስክራይብ አድርጉኝ በናንተ ሳይቀንስ ለኔ ይጨምራል የመዳም ቅመሞችይ ቤተሰብ ሁኑኝ እኛ የመዳም ቅማሞች አንጨካከንም ሰውን መርዳት ያስደስተናል ሰብ በማድረግ አስደስቱኝ❤️💋
@kamsiikedir5372
@kamsiikedir5372 2 жыл бұрын
Mashaa allaah Mashaa allaah Mashaa allaah Mashaa allaah Mashaa allaah Mashaa allaah Mashaa allaah Mashaa allaah Mashaa allaah Mashaa allaah Mashaa allaah Mashaa allaah Allaah Abubakar
@shukarjamal1699
@shukarjamal1699 2 жыл бұрын
Dhuga rabumatu sin haa jalatu bayyee nama gamachiftan
@anajemal1127
@anajemal1127 2 жыл бұрын
MashaAllah JABADHA oromusli&
@ghazimusa3445
@ghazimusa3445 2 жыл бұрын
Mashallah jabadha
@hornhopefareejallaala6491
@hornhopefareejallaala6491 2 жыл бұрын
مشاءالله تبارك الله
@hawwiiibrahim3463
@hawwiiibrahim3463 2 жыл бұрын
Maaaaaaaashallah pls itti nuf dabala kan biraatille hadara isinirra eeganna
@abdurhamanwayu8718
@abdurhamanwayu8718 2 жыл бұрын
Mashallah hojii bareeda
@collection994
@collection994 2 жыл бұрын
Fulduratti 💪💪
@zenbazenbahusen2278
@zenbazenbahusen2278 2 жыл бұрын
Mashalaa bayee bardaan shabaa Islam.aa💚💚💚💚💚💓💓💓💓💓💓💝💝💝💔💔💔💔💔💔💔💔💔🤲☝
@suharajeh4945
@suharajeh4945 2 жыл бұрын
Mashallaa.allha.bayye.baredu.raabii.umri.dheran.isinf.hakenu
@suharajeh4945
@suharajeh4945 2 жыл бұрын
😍🤩
@nadhiibaalee1492
@nadhiibaalee1492 2 жыл бұрын
Mashaa alh heddu bareeda dhugaa
@hamdiyaabdi5711
@hamdiyaabdi5711 2 жыл бұрын
Mashaa Allah
@vission163
@vission163 2 жыл бұрын
Mashallah namatti tola jabaadhu jaalleewwan aakiraa¢¢¥®©✓!!!
@salimabdela6047
@salimabdela6047 2 жыл бұрын
Mashalla Jabadhaa
@sutumeoromtitiarsii8782
@sutumeoromtitiarsii8782 2 жыл бұрын
Maashaallaah jabadha
@abdikadir7037
@abdikadir7037 2 жыл бұрын
Mashalaa💝💝💝💝💝💝☝️☝️☝️
@darulhijreteyn
@darulhijreteyn 2 жыл бұрын
ماشاء الله
@jaferberiso1330
@jaferberiso1330 2 жыл бұрын
Masha'Allah
@waarisman5046
@waarisman5046 2 жыл бұрын
Mashaa allaah
@TechwithAdem
@TechwithAdem 2 жыл бұрын
Woooow nice neshida❤❤
@dachastube7222
@dachastube7222 2 жыл бұрын
Masha Allah jabadha isin fan jira
@oromookoo2235
@oromookoo2235 2 жыл бұрын
Maashaa Allaah💖
@varanka3454
@varanka3454 2 жыл бұрын
🥰🥰
@hayaathussein4034
@hayaathussein4034 2 жыл бұрын
Mashaashaallaah
@haakimhaakim4851
@haakimhaakim4851 2 жыл бұрын
Mashaa allh mashaa allh mashaa allh mashaa allh
@bad9318
@bad9318 2 жыл бұрын
Mashaaa Allhaa Rabbiin guddan isiiniraa haa jallaattuuu
@shukarjamal1699
@shukarjamal1699 2 жыл бұрын
Masha Allah
@yahiyayahiya8351
@yahiyayahiya8351 2 жыл бұрын
Mashallah mashallah mashallah ❤❤❤❤❤❤❤💘💘💘
@abdulakimkhalif3019
@abdulakimkhalif3019 2 жыл бұрын
haaluma kanaan ittifufaa
@mamaruhi
@mamaruhi 2 жыл бұрын
Masha allah fulduratti!!
@Madarsa_As_habul_kahf
@Madarsa_As_habul_kahf 2 жыл бұрын
Masha Allah wlhi Allahu Akber Jabadha
@halfiyasulti3983
@halfiyasulti3983 2 жыл бұрын
Mashalah mashalhi mashalhi mashalhi mashalhi mashalhi mashalhi mashalhi mashalhi mashalhi mashalhi mashalhi mashalhi mashalhi mashalhi mashalhi mashalhi mashalhi mashalhi mashalhi mashalhi mashalhi mashalhi mashalhi mashalhi mashalhi mashalhi mashalhi mashalhi mashalhi mashalhi mashalhi sllhuu alhehi wosaallmi sallhhu allye wosalmi sallhhu mashalah ya rabbi ☝️Inishalhi inishalhi inishalhi inishalhi inishalhi inishalhi inishalhi inishalhi inishalhi inishalhi inishalhi
@keyrutube8123
@keyrutube8123 2 жыл бұрын
Masha Allah 💔💔💔
@ayishakadeer1068
@ayishakadeer1068 2 жыл бұрын
Maashaa Allah Maashaa Allah Maashaa Allah Maashaa Allah
@musilhatabdurhaman8445
@musilhatabdurhaman8445 2 жыл бұрын
Mashaa Allah ❤Rabbiin isin irraa haa jaalatu 🥰🤲
@giftibintnuraba6745
@giftibintnuraba6745 2 жыл бұрын
Mashaa Allha 💗💔
@jibrilhaji9345
@jibrilhaji9345 2 жыл бұрын
Mashallah wlh akkanumatti itti nasheda bareeda
@Fese__FJ
@Fese__FJ 2 жыл бұрын
Masha Allah 🥰
@sultannatan7322
@sultannatan7322 4 ай бұрын
Mashalh. ❤❤❤❤❤❤❤❤❤. ❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊😊🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤
@miliaapader9945
@miliaapader9945 2 жыл бұрын
Sabboontuu Arsii Bahaa
@oromootube9491
@oromootube9491 2 жыл бұрын
Masha allah tabarakallaa
@leylamohammed6366
@leylamohammed6366 2 жыл бұрын
Mashallah tebarakallah inshallah jzk
#MALAKNAA || Nashiidaa Haarayaa Afaan Oromoo || MILAN MULTIMEDIA PRODUCTION #MMP (2022)
9:41
Spongebob ate Patrick 😱 #meme #spongebob #gmod
00:15
Mr. LoLo
Рет қаралды 19 МЛН
From Small To Giant Pop Corn #katebrush #funny #shorts
00:17
Kate Brush
Рет қаралды 71 МЛН
Spongebob ate Michael Jackson 😱 #meme #spongebob #gmod
00:14
Mr. LoLo
Рет қаралды 10 МЛН
NEW Nashiidaa Afaan Oromoo eebba kitaaba Abbaa Hawaasaa Garee mahabbaa
9:12
Mus'ab Aadam Official
Рет қаралды 12 М.
Ustaaz Raayyaa Abbaa Macca 37ffaa
45:54
Raayyaa Abbaa maccaa official
Рет қаралды 1,8 МЛН
nashiidaa miiltoo 8 tii shabaabanaa
7:48
Miiltoo production
Рет қаралды 123 М.
ANA  DAA'II Nashiidaa Haarayaa Afaan Oromoo MILAN MULTIMEDIA PRODUCTION #ANA DAA'II (2022)
6:39
Nashiidaa Abu Mujaahid Official
26:31
Abu Mujahid Official
Рет қаралды 71 М.
Spongebob ate Patrick 😱 #meme #spongebob #gmod
00:15
Mr. LoLo
Рет қаралды 19 МЛН